Sumayaan aja'iba qabdi🙉

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 17 ม.ค. 2025

ความคิดเห็น • 224

  • @Hotubechanel8414
    @Hotubechanel8414 4 วันที่ผ่านมา +16

    Sumayaan sirii gotee waarii jeten like godhaa Ayuu shamaa sanituu bultii jaraa digee adaan fageese male sumayaa mittii dhugaa dubanaa yoo tahee😒🤨🤨

  • @saradamisee1972
    @saradamisee1972 4 วันที่ผ่านมา +8

    Isani gafa ishee qofati gubatuu sanii kolofaa turanii woow gotaa shamaranii sumeya ❤❤❤❤

  • @AlmazAraggaa-k1q
    @AlmazAraggaa-k1q 4 วันที่ผ่านมา +12

    sumayyaan dubartii cituu dha warii waahe sumayyaa dubataan dhabaa osoo Anati hoo jedhaa ti bakaa ishee kaan buaa bayee obsaa qadii sumayyaan waqayyoon bakkaa jirtuti ishee waalin yaa tuu bayee garaa namaa nyati osoo jirenyaa garii jirachaa jiraan micayyoon Ayyuu jedhatuu suun isaan setee umatatu phirakii godha isaa bichaa miti garuu nafutuu malee jeteen isheen mo osoo ijoollee qabuu sitin heruuma jetteen tidarii isaan hitee Rabbii waliti isaan yaa debisuu sumayyaa fi sayudoo

    • @RozaGabishu
      @RozaGabishu 4 วันที่ผ่านมา

      dhuga keti

    • @MbMc-qm4pn
      @MbMc-qm4pn 4 วันที่ผ่านมา

      Dubarati jabaduni akkana miti ok hin kijibina

    • @Tamima-gi8uw
      @Tamima-gi8uw 3 วันที่ผ่านมา

      ciminii malinii Qabenyaa abaa manaa samuu ijollee jadhaa dhoksuu ossoo oromoo tatee akkan hin gotuu dinii dinumaa😢😢

    • @masarat1752
      @masarat1752 3 วันที่ผ่านมา

      Mana digunni dubariti jabduu nama jechisisaa🤔🤔
      Silaa shariyattuu ajajaa maltu ishii urguffee 🏌‍♀️jarii kunii silasii hin tanii😮😮

    • @ma.22rr
      @ma.22rr 3 วันที่ผ่านมา

      Leabadha🤧🤧🥳

  • @kababbuushbadha
    @kababbuushbadha 4 วันที่ผ่านมา +3

    ምርጥ ጀግና ናት ምርጥ ጀግና ብድር የማትመለሱ አይባልም ጎበዝ እንደዛ ነው የተሰቀለው ጎበዝ ጀግና ነች

  • @SaraRak-vl1sq
    @SaraRak-vl1sq 4 วันที่ผ่านมา +4

    Yasu namni sagale kana sii qabe kuni xinxala dhugaati yadda kiyya dubate dhugaa Rabbii❤❤❤❤❤

  • @tigistoromo3772
    @tigistoromo3772 3 วันที่ผ่านมา +1

    Ofi kabachistee dhiraa calatii dhugaa ❤😂😂😂

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 4 วันที่ผ่านมา +2

    Summaya fi saido amata meeqa wolin jirate maal jechu bari summaya dubbarati dha tuni Taa saggale siif ergite tuni saido jalalate naati fakkata maal jechu jirreenya summaya keessa baya umata cinqii umata mata qulufii summaya haraha lee boru lee dubbarati cimatudha obsa qabeti fakkenya dubbaratoota hundaati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @MbMc-qm4pn
      @MbMc-qm4pn 4 วันที่ผ่านมา

      😅😅😅😅

  • @ObseHusen-y8l
    @ObseHusen-y8l 3 วันที่ผ่านมา +1

    Sumaya gootaa naf jiradhu qaalii nama ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @BırııMūcātııQōrıı33
    @BırııMūcātııQōrıı33 3 วันที่ผ่านมา +1

    Bagaa gotee sumayaan gota📚📚📚🌺🌺🌺🌺🌺🌺

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya7709 4 วันที่ผ่านมา +5

    Takkafaa siii kaa bultiii saidii digee fudhiii shari.aan 4 hayamee dubartiin hinafuuun duruuu jirtii sumayaa ayzoshiii hinaftullee jetee sumayatiii qosaa turtee okee sumayaan nafxanyaa jedhaa jirtuuu maa kijibdanii rabbii sodadhaa boruu rabbiin sabumaan isiin hin gafatuu amataa tesaniraa isiin gafataa sumayaan isilamaa mallee kirstanaa mitii namaa jibaan dhugaa maa jibitanii qabenyaa ishitiii bariii kaa saidoon biyyaa gallee duriyeen dhiraa durbatiii fudhiii jedhaninii irraa cafcafaniii nyatanii kaa zargiiii iratiii basee qofaa mittii sumayaan sirrii goteeeeeeee❤

  • @Yaahalima-xh8sx
    @Yaahalima-xh8sx 3 วันที่ผ่านมา

    dhugaa jetee obbooleetii tenyaa❤❤❤

  • @caltuugalatuu6401
    @caltuugalatuu6401 4 วันที่ผ่านมา +2

    Sumayaan balleessa hin qabdu . Meeshalii gururaafi mirga qabdii gaaruu amma waan hundan dhisite waqqayyoo tokkoo yaa godhuu

  • @AdaanuuDhugoo
    @AdaanuuDhugoo 4 วันที่ผ่านมา +1

    Waww sumayanii gotaa oga in sarigisaa digisee siribuu san kobaa gubachaa turetee hama dabaree sareesattii

  • @jadidmuktar2876
    @jadidmuktar2876 3 วันที่ผ่านมา

    Yes

  • @naimaarsiibahaa2526
    @naimaarsiibahaa2526 4 วันที่ผ่านมา +1

    Waa'aleeykumasalam warahamatullahi wabarakatuu yaa Yasuu woollaahi billahi yadumaa kiyaa dubatee mucatii tuni amayuu kaluu jiraa sai'doo dhabadhu jedhiini

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 4 วันที่ผ่านมา +1

    Summaya dubbarati cimatudha mee dhamateti male akkan waan kan huda hin gotu 😢😢😢😢jirreenya summaya fi saido keessa baya

  • @HhdJjd-fy6sq
    @HhdJjd-fy6sq 3 วันที่ผ่านมา

    Summiyya waqqayyo sii bira haa jiratuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @SumayaAddunyaa-jp4ge
    @SumayaAddunyaa-jp4ge 4 วันที่ผ่านมา

    Bagaa gotee sumayan ❤❤❤ sayidoo yo marataa maaltuu dhibee ree sumayaa yoo intalaa oromoo tatee intalii oromo masunaa jalatii qabeenyaa walii horetee dubartii biraa irraa fudhaa anaa osoo ta'ee isaa qabenyaa isuu gubaa
    Gobazii sumayee yeenee qonjoo tikikilee neshii enee enchii dagafii nenyii❤❤❤❤❤❤❤ sumeyee I live sumeyee ❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @ShewayeHabtamu-b3z
      @ShewayeHabtamu-b3z 3 วันที่ผ่านมา

      Sumayaa. Jechuun. Dhiraa. Dhugaa. Rabii. Masl. Abaa. Isatif. Heeyaamaa. Ishee. Maal ee. Irraatii. Fudhee. Oddoo. Anaa. Ta.ee. kaa.nn. calaan. Godhaa. Ayuu bimoo. Oddoo. Garaa. Yema. Dhuftee silaa. Waan. Ishee. Gonuu. Nutuu. Bakkaa

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 4 วันที่ผ่านมา

    sayidoo isinuu sii masoo jabadhuu jedhaa jajabesaa kaa du,ee dhabanituu dhisaranii ujollee boruu abaa kenaa metii jetii

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 4 วันที่ผ่านมา

    wollah namitii Hollah namaa taa dabarte hin benee sayidoo homaa hin ta,uu isimatuu rakataa isaa gorsaa hiriyonii isaa

  • @Zinash-m9u
    @Zinash-m9u 4 วันที่ผ่านมา

    Naminii imaan gabuu abbaa mana ofi akan hin godhuu takaa mitii afiranuu osoo fudhee kan rabbiin halalalaa godhefii ishiin homaa gochuu hin dadesuu garuu dhisuu nii dadesii ilimanii isaa dhorikuun garuu dilii gudadhaa rabbiin wan jedhuu qur,aan kesatii wan garii waliin dabarisitaan hin dagatiin jedhaa akumaa bekitaan hunidii kesanuu garuu ishii arashii bahachuf kana gotii fagesitee osoo hin yadiin rabbiin ishii hatasigabesuu

  • @kababbuushbadha
    @kababbuushbadha 4 วันที่ผ่านมา +2

    ያደረገች ነገር ለምንድነው እንደዚህ ያንገበገባ እሱ በድል ድል ያለ ሰርግ ደግሶ ሚስት ያገባ የልጆቹ እናቱን ጥለው ምንድነው እንደዚህ ያንገበገበ ትከፍታላቹ እሷ ያደረገችኝ ነገር እሱኮ ገብተዋል የልጆችና ጥሎ ነው ያገባ የስራ ገብቷል በሰው አገር ከነ ልጆቹ ሚስቱን ጥለው ያደረገችኝ ነገር እንደዚህ አንገባ ምንድነው

  • @AmboroSuliman
    @AmboroSuliman 4 วันที่ผ่านมา +1

    Bagaa Akuma,hisin,hitixabatan,😂😂😂😂❤❤❤

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 3 วันที่ผ่านมา

    sagallee kunii wolah gorsaa bayee isaa taa sayidoo ergii, itallah betuu woyitii wollah, Qabeynii isii gurgurtee sunii sillah qixetii qodamaa yoo isaa hin barabanee😢

  • @misraabdnmajid523
    @misraabdnmajid523 3 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤ok

  • @madinamadina6199
    @madinamadina6199 3 วันที่ผ่านมา

    yoo achii laluu tinilee ufi ittii heerumuu hedii 😁😁😁😁😁😁😁😁😁

  • @jameilashukur2829
    @jameilashukur2829 4 วันที่ผ่านมา +1

    Assalaamu aleykum warahmatullaahi sumayan baadii in qabdu gaaru isiin yaro dubaatanu ilaala dubaadha sumaaya jechun jartii agaafa jechudha kan waalin rakaate waalin buha bahii eduu keessa dabarte asii geessa isaa waalin kanaf atis bor waa edutu sii mudachufii ta'e sabaan waali qodiin dubartii akka ofii dubartiin waa jettu ofii lali dubadhu miskina sumayan amma isii enyun isaafii in gaau maalu jettanu obsa qabdii oromodha amaradha jette nama in qoodu waallaahi saalata keessan isiifii in dabarsiina ofii egaadha

  • @AishaIbrahimAishaIbrahim-e4e
    @AishaIbrahimAishaIbrahim-e4e 3 วันที่ผ่านมา

    Issa itti Taphatee malli tatee issin dawwani dhirra akana kani Nama Sobbu😊

  • @GalaxyRak-q2g
    @GalaxyRak-q2g 4 วันที่ผ่านมา

    Salaam yaasuu dandeetnam ichi isuma yata biyya ibdinaatmansalanya rabbismilaa mindinnoon mee aragaati tuni hubattu osoo hin taane gubattuudha tun hinaaftu mararra ta'ayyuu hin geennee dhugaa hayyuu sanuu gidduu isini maal jettan mee meeshaa manaa gurgurtee daa'imman isaa jalaa fudhattee deemti gocha salam salamtaa biyyaa yesuus lijuun baaleetti maali yegodduunuu hin hayyan doonee maram said iyyata guddaa oromoon yeber eenee yaazankoottin ji'a hundaamaan dhimmaa idealtu hunda fallagumaonii jiran said immoo maxan karaan labbiin sigaa

  • @NEYMASEYD
    @NEYMASEYD 4 วันที่ผ่านมา

    የኔ።ናት።ሱምያ።ሀነዚህ።ጅቦች።አላህ።ይጠብቅሽ። የሷን።በደል።አድቀን።አዉርተዉአያቁም።

  • @MariamAbu-dj9uw
    @MariamAbu-dj9uw 3 วันที่ผ่านมา

    Rabii sii haa balesuu ishallaa fokataa

  • @SumayyaSumayya-ng4lb
    @SumayyaSumayya-ng4lb 4 วันที่ผ่านมา +2

    Hayiii zariin qumcee akkanuma😢😢😢

  • @QazQaz-ec5lg
    @QazQaz-ec5lg 4 วันที่ผ่านมา

    Yasuu abaa dhugaa atii wly ❤❤❤

  • @HawaHusain-n4z
    @HawaHusain-n4z 4 วันที่ผ่านมา +1

    Isni warii dhiraa haga yomin egee beraa jala katani😊

  • @jamilafatto328
    @jamilafatto328 4 วันที่ผ่านมา

    It’s not Soma fault a husband fault because he forgot about this kid. He tried to babysit the new lady which is not a good idea Soma she did good job. She don’t have to. What’s the time the man that I do come to woman change in woman’s👍👍👍👏👏👏

  • @shureal1006
    @shureal1006 3 วันที่ผ่านมา

    🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓

  • @Dareedaree-j8g
    @Dareedaree-j8g 3 วันที่ผ่านมา

    Summya king 👑💖

  • @Zenabadube-zo7vm
    @Zenabadube-zo7vm 3 วันที่ผ่านมา +1

    Qorichaa dhirra dhalaa nafxanyaa jalaa figuu kanaa

  • @SusuuJimmaa-dp5zp
    @SusuuJimmaa-dp5zp 4 วันที่ผ่านมา +1

    sumaya nama dhugaa gafaa sanga hama binee haloo haman bine lukku haman binee jetana midiya erati galbi cabsitan

  • @aminhaminh9083
    @aminhaminh9083 4 วันที่ผ่านมา

    Esn oromoo hayyee addaan nafxanyaa tokkoffaa semee dha mataan sanarraa muraniif waa'ee sumayyaa irraa haasayaa hin oolan said rabbeen wannii sumayyaa galaan illee haa dhugaa tahuu rabbii obsasaa kennu

  • @queenzuzu710
    @queenzuzu710 4 วันที่ผ่านมา

    Ummataa balagee waarrii bultii saidoo diigee isiini Ijoollee youtuberitti fi Ayyuu ummata kabajaa hin beeynee

  • @genetihayiluu3810
    @genetihayiluu3810 3 วันที่ผ่านมา

    Wareee😂😂😂 suumyaaa hin tolchiitee

  • @FoziyaTube-x1h
    @FoziyaTube-x1h 4 วันที่ผ่านมา

    Maatii naa tahaa ❤kadhattanii rabbirraa❤hin dhabina❤

  • @KamilaNasser-u7o
    @KamilaNasser-u7o 4 วันที่ผ่านมา

    Summayaanuu jetetii bar yaasu mucaa biyyaa isaatif sargii godhee animo biyyaa isaa wanin intaneef naf gochuu dhisee natii dhagaahameraa jeteebar orma nagodhee jetee

  • @DarartuNuru-w4w
    @DarartuNuru-w4w 3 วันที่ผ่านมา

    Issiin dadhabiin sumayya mallif iissinitti inmulane issiin jiaa bayye qobassii ilmo dhigaa batte canaqama turtte sanatuu issiin sargii jetanni girrissa turttan

  • @bilisumatahiro9895
    @bilisumatahiro9895 4 วันที่ผ่านมา

    Obbooleettin tenna tunii dhuga jeettii haa taauu garuu summayaniile adda wantta kana hingoone salaamii santtu waajjiin jiirtti amaas isii waajjii jiirtti ammo saidiille tasggabayee yaadduu qaba ufiisi miidhuu hin qabuu Raabbiin jara laamiinu walttii haa deebisu inshallah saiiddon ammo heeddu miidhamutti jiira ottoo ufii miidhu dhiisee tasgaabaye kan kana maraa goodhe sumaayya miitti salamii sanii

  • @marieemariee1196
    @marieemariee1196 4 วันที่ผ่านมา

    Jeliqabee. Esituu. Eshitii. Tabateyuu. Wanishinii. Dabarisittee. Yomii. Ageritenii. Warenyaa. Bagee. Gotee. Humaa. Balesinee. Sumayanii. Kenii. Etii. Tapatee. Esinii. ❤❤❤

  • @Nahafira
    @Nahafira 4 วันที่ผ่านมา

    Yaasu mujiruma sani qabani kuni malaya sedoo nama birotu mata nama jeqa garuu waan habashuma sana besisu dhaa

  • @Amina-q2g6c
    @Amina-q2g6c 4 วันที่ผ่านมา

    Kessi dina bar

  • @MmMm-up8yt
    @MmMm-up8yt 4 วันที่ผ่านมา +1

    Oboleytiin tenyaa tun dhugaa jatee sumayaa amaa duraa yeroo meqaa Arabaa fudhii malee oromoo hin futuu jachaa turtee jachii kunuu jibaa oromoraa qabduu ibsatee😢😢😮😮😮

    • @IftuuHashim
      @IftuuHashim 4 วันที่ผ่านมา

      Walahii dhugaa jatee jibaa oromoof qabduu kunii hundii garuu waah hundafuu umataa warra sodaa of irraa dhisaa😢😢😮😮

    • @Tamima-gi8uw
      @Tamima-gi8uw 3 วันที่ผ่านมา

      @@MmMm-up8yt qara Qomcee oromoo esaa jalltii oromom jibitii wirii Amaraa tunii

  • @NaimaaAmaan
    @NaimaaAmaan 4 วันที่ผ่านมา

    Intana maleen dubbanne ibada oromoo rabbuu isin deebisin anaa amma dhugaan fakkaachaa jira dhugaa rabbi ofitti taphate

  • @azizaaajamad
    @azizaaajamad 4 วันที่ผ่านมา +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @marieemariee1196
    @marieemariee1196 4 วันที่ผ่านมา +1

    Bagaa. Gottee❤❤❤❤❤

  • @HhdJjd-fy6sq
    @HhdJjd-fy6sq 3 วันที่ผ่านมา

    Qabii Afaan kee waa'ee summiyya dhisii saree malii sii gootee

  • @madinamadina6199
    @madinamadina6199 3 วันที่ผ่านมา

    Mukaa nyadhaa warii sagalee akkan ergitaa kuni sumayaan oso jibaa isaa qabatee ilmo dhalatifi bagaa gotee

  • @enatu.teshom
    @enatu.teshom 4 วันที่ผ่านมา

    Sumiya❤❤❤❤❤❤

  • @zamzamamanzamzamaman1980
    @zamzamamanzamzamaman1980 4 วันที่ผ่านมา +3

    Summayyaa qaliidhaa❤❤❤😂 gobziidhaa hojananii akkanaa

  • @ma.22rr
    @ma.22rr 3 วันที่ผ่านมา

    Summayaan Leba dha wallaahi 🤧🤧🤧🤧

  • @StarCustomer-s3v
    @StarCustomer-s3v 4 วันที่ผ่านมา

    Sumayyaa dhugaa qaadii❤❤❤🎉🎉🎉

  • @Ayantu-z7q
    @Ayantu-z7q 3 วันที่ผ่านมา

    Iyasuu video kunii sirii mitii 😮

  • @Sitina-l5k
    @Sitina-l5k 4 วันที่ผ่านมา +1

    Sumaya❤🎉

  • @AbdurrahiimYe
    @AbdurrahiimYe 4 วันที่ผ่านมา +1

    Sanyii qomcee duraa yommi oromo toltee😢😅

  • @suifgmbsi
    @suifgmbsi 4 วันที่ผ่านมา

    Dhuga jirtu dubate micayyoni kunii👍👍

  • @abuthair5987
    @abuthair5987 4 วันที่ผ่านมา

    Sanyi benzema benesuma aaaaayyyyiiiiiiii obolesa koo

  • @user-hg2ee3mp1imnv
    @user-hg2ee3mp1imnv 4 วันที่ผ่านมา

    Sumayani waarii akka kee niti nama hirega bekudhaa

  • @madinamadina6199
    @madinamadina6199 3 วันที่ผ่านมา

    😏😏😏😏😏😏

  • @VgBb-k1k
    @VgBb-k1k 3 วันที่ผ่านมา

    😱😱😱😱😱

  • @FatomaFatoma-bg1qj
    @FatomaFatoma-bg1qj 4 วันที่ผ่านมา +1

    😛😛😛😛😛😛😛😛

  • @GGF-r1m
    @GGF-r1m 4 วันที่ผ่านมา +1

    ሱመየ ምንም ጥፈት ዬለበትም እሱ በሰው ሀገር ጥሎት ከነ ልጆች እሱ ከሴት ሲሽራምጥ

  • @daratuuarsiidaratuuarsii2731
    @daratuuarsiidaratuuarsii2731 4 วันที่ผ่านมา

    Atifi Abdii malifi dinaa sum tatni ofi gafa intli ayu suni akka dimma iti tapatuu califitni har'a malifi wacuu
    Mati jechuuni wni xiqqoo mitii hadha mana haadha ijolee isaa qixee hadha isati

  • @YsirbaaXayibii
    @YsirbaaXayibii 2 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤dhugaadhaa❤❤

  • @fuziasalimali6923
    @fuziasalimali6923 4 วันที่ผ่านมา

    Yaa OROMO lala dhala wara kana❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DhhhJdj-y9f
    @DhhhJdj-y9f 4 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa dhaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @Khadama-y1t
    @Khadama-y1t 4 วันที่ผ่านมา

    Bagaa badee dhugaa rabii fuyuu😂😂😂😂😂

  • @ggj6712
    @ggj6712 4 วันที่ผ่านมา

    Iti qati sumaya dhirra wallahi lamu dhirrii taka dubati ojete latu

  • @SafiyaMahmd
    @SafiyaMahmd 3 วันที่ผ่านมา

    Amaari koofalti namarradala😢😢😢😢😢

  • @azizaaajamad
    @azizaaajamad 4 วันที่ผ่านมา

    Galatoomi Lubbuu 🌹 🌹 🌹 🌹 🌹 🌹 🌹

  • @Hayat123-d2k
    @Hayat123-d2k 4 วันที่ผ่านมา

    Dhiirri xawlwwaaleen of eegaa Ammaan booda😅😅😅

  • @HanaAsafa-x2k
    @HanaAsafa-x2k 4 วันที่ผ่านมา

    ሀቲ ርከርዲ ሰሬ ወይ ከንቱ ዮኢሺን ጉበቱ ሰን አት ሜ ኢሺ ማጀጀቤዚን ከኢሸሠራ ገዬኩን መነኬ ሀሴኑ ሸምቱ ወይ

  • @FATENasir-c7v
    @FATENasir-c7v 4 วันที่ผ่านมา

    Odeesitanatu gaafa isin qoba biyya nama keessa tesii inii biyya galee uduu keessa of dhitaa tokko hojii ketiyuu ayuu jetani isii qobasi guba turtani hama moo taranii kansiti garuu rabbin. S S. Walitti haa debisuu oromo oromo hin jedhina orumuma qabrii nama wajin hin dhaquu hama bektaan dubatanitu kitaaba ykn qurana isaa kanin zarin wal qodaa jedhame ini argaa fudhe miti gafa duraa isin maaltu rakkisee kanumti bultii jaraa digee suma dabalate ayuu dha

  • @SadaSada-o3b
    @SadaSada-o3b 4 วันที่ผ่านมา

    Sumiyee❤❤❤❤

  • @FatimaTaju-d8c
    @FatimaTaju-d8c 4 วันที่ผ่านมา +1

    😁😁😄😄😄

  • @AdaanuuDhugoo
    @AdaanuuDhugoo 4 วันที่ผ่านมา

    Wanumaa tayee malifii oromumaa oromumaa jetuu ka kun jirudhaa maganyaa bichaa hasitii yatee oga irati fudhuu mali hakaa gotuu baribadaa

  • @MuluMulu-jp3uj
    @MuluMulu-jp3uj 4 วันที่ผ่านมา

    Wow

  • @CaltuuKiyaa-t2p
    @CaltuuKiyaa-t2p 4 วันที่ผ่านมา

    👍👍👍👍💔💔💔👍👍

  • @Dameto-ox2lo
    @Dameto-ox2lo 4 วันที่ผ่านมา

    👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍Sumayaa🎉

  • @MuluMulu-jp3uj
    @MuluMulu-jp3uj 4 วันที่ผ่านมา

    💞💞💞💞

  • @user-hg2ee3mp1imnv
    @user-hg2ee3mp1imnv 4 วันที่ผ่านมา

    Maali fida afabata

  • @IoveTamu-t7q
    @IoveTamu-t7q 4 วันที่ผ่านมา

    Wallaahi dhugaa jette

  • @EeEe-n8z
    @EeEe-n8z 4 วันที่ผ่านมา +1

    Tuni miqena sumaya ti😭😭😭😭😭😭❌️❌️❌️😒😒😒

  • @AbaboDebela-e1u
    @AbaboDebela-e1u 4 วันที่ผ่านมา

    Baga tufte innu tufte miti heya ishi kanfudhe odduke hin odesin

  • @halima4028
    @halima4028 3 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa ketii

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 4 วันที่ผ่านมา

    wollah isii sagallee sii kesee tunii naa kesaa dubatee wollh dinii dinumaa wollah osoo dubartii oromoo tatee akkan hin gotu osoo kudhanuu fudhee Qabenyaa isaa barabadesite badee rabii achii isii hin debisinii Qumataa fantii badee taa adhaa nytee allabatuu mallee safuu malii betii dini dinuma dinaraa fagadhaa yaa ujollee oromoo hawaa sunii isii gegesitee dhaxee isaa simatee ijii isii haa baduu tufii namatii😢😢😢

    • @BırııMūcātııQōrıı33
      @BırııMūcātııQōrıı33 3 วันที่ผ่านมา

      Demii dinii mal baleesee isiin umanii oromiyaa udaanii harootaa hundaa isiin woraa gumaa gasuu osoo hin tanee woraa gumaa nyaatu albaatii woyii sumayaan gotaa isaa akka ketii kana 10 caltii🐓🤣🤣🤣🤣🤣😤😤😤

    • @Tamima-gi8uw
      @Tamima-gi8uw 3 วันที่ผ่านมา

      @BırııMūcātııQōrıı33 xawalwale dinaa Dawonii arasii borusii dinii xallahtaa oromotii, umtaa safuu hin benee umataa Binesaa

  • @Shamsu-c1c
    @Shamsu-c1c 4 วันที่ผ่านมา

    Boo najeeqinaa 😊 pirankiin teesan asgeesegaa baga gamadan
    Isin yutub gudifafha

  • @OromiaTube-q3r
    @OromiaTube-q3r 4 วันที่ผ่านมา

    😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @Meliyaumer-c7x
    @Meliyaumer-c7x 4 วันที่ผ่านมา

    Sumayan hin taatu Dhugaa

  • @EeEe-n8z
    @EeEe-n8z 4 วันที่ผ่านมา

    Yasuu dugkejete👍👍👍👍👍👍🙏

  • @AhimadHusseen
    @AhimadHusseen 3 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa jetee wlh 😢😢

  • @hchyfh128
    @hchyfh128 4 วันที่ผ่านมา

    Sumayaa jechuun gootaa nagasuumaa hin kolkolayinaa

  • @MuluMulu-jp3uj
    @MuluMulu-jp3uj 4 วันที่ผ่านมา

    💝💝💝💝