MINEW Oromo Music by Getahun Chirfa
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 9 ก.พ. 2025
- Walaloo:-
Tasfaayee Baqqalaa, Geetaahun Cirfaa fi Aadaa!
Yeedalloo:-
Tasfaayee Baqqalaa, Abarraa Indaalaafi Aadaa
Sagalee qabdoota
1, Iskinddir Taammiruu
2,Abarraa Indaalaa
3,Taaddasaa Qalbeessaa
Gomorsa
Abarraa Indaalaa
Dayireektarri
Eskindir Tamiru
Qindeessaa, Miiksii, fi Maastariingii
Latii Olii (Bariiteem Is-tuudiwoo)
Galata:-
Waaqa Garaa Gurraachaa!
1,Qaalkidaan Shabbuu
2,Alamii Caanosee
3,Heelen Taammiruu
4,Tasfaayee Baqqalaa
5,Lataa Tasfaa
6,Carraa Sanbatoo
7, Geetuu Adunyaa
8,Iskindir Taammiruu
9,Baqqalaa Amaaree
10,kabbadaa Hirphooshee
11,Toomaas Nugusee
12,Abarraa Indaalaa
13,Lalisaa Gonfaa
14,Asres Seyifu
15,Misraaq Shaaqaa
16,Siisaay Asaffaa
17,Olyaad Addunyaa
18,Siisaay Badhoo
19,Taaddalaa Qalbeessaa
10,Latii Olii
21,Yoodiit Darajjee
22,jibriil Alii
23,Bojaa Cirfaa
24,Taddalaa Dassaalany
25,Kumaa Yaa'ii
26,Hawwii Amaaraa
27,Tamaam Amaan
28, Ashennaafii Mitikkuu
29,Girmaa Tasfaayee
30,Tigist Baqqalaa
Garee shubbistoota Abbaashaggee!
Bareduu siirbii kelee Akumaa bifakee. Waren shubiisaa jiiran bareduu namaa hawatan bayee tokoo jabadhaa. Akumatii minoo miinoo. Nuraa yaa dhabanii wan ofii koooo bagumaa kenyaa tatan
Best of best Get, Minew Mindinew maal haadhasheetti beekna dhuguma
01😊
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
❤❤❤Baayee Bareedaa Dha Garuu Waa'een Minew Kun Uummata Oromoo Rakkisee Jira Sanyii Itti Muddi.!!
Aboo Horii bulii deebani. Itti himi akkanatti
Wowww bayyee namati tole sirbi kee nuf jabadhuu sabbona oromo ❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚💚💚✅✅✅✅✅✅✅✅
ሸዋ ኦሮሞ ነፍሴኮ🥰 ሸዋዬ አማራ ነኘ ሰወዳቹ🥰
እኛ አማራዎች በጣም ነዉ የምንዉዳችሁ❤❤
Do you guys like Hachaalu? I don’t think so. Hulum Oromo Oromo naw:: mekbaber tiru naw lemangawem
@@TeferiAbreham-pt2olከጎጃም ከጎንደር ትሻላላችሁ ... እነሱ ግን መርዝ ናቸው ተንኮለኞች ቡዳወች እናንተ ትሻላላችሁ::
የቤት ሰራተኛ የሚበዛው ከነሱ ነው
@@nunu7353denkoro music is just teraphy
لا محتمل وليس من قبل 🇸🇦 صديقي 🎉 ه في
Kan akkasi natti tole hin jiru❤❤❤❤❤
Baay'ee bareeda jabaadhu jabaa baddaa Salaalee
Woow abet midhagina sagale qab irra shaw koo❤❤❤
Omg what this song 😢😢😢😢😢😢akkanati ragaduun❤❤❤❤❤❤❤❤❤shawwa tiyyaa qalliiiii
Wwwwoo akkan kunoo sanyii koo
@Art Anas Aliyyii Aamasur & Ana's istudio ok🥰🥰🥰🥰🥰🥰oro tiyya
❤
Ooy@artanasaliyyii
Maalan jedhee sirbaa kana ibsu laata
waan na yaadachise hin beekuu
Galatoomi kormee koo
Barrikkoo nuuf jiradhaa❤❤❤❤
@Art Anas Aliyyii Aamasur & Ana's istudio
Nuti nama kadhachuun osso hin taanee hojjii nama laallee maatii taana bar bro😋😋😋😋
Wowwww baaye baareda sirbati jabbaadhuu itti fufi
የሸዋ ኦሮሞ ውስጤ ነው አቦ ይመቻቹ
Anta man nhe demo?
Wow 👌 shewaa kiyyaa umataa fiqirii 😂😂😂😂dabalii bulii takkaa bichaa mitii😅😅 Amazing Greet work ♥ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow weelluu hedduu bareedadha jabadhu jabaa keenya
Jajjabaadhu artistoota ija sabaa horaa bulaa
wow that is what i expect from oromo artist.
galanni rabbi tokkichaaf ha ta'u!
😮😮😮❤❤wwwwwoooo Eduu Eduu namaa boharsiituu jabadhaa jabadhaa Akumatii itii fufaa 🎉
Nami dhimma walaaloof yeedaloo isaaf oliif gadii buusee ilaala. Garuu dhugaadha mucaan kun booriif eegama. Anii garuu bayyeen itti eebbifamee. Amoo waaqayyoon koo si haa eebbisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu dhira keenya si jalana Bulee Horaa irran
Maaloo ani sirba kana quufu dadhabee
sila boosettii gallaa.........❤❤❤❤
sagalee ajaa'ibaa , video ergaa jabaa qabu , naatoofi bareedina shubbistootaa , walaloo keessa nama labee nama kakaasu , sirba cabaa dhabee utaalchisy , dhiphataa dhiphina dagachiisu , kan aadaa leematii irratti waliin nyaachuu keenya isa durii nu yaadachiis. ajaa'iba! jabaadhu sirba kana caalaa bareeda ta'een yeroo biraa akka qabattee nuuf dhuftu abdii sirraa qabna.
Ammayyuu annisaa cimaatu si keessa Jira jabaadhu
Sirba aadaa fi erga bareeda qabatee!jabadhu🥰🥰
I am Amhara I love oromo all Ethiopian people let's unite please
What an amazing beauty, keep up our beloved Lencho koo!!!
❤ woooow best ormo music i love you baaayyyeee namatti tola jiradhuu
Really good for me too for all my friends. Even I am not in Addis. I back in my memory... I really appreciate your job well done!!!
Sirba Bareedaa Ergaa Guddaa Qabudhu. Galatoomi Gech❤
Tokkoo ta'uutu qoorsa madaa Koo yaada uummannii hawwiif fedhiin eegatudha qaalii ilmaa oromoo 🎉🎉🎉🎉
❤❤❤ oooo wallee ajaibaaaa barrikooo jabaadhaaa
Nice sound brother oromo jaalala midaaxsafadh aboo
❤❤❤❤❤❤❤ ሁሌም እኮ እንዴት ደስስስስስስ ብሎኝ 25+ በቀን ❤❤❤🎉🎉 አንደኛኖ ሚኖ ሚንዲንኖ ...🎉
Qali kenyaa bagumaa kenyaa tatee😮😮❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sirbi kun akkaa koo kan ittii tole like naaf godhaa🎉🎉🎉🎉🎉
Baayyee gaariidha jabaadhu korma koo
Uuuuuff bachoo kooo
Baay'ee namatti tola.
Kana caalaa hojii kee biroon akka dhuftu nanbeeka❤❤❤ Jabaadhu
Baga nagaan dhufte Geetachun oromticha sibuu. Jabaadhu
Baayyee bareeda hojjetame jabaadhaa!
Welcome oromoo artisti.jabaa koo🙏🙏
Two words came to my mind to describe this song: AUTHENTICITY & SIMPLICITY.
Oh, my people...my culture!
Oromoo koo , muka sanyii mukaa, asiin muran achiin lata!
Well done brothers and sisters.
With this scintillating song and dance routine, you've showcased not only Oromians' art and culture, but also our resilience, existence, exuberance and unity in the face of adversity.
I grew up enjoying the beauty of our culture, a culture of DABOO, QABOO, JIGII and so on. I have been forced to live far away from OROMIA , on a foreign soil.
I miss my country--OROMIA and my ORGANIC OROMO PEOPLE--Oromians!!
❤qfz😂
Woraa macaa woraa tulamaa ❤❤❤❤oromokoo my house ❤❤❤❤❤❤
እኔ ጉራጌ ነኝ ግን ኦሮሚኛ ሙዚቃ በጣም ነው የምዎደው
እኔም
እኔ ኦሮሞ ነኝ የጉራጌ ዘፈን በጣም ይመቻኛል
❤️❤️❤️❤️❤️
❤❤❤❤❤❤❤ tnx
Big ŕespect
Jabaadhuu lammii koo lammii kee cinaa dhaabbadhuu mirga keetis falmadhu.oromiyyaan biyya kootii oromummaan dhiiga kooti
Wwwwwwooo bayyee bareedaa sagalee Aja’ibaa 👌❤❤❤❤❤❤❤❤eeee minoo mindinnoo kaana hin beeknuu oromoo minoo minoo mindiinoo dhisa 😂😂😂
Goosh Ijoollee Shaggar😍😊
bayee bayee baredaa jabadhuu sanyii koo
Wow,what an amazing oromo music.galatomi lubbuu.
Sagallee kunuu duraa maa dhokattee😢😢😢
Baay'ee namatti tola,jabaadhu!❤
❤❤❤❤❤waan ajaaibaaa shan dhungachiisiii ofkalaa
Wow jabaadhu jabaa keenyaa ❤
baYEE BAREEDA NAMAA BIYYA
Dhugaa waaqayyoo ergaa guddaa qaaba anii sirbaa dhagefachuu hin jaldhuu garuu sirbii kun naa bojiee
Waawoo Waawoo Waawoo!!! Great Great man Tasee!!🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Dafika sirba haraa sana nuf gadhisikame gecho ko si egan jira❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
Wow gech sirba bayee bareedaa
Weelluu bareedaadha! Galatoomi!
Bayee baredaa bagaa milkofteee🎉🎉❤❤❤
malii jeeteen
no word to explain it! I have heard it more than 10 times, still I am not satisfied. I couldn't control my emotion! shawaa jechuun akkasi. I
Umurii dheradhu jbaa nama oromoo 🙏🙏❤️❤️⛪⛪💃💃💃💃
Gotta keyaa nuuf jiradhu 🎉🎉🎉🎉
Woww sagalee ajaibaa jabadhuu❤
@Art Anas Aliyyii Aamasur & Ana's istudio tole
Wowwwww amazing ❤❤❤
Wow jabadhuu sanyii koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍👌👌👌
ምኖ ምኖ ምድኖ አነቅም በቃ አለቃ😢😂😂😂❤❤
Jabbaa koo jabaadhuu ❤❤
Nice hits keep style up brother
Good luck bro 👌
Hojji bareeda hojjan kanaaf galatooma.
Gareen kun akkaatan dhaamsa isaa itti dabrfachaa jiru bayye namatti tola.
Dhimi oromo Dhimi #Finfinne irra diddibnee dabara yoo jedhanilee akka irra darbuun hin dandahamneetti dhalooni ofitti fudhachun isaa injifanno duraatti.💪
‘’Dhimii Oromoo Bofa gara Lixxe.Harkisa itti cita gadhisan itti oli lixa’’
Hayilamaryam Gammadaa.
baayee bareeda qaalii keenya !!!!!
❤4 killo nutii jirra dhirro abba biyya❤❤❤
Jabadhuu sanyii ofii
Bayee barduu shawaa koo
What a beautiful account of what Oromo is. The great gallant and magnanimous Oromo nation. The Oromo nation's greatness and history is yet to be revealed. It is a nation that ruled the vast expanse of North East Africa and significant part of Africa. Its history expands from upper Nile Egypt, Nubia, Ethiopia, Somalia, Kenya and many parts of Africa. It is a nation whose history iand greatness has been deliberately stifled and hidden by the abyssinians. This injustice is going to end with the current Oromo generation. IUOF!
Stop lying. You are from moyale, lake turkana. The Abyssinians are coming. We are coming and taking back all of our land and heritage.
Wayyoo wayyooo.... original. My people, my culture. ❤❤❤
Garaa namatti kasaa sirbii kun ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Showaa biya aba koo❤❤
Boosto ❤❤❤❤
Wowww❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
WOW Best music bayee Namat Tolaa 💖🔥💖💖💪💪
jirrdu ya oromiya tiyaa
Jabadhuu ltii nu fufii
Bayyee Bayyee itti booharree hojji cimaadha yaa warra shawaa
ajjayibumaa bara kana 🙏🙏🙏
Wow wow wow garmamuu tolaa ❤❤❤❤
Waaw Goota Koo Jabaadhuu
Sirbaa koo❤❤❤❤
you nailed it akkanatti ilaa shawaan itti agarsisi dandetti ajaa'ibaa
Baay’ee gaariidha,itti fufii!!
Jabaa namaa jabaadhu namatti tola hedduu 😍😍
Haadha daadhii dinqa comma ganda nu qubsee qe'ee kee ilma kee lafoo Ajjeesse orma gulufa fardeen kee😢
Woow sagalee akkas bareedu💯
Shawa koo warra aadaa ofi tiksu❤❤❤
@Art Anas Aliyyii Aamasur & Ana's istudio atis naaf ta'I siif ta'e ani
waaw jabaadhu sanyiikoo
Wow really amazing job 👌💪🥰🥰❤
Garidhaa jabaadhuu👍👍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤.Ergaa isaa nati tole.
Amazing work
good job continue
Jabaa koo, sitti boonneerra.!!!!
Wow ragada baay'ee bareeda
Jiiradhuu leencaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤