yaadan jooree,jawwaree malli na dhibee gadhiisee baduufis biyya kiyyaa............jage what special music it is!!!!!!!***salphina qirraari fi firfari abbaatu dabalata*** weyane........
I really appreciate all your hard work to bring this music to the world. Before I didn't know and when I keep listening to this music it is best musician. keep it up
yaa ummata oromo jabadha dhumini kenya ifa oromoni koo qulqquludha malifi akka nuti jabate saba koo garani koo na hamate boheni dadhabe rabbini gumma oromo ha barabadu saba koo nafi jiradhu galani kessani billisuma hatahu bari kuni bara billisumati jabadha dukana duba ifatu jira
wow wow jabaadhu lammii koo ittii fufii qommoo koo dhugaadhaa👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
wowwwwww baye namati tola ani sati didami afuri osoni dagahe hin ifadhu jabadhu waqayo si wajin haa tau 👍❤❤❤❤❤❤
yaadan jooree,jawwaree malli na dhibee gadhiisee baduufis biyya kiyyaa............jage what special music it is!!!!!!!***salphina qirraari fi firfari abbaatu dabalata*** weyane........
Qururaa garbuu, gootni Oromoo roorroo hin sarmu, hin roorrisa malee! Akkas malee goota biyya koo. Heedduu na gammachiiste, fagoo waanan jiruuf ammoo na boochifte. Heeddu bareeda, jabaadhu ittuma nuuf dabali. .
Sabboonaa maqaa.inu.sigaa
sabaa koo jabadhaa siilaa biyyaa banee guyyaa tokko inumaa isiincinaadhaabaannaa
wawuu bayyetti namatti jabadhuu lencaa nama. shubistonnii bayyetti. namatti tolu.
WOW I Love Oromo .Dinadine Gallata Beshule FROM USA Virginia
diraamaa afaan oromoo
Woooww Woooww Woooww Woooooww sanyii koo jiraadhu Umurii nuf dheradhu 👍👍👍👍👍👍👍👍💗
I really appreciate all your hard work to bring this music to the world. Before I didn't know and when I keep listening to this music it is best musician. keep it up
some
Shari
Hagi Shass
wowwwwwwwwww
baay'ee galatoomii qomoo koo iji dina si hin arginii sanyii offii sabboonaa keenyaa nuf jiraadhuu
wowwwwww Lencaa oromoo umurii kiyyaa iraa osoon wagaa shaan sif keene
hawwii tasfayee kkkkkkkkkkkkkk
Wow wow wow wow wow leenca oromoo jabaadhu rabbi siwaliin haata'u
WOW WOW WOW WOW WOW WOW WOW heedduu namati tolaa saaboon Oromo nuuf jiradhu horii bulii waan ofi
wwwwwww baay'ee bareeda jabaadhu lammii koo
Wwwww baay'ee namatti tola dhugaa rabbii waaqayyo si haa jiraachisu 💞 💞 🕺🕺💪💪❣️❣️💯💯💯💯💯💯😢😢
gaagama ilmaa sabona oromoo baay'een si jaalaa laammi koo karoraa kee kanbdabalatan yaadda jirtuu fixan sif haa baa'uu jiraadhuu yoomuu uuphaaaaaaa
wow wow bayyetti namatti tolaa jabadhuu lammi koo hallummaa kanan ittii fufii.
woooooww yaa gotichaa oromo jaabadhuu galanii kee bilisuma ijjiffanooni yaa ta uu.
Uuuuuufffffff bay.ee baredaa sirbii kee akkanumatti itti fufi sabona ilma oromo jabadhu sanyii ofi mali akka sii jedhuu hin qabu galani kee bilisomna yaa tahuu jabadhu
baay'ee baay'ee namati tola nuuf jiraadhu galaanni kee Bilisuumma haa tahu
waan offi koo baye'e bareda nuu jiradhu sabona ilmaa oromoo sii jalana umuri nuu dheradhu tiru koo
jabaaduu sanyii Tadee leecaa koo maqaduumanii sinif mogasuun dabee
woooo nuu jiradhuu sabonaa oromo Nigisit jorndaani iraa
baay'ee jaaladhe sirboota kee hundaa jabaadhu kana caala cimi. from switzerland. nan dhufa gaafa oromiyaan bilisoomtee!
woww baaye namatti tola jabadhu itti fufii
jabadhuu qerroo oromoo yommiyuu qabsoo kan ummaata oromootii akkanumaatii ittii fufii baayee sii jaladhaa uuuuuuuuuphaaaaaa
eeyee akkan kaa jajabee ilama oromoo nuuf jiradhu gotaa Kenya yaa sabaa koo
wowwwwwww❤❤❤❤❤❤❤💋👍✌✌💞
gofta koo jabadhu lencaa oromo great job I like it soooooooooooo !
dhuuga ketii jaabadha
i love you
Akkas joba dhiira!
Jabaadhu!!!!
WOWAWOAWOWA JIRAADHU Umurin Kee Haa Dheraatu Uuuuuuuffff
from Michigan U.S.A
where in MI
hi
lamiikoo galanii kee biilisumaa hatuu jabadhu bayee namti tolaa
wowwwwwwwwwwwwwwww jiradhuuuuuuuuuu umurii baraaaaaaa dheraa saboonaa kenyaa jabadhuuuuuuu rabbii bilisuumaa siihaa hagarsisuu waqqayyoo sii walin haa tahuu yeroo maraa saboonaa keenyaa 🙌🙌🙌🙌💚💚💚💔💔💔💔💘💘💘💘💘👈👌
OROMOO SHAWAA woooooooooo.
wa wa wa wawa wawa namati tolota sanyi nama jabadhu akkasitti male akkanumati itti nu fufi dhugaa jette 💋
Lencaa Koo uuufff jiradhuu kaan Akkaa kee Amaa ilee Rabbii nuf yaa keenuu
jabadhuu qeroo siintu abba biyaatii 😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤💘💘❤❤💘❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪👈
Gete Aduna
wwwwooowwwww saboonaa oromoo baay.ee namati tolta ijaa diina irraa nuu hafii
wwwwww jabadhuu.roman kweti iraa
You did it . jabaadhu ! leenca ko.
Bekee sii midhaa hundatii garaa hin himatin dhugaa keti jabadhuu itii fufii sabonaa oromo sii jalanaa saudi Arabia irraa
jabadhu jabdhu gotaa oromoo itti fuffii waqqani si gargaruu
AdanHijlokowq
Adanu Tulu ኡጋዳ
Yoo booqni daadhi ta'e malee
yoo coomni gaari ta'e malee
salphina qirraarif firfaari abbaa dabalata 👍👍👍👍
sirbii kakee marruu bayee garii jabadhu etifuff.
mashallaa jabadhuu saboonaa oromoo100%100
saudi Arabirraa
Amazing music❤❤❤🎉
jabadhu baaye bareda. keep it up bro.
osoo dhagefaa'e hin gesinee bayee tokoo jaladhee 💔👌🙏😍😍😍
jabadhuu Qabsoo jechaan waan danda'aan hojechudha
malo gurba. nutti. sente. mitti. saroni. obolakenya. fixa. jirti. malo. jajabadha.
wowowowow👍💜💛💜💛💚 jabadhu saboona keenyaa
uuuuuuuuuuuuuuuu fffffffffffffffff dhugaa jetee jabadhu lamikoo bayye namati tola galatoma,
Qeerroo Galatomaa
Beautiful song I love it.
jaagamaa taaddalaa goota oromoo dhiiraa baddaa jalduu goodaa biichoo waaqayyoon ijaa hamtuu irraa jabaadhu qabu obbolessaa keenyaa goota keenyaa qeerransa qeerransii dhalchee
waw waw bayee namtitola haman sin argin sanyikoo
ele sibilaa tuqan malee hin gutanii
akkasii malee sirbaa bayee namaa boharsuu dhaa jabadhuu kanaa calaa hojedhuu
Heddu namati tola nuuf jiradha jabadhu
wowwwwwwww
wow wow bay,ee baredadha jabadhu sabona ilma oromo ♡♡♡♡♡♡
Uuuuuuuffff Nuufi jiradhuu wan ofii kooo
sanyii namaa dhuugguumaa jetee
sanyii nam jabadhuu
I love you from va. U S A
baayee baadedha.horii buli kormeekoo
eeeebbbbbaaadddde maalaan godha naaf jiradhuu jaagamaa koo
bay ee sijaladha gota oromo
waqni isin hagargaru gota oromo
Nufii Jirdhuu Jajabewanii Koo 👍
jabadhu lammi koo bayye baredaa bayye sii jalaladhaaaa
jage jabadhu sinjajja!!!!!!!!
Oromo koo wari wall qoqoddan sirba kana dedebiya dhagefadhaa
Wow umrii dheeradhu !
wowwww goticha koo naaf jiradhu iji dinna sinargini sabonticha koo
lennca koo jabbadhu
Wariso Galato jabadha.iyole.ormoo
woyyo qerro oromo jabdha issin jalldha Love Love
Hundatai garra hin himatin dhugaa jetee sii wajjin nyatee garagale si nyataa
Jagamaa sirbaa dhagefadhe hin lubuu koo
Mee umurii dheraa nuuf jiraadhuu qaalii ilmaa sabaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sanyii tadee namatii toltaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
hamtuunii siii argiinnii gaariinni siii darbiinnii gootaa koooo
uuuffffff hawiin kee galma sif ya gahu yaa waan ofii
Jiradhuuuuuuuuuu amalee murii dharadhu gota kenya sabona abba biyya
Bayyee bayyee namati tola nufii jiradhuu bakka jirtuti
jabadhuu leencaa oromoo koo
Ganet sulultaa
lkjjmnn.lkjjmnn
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Arraagessi garaa guttannaan lammii hin yaadatu.....dhugaa dha
IT IS GOOD TO FOLLOW AT EVERY DAY YOU TUBE
wooooooow bayee baredaa lammi koo jabbadhu
Jabaadhuu qerrooko!!!
Goota gaafa xiqqqii
woooooooooooooooooooooooooooooooow amazing musics
for me this song is top ten. I don't fully understand but i get 70% Jabdha!!
yaa ummata oromo jabadha dhumini kenya ifa oromoni koo qulqquludha malifi akka nuti jabate saba koo garani koo na hamate boheni dadhabe rabbini gumma oromo ha barabadu saba koo nafi jiradhu galani kessani billisuma hatahu bari kuni bara billisumati jabadha dukana duba ifatu jira
Wowwwwww baayee basYeee!
homaa miti amma hundu bakka argachuuf jirti abba biyyaaf bakka argama lammiin of baree dhiiga koo galatoomii namatti tola.
' i uuuqq
Firomsa Dame .maqaa.ini.degani
Firomsa Dame h
የአገሬ ልጅ በጣም ደስ ይላል
hi
Dhuguma jeete bar sabona keenya
bayyee namatii tolaa sanyi gotaa sin jaladhaa!!
Best music
wowwwwwwwwwwwwwwwwwwwww jiraadhu sanyiikoo
Bayyee namatti tola!
ahhhhhhhhhh ati waan ta'ekukuffista moo maaf JAAGAMAA siin jedhanii ??ati silaa akkas bareeddaa leenca oromoo jiraadhu
WOW Music Message full
I Love oromoo💓💓💓💓👍👍👍👍💋💋💋💋
Salphina, qirraarii, fi firfariii abbatu dabalata!
yaaa Lammii koo, xiiqiin dammarra miofti xiqeeffadhu!
Jagamaa koo sii kabajna nuuf jiraadhu !
Jabaadhu.oromoo.koo
I prowled of my people oromo. Dulla Gallata Beshule. u s a