Qaaanqee Show:- 'Naqadheen durba fuudha!!' Obbo Eebbaa Lammii waliin Kutaa 1ffaa

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 28 ส.ค. 2024
  • Join this channel to get access to perks:
    / @qaanqeeshow
    Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
    #HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

ความคิดเห็น • 419

  • @hawwiimucaayawayidoo4156
    @hawwiimucaayawayidoo4156 5 หลายเดือนก่อน +10

    Wwwwwww dhugaa hojii gaariidhaa jabadhaa habtee galatomii tadee fi hundii keessaan warrii gargartaan hundii keessaan galatomaa😍😍😍

  • @gosadibaba
    @gosadibaba 5 หลายเดือนก่อน +29

    Habtish, You deserve thanks and respect for presenting this talented father here❤

    • @birhanukufa8995
      @birhanukufa8995 5 หลายเดือนก่อน +1

      Thanks a lot habtish

    • @AbdetaDadi-fj4eq
      @AbdetaDadi-fj4eq 5 หลายเดือนก่อน

      Jaarsa cimaadha umurii haa dheeratu !

  • @worknehnerea8322
    @worknehnerea8322 5 หลายเดือนก่อน +13

    ቃንቄ ሾው በጣም እናምግናለን ❤እኚህ ታሪካው ስው በማቅረብህ ጋላቶሚ ዋን ሁንዳፉ

  • @abaytesfaye2619
    @abaytesfaye2619 5 หลายเดือนก่อน +7

    Anaan abbaa koo! Surely this father have good talents,what he speak is really matured and well cohereinted! Media's have power to show him!!

  • @aminabdulkadir3312
    @aminabdulkadir3312 5 หลายเดือนก่อน +24

    Habtish heddu galatomi abba kenya umri isani nuf hadheressu anis waankiyya argadhen enjoy itti godhan jira imimanis naqabera ittis gammadatuma 😭😭🎉❤

  • @FamilyChannel7-37
    @FamilyChannel7-37 5 หลายเดือนก่อน +7

    Habte Qaxaalee… God bless you! This touched my soul!

    • @ksaksa-dh7hy
      @ksaksa-dh7hy 5 หลายเดือนก่อน

      ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SammaanSiraaj
    @SammaanSiraaj 5 หลายเดือนก่อน +5

    Habtee koo umrii kee umri harragesa isiniif ha laatu O koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-jx3qj8ju6w
    @user-jx3qj8ju6w 5 หลายเดือนก่อน +16

    ❤❤ዋው በጣም ደስ የሚሉ አባት እድሜና ጤና ይስጥልን ❤❤❤❤

  • @wolkiteendaleguteta5553
    @wolkiteendaleguteta5553 5 หลายเดือนก่อน +3

    Thank you Habtee, Tade and the first Afan Oromo commutator

  • @user-ry1zc9nv2d
    @user-ry1zc9nv2d 5 หลายเดือนก่อน +2

    Umurii dheraa sin haa jirachiisuu
    Waqayoo abba koo❤❤❤❤😢

  • @olingahsule1040
    @olingahsule1040 5 หลายเดือนก่อน +4

    I loved you more than ever Haptamu lamu❤

  • @adamahmed1788
    @adamahmed1788 5 หลายเดือนก่อน +2

    Umrii dheertu nuuf jiraadha abba ko Eebbaa lammii❤❤❤❤❤❤ habtamu ko atilleen nuuf galatoomi❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-wp5bo6kd4o
    @user-wp5bo6kd4o 5 หลายเดือนก่อน +2

    Baayee galatoomii abtamuu❤❤❤❤❤❤❤❤nuuf jiradhuu

  • @robaoddaa2362
    @robaoddaa2362 5 หลายเดือนก่อน +3

    Wow really doing excellent job
    Specially
    What you did for this father
    I lost words to say thanks
    Kan jiraa issa ulffesuu akana
    Specially thanks to our great oromo
    Tadalaa
    Dassuu ( amsle’e das jeedhii jiradhuu )
    Akaa abbaa kenyaa kanaa gamachiftaniti

  • @robashow7614
    @robashow7614 5 หลายเดือนก่อน +6

    Eebbaan maqa tole❤
    Long live for icon man

  • @gutemaguutuu5117
    @gutemaguutuu5117 5 หลายเดือนก่อน +1

    Tadele Gemechu never cease to amaze me. 🎉❤😊

  • @SariQueen-mx3sv
    @SariQueen-mx3sv 5 หลายเดือนก่อน +3

    Waw namichaa biyyaako wayyuu tuqaa❤❤

  • @DareAbel
    @DareAbel 5 หลายเดือนก่อน +2

    waqqayyoo isin haa ebbisu

  • @user-gk3kc9cd6r
    @user-gk3kc9cd6r 5 หลายเดือนก่อน

    Habte guddaa galatoomii, nuuf buli umrii dheeradhu.thank you within great respection

  • @EphremBeri
    @EphremBeri 5 หลายเดือนก่อน +1

    Thank you Habtamu Lamu ,,,,,may God bless you and Adugna Angasu

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 5 หลายเดือนก่อน +1

    Wowwwww dhugaa hojii gaariidhaa❤❤❤❤❤

  • @OromiaMediaCenterMiidiyaaHandu
    @OromiaMediaCenterMiidiyaaHandu 5 หลายเดือนก่อน +1

    Thank you our great and respectable brother

  • @birhanukenate7466
    @birhanukenate7466 5 หลายเดือนก่อน +1

    Really amazing Job, Habtish Baay'ee Galatoomi, Nama dhokate ifatti baastan!

  • @user-oc9fw1pb2g
    @user-oc9fw1pb2g 5 หลายเดือนก่อน +1

    Habtaamu hedduu galatoomi dandeettii Abbootiin keenya uumamaan qaban iyyaafattee ilma sabaa ta'us kees mirkaneessiteetta ! Nama maqaan isaanii Obbo Tolasaa jedhaman dandeettii ajaa'ibaa gama aartii Masanqoon qaban jiru maaloo akkuma Abbaa keenya kana ifatti baafte isa kanas nuuf dhiheessi !

  • @bontuboru2097
    @bontuboru2097 5 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyoo Isiin Ha Eebbisuu❤❤❤❤😍😍😍👍👍👍

  • @ephremwolde3790
    @ephremwolde3790 5 หลายเดือนก่อน +1

    Habtish Galanni dachaa siif haa ta'u🙏

  • @user-bi8cz4vs3f
    @user-bi8cz4vs3f 5 หลายเดือนก่อน +1

    Umurii dheeraa isiniif haa keenuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @tameosmantameosman1631
    @tameosmantameosman1631 5 หลายเดือนก่อน

    Habtee raayyaa abbaa maccaa nuuf dhiyeessi mee❤
    Manguddoo ajaa'ibaati umrii nuuf haa dheeratan ❤😊

  • @seniyaefdsiyum3964
    @seniyaefdsiyum3964 5 หลายเดือนก่อน

    Wow so Amazing habtshaa galatomii atisii!!🎉

  • @GadiseMamo
    @GadiseMamo 5 หลายเดือนก่อน +1

    Wow wow jarsaa tonkolanyaa kana waqayyooo umurii isaa yaa dheresuu❤😅😅😅😅😅😅

  • @debelatarecha
    @debelatarecha 5 หลายเดือนก่อน

    Wow amazing video and talented hero father❤

  • @hansaareeshow7961
    @hansaareeshow7961 5 หลายเดือนก่อน +2

    Habtee Baga Jiraatte dhugaa rabbii hedduun si diqisifadha.

  • @ashenafisafawo6068
    @ashenafisafawo6068 5 หลายเดือนก่อน +1

    Wow thanks ❤❤❤❤

  • @ebsaetana9651
    @ebsaetana9651 5 หลายเดือนก่อน

    waan garii akkasii kana hojjechuun bayyee garaa nama cibsa jabaadhu

  • @zedo8044
    @zedo8044 5 หลายเดือนก่อน

    Ergaa ajaayibati Abbaa keenya❤❤❤

  • @motitsegaye7257
    @motitsegaye7257 5 หลายเดือนก่อน +1

    I appreciate you Habtish I'm so happy thanks

  • @caalookakebede9280
    @caalookakebede9280 5 หลายเดือนก่อน

    Wow wow nuuf jiraadha abbaa koo

  • @EliasEnjigu
    @EliasEnjigu 5 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyo si haa eebbisu habteekoo nuuf jiraadhu

  • @user-dq8rh6lo5t
    @user-dq8rh6lo5t 5 หลายเดือนก่อน

    Habte keenyaa hafii nuuf jiraadhu dhugaa baay'ee sii dinqiifaadha.... ammas haallaa kanan itti nuuf fufii namoota baay'eettu jiraa ammas achumaan gara horrootti imaali dhamsaa kootti.....❤❤❤ .. I'm proud of you ❤❤❤

  • @Zakabda1234
    @Zakabda1234 5 หลายเดือนก่อน

    🎉Habtaamuu Lamuu wallahi baayyee si galateeffanna.umrii dheraaf jireenya rahaaa/gammachuu sihaa jiraachisu galatoomi jiraadhu jabaadhu

  • @WakgariFerede
    @WakgariFerede 5 หลายเดือนก่อน

    Habtaamu waqayyoo si ha Ebbiisuu hojjii gaarii Akkasii Abbaa irraanfatamee akkasitti umataattii baste akka innii gargaramuu gochuu ketiif Ulfadhuu Ebbiifamii big respect

  • @Littileorogyrl-rm9uo
    @Littileorogyrl-rm9uo 5 หลายเดือนก่อน +2

    Thank you habtish ❤❤❤

  • @gedawarriors9000
    @gedawarriors9000 5 หลายเดือนก่อน +2

    You did great brother habtamu!

  • @user-jl6pl9ct6w
    @user-jl6pl9ct6w 5 หลายเดือนก่อน

    Umurii dheera nuuf jiraadha Abba keenya ❤❤❤

  • @user-rp4pr6zb2n
    @user-rp4pr6zb2n 5 หลายเดือนก่อน +1

    Nuuf jiraadha waggaa 1000 (kuma)❤❤❤❤

  • @bonsaasefa2034
    @bonsaasefa2034 5 หลายเดือนก่อน

    Aja'iba namni talent akkasi qabuu wagga hamma kana dhokfame utuu ummatan wal hinbariin ta'uunsa nama ajai'aba! Atis kan sitti baases ulfaadha

  • @ayyeeadunyaa2171
    @ayyeeadunyaa2171 5 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa dubataan jarsii kunii mucaan issaan mana Mucaa wasilaa koot horii egaa jiraa 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼garruu waqayyoo guyyaa qaba edaa

    • @hanatu
      @hanatu 5 หลายเดือนก่อน

      Eyee Waqaa guyaa qabaa dhuga ❤

  • @SintayoDeressa
    @SintayoDeressa 5 หลายเดือนก่อน

    Habtee qaxalticha ilma sabaa nu boosteem nuuf jiraadhu namoota akkasii mullisuu keef.miidiyaan akkasii dhabamuun namoota akkasii kennaa addaa qaban baayyeen dhokatanii jiru.Yaa ilma sabaa keenyaa waan nama ajaahibu namni akka obbo Eebbaa kanaa keennaa gaazexessummaa osoo hin baratin gonfatan tokko godina jimmaa aanaa limmuu kossaa magaalaa limmuu gannat keessa jiru.hojii humnaan jiraatu,Gammadaa Show irratti dhiyaatanii turan hadaraa nuuf dubbisi.

  • @megersaabone4164
    @megersaabone4164 5 หลายเดือนก่อน

    wow baay'ee namatti tola;Guddaa galaatomi habtamu

  • @jebessazeleke993
    @jebessazeleke993 5 หลายเดือนก่อน

    Baayyee sittis isaanittis Gammanne❤

  • @user-zv9vv5uc9h
    @user-zv9vv5uc9h 5 หลายเดือนก่อน +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ maloo wanumma tokko haa godhamuufii

  • @bosonacilaalo4252
    @bosonacilaalo4252 5 หลายเดือนก่อน

    Hedduu galatoomi Abbaa Qaanqee show! Jaarsa kan afeeruu keef

  • @dirrootube3519
    @dirrootube3519 5 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuffffffeeeeeee abba keenyaa jabaadhaa

  • @AbdulazizAbajihad
    @AbdulazizAbajihad 5 หลายเดือนก่อน

    Woow habte koo baga nuuf fidde

  • @user-zd7no5re5n
    @user-zd7no5re5n 5 หลายเดือนก่อน

    Wow amazing father long life for you ❤️❤️

  • @user-ez7if5vv4w
    @user-ez7if5vv4w 5 หลายเดือนก่อน

    Nuuf jiraadha ebifaammaa dachaa gooftaan umraa siinif haa kenuu❤❤❤

  • @mekonintesgera6714
    @mekonintesgera6714 5 หลายเดือนก่อน

    Habtee Namoonni akka kee nuuf haa baay'atanii nama guddaa kana nuuf dhi'eessuu keetiif galatoomi!

  • @kumibahrain8137
    @kumibahrain8137 5 หลายเดือนก่อน

    Abbaa kenyaa waqayyoo umurii keessaan haa dheeressu❤❤❤ H,Galatomi🙏🙏

  • @NaziifImar-lz5sh
    @NaziifImar-lz5sh 5 หลายเดือนก่อน +1

    Of dhaaddaa sa

  • @keenaakoo9378
    @keenaakoo9378 5 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuuuffffffff ulfaadha umurii dheraa jiraadha Abbaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢

  • @user-ed2gq8pf4i
    @user-ed2gq8pf4i 5 หลายเดือนก่อน

    Uuuffeee ebifama dachaa Abayii koo umuriin kesan nuf hadheratuu.😢😢😢😢bayeen jaladhee uuufffeee abiyee koo maloo digarsii cimaan ha godhamufii

  • @terefemelka922
    @terefemelka922 5 หลายเดือนก่อน

    Habtee baayee galatoomi namoonni akka kanaa baadiyyaa oromiyaa keessa baayeetu jira jabaadhaa as baasaa!!

  • @GadiseGelgel
    @GadiseGelgel 5 หลายเดือนก่อน

    Abbaa koo obboo ebbaa lammii waggaa 10000000k nuf jiradha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ri1ux4pe4d
    @user-ri1ux4pe4d 5 หลายเดือนก่อน

    Waan akkaa mukkaa ororoo jedhani

  • @user-tu5xw2kg5q
    @user-tu5xw2kg5q 5 หลายเดือนก่อน

    Habtish baayee Sin gaalateeffanaa. Abbaa keenyaa nuf jirraadhaa

  • @SINGITANDESSALEGNBIRASASINGITA
    @SINGITANDESSALEGNBIRASASINGITA 5 หลายเดือนก่อน

    Habtamu guddaa galatoomii sin si jaalladhu olittii rabbii siha jaallatuu❤❤❤❤

  • @Natowallo
    @Natowallo 5 หลายเดือนก่อน

    Wwa qanqe jabadhu. Qeerroo wallo nuufidi oke❤

  • @waktolalamesa9475
    @waktolalamesa9475 5 หลายเดือนก่อน

    wow!!!!obbo Habtaamuu Lamuu,umurii dheeraa nuuf jiraadhu,sanyii gootaa, nu bashannansiifte,ergaa guddaa of keessaa qabus irraa baradheera,itti nuuf fufi,nuu jiraadhu sanyii gootaa!!!!

  • @amantebalay9774
    @amantebalay9774 5 หลายเดือนก่อน +1

    Respect for Habtish

  • @user-nl6zk2bj3q
    @user-nl6zk2bj3q 5 หลายเดือนก่อน

    jabaadhu habtee koo hayyuu bayyee qabdi oromoon kan biraas nuuf baasii waa hedduu irraa barannee

  • @naarobikaashow1837
    @naarobikaashow1837 5 หลายเดือนก่อน +1

    wowuu kanin duraan hojii ketii akasi maraa bakkaa hin qabuu turee garuu dhugaa bay'ee natii tolee abbaa koo umuri dhera nuuf jiradhuu gotaa artii

  • @user-uj8wh9ge8i
    @user-uj8wh9ge8i 5 หลายเดือนก่อน

    Uuffee manguddoo bashasha kana rabbi karaa dhugaati isaan haa fiiduu ❤😊

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 5 หลายเดือนก่อน

    Dansaadha. Continue more qanqee jajjabaadhu.

  • @lammioro6984
    @lammioro6984 5 หลายเดือนก่อน

    Hijjii akkaa kanaati nuuf jabadhuu Habti. Bayyee galatoomii

  • @beyenejilo6798
    @beyenejilo6798 5 หลายเดือนก่อน

    rabbin isin ha eebisu jiradha

  • @aminmohammed632
    @aminmohammed632 5 หลายเดือนก่อน

    Umrii dheeraa rabbi isinif hakennu abbaa koo! Nama akkanaa gara bira dhaabbachuun barbaachisaadha ya oromo koo!!

  • @dawitalazar5311
    @dawitalazar5311 5 หลายเดือนก่อน

    Amazing one

  • @TamamTamana
    @TamamTamana 5 หลายเดือนก่อน +1

    Habtish❤ tankyou

  • @hirqheetasafayeetasafayee4181
    @hirqheetasafayeetasafayee4181 5 หลายเดือนก่อน

    Umurii dheraa nufii jiradhaa Abb kenyaa ❤❤❤

  • @user-de6ts9ps7t
    @user-de6ts9ps7t 5 หลายเดือนก่อน

    Habtish ilma Oromoo Goota dhugaati ati dhuguma qaxaleedha ati nuuf jiraadhu kabajamii

  • @janbotube508
    @janbotube508 5 หลายเดือนก่อน

    Jabadhu jeneral galatomi

  • @Genet800
    @Genet800 5 หลายเดือนก่อน

    Yaa waaqayyo ulfini keeti inni kafa onna keessa nama bastuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Abdioro12-np5wm
    @Abdioro12-np5wm 5 หลายเดือนก่อน

    Abbaakoo nama cimaa❤umurii nuuf dheeradhu

  • @HarunHussen-th6jl
    @HarunHussen-th6jl 5 หลายเดือนก่อน

    Habtish umrii isiniif haa kennu!.

  • @WakumaSeyoum
    @WakumaSeyoum 5 หลายเดือนก่อน

    Habtaamuu Lamuu waaqayyo bara kee jireenya kee haa eebbisu. hojii kee kan durii irrayyuu har'a baayyeen sitti gammade.eebbifami.

  • @user-tu5xw2kg5q
    @user-tu5xw2kg5q 5 หลายเดือนก่อน

    Habtish ko umurii ke nuf haa dheerressuu ..nuf jirraadhuu

  • @user-fu9ul6lg7c
    @user-fu9ul6lg7c 5 หลายเดือนก่อน

    Habtish guddaa galatoom!

  • @AbdetaDadi-fj4eq
    @AbdetaDadi-fj4eq 5 หลายเดือนก่อน

    thanks very much Habtish!

  • @user-uz4mp7gb8r
    @user-uz4mp7gb8r 5 หลายเดือนก่อน

    Jenaraaltichi dhuguma jeneerala dha. jabaadhuu hiyyeessa baay'ee jiraniif daandii tahi

  • @milkesawedajo5979
    @milkesawedajo5979 5 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤Habtish Jabadhuu gayeen keessan guddadha

  • @motihundera7796
    @motihundera7796 5 หลายเดือนก่อน

    Good job; Miidiyaan waan Akkas barumsa qabuu fi bashannansiisaa Original tahe kan dhokate mul’isuun gaariidha.

  • @biliseedaanii3611
    @biliseedaanii3611 5 หลายเดือนก่อน

    Habte ebbifami❤ media ketti waamte harka duwwaa waan gadii lakkifneef

  • @hamzajawweeyutbe4939
    @hamzajawweeyutbe4939 5 หลายเดือนก่อน

    Qanqee Show Numaa jirta Saa

  • @samsungmobilee5215
    @samsungmobilee5215 5 หลายเดือนก่อน

    Abbaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤umrii dheera nuf jiraadha ❤❤❤❤

  • @alevoltage1
    @alevoltage1 5 หลายเดือนก่อน

    Qaanqee show waaqni isiin haa ebbisuu

  • @muhamednur2614
    @muhamednur2614 5 หลายเดือนก่อน +1

    Heddu galatoomi Haftee🎉❤

  • @tolawaktaye904
    @tolawaktaye904 5 หลายเดือนก่อน

    Umurii dheeraa nuuf jiraadha. Habtish ulfaadhuu

  • @user-fp8mu5hx3n
    @user-fp8mu5hx3n 5 หลายเดือนก่อน

    Hafte gooftaan si haa eebbisu namoota dhokatanii turan akkasitti baasuukeef jabaadhu itti fufi

  • @amanuelzarihun226
    @amanuelzarihun226 5 หลายเดือนก่อน

    Galatoomi Habtish! Nama jabaa kanaaf kabaji in mala dhugaa

  • @derejeteferi8449
    @derejeteferi8449 5 หลายเดือนก่อน

    Amazing!