As wr wb Amir kheenya Obbaleeysa khiyya qaali, akka waliigalaatti hujii te baay'een dinqisiifadha haa ta'u male, garu afaan kheenya osoo guututti dubbanne gaarii dha ja'eetin amana ani garu siin dinqisiifadha jabaadhu gorsaa fi ergaan ati dabarsitu gaarii dha! Galatoomaa
Jabaadhu roras keenya
RorasTube yaro dhiyoo keysati aka sadarka adugnati bekamu Abdin qaba hoji baredadha 🙏
wowowow obalesa koo qalii nama hojin tee hundinu nama bosaa jaabadhu
Pro Sammuunis keessumadha imimmaanii Addee Caaltuu ifa Congratulations Xayyibaa sammuunis waliin hojiidha bira arganii eeganii
Roraas Tube jabaadhu dhuga filmii 🎥 Ajaaibaa hojjatte wowo 👏❤💚❤🙏
Wwww bro masha Alaah diramaa qashtii dalgdanii bakka baredatii dhumee itti nuf qaxanaa isiin eganaa
As wr wb Amir kheenya Obbaleeysa khiyya qaali, akka waliigalaatti hujii te baay'een dinqisiifadha haa ta'u male, garu afaan kheenya osoo guututti dubbanne gaarii dha ja'eetin amana ani garu siin dinqisiifadha jabaadhu gorsaa fi ergaan ati dabarsitu gaarii dha! Galatoomaa
Bishaan Ayaan dhugaa garaa if qabanessii Amiir Amediin miciyyoo tana esaa debistee ho
Asumaan mattii naaf tahaa hundii kessanuu 🤝🙏
Bagaa Nagaa dhuftee
Oromoo Qaalii mee maattii naaf ta.aa galatomaa❤️🌷💔🥰
Jabadhuu qalii namaa bayee namatii tolaa Masha Allah
Kootuu maatii naaf ta.aa oromo koo please gaalatooma 😍🙏
Amir Mucaan khun garu Oromoodhaa? Dhiifama artii kheenya enyummaa keenya calaqisa waan ta'eef İddoo Diyaalogaa khana osoo eegatte hujiin khe baay'e dansaa dha.
Imala Jaalala good film Namatti tolam❤️🙏
WoW mash allah jabadha
Hedu namma bonsittan
wwwwww mucatiin heduu nati tolti 😍😍😍Diree wood, irraati. heduu nu boharsite 🤟🤟🤟🤟jabadhaa
Wwww dhuga baye namati tola itti fufa ijole tenya😇😇💫💫❤🔥
Matii naf tahaa pranki fi video babaredaan gad dhisaa jira m.th-cam.com/channels/enKB_NCLOlD1pElKhJdA0w.html
Bilaaniyee maatii Naaf ta’i mee dhiifama wajjiin
waaw i like the acting great from somalia 🇸🇴🇸🇴
Please 🙏 2
Hedduu dass ja’a jabbadha itti fufa💪💪💪❤️💚❤️
uuuuuuffffff osso akkanuma laffaraa jalalltti dhugaa lafaraa jiratee mal qabaa❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa jalaaltii akanaa kunii drmaa fi filmii iratii arkinaa mal gonaa gaa
Yeroo ass irran dhuftan wan bareduun kootta
Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa
Www janjanaan aderoo hedduu naati tolee aar
Baay'ee namattii tola jabaadha qaqqaliwwan keenya
Baga Ngy dhuftan joollee teenya qaqalii Nama ❤💚❤💚❤
Hujii baredduu Loqoda afaani walkeessa hin godhina?
Wow wow wow
Maasha,Allah Maasha,Allah Maasha,Allah Maasha,Allah
Hedduu namati tola wallahi
Dhugaa fiilmiin tee esaan kanii ajaa'ibaataa heduu jaalladhee.
Gorsaasi ofii keesaa qabaa. Ergaa naaf dabarsaa ittii fuufaa
Oboleyaan kiyyaa qaqaalii mee maatii naaf taha mee oromo tiyyaa
Maashaallaa maashaallaa
Bayy'ee bareda barumsa guddaa argane jabadha
💓💓💓💓💓akka haramni hin hojetaamne nu barsiisaa
Kaduuj yaa uktii qaaliya maatii Naaf ta’i mee dhiifama wajjiin
Wow bro hedu tka nashxa walahi nuf jabadha walahi aamir aba fete calta walahi 🥰🥰❤️❤️❤️
Bagaa naganii nuu dhuftan oromoo koo maloo matii nafii ta.aa
Kan iti anuu debisaa heduu heduu takaa namatii toltanii jabadhaa
Jabadhu bro kiyya
Roars drama kee Guyyaa guyyaan fooyya'aa jira kana caalaa fooyyeefadhu
Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah 😍
Jabaatani jirtu ammas jabaadha Oro to❤💚❤
Bay'ee namatii tolaa jabadha itti fufaa
Bayyeee nama tola roras jabadhuu
QAAMA miiraatii Eegumsaafi Beekumsi Dr Eegee congratulations walqixa hin dhoksine to yaada mo'ataan harkis waraana haqa ofii libsuu ijaa dubbiif sawsawDr ijaaqalbiin keessaa yaannisdeemsishojiidha bulchinsi nyaataan qaama miiraatii barnoota Ida'amuun lafaa karaa johar Muhammad
Qashtii qashtii akkana Diramarratti dhiheysinan View khe 2M numa sena beki
Bayyee bareduudhaa
Baayye nama tola jabaadhaa
Roras entrtemant matii naf thii
Amir Hojii ke Rabbii siif ha deebisu🤣🤣🤣🙆♂️🙆♂️
Nyaata yeroo nyaattan akka diraamaa ta'e waan daggattan fakkaattu.
Wooooooow Waaqayyoo walitti isiin haa Ebbisuu
Wow wlhi hedu taka das na jayee amiro
Ergaa takkalle hin qabu video khuni
Jabadha bareda itti fufaa
Baye gariidha jabadhu
Amiro hedu tola prt 2 dabali
Amiir maaliif ija dura na dhabamtee
Arti afn oromo anis si waji dalgun fadha amiro plis aka naf haymtu abdin qaba
Roras jabaa nama jabadhuu
Wow arraas deebiitee heeduu nama tolaa
Bayee namatiii toolaa👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤
Wow heddu namati tolla jabadha ❤❤
Amir tiyyan hin kofaltuu kofla jatee malif hin kofalchisin
Hiraata moo irbaata?
Mashala jabadha qaqaliwani kenya hedu baredani
Baredaa bayyee namati tolaa wooow ❤❤💙💙💛💛😍😍😍
Hamziye maatii Naaf ta’i mee dhiifama wajjiin 💕
Wly heeduu namati tolaa mashaalla allah
Samiraye ta Arsii maatii Naaf ta’i mee dhiifama wajjiin
Wow dhamala heddu baredda 💯🙏
Najuye maatii Naaf ta’i mee dhiifama wajjiin
Awesome 💯 matii naaf taha oromoo
Baayye gariidha
Wowwww bayyee baredaa jabaadhaa❤💚❤
Hedduu bareeda Jabaadhu
Waw heddu hedduu nuttii tole jabadhuu bro
Amiir youtube irra maaliif dhabamte nuuf himi maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo maaloo
Heduu takka nama ti tolaa jabadha iti fufaa
Mashaallah bayyee namati tolaa jabadha
Hedu hedu das jaa jabadha
Hedduu namatti tola Roras
Oromoo matii naaf ta'a😍✌️
Good jop amiro kenya ❤️💚❤️🤴🏽🤴🏽🤴🏽🤴🏽🤩🤩🤩🤩u did
Mekfira maatii tahhii th-cam.com/video/ZpWhaE9i5dA/w-d-xo.html
baayyee namatti tola jabaadha adeeroo
takkaa akka arra fataa hin jennee dhugaa
🎉🎉🎉🎉❤❤ roraas,
Roraas ajaaibaa
Heduu baredadha namaa hinaf siisaa
so beautiful 😍
Waaaw roras kiyaa jabadhaa
Diraamaa yeroo hojjattan kakuu hin baayyisinaa
Yaada bareda dha fuula haareya 👏🏽
namuma tokko Channel adda addaaratti nama salacha'a
Fuula haareya birootis gaafa barbaade nin jira 😅
Bg maatii tahhii th-cam.com/video/ZpWhaE9i5dA/w-d-xo.html
Dhuga a bayyee. Nama buharsa
Kemo maatii tahhii th-cam.com/video/ZpWhaE9i5dA/w-d-xo.html
Aboo haraama haraama 🤣❤️
Masha allaaaa heddu namattii toltanii
Makiyee maatii Naaf ta’i mee dhiifama wajjiin
Makkii dhiifama wajjiin maatii Naaf ta’i mee?
Wooow heddu namati tolaa 😍😍
dhugaa dubaachuuf heeduu bareeda dha ittii-fufa.....
ماشاء الله ربنا يحفظك
Film hinditin sheeh baar
Heddu namatti tola dina'ol sanin kijiban wly jechu dhisi sin jette ji'ini itti naaf himi
Good film continue great work
Sabiraye maatii Naaf ta’i mee dhiifama wajjiin
Wwww das jaa mashalh
Omg hedduu namatti tola dhugaa
Dhugaa hedduu das Ja.a. halumaa kanan ittii nuf fufa.
Sita maatii tahhii th-cam.com/video/ZpWhaE9i5dA/w-d-xo.html
Wwwwhu jabdhaa namtii tolaa 💜💜💜💜💖💖💖💖💖💖💜💜💖
Beautiful 😍
Wowo nice jabadha
Amir miciyoo fitinaan lamaa qabatee tanah esaah fide doniyaah kesatii namaah dhositaaee
anileen yero issi arguu sanumaa yadha walahi kaa umataa doniyaa fiii hamama kesaa ketee san 😂😂😂😂😂😂😂
Oromo maatii naf taha