ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Well come back dire wood
❤❤✌️
Anii garuu filmii ijolen muslimaa dalagduu inumaa lalaa garuu filmii Dire wood iratii wojatamuu dubartonii isanii mal garuu muslimaa mitii diramaa kesan nan jaladhaa garuu sababaa dubartin asiratii wojatuu islamumaa ofii hin kabajnef isin jibee
Wallahi dhugaa ketii zamuu
@@magartumohamed9754 dhugaa argadhuu lubuu
yaada koti dubbate dhuga rabbi 🥲
Kuni afan ofi gudisuu amanti as keessaa fidan akkanati film afaan oromoo guddachu didee
@@monettubeofficial4563Yoo gudachuu batee calaa haa jedhuu kaa amantii ofii Yoo egatanii dalagan filmin afan oromoo hin gudatuu kaa jedhee enuu anii oromumaa kotis nan jaladhaa garuu amantaa kiyaa wan tokotilee hin qixefadhuu lubuu tiyalee Yoo tatee
Wel come Dire wood
❤️❤️
Wallahi Diraamaa kessan irra caalchiisee waaniin jaaladhuuf erga gagaarii namaaf dabarsaa heeduu heeduu takka nuf jiraadha..
Bagaa nagaan dhuftan bayyee Namatti tola jabbadha!!!
Welcome 😊 backGod job ❣️
Galataa guddaa qabda
Kkkk
Jajabadha arti oromo qaqali
Baga ngy dhuftan warri DW.
Baga dhuftee dirre wood📈📈💯📈📈
Duree wood wel come baga deebitan 💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅✅Baga hunda bira darbitan bu'aa bayii hunda kufuuf ka'uun waan jiru baga kaatan hedduu isiin yaanne dhugaa
Dire wood baga ngayan dhufte baga rabbii harkaa dinatii sii base
Allahamaadullah diree wood nuu debi'uu issatifi sharimarkii lencaa kenyaa
Maat naf tahi Madina qashat
Direwood jabaadha
Bagaa nageyan dhuftaan
Welcome back Dire Wood 💘💘👌
Warri direwood garuu maal taatanii baddan.Akkamitti waan gaarii akka hojjattan beektuu ofii?.Team bareedaa ture.Dandeettii ajaa'ibaa qabdu.Nurraa hin tutturinaa rakkoon jiraattu Ummata Oromootti iyyadhaa.
Welcome to back dire wood i'm interesting by this chanalle
Welcome 🙏wow🥰👍
❤❤
We’ll come back dire wood 👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓 💗 💖
@@FeseShow hayye atis
Well Come Back Direwood❤💚❤Baga Nageya Deebitan Ijoolle Diree ❤❤
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓 💗 💖 🙏
Hayyee nabsee kiyyaa atisii kiyyaa subscribe naaf godhii
Tolee
Welcome back Direwood online👌
Welcome dire wood baga ngyn dhuftan ijollee tenya qaaqaaliiwan
Diree wood bay'ee jaaladha bagaa dhuftani
Wel come back bagaa nagayan dhuftan jabadha bagaa rabbiin sif debisee youtube keessaanis
dire wood baga nagyan dhuftan❤❤❤❤
Baga nuf jiratan yomiyuu nuf jiraadha ❣️ ❣️💚❣️💓💓💕💕💯💯
Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa
Ani Maqaan koo Firoomsis jedhamaBarreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata.kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani akka tulluutti mul'adheen Oromummaa koo akka Gaaraa tti mul'isa.kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa...liinkiin isaa kunooti👉🏿👉🏿th-cam.com/channels/AhIrit7gMr3W0rfK-DWxcw.html
Kkkkk dirree wood jajjabaadhu ati keenyaa
Baga nagayan dhuftan
Jabaadhaa Nooruu Maatii isiniif taaneerra Maatii nuuf ta'aa Wal haa Ceesifnuu
Baga nagayyaan dhuftan
Wel come back dire wood
Wawwww birabo birabo direwood
Akka faranjiitti osoo qullaa yaa'u baattani of taatani dalaydani irra wayyaadha
Duutii Ulfaatadha fayyaan faaya Dhibee Mariin ifaa Maashaa'Allah wawrwb maatiin walumaan jannaataaf seequun Waaqoo Guutoo ilmaaniin injifannoo hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa kufee Tplf osoo bira geenyee Tamara Namarraa Simon barakat of Caqasii Caqasii diina minilikiin kolfaan dhumnee karaa kalees har'as diina gurriis Eegumsaa
Betsabaa nuu taa.aa oromoo koo
Jabaadha 👍👍
Well come back bro😍❤️ jabadhaa!
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓
@@FeseShow Sif ta'e
Woww welcome bagaa nagayaan dhuf taan nice and direwood
Baga nagayaan deebitan Direwood
Wel com dirre wood.baga.nagahan.dhuftan😘😘
Wooooooooooooooow bagumaa nuuf dhufte diree wood
Welcome back direwoud 😍😍
Shamarkee AademBaga ngyn gara chaanaala kheetitti deebite hedduu takka siyaannee
Welcome back Dire wood🥰❤
Matii naf taii bro
Anii haa dhufuu diree hudii wwww
Qaqaliwan oromo❤❤
Gaafa waliin yaaduun ijaarsa tayee arrabni argurraa amanu wayyaa true democracy love Jaarraa Abbaa Abbaa Galanis of Caqasii guyyaannis Gaaddisaa Gaaddisaa karattis Martin Luther king dimookrasii amanneeEthiopian sochii onnee Gaaddisaa
Jabadhaa akuma duratii
Well com back direwood
Baga nagayaan deebite #direwood
Milkyy Tube... Daawwadhaa! Waa hedduu irraa hubattan!!
WELCOME IJOLLEE BIYYAA KOO
Bagaa nagayaan nufi debitan 🥰🥰
Hedduu namati tolaa jabadhaa Nafilee matti naf ta'aa oromo koo
Kkkkkkk ijoollee dirre Dawaa namatti toltu
MashaAllh sharmarke adam bayyee si yaane
Deemsa fayyatu dhageeffatu riqicha Lola's waraanaa hojii Hidhiin riqicha Ramadaan Mubarak ilmaaniin ittii harkiis ittisaa rasasa
Baga nagahaan nuuf deebi'an dire wood sharmarke ilma adam daminaa
Baga nagaan deebitan Dire wood Mootii Diraamaa Afaan oromoo
smart
Bagaa nagaan dhuftaan sabaa isn jalatutii
Welcome back Direwood 👏👏👏
Numatuu wal gudisaa mee channel kiyyaa kana subscribe godhi
@@Abdul-h8m4i godhetiin jiraa atiis godhii
jabaadhaa warrav dirreetiyubii
Dhaala akkana qashtti dandetti qabdu kanan dhufun baredadha Jabbadha
Akka ijoollee islaamaatti hojjadhaa akka jaraa hin ta'inaa
baga nagaan dhuftaan
baga gammadde bro koo.nuuf jiraadha isiin hundu💚💚
Bagaa nagayaan dhuftaani
Welcome dire wood baye namati tola Dhufe ko
Welcome back Direwood stars 🎙👍
Betasab nuu taa
@@firewottubu6937 mee channel kiyyaa atisii subscribe godhii
Wall come dire wood our home
Baga hojii tesaniti debitan jabadhaa
Hojii gaariidha!
Welcome back to drama keessanii bayyee yanee please hangaa dandesanitii walitii debiyaa nufii dalagaa yanii Kiyaa kanumaa akka bakkaa duranisanitii nufii debitanii badii qabanaa isin irraa adero
Good 👍
Heddu bareda jaabdha 🥰🥰🥰👍👍
Walcome dere wood
❤✌️
Akka namni isin jaalatuun youtubera itoophiya tahuu qabdan ture ammalle hin dabarree jabaadhaa sharmarkeefaa🌹🌹🌹🌹
Kkk takatu kalsi tiyyahu dhiqadhe hin beku jae ara salixni hudun isa bahe🤣🤣🤣🤣
And welcome back Dire Wood
Baqlawa ❣️🥰
HhhhhhhhhhhhhhhhhhhBaga nagayan deebitan dhiiga koo
Jabadhuu basisa kiyaa
Welcome dirree wood
Welcome dire wood dirama kessan heddu yaane jirra
Lubbuulee😘 baga nuuf deebitan💘💔😥
Welcome jalawan ko
Ayii carraa isaa niin nyaadhatti nyaadhame
Masha Allah jabadha
Welcome Dire wod❤ 😍 💖 ❣
Welcome back Diree Wood hedduu isissiin yanee I Love you
Masha.Allaah ijaara haafaa
Welcome back ❤️❤️❤️♥️♥️♥️
Wel come back 🔙 👑 direwood
Bagaa ngy.dhuftaan
An haa dhufu
welcome Dire Wood taatoonni duraanii hundi deebi'uu qabdan
Dhuga baye namati tola barumisa goda qaba 😂😂😂😂👍
Welcome bg naagay deebiitaana ilmaan biiyaa jaabadhaa ❤❤❤❤❤🌷🌷
welcome back
Well come back dire wood
❤❤✌️
Anii garuu filmii ijolen muslimaa dalagduu inumaa lalaa garuu filmii Dire wood iratii wojatamuu dubartonii isanii mal garuu muslimaa mitii diramaa kesan nan jaladhaa garuu sababaa dubartin asiratii wojatuu islamumaa ofii hin kabajnef isin jibee
Wallahi dhugaa ketii zamuu
@@magartumohamed9754 dhugaa argadhuu lubuu
yaada koti dubbate dhuga rabbi 🥲
Kuni afan ofi gudisuu amanti as keessaa fidan akkanati film afaan oromoo guddachu didee
@@monettubeofficial4563Yoo gudachuu batee calaa haa jedhuu kaa amantii ofii Yoo egatanii dalagan filmin afan oromoo hin gudatuu kaa jedhee enuu anii oromumaa kotis nan jaladhaa garuu amantaa kiyaa wan tokotilee hin qixefadhuu lubuu tiyalee Yoo tatee
Wel come Dire wood
❤️❤️
Wallahi Diraamaa kessan irra caalchiisee waaniin jaaladhuuf erga gagaarii namaaf dabarsaa heeduu heeduu takka nuf jiraadha..
Bagaa nagaan dhuftan bayyee
Namatti tola jabbadha!!!
Welcome 😊 back
God job ❣️
Galataa guddaa qabda
Kkkk
Jajabadha arti oromo qaqali
Baga ngy dhuftan warri DW.
Baga dhuftee dirre wood📈📈💯📈📈
Duree wood wel come baga deebitan 💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅✅
Baga hunda bira darbitan bu'aa bayii hunda kufuuf ka'uun waan jiru baga kaatan hedduu isiin yaanne dhugaa
Dire wood baga ngayan dhufte baga rabbii harkaa dinatii sii base
Allahamaadullah diree wood nuu debi'uu issatifi sharimarkii lencaa kenyaa
Maat naf tahi Madina qashat
Direwood jabaadha
Bagaa nageyan dhuftaan
Welcome back Dire Wood 💘💘👌
Warri direwood garuu maal taatanii baddan.Akkamitti waan gaarii akka hojjattan beektuu ofii?.Team bareedaa ture.Dandeettii ajaa'ibaa qabdu.Nurraa hin tutturinaa rakkoon jiraattu Ummata Oromootti iyyadhaa.
Welcome to back dire wood i'm interesting by this chanalle
Welcome 🙏wow🥰👍
❤❤
We’ll come back dire wood 👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏
❤❤
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓 💗 💖
@@FeseShow hayye atis
Well Come Back Direwood❤💚❤
Baga Nageya Deebitan Ijoolle Diree ❤❤
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓 💗 💖 🙏
Hayyee nabsee kiyyaa atisii kiyyaa subscribe naaf godhii
Tolee
Welcome back Direwood online👌
Welcome dire wood baga ngyn dhuftan ijollee tenya qaaqaaliiwan
Diree wood bay'ee jaaladha bagaa dhuftani
Wel come back bagaa nagayan dhuftan jabadha bagaa rabbiin sif debisee youtube keessaanis
dire wood baga nagyan dhuftan❤❤❤❤
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓 💗 💖
Baga nuf jiratan yomiyuu nuf jiraadha ❣️ ❣️💚❣️💓💓💕💕💯💯
Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa
Ani
Maqaan koo Firoomsis jedhama
Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata.
kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani akka tulluutti mul'adheen Oromummaa koo akka Gaaraa tti mul'isa.kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa...liinkiin isaa kunooti👉🏿👉🏿th-cam.com/channels/AhIrit7gMr3W0rfK-DWxcw.html
Kkkkk dirree wood jajjabaadhu ati keenyaa
Baga nagayan dhuftan
Jabaadhaa Nooruu Maatii isiniif taaneerra Maatii nuuf ta'aa Wal haa Ceesifnuu
Baga nagayyaan dhuftan
Wel come back dire wood
❤️❤️
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓 💗 💖
Wawwww birabo birabo direwood
Akka faranjiitti osoo qullaa yaa'u baattani of taatani dalaydani irra wayyaadha
Duutii Ulfaatadha fayyaan faaya Dhibee Mariin ifaa Maashaa'Allah wawrwb maatiin walumaan jannaataaf seequun Waaqoo Guutoo ilmaaniin injifannoo hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa kufee Tplf osoo bira geenyee Tamara Namarraa Simon barakat of Caqasii Caqasii diina minilikiin kolfaan dhumnee karaa kalees har'as diina gurriis Eegumsaa
Betsabaa nuu taa.aa oromoo koo
Jabaadha 👍👍
Well come back bro😍❤️ jabadhaa!
Please yaa oromoo koo subscribe naf godhii 🙏 💙 ❤ 💓
@@FeseShow Sif ta'e
Woww welcome bagaa nagayaan dhuf taan nice and direwood
Baga nagayaan deebitan Direwood
Wel com dirre wood.baga.nagahan.dhuftan😘😘
Wooooooooooooooow bagumaa nuuf dhufte diree wood
Welcome back direwoud 😍😍
Shamarkee Aadem
Baga ngyn gara chaanaala kheetitti deebite hedduu takka siyaannee
Welcome back Dire wood🥰❤
Matii naf taii bro
Anii haa dhufuu diree hudii wwww
❤❤
Qaqaliwan oromo❤❤
Gaafa waliin yaaduun ijaarsa tayee arrabni argurraa amanu wayyaa true democracy love Jaarraa Abbaa Abbaa Galanis of Caqasii guyyaannis Gaaddisaa Gaaddisaa karattis Martin Luther king dimookrasii amanneeEthiopian sochii onnee Gaaddisaa
Jabadhaa akuma duratii
Well com back direwood
Baga nagayaan deebite #direwood
Milkyy Tube... Daawwadhaa! Waa hedduu irraa hubattan!!
WELCOME IJOLLEE BIYYAA KOO
Bagaa nagayaan nufi debitan 🥰🥰
Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa
Hedduu namati tolaa jabadhaa
Nafilee matti naf ta'aa oromo koo
Kkkkkkk ijoollee dirre Dawaa namatti toltu
Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa
MashaAllh sharmarke adam bayyee si yaane
Deemsa fayyatu dhageeffatu riqicha
Lola's waraanaa hojii Hidhiin riqicha Ramadaan Mubarak ilmaaniin ittii harkiis ittisaa rasasa
Baga nagahaan nuuf deebi'an dire wood sharmarke ilma adam daminaa
Baga nagaan deebitan Dire wood Mootii Diraamaa Afaan oromoo
smart
Bagaa nagaan dhuftaan sabaa isn jalatutii
Welcome back Direwood 👏👏👏
Numatuu wal gudisaa mee channel kiyyaa kana subscribe godhi
@@Abdul-h8m4i godhetiin jiraa atiis godhii
jabaadhaa warrav dirreetiyubii
Dhaala akkana qashtti dandetti qabdu kanan dhufun baredadha Jabbadha
Akka ijoollee islaamaatti hojjadhaa akka jaraa hin ta'inaa
baga nagaan dhuftaan
baga gammadde bro koo.nuuf jiraadha isiin hundu💚💚
Bagaa nagayaan dhuftaani
Welcome dire wood baye namati tola
Dhufe ko
Welcome back Direwood stars 🎙👍
Betasab nuu taa
@@firewottubu6937 mee channel kiyyaa atisii subscribe godhii
Wall come dire wood our home
Baga hojii tesaniti debitan jabadhaa
Hojii gaariidha!
Welcome back to drama keessanii bayyee yanee please hangaa dandesanitii walitii debiyaa nufii dalagaa yanii Kiyaa kanumaa akka bakkaa duranisanitii nufii debitanii badii qabanaa isin irraa adero
Mee channel kiyyaa kana subscribe godhii numatuu wal gudisaa
Good 👍
Heddu bareda jaabdha 🥰🥰🥰👍👍
Walcome dere wood
❤✌️
Akka namni isin jaalatuun youtubera itoophiya tahuu qabdan ture ammalle hin dabarree jabaadhaa sharmarkeefaa🌹🌹🌹🌹
Kkk takatu kalsi tiyyahu dhiqadhe hin beku jae ara salixni hudun isa bahe🤣🤣🤣🤣
And welcome back Dire Wood
Baqlawa ❣️🥰
Hhhhhhhhhhhhhhhhhhh
Baga nagayan deebitan dhiiga koo