ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Dhugaan siin ja.aa nama gammachiiftaa Mash Allah
Kabajamoofi jaalatamoo amiir ahmaddiin qaxalee keenya jabaadhu Amma waan jabaa jalqabde kun jalqabbii bareedaadha hawasni keenya hawaasa jaalalaati wlh nama keysa gadbuee sirritti dhugaasaa mullisuutu dhabame malee oobsa rabbiin siif haakennu waan jalqabde itti fufi siifiis qabeenya gar tokkoon daawwannaa kee waan bareechaa takka takka itti dabalaa deemi namoota jajjaboo hinmuullattin irratti xiyyeeyfadhu .. Jabaadhuu !!!!!!!!!!!!!! If hindhaamotin hawaasa jaalalaa qabdaa qulqullinaa fii bareedina sagantaa teetii irratti irratti focus godhi..an obboleessakee nuradin(ibsa) aastu University irraa
Dhugaa Amiro Hujjii Bareedduu Dalagaa jirta Jabadhuu Akkatii Haawwasa keee Waajin Waal Arkkun Kee ❤️🙏
Aboo ummaata hararge jalaala fi kolfaa.Ummaanni hararge dalagaa:_ jimaan kudura fi muduranLoonii furdisuunBunaan yoo dalaagde ni baadhatti.Gaaruu waan tajaabe tokkoo haalli teessumma lafa rakkisa dha.Lammaaffa misoomni daandii fi bu'uuralee misooma hin jiru jechuun ni danda'amaa.Inni sadaffaan daandiin guddaan jibuutti geessu mancaa'e jira akkasumaas maneeni fi daandii walirraatti jechuun ni danda'amaa.Afraffaan naannoo birraa gabaan daandii irraatti miti kan hararge daandii konkolaata irraatti. Naannoo birraa gaaruu iddoon gabaa iddoo mataa isaa danda'ee qaba.Roras Tube mee rakkoo ummaanni qabuus gaafadhu...
dhugaan siin ja.aa nama gammachiiftaa♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Mashaallah mashaallah
This all people are with a full of respect this is what means ethiopian big great from dire dawa bro
Mashaallh Mashaallh Mashaallh ❤❤❤❤❤❤❤
Si waliin jirraa jabaadhu
Amir jabadhu vedio akkana huguyu nuf gadi lakkisi
Masha Allah ❤❤
Wly good job 👏 watar kootume biyya jarra Abba Gadda 🙏
Roraas keenya anis shaggaritti nagalchi
Roras mashallah ♥ ❤ 😍 💖 ✨
Rorro jabaadhu
Amiir sanyii koo hojii bareda jaalala sirrrtti qabda 😍😍😍
Mashalahaa bro
Watar tiyya Baga Dhufte Anumaa sin arkinii
Maashaa allaah hedduu nama tola
Roras ama waan gaari dhufte oromiya harargen hangafi magala hunda dawadhu
Mashallh mashallh bro Ganda Kenya qilensaratii arruma agaree itii nuuf debii guyya bira
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
jabaadhuu
Mashallah! My beautiful Oromo people 🙏💪
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
Welcome
Ma roras qulubii Badiya dhaqii koromi gada jamuu ples
Nuu jiraadhuu sanyii ofii
Awwaday koottu roras
Amir yoom dhuftee an essan jira 🥺
❤❤❤
Jabaadhu
Kotuu matii nafa thii qalii 💓❤
Laga soqa gati buyii ka mee
Pls roras lagasati
Heedu baredadha itti haa fufu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
First Comment 👍👍👍
Gaara mullataa baddannoo dhaqi baddann
Sii jaalana bro ko 🤣🤣
Amiir abiy ahmed se wly🤣🤣🤣
amir qaali nama
Roras baabile koo
❤❤❤😂
Please aweday
Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤
Watar daqi guya toko😂
Hararge lixa keessas demte nu garsiisuu qabda Carcar
Page kiyas subscribe naaf godhaa
💜
Dhugaan siin ja.aa nama gammachiiftaa Mash Allah
Kabajamoofi jaalatamoo amiir ahmaddiin qaxalee keenya jabaadhu Amma waan jabaa jalqabde kun jalqabbii bareedaadha hawasni keenya hawaasa jaalalaati wlh nama keysa gadbuee sirritti dhugaasaa mullisuutu dhabame malee oobsa rabbiin siif haakennu waan jalqabde itti fufi siifiis qabeenya gar tokkoon daawwannaa kee waan bareechaa takka takka itti dabalaa deemi namoota jajjaboo hinmuullattin irratti xiyyeeyfadhu ..
Jabaadhuu !!!!!!!!!!!!!! If hindhaamotin hawaasa jaalalaa qabdaa qulqullinaa fii bareedina sagantaa teetii irratti irratti focus godhi..an obboleessakee nuradin(ibsa) aastu University irraa
Dhugaa Amiro Hujjii Bareedduu Dalagaa jirta Jabadhuu Akkatii Haawwasa keee Waajin Waal Arkkun Kee ❤️🙏
Aboo ummaata hararge jalaala fi kolfaa.
Ummaanni hararge
dalagaa:_
jimaan
kudura fi muduran
Loonii furdisuun
Bunaan yoo dalaagde ni baadhatti.
Gaaruu waan tajaabe tokkoo haalli teessumma lafa rakkisa dha.Lammaaffa misoomni daandii fi bu'uuralee misooma hin jiru jechuun ni danda'amaa.
Inni sadaffaan daandiin guddaan jibuutti geessu mancaa'e jira akkasumaas maneeni fi daandii walirraatti jechuun ni danda'amaa.
Afraffaan naannoo birraa gabaan daandii irraatti miti kan hararge daandii konkolaata irraatti. Naannoo birraa gaaruu iddoon gabaa iddoo mataa isaa danda'ee qaba.
Roras Tube mee rakkoo ummaanni qabuus gaafadhu...
dhugaan siin ja.aa nama gammachiiftaa♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Mashaallah mashaallah
This all people are with a full of respect this is what means ethiopian big great from dire dawa bro
Mashaallh Mashaallh Mashaallh ❤❤❤❤❤❤❤
Si waliin jirraa jabaadhu
Amir jabadhu vedio akkana huguyu nuf gadi lakkisi
Masha Allah ❤❤
Wly good job 👏 watar kootume biyya jarra Abba Gadda 🙏
Roraas keenya anis shaggaritti nagalchi
Roras mashallah ♥ ❤ 😍 💖 ✨
Rorro jabaadhu
Amiir sanyii koo hojii bareda jaalala sirrrtti qabda 😍😍😍
Mashalahaa bro
Watar tiyya Baga Dhufte Anumaa sin arkinii
Maashaa allaah hedduu nama tola
Roras ama waan gaari dhufte oromiya harargen hangafi magala hunda dawadhu
Mashallh mashallh bro Ganda Kenya qilensaratii arruma agaree itii nuuf debii guyya bira
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
jabaadhuu
Mashallah! My beautiful Oromo people 🙏💪
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
Welcome
Ma roras qulubii Badiya dhaqii koromi gada jamuu ples
Nuu jiraadhuu sanyii ofii
Awwaday koottu roras
Amir yoom dhuftee an essan jira 🥺
❤❤❤
Jabaadhu
Kotuu matii nafa thii qalii 💓❤
Laga soqa gati buyii ka mee
Pls roras lagasati
Heedu baredadha itti haa fufu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
First Comment 👍👍👍
Gaara mullataa baddannoo dhaqi baddann
Sii jaalana bro ko 🤣🤣
Amiir abiy ahmed se wly🤣🤣🤣
amir qaali nama
Roras baabile koo
Kotuu matii nafa thii qalii 💓❤
❤❤❤😂
Please aweday
Kotuu matii nafa thii qalii 💞❤
Watar daqi guya toko😂
Hararge lixa keessas demte nu garsiisuu qabda Carcar
Page kiyas subscribe naaf godhaa
💜