I really like your views always. Wonderful job. More than anything, your humility and respectful manner that you share your views is appreciable. That is what we lack currently. Be blessed and please try to influence others too.
Yaa Habtaamuu lamuu gar malee garaa nanyaata yaada kee kana yeroo hunda yoon dhaggeeffadhu!! Maal Godhan sammuu wal hin jijjiiran, eenyu si dhaggeeffata yaada kee kana otoo warri of wallaalan sun dhaggeeffatanii ittiin fayyanii baay'ee na gammachiisa. Jaabaadhu jabaa keenya hedduu si jaalanna nuti warri nagaaf haqa leellisnu.
Uuuuuuufii dhugaa laphee kiyyaa irraa dubaatan galatooma ❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadhu bar jechi kee ijoodha wallaahii❤️👍
My God bless you my Oromia
General keenya Habtumu ykn Qabenyaa keenya ati
Dhugaa dubachuf godina jimma Aanaa adda adda kessatti oromon dhuma jira😭 😭
Karaa dan dan deesan undaan mee dhaamadhaa
Eeen abba qabeenya ilmaan wajjiin mana itti diigani ajjeesa jiru
Furmaanni Qabsoo Hidhannoo Qofatuu Du aafi Hidhaafi Baqatuufi Xiqqeeffamuu Jalaa Nubaraara
@@gaboabdala8625 abba fi ilma ajjessani badda kessatti gatan reffalle barbadameti kan argame Ama mo mana kessanillle sichu gubnna jecha jiru warri pp
😭😭😭
YOOYYAA habtee koo ❤️💚❤️
Wayyooo maaliin godha gaaruu abbaa koo goota jaal daawud umurii keessan guutuu nuuf qabsooftani har'aa gaaruu gaantufi yartuun gadheen isinitti qoositti babaa koo ani haa rakkatu qalii sabaa koo 😭 garaa kootu na gubata dhugaa Oromoo koo 😭😭😭☝️😭😭😭😭😭😭😭☝️
Lammii tiyya qalii akkami jirta me kotu mati naf ta'ii
Yaa Rabbii Oromiyaaf Bilisummaa inshaallaa yaa nufiibirmdhuu yaa rabbii jedhee niinjfaa niinjfaa niinjfaa inshaallaa yaa rabbii jedhee obleewanii kiyaa hundii kesnuu nufiibirmdhuu nufiibirmdhuu
OROMUMMAAN kanaaf miidhaga...safuu jecha jedhu kana qabu silaa jarri...Barsiisi Mee ati akkamumatti si ibsa...great respect Habtish!
Dhugaa jeete beekaa namaa🥰😭
Nuuf jiaadhu rabbi umurii dheeraa siif hakennu dhuga baasaakoo
Well come bagaa ngya dhuftee abbaa dhugaa
Mati naf
Hafat dhugaa Rabbii ONNEE namaa gamachisaa gurasii keetii
Yooyyaa yooyyaa ashamaa jennee habtis ilma abbaa gadaa baga dhufte.
Matti nafi ta'i tiruu ko maaloo qomo koo
we. love beyi. 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏☪️☪️☪️☪️☪️🕋🕋🕋
Ati garuu akm nama qabbaneesita ❤❤
Hojii Baay'ee namaa boonsuu hojjecha jirta jabaadhu qaxxalee keenya itti fufi
J Daawud Ibsaa jechuun ABO ykn oromoo jechuudha,ija keenya j Daawud ibsaa
habtee keenyaa baay'ee sii jalaana.baay'ee sii kabaja oromoon nuuf jiraadhu❤❤❤
hafte sijalladhera dhugaf dubbachuke
Nuuf jiraadhu qaalii nama, sagaantaan kee baay'ee namatti tola.ammalle wanti gingilfamu baay'ee jira tolchi gingilchi jabadhu.
habtaamuu keenya jabaadhu sirritti baga gamaddelleeni dabasaan kee kun waan mul'ataaru nattii fakkaata
Nice comment. for every body desciplen (saafu)must needed.
I really like your views always. Wonderful job. More than anything, your humility and respectful manner that you share your views is appreciable. That is what we lack currently. Be blessed and please try to influence others too.
A tip : you can watch series on flixzone. I've been using it for watching lots of of movies during the lockdown.
@Lionel Ezequiel yea, I've been using Flixzone} for since december myself :)
Habtish dhugaa ammalee rabii bekumsaa kee dabalee siif haa kanuu umrii nuuf dheradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️
Masha allah riifensii kee baredadha
Galatommii moluu koo dhugaa keetii wowowow
💛💛💛💛🧡🧡💪💪 dhugaa jette habtee galatoomi
Ooky Habtee Keenyaa Wel Come Ana Dhufuu Baga Nagayaan Dhuftan Gingilchaan Nutti Tole Jira Jabaadhuu Waan Siin Jechuu Barbaadee Habtee Keenya Nama Wo,I Naaf Gingilichi Habtee Keenya Eenyuu Yoo Jette Namni Kuni Abbaa Wolaloo Art. Amaan Nyafarooti Waa,ee Isa Osoo Irra Naaf Dubbattee Natti Tola Turee Habtee Keenya Ani Garuu Isaas Hin Beekuu Garuu Sabbonummaan Isa Natti Tolee Dubbiin Isaa Natti Tolee Kanaaf Malee Waan Bira Miti Galatooma!
Shanee fi ABOn
OLF KFOn
Hinbarreen haabartu
Oromoodha martuu
~~Kekiyyaa Badhadha!
Dhugaa jetee sanyii koo nafi jiradhuu 😍😍😍😍😍😍😍😍
Jabadhu 😍 😍 ♥️ ♥️ 🌷 🌷 ❤️ 💚 ❤️
Ebbifamaa waqaayyoo isini haebbisuuu
Habtamuu ebbifami waqqayyo sii yaa ebbisu kun dhugaadha.
Yaa Rabbii ati nurraa kufisi Mootummaa maafiyaa kana 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wowowowowoow habtishaa Sabboonna oromoo
Nama haqaa !!
Taayyee, hailu ,hangaasaa Jara kana tarree namaa keessaa erga bahanii turanii jiru.
Dhugaa ketii nuf jiradhuu
Lencaa koo umurii nuf jiradhuu
❤❤🌳🌳❤❤
Matti nafi ta'i tiruu ko maaloo
Hedduu nama gaddisiisa wayyoo carraa oromoo maali😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa keetii habtamu kenyaa
Bagaa nagaa dhuftee
Jaba keenyaa numatuu jabafaatee❤💚❤
Hojiin kee baayyee nattii tola.
Uumrii dheera jiraadhuu!
Jabbadhu Qanqee show itti fufi!!
Dhugaa ketaii lechaa koo 💞
Dhugaa Dubatte Habtisha
Dhugaa jettaanii umrii dheeraadhaa 👍👍👍
Matti nafi ta'i tiruu ko maaloo
HABTISHAA BAAYYE SIJALLADHA DHUGAA
Dhugaa kee 💯💯💯
#JeneralHabtamuu
@Suraphel Diriba atilen naf ta'ii
Tayee duranu hateti kan hidhame male gotuma eysa fida gantuma male garuu akkati hin hafu guyyan ni darba insha Allah
General Atumti nuuf jiraadhu !!!!
Sah dhugaa rabbiiti 😭😭😭😭 yaa rabbi nurraa buusi kaa 🤲🤲🤲
WELCOME jiraadhu waggaa kuma Qaxalee koo jabaa koo
Jabaadhu gingilchaa kee kuni baay'ee namatti tola
Dhugaa jatee lammii koo 👍🏽👍🏽
Otoo Jeneraal Haptaamuun Oromoo Hogganee Maal qaba.
Ati nama dhugaati. Nuuf jiraadhu
Jaal Dawud Ibsa 💪😍
HABTISH Berkan nagayaa sin jedha 😂😂😂
Nuuf jiraadhu jabaa sabaa, hayyuu keenya!
Hanga waa'ee siyaasa lafa guttuu. Waa'ee dinaagdee sabaa kana hin haasofti hanga feete bilisoomtus yoo dinagdeen hin jirre waardiyama tata oduuu
Namticha Ababe garasu jedhamu Gingilchaa itti aanu keessatti qabadhuu kottu Kaleessa Nubia irratti Jaal Dawuud Arrabsaaf waan gurra namaaf hin tollee ittin jedha ture.
Thank you so much
Dhuga keti 🥰 🥰 🥰
Habtee atimmaa dhugaadha safuudha dubbachuu kessaa darbee itte akka namaa wangellaa lallaabuu itti dubbataa warra sammuu hinqabnee 3 ishee iyyuu namaan akka namaa itti isaan ilalluu hinjiruu waan .atii gaaruu nuuf jiraadhu qalii orommoo
Dhugaa keetiii
Dhugaa jetee
Thanks so much Brother ❤❤❤❤💪💪💪💪🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯.
Habiitamuu koo
Jabadhuu ❤🌳❤
Dhugaa ketti sanyii tiyyaa 💯💯💯👌🙏❤❤
Yaa Habtaamuu lamuu gar malee garaa nanyaata yaada kee kana yeroo hunda yoon dhaggeeffadhu!!
Maal Godhan sammuu wal hin jijjiiran, eenyu si dhaggeeffata yaada kee kana otoo warri of wallaalan sun dhaggeeffatanii ittiin fayyanii baay'ee na gammachiisa.
Jaabaadhu jabaa keenya hedduu si jaalanna nuti warri nagaaf haqa leellisnu.
Gingilchaa kee baayyee Gaariidha namatti tolaatii. Garuu waayee rifeensa mataa keetiif kootii Gingilchi 😂
Dubbin rifensa fii malkii ykn qabenya waan akkasi irraa debi ii
Very good
Dhugaa Keedha Sabboona Keenya 💗💗💗💗
Sijalada😘👈
Harka irra qabuuf yaaluunkee haa ta’u garuu tuffiin dubbachuun Obbo Abiyyiidhuma biraa jalqaba.
Dhugaa jetee yes good Galatoma obleewanii kiyaa hundii kesnuu yaa rabbii nufiibirmdhuu yaa rabbii jedhee niinjfaa niinjfaa niinjfaa inshaallaa yaa rabbii jedhee obleewanii kiyaa hundii kesnuu
Abtee jabaa kenyaa ❤
waaw dhugaa nama boonsita Habtish gingilchi sirriitti maaloo
Dhugaaketii
Garan nu gubbate hafte kenya maluma gona ya rabbii nu dubbadhu😭😭😭☝️☝️☝️🤲🤲🤲
Matti nafi ta'i tiruu ko
Dhugaa ketii habtish 👍👍👍❤️
jabaadhuu habtee keenya
Galatoomi obbo Haftooo sanyiikoo Baga sanyii kee ta'e Nuufi jiraadhuu dhigaa kooo
HABTEE galatoomi
Gorsaafi Haasaha Madaalamaa dubbatte🔵🔵
Kifiyyaa Kafalikaa😯
ANII HAA DHUFUU QAQIISHWO DHUGAA KEETII GALAATOOMII LECNAA KOO NUUF JIRAADHUU LAMMII KOO
♥️💚♥️
Jabaadhu qaxalee koo
kun dhugaadha jiraadhu Habtamu Lamu
"Team TAH" tu OROMOO fi OROMIYAA salphisaa jira.
Wel come brother haptish
Welcome habtemu lemu koo baay'een sijaaladha 💔💔💔👈
Dhugaa ketti
jabeessi jeneral habtish
🌹🌹🌹
Dhugaa dubacu dhaa bayee namagarama garuu rabbii tuujiiraa Qoomoo ko aabiisiruu oromiyaa dhigakotii 😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Yes habetesh you welcome
Abiy nama gootee nutti hin faarsin. Abiy diqaalaa nafxanyaati.
Abtee jabadhu
Maalo galalto wayyeennee argu koof safuun jedha dhugaa
Mee Kan Jenetalticha kena qaaxaale kana kan jalatan like 👍tuqaa naaf mirkanesa
Matti nafi ta'i tiruu ko maaloo
Yaa bareda kiyya kotu mati naf ta'ii
@@orotube44 tolee
@@MameTb tolee
Dhugaa keeti Habte Jabadhuu
Mati naf tahii sif tera bro ko
Habtishoo utuu atii nuu Ogantee bayee natii tolee bee
dhugaa keeti jaallee kiyya jarri sadeen qabsaahota anti bilxiginnaati, abbaay taayyee gowwummaan isaa wayyaanee akkuma kuffise , tayyee fi hangaasaan immoo yeroo gabaabaa keessatti bilxiginnaa ni kuffisu,,,, jedheen tilmaama
Akhuma Abiy faarsitaa si sodaadhee
dhugaa keetii dhugaa keetii
Amma irraa kaachaa jirta Amma dhuguma Abiyyiin siyaasii isaa siif hingalee nama cimaa jechaa jirta ,gullaliin kee xiqqoo hanqina qaba.
dhugaa❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲
Yaa raabii
Hay Haabte Taayyen bar ajandaa miidiya ta'uu akka barbaadu hin irraanfatinii