ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Wowowowo Wowowowo waqayyoo barafi jirenyaa kee haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
WoW sagalee isaa😲😲😲 haasaan faarfataa kanaa ergaa dhugaa of keessaa qaba
Ameen Eebbifamaa ❤❤❤❤❤
Waaqayyo Waaqni maccaa si haa eebbisu,barri kee manni kee diinagdeen kee haa eebbifamuu!!!!!
Bagaa ittin isin gahee ayyana gaarii isinif Haa bayatu nama waqayyo ayanii kana caluu isif bayatu uuuuuufffi ebifamaa ebifamaa ebifamaa ❤❤❤❤❤
Bagaa ittin isin gahee ayyaana gaarii isinif haa tahuu maatii goofta ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Ameeeeen Ebifamaa❤❤❤❤
Farfataa bayee jalaadhuu farfannaa humnaa qabuu farfataa keenya nuuf jiraadhaa❤❤❤
Eebbifamaa ayyaana eebbifamaa hundumaaf. Baga geessan. Bil isaa utuu nuuf katabdanii hawwii kooti yoo isiniti tole please thank you
Ammeen Ebbifamaa nama waaqayyoo❤❤❤🎉
ammayyu abdii guddaan dura kee jira nama waaqayyo❤
Far. Ayyaanaa Milkii “Barri keenyaa maaliif ta’e bara abarsaa “ God bless you ❤
Faarfataa Ayyaanaa nuuf dhiyeessuu keessaniif galatoomaa. Seenaa jireenyaa isaa kun gara kitaabaatti utuu deebi'ee dhalootaaf ergaa guddaa dabarsa.
Ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Nama waaqayyoo ayaanni siif haabaays'atu
Eebbifamaa
Ayyaana a Milkii waaqayyo si haa eebisu. Bara 1997 na yaadachiisa faarfannaan isaa. ‘Yaa nama gooftaa…..’
Ayuuu nama jaalala
Waaqayyo waaqarra isin eebbisu. Hojii gatii qabutti jirtu jajjabaadha. Far. Ayyaanaa Milkii barbaadani dhimma hafuuraa irratti waan qoodanif eebbifama. Akkasumas Faar. Girmaa Kuusaa miidiyaa kamirraatti affeerame seenaa waamicha gooftaa bira argate akka nuf qooduuf baay'een barbaada, haa tahu malee hanga har'atti argee hin beeku baay'ee tokko eegaa ture. Garuu affeerame hin beeku adaraa nama akka dhuunfaa kootii jaaladhuf, akkasumas nama dhaamsi dhalootaaf maluu isa harka jirudha jedheen yaada. Kanaaf adaraa nuf affeeraan galfataa isinitti kennadha mo'aa tv irra kan hojjetaan obboloonni hundi keessan itti yaada keessummaa Hewaan fi Efireemin adaraa isin jechuu jaaladha. Faar. Mangistuu Baqqalaa illee utuun yeroo baay'ee eeguu guyyaa tokko affeertaan argeen baay'een gammaddee. Akkasumas GIRMAA KUUSAA yeroo dhiyootti akka nuf dhiyeessitaan abdii qaba.
Welcome welcome welcome welcome ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉
🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Tarek
Barri keenya bara abaarsaati? Barri keenya bara"Araaraa"ti. Garuu Wangelli Dhugaan waan lallabamuu dideef namni Araaraa Waaqayyoo irraa fagaate, malee Yesuus Kiristoos du'u isaatiin addunyaaf Araara buusee deemee.
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
nama waaqayyoo nu jiraadhu
Nama kana baayeen jalladha dhugaadhaBilbilasa nuf barbaada
Faarfataa haala rakkisaa keessa teessee nuyi dhaloota ammaa fi dhaloota itti aanuuf fakkeenya guddaa taatu.

Nama kana baayeen jalladha dhugaadha
Bilbilasa nuf barbaada