ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Ani kaniin siin jedhu Arroojjiin ilmaa Alaati moo ilma ituuti ?
Ala Kan jedhu sirriimitiMaqaan isaa Kan sirriidhaaAalaa qalloo ti jedhama
Afraan Qaalo 4N ❤❤🐅🐅🐅🐅🐅
Aboo ussi jaarso dh oromo ❤❤❤
Afran Qalloo 1) Baabbile 2) Daga 3) Oborraa fi 4) Ala
Tof
Hayuu Kenya hedduu nuuf Galatomii
Anniyya 7 dhale Afran kodheelle 1 Bidu 2 macca 3 Annaafi 4 kooyye Sadeen sadachaa 1 Baabbo 2 Dambiifi 3 malka Kanaafuu Seenaa yeroo dhiheessitan sirritti xiinxalaa akkasuma Loqoda irrattillee sirreessuu qabdan!
Galatoomi Tooffee keenya
❤❤
Atuu hin bekkamne dursa lakkawadhu?
Gargaduun ho malii
Wayyee
Us dhamaa kijibaa
Seenaa nuuf fiduu keetiif galatoomii garuu seenichi walitti makamaadha seenaa ifaa mitii
Om
Anii humbannaadha waee senaa humbannaa gototaa kenyaa nuu barsisii
Bareefammaan nuf Barreesii galatomii ulfaadhuu
Seenaa hin qoratamin tYou Tube irra hin kaayin. Booda si rakkifti. Yaadni kee baay'ee gaaridha ammoo.
I have a question are hawiye people oromo?
Ta duraan duraa fayyaadahi galatomi ani waninin siif ida'uu waahee Akkichuuti Akkichu khan Obborraa Qallooti inninis weerara Turkiitiin Bareentuma hoggaa cabxu dureen abbaa duulaa kan Bareentumaa ilmi Akkichuu Waraanticha Warrant Nasha ,Bokkoloo Saamaa tifi ... abbooti duulaa tan dhaamsa yoomuu hin irraanfatamne Bareentumaaf dhamte dirmachu barbaada odoo harti hin gonye odoo Raachi hin duune nu dhaqaba dhamsa Oborraa akka amman jaa'mutti Akkichurraa dhufe lola Haroo Jijjigaa. Akkichu ilma Oborraati inninis ilmaan jaha dhale Oborraanis shan dhale Bareentoos saddeet dhale lama dubraa jaha dhiira caal to me for more
Duuba waniin siif ibsu tan biraa khan Bareentuma firraa heeraan baafte Issicha (iissa) malee Akkichuu miti. Akkichu weerara Turkii fi Misraatiin cabxee gariin Islamummaa fudhate nuti shariifaadha ifiin je'ee. Akkichuummaa lagatee ega Islaamummaa fudhate akkasuma Qaalluu ,Shekhaash ,Isaaq, Gaalka hareeyi , warraa warroyiin taatee hafte caal to me
@@Bitayoo-bv5po pls in English I don’t understand afaan oromo
Seenaa dogongora taatee fi dandeeytii dubbisuu gad aanaa akkasii dhiheeysuu keetiif niin gadda.Yoo dandeeyse waan ifa hin taane dhiheeysuu irraa of qusadhu, dandeeytii dubbisuu irratti qabduus fooyyeeyfadhu!
One gallatomii garuu waya ilman daga ti fi wayee illmana Ala siritii iradebi dhan.nufi.ibsii
Humbannaa fi Anniyyaa miti Humbannaa jedhi akka ati jettetti ilmaafi Abbaaniis adda addaaniis gosa adda adda goote
No hin betu ati
Senaa baduu hima jirta gudee😠😠😠🤬
dagaa qaloo
Yanni. Kee. Gaarii. Xiqo.walii. maktte. Youtub.irra. hin.kaayin
Ani kaniin siin jedhu Arroojjiin ilmaa Alaati moo ilma ituuti ?
Ala Kan jedhu sirriimiti
Maqaan isaa Kan sirriidhaa
Aalaa qalloo ti jedhama
Afraan Qaalo 4N ❤❤🐅🐅🐅🐅🐅
Aboo ussi jaarso dh oromo ❤❤❤
Afran Qalloo 1) Baabbile
2) Daga
3) Oborraa fi
4) Ala
Tof
Hayuu Kenya hedduu nuuf Galatomii
Anniyya 7 dhale
Afran kodheelle
1 Bidu
2 macca
3 Annaafi
4 kooyye
Sadeen sadachaa
1 Baabbo
2 Dambiifi
3 malka
Kanaafuu Seenaa yeroo dhiheessitan sirritti xiinxalaa akkasuma Loqoda irrattillee sirreessuu qabdan!
Galatoomi Tooffee keenya
❤❤
Atuu hin bekkamne dursa lakkawadhu?
Gargaduun ho malii
Wayyee
Us dhamaa kijibaa
Seenaa nuuf fiduu keetiif galatoomii garuu seenichi walitti makamaadha seenaa ifaa mitii
Om
Anii humbannaadha waee senaa humbannaa gototaa kenyaa nuu barsisii
Bareefammaan nuf Barreesii galatomii ulfaadhuu
Seenaa hin qoratamin tYou Tube irra hin kaayin. Booda si rakkifti. Yaadni kee baay'ee gaaridha ammoo.
I have a question are hawiye people oromo?
Ta duraan duraa fayyaadahi galatomi ani waninin siif ida'uu waahee Akkichuuti Akkichu khan Obborraa Qallooti inninis weerara Turkiitiin Bareentuma hoggaa cabxu dureen abbaa duulaa kan Bareentumaa ilmi Akkichuu Waraanticha Warrant Nasha ,Bokkoloo Saamaa tifi ... abbooti duulaa tan dhaamsa yoomuu hin irraanfatamne Bareentumaaf dhamte dirmachu barbaada odoo harti hin gonye odoo Raachi hin duune nu dhaqaba dhamsa Oborraa akka amman jaa'mutti Akkichurraa dhufe lola Haroo Jijjigaa. Akkichu ilma Oborraati inninis ilmaan jaha dhale Oborraanis shan dhale Bareentoos saddeet dhale lama dubraa jaha dhiira caal to me for more
Duuba waniin siif ibsu tan biraa khan Bareentuma firraa heeraan baafte Issicha (iissa) malee Akkichuu miti. Akkichu weerara Turkii fi Misraatiin cabxee gariin Islamummaa fudhate nuti shariifaadha ifiin je'ee. Akkichuummaa lagatee ega Islaamummaa fudhate akkasuma Qaalluu ,Shekhaash ,Isaaq, Gaalka hareeyi , warraa warroyiin taatee hafte caal to me
@@Bitayoo-bv5po pls in English I don’t understand afaan oromo
Seenaa dogongora taatee fi dandeeytii dubbisuu gad aanaa akkasii dhiheeysuu keetiif niin gadda.
Yoo dandeeyse waan ifa hin taane dhiheeysuu irraa of qusadhu, dandeeytii dubbisuu irratti qabduus fooyyeeyfadhu!