ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Amiiiiiiiiiiiin yaa rabbi alamin rabbi dinnaa jalaa isin haa basu bayee garaa namaa nyatani Oromo filst rayyaa good inshalaa
Walloo Rayyaa i love im from qaLu babo ❤💚❤🙏🙏
It is very interesting i loved it .thanks
Oromo raayyaa fi walloo ilmaan kessan barsifadhaa enyummaa isaani haa bekani
Rayyaan RAYYUMMAA Amis boruusi Anuu Dhalatuu Rayyattii Ammaa Achii hin jiruu malee Biyyaa Silaa anilee ossoo Achii Guddadhee Afaan kiyyaa Dagadhee Alhamdulillaah hunda Ittii yaada Akkaa mani barumsaa ijaraa naannoo Oromiyaa jalaa deebisaa Wollof rayyalee Gabarummaa Amaraa tigree jalaa Akkaa bayyaan sabaa issanittii deebiani Adaraa Oromuummaa ijolee Afaan ufii walalaan Fny ijoollee obboleetti koo achitti guddattan Afaan oromoo hin dubbatuu garuu barreessuu hin danda’ani
oromittii Raayyaa Yejjuu sanyii tiyaa bagaa rabiin dina jiduu sibasee afan kee baratte
Warri Walloon amara kan jedhan essaa fidan warra akkas jedhu dadhabne
Ijjollen raayyaa jirtuuu???
bayyee Galatoomaa Gaaruu Rayyaan Lafaa oromotti malee Tigraay mitti manaa barumsaa nuu ijaraa Adaraa oromummaa Ijoollee nuu jalaa badee
Oromtti Sanyi Lej Iyasu Raya Asbo Rabbiin isiin walin haata’u
Isinille ilmaan kessan barsigadhaa if haa beekan
WAYYOO YAA LAMMII KOO!!! MOTUMMAAN NAANNOO OROMIYAA MAAF CALLISAA???
It breaks my heart that these people are forced to abandon their culture and take on something that doesn’t reflect their true self
Kkkk mee haa tahu. "Dhabaafuu hin gajafuu" Raayya kaleessas Oromoo dha fuulduras Oromoo dha.
Amiiiiiiiiiiin yarabbi
kkkkkk ijolee kesani afani Oromo barsifadhaaa
Chalie Kazim t
❤❤❤❤❤❤ walloo Raayyaa
Hii
Senaa qorachuun iti hafufuu
jabadhaa lamiitiyaa bakaa jirttani sanyiitten nubarsisa din nuharakaa fudhaatte lamittena
Galatomi ABO simelis Garu ilman oromo malfi ijestan ??
🌳😍🌳
❤️❤️❤️
Ajaaib namati tolaa itifufi
Amiiiiiiiiiiiin yaa rabbi alamin rabbi dinnaa jalaa isin haa basu bayee garaa namaa nyatani Oromo filst rayyaa good inshalaa
Walloo Rayyaa i love im from qa
Lu babo ❤💚❤🙏🙏