Dr. Abiyyi Ahmad, Kora Sabaarratti Maal dhaammatan? OBN Muddee 09 bara 2011 Part Two

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 29 ต.ค. 2024

ความคิดเห็น • 458

  • @wnwn8804
    @wnwn8804 5 ปีที่แล้ว

    Dr.Abiyii fi lamaa ijaa umataa guutu laltufii muliftuu Kan tataan umurii dheeraa dha Kan isiin jibbituu waqqayyo yaa jibbu lafara ishe yaa dhabbu issin jabbadhaa leencaawwan hatii deese mirgii kenyumaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @sableworkabdi2725
    @sableworkabdi2725 5 ปีที่แล้ว +19

    እዉነት እናንተን የሚጠላ የተረገመ ነዉ አንደበታቹ ይባረክ ምርት የኢ/ያ ልጆች

    • @ababachfayera826
      @ababachfayera826 5 ปีที่แล้ว +1

      Hubannaa nuuf haa kennu gooftaan saba koo yoom akka boqonnu rabbiitu beeka

    • @hbabohababo2649
      @hbabohababo2649 5 ปีที่แล้ว

      Yes

    • @GtewGh
      @GtewGh 5 ปีที่แล้ว

      Sablework abdi se2gdvbsd

    • @samirasamiraa1343
      @samirasamiraa1343 5 ปีที่แล้ว

      😁😁😁😁🤑🤑🤑🤑🤑🤑

    • @elyaasidrees2535
      @elyaasidrees2535 5 ปีที่แล้ว

      @

  • @unityispower8336
    @unityispower8336 5 ปีที่แล้ว

    ONNEE koorraan isin jaalladha, osoo Umurii kennuun danda'amee Lubbuu koo isiniif kenneen Umrii keessan irratti isiniif dabala. RABBI umrii dheertuu isiniif haa Kennu, Rabbi isin haa tiysu

  • @samarhsamarh5015
    @samarhsamarh5015 5 ปีที่แล้ว +8

    Sirrriidha wollahii .worrii sammuun Rafuu Doctor abiyyiin hin qeeqiina doctor abiyyìin qaamaf qalbiin biyyaa ofiiti dhabbata

  • @snaapsnaap6845
    @snaapsnaap6845 5 ปีที่แล้ว

    Jabaadha rabbii isiini wojjiin haa jiraatu sanyiikoo hamtuuni siini argiini gaariini toltuuni siini darbiini
    Maaloo maafii hacee afeeruu Dhabdaani
    Maaloo maafii ardhaa caffee araaraa kanaatti isiini wojjiin hirmaachuu dhabee
    Maaloo kani nuuf raagee Araati killoo nutu anee oromoni jedhee nuuf laalabee nuf raagee nuuf geraaree
    Sanumaaf akkaa gammadu bakkaa hawwii isaa oromo jalaatu wojjiin olee
    Qopheesitonni sagaanta kana maafii hacee dagaatani?
    Jal Dr Abiyyee fi Dr lammaa love you

  • @adanechmeskela759
    @adanechmeskela759 5 ปีที่แล้ว +6

    የአስተሳሰብ አድማሳችሁ እጅግ የሰፋና በጥበብ የተሞላችሁ መሪዎች አገር ወዳዶች። ብርቅ ልጆች በታሪክ መዝገብ እየተዘከሩ የሚኖሩ ታሪክ ሰሪ ምርጥና ውድ የኢትዮጵያ ልጆች አብይና ለማ ፈጣሪ ይጠብቅልን። አንደበታችሁ ይባረክ እግዚአብሔር ይጠብቃችሁ::እረጅም እድሜ እና ጤና ይስጣችሁ እንወዳችሁዋለን::

  • @miiamenxaa4859
    @miiamenxaa4859 4 ปีที่แล้ว

    Dhugaa Aboti koo Orromon Took Abiy fi Leemani kenya nufi Ajirateni ballow Yaa umaat kooti Aboti kenyyaa dhaagahuu Qabiina 😭😭👈❤❤❤💜❤💟🖤❤💟🖤

  • @workineshdida4754
    @workineshdida4754 ปีที่แล้ว

    Jiirdhaa lamiiwan koo ❤❤❤❤❤❤❤❤yaa waqayoo mee oromo tokko godhii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ummukaalid4288
    @ummukaalid4288 5 ปีที่แล้ว +2

    Rabbin umrii keessan haa dheeresuu inshallah nuuf jabaadha wal jajjabeesa tokko akka rabbin nuu taasiisuu

    • @menbratsehay7316
      @menbratsehay7316 5 ปีที่แล้ว

      ጤና ይስጥልኝ እወድዳችኻለሁ እያደረጋቾሁት ያላችሁትያላችሁት ነገር መልካም ነው እባካችሁ በቄለም ወለጋ በህዝባችን ላይ እየወረደ ያለውን ምትና መከራ ይቁም!!!!

  • @jalatuallhiloveallhallh2343
    @jalatuallhiloveallhallh2343 5 ปีที่แล้ว +6

    Jabadha rabbin isin haa gargaru jalewwan keenyaa kabajamo fi jalatamoo

  • @zulfaabdulmal2385
    @zulfaabdulmal2385 5 ปีที่แล้ว +2

    You the best best teacher gather together all

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 5 ปีที่แล้ว +1

    Aadara Lamiko tokuma Godhadha yaa Rabi jalala Nufi keni💜💜💜💜💜💟💟💟💟💟💟Nufi jiradha manigudota Kenya umuri dheradha gudani xiqani biyya koti Aamitu isinn hin Aarigin Dr Aabichuko Umuri dheradhu jabadhu Dr lamako jabadhu waqayyoo guyya nufi fida bilisuma Nufi dhufa jabadha qomoko wali hin jibina wali hin qodina malo sabako 💝

  • @faaxumamuhamed8364
    @faaxumamuhamed8364 5 ปีที่แล้ว +11

    Dr/Abiy Ahamde Rabbin Amalee beekumusa dhuma hin qabane isiin ha keenu

    • @aqgg4316
      @aqgg4316 5 ปีที่แล้ว

      Mtjviho

  • @jamilaamohamada6077
    @jamilaamohamada6077 5 ปีที่แล้ว

    ♥♥♥♥nufu jiradha Dr lamma fi Dr Abiiy murii nufu dhera dhaa

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 ปีที่แล้ว

    Maasha'allah jkl Jabaadhuu diinnii of argii beekii eegii naannoo cufaa imala kurreejilbaatii Biraanuu juulaa lafa keessi imimmaanii eegii barnootaa ummataatii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad nyaataanis kurreejilbaatii waliin deemanii kurreejilbaatii Biraanuu juulaa karaan garaadha biruma nafa beekaniin eeguu beekumsaaan

  • @siifanharmeekoo665
    @siifanharmeekoo665 5 ปีที่แล้ว +1

    Diina Isin laalte Rabbi in daraa haa ishee haa godhu.
    Yaa saba koo yaa oromoo koo dammaqi gaggeessaa akka dr abiyyi fi lammaa yoomumaa umrii keenya guutuu hin argannuuuuuuuuu

  • @dibooramucaayesuusi4237
    @dibooramucaayesuusi4237 5 ปีที่แล้ว

    Dr/abbiy fi lamma ❤️❤️❤️❤️❤️ jabadha waqayyoo siin wajjin jiraaa

  • @amanbulo1623
    @amanbulo1623 2 ปีที่แล้ว

    Amiiinamiiin amiìn Cufaafuu ibiddaafi biyyeettis guyyaan guuza hojiidha yaadii argii beekii ee

  • @meseretalemuyoutube1059
    @meseretalemuyoutube1059 5 ปีที่แล้ว +5

    Waqayyoo biyyaa kenyaa itphiopa nuf haa eguuu isn oromoo hin jedhiin itphoophiyaa yoo hin jireen oromoo hin jiruu yaa wara odduu bichaaa love ithiopa people all

  • @caaltuuhayileecaaltuuhayil5754
    @caaltuuhayileecaaltuuhayil5754 5 ปีที่แล้ว +31

    uuuuuuuffffffff lamiiwaankoo waaqayoon tokkoo nuhaa tasiisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪👍👍👍👍👍Lamaafii Abiiyii ijaa kenyaa💗💗💗💗💗💗💖💖💖💖💖👍👍👍👍

  • @firiioromo3556
    @firiioromo3556 5 ปีที่แล้ว +1

    Lammicho koo sii yaadeyuu malo essati nuu jala badde yeroo doctor garaa angootti hin dhufiin sana sagaluma isaa yoon dhagahen kessa kootti gammada nuuf jiraadha doctor Abiyyi wajjinu 😘😘😘😘😘

  • @obseetasgaraobsee7114
    @obseetasgaraobsee7114 5 ปีที่แล้ว

    wqyo tokkumma nuuf haa keenuu dr Abiyii $ Lamma jabadhaa dhugaaf dhabadhaa wqyo isin haa ebisuu hubannaf ogummaa kan caalla isinf haakeenuu obsaa isinf kenu wqyok💘💘💘💘💘💘💘💘❤❤❤❤💙💙💙💙💙💙💙👍👍👍💙👍💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💓💓💓💓💓💓💓💓💔💔💔💞💘💘💘💘💘

  • @tsionkaleb9674
    @tsionkaleb9674 5 ปีที่แล้ว +3

    ሊሚ ኮ ድምፅህን በመድማቴ ደስ ብሎኛል አብቹዬ አይዞህ በርታ አንተ እና ለማ ላይ የተከፈተው ዘመቻ ባዶ ነው በርቱልን እ/ር ይጠብቃቹ

  • @asiamd7437
    @asiamd7437 5 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuufffffffff lubbu kooooo Abiichuuuuuu fiii lamaaaa koooooo naafii jiradhuuuuuu

  • @mecramoosa7176
    @mecramoosa7176 5 ปีที่แล้ว +3

    Jabadha rabi isin biraa haa jiratu❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍

  • @mariyetobe2318
    @mariyetobe2318 5 ปีที่แล้ว +21

    rabbiin diina keesan daaraa haa godhu oromoo koo hayoota keenya rabbiin umrii isin haa dheeresu

  • @meseretalemuyoutube1059
    @meseretalemuyoutube1059 5 ปีที่แล้ว

    Eee dhugaa rakkoo jiraa nama bira osoo hin tanee ummataa kenyaa oromoodha maalif biyyaa kan kessaa nama wayyiii ija tokko ilaalamuu qaba isn garuu nutii oromoo qofatii maaliif mana nuf hin ijramee jetteen qoyyii yeroo hundaa fifinnee kan oromoo qofa hin jedhiin lafaa kan ummee waaqayyoo tokko qofa waan ta'eef.. Dr Abiy osoo angoo irra bu'ee wantaa issanit dhufuu hin iraafatiin dr Abiy oromoo qofaa haa dhabatuu yoo jettee kun wantuma hin fakkanee ..love dr Arb and lamma lonf life ♥♥

    • @zinuyemuazadneqi3356
      @zinuyemuazadneqi3356 5 ปีที่แล้ว

      Dhugaa keti sabni hundu haqa qaba Dr abiyi motumma Ethiopiati

  • @زمزممحمد-ض1ح
    @زمزممحمد-ض1ح 5 ปีที่แล้ว +2

    Wwwwwwuuuuuu maashaallaah maashaallaaah rabbi isinirraahaajalatuu jabaadhaa

  • @girmareta4460
    @girmareta4460 5 ปีที่แล้ว +2

    Thanks Dr Lema + Dr Abiy

  • @aashaaasha4928
    @aashaaasha4928 5 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuuuf yomuma duti nura haftii 💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍💓💓💓💓💓

  • @samrayimre7879
    @samrayimre7879 4 ปีที่แล้ว +1

    እግዚአብሔር አንድነታችንን ያብዛልን

  • @madoamina3348
    @madoamina3348 5 ปีที่แล้ว

    Tabbii umrii isin haa dheresuu inshaallh

  • @sabitasabontu5283
    @sabitasabontu5283 5 ปีที่แล้ว

    Jabadhaa rabbi isiinni wojiin haa dhabutuu.

  • @danatezeta2379
    @danatezeta2379 5 ปีที่แล้ว +6

    ijja kenyaa nuuf baantaniru nuuf jiradha haamttun issin hin arginii 👍👍👍👍👍👍👏👏👏❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍

  • @adnandiraniidirani3277
    @adnandiraniidirani3277 5 ปีที่แล้ว +10

    dr abiyy namararan waqayoo siinaa eguu amennnn❤❤💚❤😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍 obbo lammaa sinaan jaladhaa umuuriii dheeraa lencota ethiooia 😍😍😍😍😍😍😍😍👌😍💪💪💪💪💪💪💪👌👌👌

  • @iluutubeiluutube9237
    @iluutubeiluutube9237 5 ปีที่แล้ว

    maashaallaah wollaahi hedduun gammade abshiir lammaaf abiyyyii kooi

  • @destamamo4895
    @destamamo4895 5 ปีที่แล้ว +9

    yaa Abiiyii keenya laama koo jiirradhaa።waaqayoo umiirre kaachanii yaa dheeresuu

  • @miskajik9902
    @miskajik9902 5 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuufffffffffffff Dr Abye ko LOVE 😍😍😍😍😍💔💔💔💔💔👈

  • @makahmohammad5755
    @makahmohammad5755 5 ปีที่แล้ว +1

    Yaa Rabbii furrmatta nuf kanii Gallatomiiaa ❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👈👍

  • @arebbeshir5777
    @arebbeshir5777 5 ปีที่แล้ว +13

    Abboo Dr Abiyyi dubbiin kee wallaahi nama ajaa.ibsiisaa dubbiin waa.ee fir.oownaafi muussaa kan ati jette dhugaadhaa Qur.aanni Akkasuma jedhaa eeyyen nabi muussaan akkana jedhe yoo natti amanuu diddanillee Naan loluu irraafi ummata kiyya gabroomsuu irraa fagaadhaa jedheenii dubii dhugaa Allaahu Akbar gurbaan kuni wallaahi beekkomsa addaa wahii qabaa

    • @reema6557
      @reema6557 5 ปีที่แล้ว

      Yaa rabii koo dokotori abiyin umiri dheeres

    • @mkhmijm2266
      @mkhmijm2266 5 ปีที่แล้ว

      Isiin. Fanaa. Jiraa. Nuuf. Jiradh

    • @mkhmijm2266
      @mkhmijm2266 5 ปีที่แล้ว

      Bassaa.hiikoo

    • @siseegammachuu473
      @siseegammachuu473 5 ปีที่แล้ว

      Waeeamaantaanudhabaa

    • @siseegammachuu473
      @siseegammachuu473 5 ปีที่แล้ว

      Xiqoodhumashiiragaajedhaamusiilimooniwayeemuuseenudhabaanutii?Inisijaalanaawaeeamatiinudhisaaeerigaamotawaaqayyoisaamaqaadhofitaninudhisaauuuuuuuiu

  • @abebakinfe2073
    @abebakinfe2073 5 ปีที่แล้ว +5

    የተከበርከው ዶ/ር አብቹ ቃላት የለኝም ስለአንተ ብቻ እግዚአብሔር አምላከ እድሜ፣ ጤና ይስጥክ አንተን የሚጠላ ሰይጣን፣ ምቀኛ፣ ቅናታም በውሸት ስም አተልሺ የስልጣን ጥመኛ እንጂ ትክክለኛ ቅን ጭቅላት ያለው አንተን አይጠላክም ተቸግሮ ሰይጣን አድሮብ እንጂ አብቹ ሺ አመት ንገስ፡፡

  • @badhaatuukadir6771
    @badhaatuukadir6771 5 ปีที่แล้ว +8

    Jiradhu abbaa haqaa kenyaa hamtun sin argin ❤❤❤

  • @እግዚህቤርጠባቂነህ
    @እግዚህቤርጠባቂነህ 5 ปีที่แล้ว

    Nuuf jabadhii biyee akkaa toko tati muuf godhii

  • @sabbontuamaanamaan4168
    @sabbontuamaanamaan4168 5 ปีที่แล้ว

    Mashaallaah rabbii waaliin isiin haa bekkesiisu waalii isiin haa galchuu tokko niyii haa tasiisu

  • @ፈቲስደተኛዋ
    @ፈቲስደተኛዋ 5 ปีที่แล้ว +4

    Dhugaa jetee Abichuu kooooo ❤❤❤

  • @amonarohte8643
    @amonarohte8643 5 ปีที่แล้ว +4

    Laamii oromoo 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️✅✅✅✅✅

  • @jemilamohammed1147
    @jemilamohammed1147 5 ปีที่แล้ว +1

    Wowowoo rabbin umuri keessan nuu hadheeresuuuu yaa rabbiiiii

  • @destamamo4895
    @destamamo4895 5 ปีที่แล้ว +1

    Abiyi koo lamma koo jaabadha seeduga jiira Ametuu offekasaa buuqesa ♥♥♥♥♥♥♥♥♥

  • @raherahi1178
    @raherahi1178 5 ปีที่แล้ว

    Dr abiyyii fi obboo lamaa magarsaa baayee jalaatamoo fi kabaajamoo waqaayyoo sabaf isiin ka.ee enyuuyuu isaa kaasuu hin danda.uu jabaadha

  • @lideyamather9763
    @lideyamather9763 5 ปีที่แล้ว

    Yaa waqqayoo ati tokkumma saba keenya nuf cimsii lamiwwan koo ija dinarra hasi dr abiyyi and lama magarssa jabbadha ...

  • @dnckfjdj6007
    @dnckfjdj6007 5 ปีที่แล้ว +2

    Waqqayo tokko nuu haa tasisuu Dr.. Abiyii fi Obbo lamma nuuf jiradha akkasumas oromon hunduu

  • @zarashuboo9625
    @zarashuboo9625 5 ปีที่แล้ว

    Lamii koo jabadhaa rabbin tokkomaa isin haa dheresuu umrri isin jalannaa lammaa fi Abyii kennaa👍👍👍👍👍

    • @mobilegame4802
      @mobilegame4802 5 ปีที่แล้ว

      Rabiin jalaala nufi haa kenu dubati nuu debsin fudrati nuu ofi yaa rabii nuu gudisi nuu xiqesin rabin kabaja gudafi xiqa nufi haa kenu oromoo kena 1haa tasisu jabadha

    • @AshaAsha-qu3sk
      @AshaAsha-qu3sk 5 ปีที่แล้ว +1

      @@mobilegame4802 👍👍👍👍👍👍

  • @arifeabdurezak1334
    @arifeabdurezak1334 5 ปีที่แล้ว +1

    Jabaadha.

  • @hawanabifg4029
    @hawanabifg4029 5 ปีที่แล้ว +2

    beekumsa kan caalu sifi ha kennu lammaakeenyaa maashaala

  • @mounirasulaiman1082
    @mounirasulaiman1082 5 ปีที่แล้ว +2

    💕💕💕💕isiin jaldhaa lammi koo oromoo koo walli galtee rabbi isiin haa keennuu💕💕💕💕💕

  • @rahaabanabl4454
    @rahaabanabl4454 5 ปีที่แล้ว +5

    Lamma ko abiy koo yon dubbi kessan dhaggeffadhu imimmantu na mudda 😭 womtin isinitti dhaammadhu kabajaaf jaalala wojjin oduf arraba nama obsu qabdu akkuma jettan calliftani hoji Keessan itti fufa nuti olola gaggessu male kessa dubbin beknu sammu kenyatti baayyeen gadda akkuma mammakamu gaafa geeshoo tumu nama tokko dhabne gaafa farsho dhugu bakka tenyu dhabne jedhu hayyonni kanaf boohaa hojjetani kolfa nyaatanis jedhaniru obsan aannan goromsa dhugas jedhu maarree lammii koo maaliif hin obsine😭😭😭😭

  • @smart9303
    @smart9303 5 ปีที่แล้ว +1

    አላህ ያግዛቹ ሰላም ፍቅር ጤና ደስታ ተድላ ለኦሮሞ ህዝብ በሙሉ🌼🌼🌹🌹🌹🌸🌸🌸👂👂👂👂👂👂👂🌹🌹🌹👂👂👈

    • @Topagendadolla
      @Topagendadolla 2 ปีที่แล้ว

      Peace to all Ethiopia. May Allah bring peace

  • @sabootuuwallaggaa5856
    @sabootuuwallaggaa5856 5 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu lamiikoo siigaragaruu rabii👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💟💔💔💔💞💜💝💘💛💚💗💜💓💔💖💕💔💟

  • @mikomillion9919
    @mikomillion9919 5 ปีที่แล้ว

    አብቹ ለሚቾ ሺሜ በርቱ እውነት ያለው እናተ ጋር ነው የወያኔ ተላላኪዎቹ ልከፋፉሉን ልበቱኑን ለፌዴሬላዚም ተቆሪቃሪ መሰለው በኛው ልጆቹ በሆዳሞቹ የሰልጣን ጥማተኞች በሆኑ ቦታ እዳንሰጣቸው እዳንሰማቸው የኛ የነጻነት የእነተኛ ታጋያቺን አብይ ለማ ሸመልሰ ቲም ለማ ነው ከነሱ ጋር በመሆን የተሳሳቱትን ወንድሞቻቺንን እመከር እምብ ያሉትን ለመግሰት ለህግ አካላት አሳልፈን እንሰጥ ነፈጠኛን ሰረአት ለመመለስ ደፋ ቀና የሚሉ አሉ ወያኔ ለውጡን በግድ ነው ውጦ የተቀበለው በተለይ የወያኔ ተላላኪዎቹን በግልጺ ይነገራቸው አንፍራ ከአድነታቺን አይበልጡም ታላቁ የኦሮሞ ህዚብ አድነታቺን ይሻለናል አብቹ እወደሃለው

  • @tesfayeejeta9857
    @tesfayeejeta9857 5 ปีที่แล้ว +1

    jabadhaa rabbiin isin yaa jabeessuu

  • @masiyeabdiyee8400
    @masiyeabdiyee8400 5 ปีที่แล้ว

    Yaa rabbii biyyaa tenyaa nuuf egiii nutuu rabbii sitii kenii jalalaa Ethiopia nuuf kenii 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @caaliihuruma7187
    @caaliihuruma7187 5 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuuuffffee jabadha sabaa koo waqaayyoo jiraa maaloo waalii yaadaa

  • @janatjanat76
    @janatjanat76 5 ปีที่แล้ว +2

    Dhuga keetti akkuma kana rabbin dhuga siihaa dubisuu sabobbota oromo kenyaa dinni isina hin argiin

  • @samrayimre7879
    @samrayimre7879 4 ปีที่แล้ว +2

    ኦቦ ለማንና ዶክተር አብይን አንድ ላይ ማየት በጣም ነው ናፍቆኛል ።

  • @faaxumamuhamed8364
    @faaxumamuhamed8364 5 ปีที่แล้ว +4

    Jechii Dr/Lamma magarasaa⑩⇆⑩✔ dhugaa Umriin teessani harayaa Amalee

  • @sumayaasumayaaoromo486
    @sumayaasumayaaoromo486 5 ปีที่แล้ว +2

    Yaa.Laammii.koo.rabini.toko.nuhas.tasisu.eshaa.allha.amiiiin

  • @leilasultan6266
    @leilasultan6266 5 ปีที่แล้ว +1

    Yes yes yes yes I love you ❤wollahi dhugaakesanii nuf jiradhaa Lamiikoo oromoo and oroomiyaa biyyaako

  • @samiradubai7381
    @samiradubai7381 5 ปีที่แล้ว +21

    Wanti hunduu yeroo egaata karaa ykn dandiin caalaatii tokkummaadha.kani caalu duraa wali galudha

    • @asalafechbadasa4045
      @asalafechbadasa4045 5 ปีที่แล้ว +2

      Waaqayyo Nufaa erguu Dr Abbiiyyee kenyaa fii Dr Lamiiyyee kenyaa raabii nufaa erguuuuuuuuuuuu💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝

    • @assd465
      @assd465 5 ปีที่แล้ว

      Xx

    • @fatumagemechu8277
      @fatumagemechu8277 5 ปีที่แล้ว

      Dhugaa keetii

    • @almara2059
      @almara2059 5 ปีที่แล้ว

      Argaa abiiiyii

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 5 ปีที่แล้ว

    UuuuuuuuuufffffffffaaaaaaaaaYaa Waqayyoo malo lamiko toko nafi godhi biyya kofi jalala keni Aadara biyiko irin eishi jalalafi tokumadha malo Jalala tokuma lamikofi sin kadhadha biyiko yo nagate Aanisi naga qabadha Aama biyiko naga hin tanrti Samu ko hin boqotu Dhipodhe jalala fi tokuma biya sabini ko xiqafi gudani nagani bayenagani nufa galu biyi kenya naga Aatu Aadara🙏🙏🙏🙏🙏😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @buurbuur542
    @buurbuur542 5 ปีที่แล้ว

    Duugdaaa oromoniy ofti enaafaa hesabruu waadoksuu hebkuuu sabniy biiraaa wan huundaa doksaniy hojatuuu ormon garuu walqexxaa hoo waduufe qoofaa bahe duuaa malif kun taaa oromo barcaatii gorsaa beraa hefaagatinaa faltoma yaasbkoo dr abecuu obolma obosemale obo jawr huundii kesan rabin adweraa haeguu 🙏🙏🙏🙏

  • @warkaneshraabi7272
    @warkaneshraabi7272 5 ปีที่แล้ว +1

    wowowow jabadha

  • @nourelhassan5235
    @nourelhassan5235 5 ปีที่แล้ว +7

    Yaa rabbi ati tokkummaa saba keenya nuf cimsii lammiiwwan koo ija diinarraa hafaa

  • @jamilaj6801
    @jamilaj6801 5 ปีที่แล้ว

    maasha Allah muttumma kenya abbiyi rabbiin sadarkka kee ooli hafuudhu rabbiin nama haqaa dalaguu issa gargaara insha allah

  • @seenaananolesalandhugadha7554
    @seenaananolesalandhugadha7554 5 ปีที่แล้ว

    Sila Namoota akkamii filanii Aanotarra jechu, achi ergan? Namoota siyaasa Ganda qofa beekaniif sanu hin beekan. Kaniin Erganii achiiti dibbee rukata bayan, garu amarrati galeefii jennan edaa nuti taphatani jecha quba of nyaata jiru. Kanaafu namoota siyaasa Gadi fageenyan beekan waama yaani kan fe'ee haa ka'u, qeeqa kamimnu haa kasani deebi kennuun wal hubachiisun dirqamaafii fayda gudda qaba uummata biratis ta'ee isiniifille, kanaafuu Namoota jajjaboo Anaarra sanuu edoo mormaa ta'ani akkasumas mormallee deggarallee akkuma hojitiin ilaalee kan godhu saniin filadhaatii aanotarra waama fundurati. Kuni Bilashaa ta'ee jira.

  • @laichafikkadou8071
    @laichafikkadou8071 5 ปีที่แล้ว +2

    ❤❤❤❤❤❤

  • @naafbadiijiraa8312
    @naafbadiijiraa8312 5 ปีที่แล้ว +2

    Oromoo Koo Guyyaan hin dhufaa waaqayyoo guyyaa fiddaa😢😢😢😢

  • @zinkhan7740
    @zinkhan7740 5 ปีที่แล้ว +2

    Nuuf jiradha lammiwwan koo isiin yommiyyu jaalala oromooti❤❤❤❤❤ 💯💯💯💯💯💯💯💯✔️✔️✔️✔️✔️✔️✔️

  • @nahimiisenna110
    @nahimiisenna110 3 ปีที่แล้ว

    Oromiyaa was forcefully annexed by a neighboring country called Abyssinia at the end of the 19th century during the scramble for Africa. It was once an independent sovereign nation which has, since the annexation, been occupied by foreign powers and inevitably needs to regain its freedom.

    • @Topagendadolla
      @Topagendadolla 2 ปีที่แล้ว

      What area wasn’t forcibly annexed? Please don’t try to connect all oromiyaa as one country. We are a large different group of people within a country. We were not United. Many many Oromos fought with the Abyssinians. Oromos have a unity issue.

  • @marrymarry4603
    @marrymarry4603 5 ปีที่แล้ว +1

    Wowowi dhugakeesani jabadha😭😭😭😭😭

  • @baysuhdefera3282
    @baysuhdefera3282 5 ปีที่แล้ว

    Thanks konjoo Thanks

  • @mallattoohoolichaa5179
    @mallattoohoolichaa5179 5 ปีที่แล้ว +1

    Tem Lammaa. ❤❤❤ ABBICHUUKOO ❤❤❤ UMURII DHEERAA NUUF JIRAADHAA. WAAQAYYOO SABA KEENYAAF TOKKUMMAA KENNI.

  • @wasn9367
    @wasn9367 5 ปีที่แล้ว

    😢😢😢
    Nuu dhibbee laami koo raabbii wolli gallitee nuu haa kennuu
    Yaa raabbii biyyaa tennaa nagaaha nuy bussii yaa kalliqqii saama watii😢😢🙏🙏

  • @halimatube9023
    @halimatube9023 5 ปีที่แล้ว

    Akkumaa oromon jedheti dhugan baye ifani bilisati yoo nagenyaa busaa jedhee dr/Abbiyi yoo oromoo hundafi badii fudhatee ifan bilisati ok Jawar Muhammad ijaa umataa oromoo hundati xiqqaa fi guddaa oso hin tanee amma booda nafxanyani nu hin argatu woyaneen jiduu kenyaa hin galtuu kijibdufi hatuun dhabatuu qabdi hin bulchaa yoo kaa jedhu tatee ifani bilisatii lammin kenyaa kani samamefi kani du,e nuf dubatamuu qaba dhugaan 👍👍

  • @samrayimre7879
    @samrayimre7879 5 ปีที่แล้ว +2

    እግዚአብሔር አንድነትን ይፍጣርልን

  • @ከበቡሽየማርያምልጅነኝ
    @ከበቡሽየማርያምልጅነኝ 5 ปีที่แล้ว +9

    Jabadha Rabi isin Ha Gargaru

  • @jodajodaa4409
    @jodajodaa4409 5 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuu dhugaaa hin baadin kaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @nawalali8616
    @nawalali8616 5 ปีที่แล้ว

    jabadhuu rabbii sii haa gaguruu

  • @ilovemamdad5375
    @ilovemamdad5375 5 ปีที่แล้ว +14

    Mee oromo koo 😭😭😭😭 anna garra naa gubate Saba koo yoomuma qabani keenyaa erga wagaa 3 lubbu nama meqa dhamne mee tokko yaa tanu takka tane Raabi yaa kadhanu waqayo malee enyuu furmata nuufi kenna kiristan musilima waqefata yaa iyanu

    • @fentof5108
      @fentof5108 5 ปีที่แล้ว

      Jabadhaa yaa shabaa koo
      Garuu Dr Abiyii nu dubisaa yaa oromoo tiyyaa hin sobaminii😭😭😭

  • @blackafrica8248
    @blackafrica8248 5 ปีที่แล้ว +3

    Jallee Dr Abiy Jallee Lammaa Magarsaa Jiraadha Umrii isiin Ha Dheresuu

  • @haawaamuhammadhawwaahuhamm20
    @haawaamuhammadhawwaahuhamm20 5 ปีที่แล้ว +1

    yaa rabbiiikooo

  • @kenaskids4126
    @kenaskids4126 5 ปีที่แล้ว +1

    Good job!!!!!!

  • @bellarbeiz9157
    @bellarbeiz9157 5 ปีที่แล้ว +2

    Oromoo ko umurii Keansanii hadheratuu nijiraadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @cghvgghhg4817
    @cghvgghhg4817 5 ปีที่แล้ว

    Jabadhaa waqayyoon sin haa gargaruu

  • @raherahi1178
    @raherahi1178 5 ปีที่แล้ว

    Dhugaadha yaadnii keessan habboo jiraadha warrii milaan yaadaniidha warrii mormii kaasanii

  • @nadijimmaauae6375
    @nadijimmaauae6375 5 ปีที่แล้ว

    Dhuugaa kesani Ofa dagatanii 😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢Namaa Samuu hin qabane kuni ini wahii Dr Abiyi jibuuu Samuu hin qabanuuRabbiii Jarahqajelachuuu

  • @oromiainsider127
    @oromiainsider127 5 ปีที่แล้ว +2

    Eyyen! Ammas injifannoon Kan Oromooti. Itti muddi Dr. Abiyyi !

  • @lenssalenssalenssa6465
    @lenssalenssalenssa6465 5 ปีที่แล้ว +1

    Wwwwaaaoo jabadhaa

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 ปีที่แล้ว

    Ogummaan ofii harki waliin deemanii yaadan waliin guuza guyyaan waraanaa deemsis hojiidha garaa waliin yaadii eegi bulchiinsa lafaatiin nyaannis nafaan dhalootaaf beekumsaaan eeguu qaama miiraatii omn raajiidha nyaataanis

  • @nouhaddaoud837
    @nouhaddaoud837 5 ปีที่แล้ว +8

    Yaa sabba oromoo sa,aa abban gaffa cabsee ormi ij,a ballessa jedhaan!

  • @ebaayele43
    @ebaayele43 5 ปีที่แล้ว

    lemish and abichu every body should love and respect you.

    • @madinanuree932
      @madinanuree932 5 ปีที่แล้ว

      😘😘😘😘😘😘😘