Wawooo Dawwa Iyesuusii Dawwa Lubbufii Dawwa foniifii Dawwa haleluyaa Haleluyaa Ameeeeeeeen Ameeeen ebbifamii dachaa dachaa 🛐🛐🛐🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💔 Love Love Love Love Love Love Love Love
Uuuuuufffffffeeeeee kan Qoruu kalee fi ribuu fayyisaa fooni fi lubbuu dhugaadha Yesus Koo Ebbifamii Faarfataa keenya Jaallatamaa Tamam ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@@gu2sports362 Rabbiin dachii fu sami Uumee Fakkata hinqabu, Ilmaas hinqabu,angoo irraattis waaahila hinqabu, waan ati faakkeesitu Umama irratti Rabbiin Taliila, Qulqullu, Yasuseen ergama isaati kara Rabbiin sigarsisuu ergame male ani Goftaa sin hinjenne, hinrebabnes, hindunees Rabbiin Isa ufitti fudhatee, gaafa Rabbi jedhe immo gara lafa ni dhufa, Isa ati janjoofte kana siif ibsaa, Ani(yesuuse) fi.haati(Mariyama) Umama dha maliif maliif nugabbartu sin jedha, Isa ni uume,rabbitu allah goofta sin jedha.
Iyesus gofta dha iyesus uma dha male umama miti obboleso namni iyesus kirstositi hin amane amma itti faredamera jirrenya barabara argachu karan iyesus qofa.
Dawwata jalqabaa vidiyoo kanaatti ani mee warreen viidiyoo kanaan eebbifamtan like👍👍👍 godhaaa....
More bless
Dhugumaa farfataa taamam farsi gooftaan iyesuus kirstoosi daawwaa foonfi luubbuuti gooftaan kanacaalaa yaanaa sifi haadabaluu ibifam barkee haa;ebfaamuu amen amen amen
እያስተረጎምኩ አዳምጨዋለሁ!! በእውነቱ ተሰምቶ የማይጠገብ መዝሙር ነው!!ጌታ አብዝቶ ይባርካችሁ!!!
Dawaa dawaa iyesus hundamaf dawaa uuuuufffffee Ameeen Ameeen ebbifamii ayyaniichi dachaa sirati haa dabalumu 🙏❤❤
Aleeeeluuuuuyaaaaaaa uuuuuuf farsaa hin qufamne waqayyoo si ya ebbisu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉dawwa iyesus hundumaaf dawwaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen uuuuuuffffffffffff eebbiifamii eebbiifamii eebbiifamii mucaa gooftaa 💞💞💞💞💞💞💞
Ameeeen ameeeen eebifamii bayyee namati tolaa kani dhageftani hin qufnedhaa dhugadhaa hirkoo nama hin jignedha uuuuuuuuuuuuf ani ittii ebifamee jiraa ittisii gamadhee dhugaa dachani ebbifami dachaa dabalee ayyanaa issaa siif yaa dabaluuu elelelelelele🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💙💙💙💙💙💙☝☝☝☝💯💯💯💯💯💯💟💟💟💟💕💕💞💞💞💓💓💓💓💞💗💗💞💗💞💗💞💗💞💞💗💞💗💞
Wow waaqayyoo gooftan baraaf jireenya kee haa Eebbisu Tamee darbii faarsi ammayyu 🙏
Ameeeeeeeeen
Ameeeeeeeeen
Ameeeeeeeeeen
Ayyani goftaa biraa madde kanumaa calaa sif haa dabaalamuuu 🙌🙌🙌🙌
🎻🎻🥁🥁🎸🎸
Tamaam faarsaa ajaa'ibaati.
#Eebbifami namoota hedduu sababii fayyinaa haa ta'u.
Itti eebbifamneerra eebbifami.
Kan qoruu kaleef Ribuu
Fayyisaa foonif lubbuu
Namni Yesus qabu
Abdii qaba homaa hin dhabuu
Ameeeeeeeeeeeeeen eebbifami Tammee keenyaa😍
Medii
Uuuuuuffffff Ammmmmeeeen 🙏
Ebbifamaa Dachaa Dachaan
Maloo warii ilaltan sher godhati jajabessaa TH-cam isaa haa gudatufiii
Yaada eebbifamaa❤️🙏
Yaada bareedaadha!
Aameen
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbiifamii dachaa
አሜን አሜን አሜን Ameneeeeeeeeeeeee💒💒💒💒💒✅✅✅✅✅✅💪💪💪💪💪💪💪🙏🙏🙏🙏🙏📚📚📚📚👍👍👍👍💘💘💘💘
Uuuuuuuuuuuuufffeeeeee Yesuus koo hulfaadhuu qorichaa waanta hundumaa Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Ebifaama Saba Waaqayyoo ✝️📖🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰😍😍😍❤️❤️❤️❤️💐💐💐
Wawooo Dawwa Iyesuusii Dawwa Lubbufii Dawwa foniifii Dawwa haleluyaa Haleluyaa Ameeeeeeeen Ameeeen ebbifamii dachaa dachaa 🛐🛐🛐🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💔 Love Love Love Love Love Love Love Love
Farfanaa ajaibatii tamami waqayoo baraaf jirenyaa kee gutuu haa ebisuu👍👏👏👏👏👏👏❤🤝 i love it really ❤
Gootaa duuti Yalee dadhaabe.......Jesus christ....tamee GOD BLESS YOU
Ammeeen ebifamii Aja'ibaa dhugaa goftan si ha Ebbissuu🙏🙏
Uuufff nuuf jiraadhu Tame koo ati yeroo hunda Yesuusiin faarfatta waan guddaa sirraa barre ayyaana kana sirratti nuuf haa qusatu abbaan kennaa kanaa Yesuus.
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞💞💞👌👌👌👌
Waw zTamee baga wqy si gargaaree,dhugaa soorataa kana dheebonnee turree,baga nagaan deebite,Ameeeeen Ameeeeen eebbifamaa
Ililililililililil hallelujah hallelujah ! Gooftaa yesus koo maqaan kee waaqa fi lafa irraati haa jajjaamu!! Obbooleesa koo Tamam waaqayyo gooftaan maccaa ayyaana irraati ayyaana sif haa dabalu! Eebbifami!
Wowwww Amenn Amenn Halle luyyah Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelelelel Yesus hundumaaf dawadha!!!! Gooftaan kana Caala ayyaana isaa siif ha bayy'isuu nama Waaqayyoo Farfaata Tamee Goota Yesus!!!!! Eebbaaf ta'ii ammallee Maaqa yesusiin!!! Hundii keessaan nuuf Eebbifaama saba Waaqayyoo!!!!
Ameeeeen ebbiifaammii good billss you tame nama koo lake godhaa jabefadhaa mee tamee malloo jalalaa waaqayyoon ameeeeeeen ameeeeeeen wwwwwwww ililililililililililililili dawwa dawwa yesus daawwa yeyeeni yesus dawwadhaa ameeeeeeen ebbiifaammii sii jalanaa ❤❤❤
God bless you Tamamiye, Waaqayyo inni oggummaa dhokataa akkasii si keessa kaa`eee ulfina yaa argatu! ammallee Eebbi hammaarame hindhumnne siif yaa dabalamu!
Ameeeeeeen ebifamiii dhugumaa inii dawa umama lafakanatiii i
Uuuuufffeeee yesus dawaa hundumaa Ameeeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeen ebifamii ebifamii ebifamaa hundumtuu goftaan ayyaana kana caalaa sifa dabaluu tamisha kenyaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamii.mucaa kakuu ❤❤❤📖📖📖👍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waqayyoo baraa kee haa ebbisuu ameen
Ameeeeen namni yesusin qabu homa hin dhabuu dawa dawa ebifami muca kaku nuf jiradhu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameni Ameni Ameni Iyaasus kiristos goftadha Ebifama dachadhani waqyo gofta sin haa Ebiisuuu
Uuuuuufffffffeeeeee kan Qoruu kalee fi ribuu fayyisaa fooni fi lubbuu dhugaadha Yesus Koo Ebbifamii Faarfataa keenya Jaallatamaa Tamam ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Ameen, Ameen Haalelluyyaa maaqan waaqaayyoon Kenya daawadha,📖📖📖🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️☝️♥️❤️❤️❤️❤️💖💖💖💓🤍♥️🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏👏👏👏👏👏🤭💛💛♥️🤍💓💗💕💝😍🟣😍🤩🥰 Faarfata, Tamam baayye baayyee namatti tola kanuman caalattiyyu ayyani waaqaayyoo siif, haabaayatu, mucaW yyoo barabaran siihaaebbisu 👏👏👏👏
የቋንቋው ባለቤት ኢየሱስ ይባረክ ሁሉ ለሱ ክብር ተፈጠሮአል እልልልልልልልልልልልልልልልል ኢየሱስ መዳኒት ነው እልልልልልልልልል
Iiiiiiiiilllilililiiiiiiiii. Amen amen ebifama ❤️❤️❤️iyesus dawwa
Ameen Ameen Yesus keenya jireenya.dhugaadh karaadha ameen!!!!!!! Ebbifeeemii Tamam keenyaa gooftan ayyanna dachaa sif haa daabalu karaa yesus dhaaloota.baay'ee gara jireenyatti fida jira maaqasa haa eebbifaamu
Uuuuffffeee elelelelelelelelel elelelelelelele yasuusi goftadha Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifama ebbifama ebbifama 🙇♀️🙇♀️🙇♀️🤲🤲🤲🎻🎻🎻🙌🙌🙌
Haleluya eyesus geta new Le zelalem ❤❤❤❤❤❤❤
Teme Waaqayyon mancaa si Haa Eebisu🥰❤!!! Yesuus jirenya fayyisaa hunda kenyaa.....
Uuuuuufffffffeeeeee dhageefadhee qufuu dadhabee dhugaa. Waaqayyoo saa Ebbisuu Ayyaanna isaa sifi haa baay.isuu Ebbifamii Dachan nama waaqayyoo.
Woowwuu Faris baay'ee namatti tola eebbifami
Dhageeffatamees hin quufamu waaqayyo ayyaana isaa siif haa baayisu ameen jedhikaa Tamiko
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen ebiifami ebiifami ebiifami ebiifami waaqayoo sii abbiisuu
Ammmeeeeeen
Aaaammmeeeeeeeen
Aaaammmeeeeeeeen
Uuuuumuuuuufffffff iyesus koo ulfaadhuu 🙏🙏🙏🙏❣️❣️
Kan qoruu kaleef Ribuu
Fayyisaa foonif lubbuu
Namni Yesusin qabu
Abdii qaba homaa hin dhabuu
Ameeeeeeeeeeeeeen eebbifami
Ameeen uuuuffffee ilililililil ebbifamaadachaadachaaa አሜን ሀሌሉያያ እየሱስ ጌታነው አሜሜሜን እልልልልልልል ሃሌሉያ ተባረኪ አሜን📖❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
አሜንአሜን
Uuuuuufffffffffeeee
Eebbiiffami namaa waaqayyoon koo si ha Eebbisuu baraaf jireenya kee kanumaa caala Ayyaanaf isaa sif ha baayisuu Dhageeffadhuu qufuu dhadhabee dhugaa
Mee namni akka koo farfaanna kana jallaatan like godhee
Yes iyeaus hundumaaf dawaadha Eleeluuyaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤
♥️🙏❤️🥰🥰✝️ebbifammi tamee koo wow ittin ebbifamman jiraa dhugaa waqayoo❤️♥️🙏✝️
Maaloo akkam.nama.gammachiisa.faarfannaan kun waaqayyoo.ayyaanasaa.siif.haabaayyisu.tame.dhugaa
Uuuuffee kaaa ebbifami nama kaakuu darbii demee tamee 🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Uuuufffff Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen yesus dawaa ebbifamii tamee kenyaa❤❤❤❤
Dhuga keessan yesus dawaa 👍❤
WOWW bay,ee namati toltuu yesus isin ha ebbisu dacha dacha ebbifamaa obolewaan ko ijoole kakkuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeenn Ameeenn Ameeenn Ameeenn Ameeenn Ameeenn 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻 Galata waaqaayoo Koo 😭😭😭🙏🏻
ajaab yesuus keenyaaaaaaa
jaalladheera. Eebbifami!! Yesuus Gooftaa Bara baraati.
Ebbbiifaamiiiii dachaa daasaa saayi ebbiisuuuu ufffiiiiiiiii
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamii dachaa dachaa dachaa tamee
Waan baay'ee bareedaafi garaa nama nyaatu akkasus dhugaa hawwaasa keessa jiru gadibbaaftee agarsiisuukeefi hojjechuukeef gammachuunkoo daangaa hin qabu. Tamee baay'e nama gammachiisa nuboonsite qaxaleekoo
Uuuuuuuuuuuuuffff uuuuuuuufff Amen Amen Amen Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeen ameeen ameeen ameeen iyeesus fayiisadhaa
Uuuuuufffffeee Ameeen Ameeen ebbifamii nama dibata 🎺🎺🎷🎷🎸🎸🎸🎸🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameen Ameen Ameen Ebifama Ebifama Ebifama maqaa yesus jabaa kenyaa
Waqqayyoo sii haa ebbisu baaraf jireenyaa kee ebbaf ta.ii maaqa yesusini
Wowwwwwwww ebbifamaa Kenya waqayyo sii habisuu adunyaf furmataa ta.ii📖📖📖📖👈❤️❤️❤️
Dhugaadha yesuu Dawaa hundumaatii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏waaqayyoo sii haa eebbisuu Farfata Tamam
Ameeeeni ebifamii gudaa sifii haa dabalamuu
Eebbifamii gooftan isin haa eebbisuu eebbifama
Uuuuuuuuuuuuuuufffiiyyee guddaa eebbifamaa yesuus dhugumaa dawaadha nama hundaati
Wowo Tm waqayo baraf jirenyaa kee ha ebisu ebifamii ❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
Thank you hiriyoota keef share godhi
Al hamdullilaahii Isaan ykn Yeessoon fayyisaa dha!
Hhh alhamdulihahi jechuun maal jechudha ooso hin jedhiin dura hiika Isa beeku qabda fayyisan allahadha
Uuuuuffff waqaayyoo bara kee haa ebbisuu Tamee Ayinii waqaayyoo kanaa calati sif haa bayatuu
Ameeeennn ammeeeenn ammeeeenn ammeeeenn gooftaa siifi haa eebbifaamaa daachaa eebbifaamaa daachaa eebbifaamaa 🤲🤲🤲🤲🤲🌾🥀🌾🥀🌾🥀🌾🥀
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa maaqa yesusn darbaa demaa obolesaa koo cimaa mucaa waaqayyoo waaqayyoo barafii Jirenyaa kee yaa Ebisuu Ebifamii kanumaraa Ayan gofta sifi yaa danomuu 😍🙏🙏🙏🙏
Aameen
Eeyyee dawaadha yesuus. Eebbifami tame ayyaanni siif haa baay'atu
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞👌👌👌
@@desistuutube3083siif ta'eera atis subscribe godhikaa!
yesuus dawwaa dhalotaatti eebbiffammi jabaa nama
Dawaa dawaa ameeen ameeen ❤️❤️❤️❤️
Wowwwww uuuuuuffee ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ebbifaammaa ayyaanii waqaayyoo siif haa bayyaatuu hadhokoo 📖📖📖❤❤❤😭😭🙏 iyesus duwwaa
Thank You!
Uffee. Eebbifami barri kee maatiin kee, tajaajille kee haa eebbifamu. Hojii bareedaadha.
Ameen ameeen ameeen waqayyoo dacha dachaa sihaa Ebisuu Ebifamii🙏🙏🙏💞💞
Wow !!!! Ebbiffamii ebbifama mucaa kakuu darbii deemii
Dawaa dawaa iyesus hundamaf dawaa uuuuufffffee Ameeen Ameeen ebbifamii ayyaniichi dachaa sirati haa dabalumu
Maaliif waliin dhahuu feetu dhugaa jala deemaa
Yesusi hundumafi dawaye Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifami ebbifami ebbifami ebbifami
Tamam yaa ijoollee Galaan
Maranaataa
Dhugaadha,Dhugaadha....IYesuus Hundumaaf dawaadha, Eebifami Tame.
Aameen
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞💞💞👌👌👌👌
Faarfannaa baayyee Nama eebbisudha taammee Waaqayyo bara Kee haa eebbisu bless you more
Ulfaadhu
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞👌👌👌👌
jabbaa namaa waaqayyoo si haa Eebbiissuu.🙏💟
Thanks alot
Uuuuuuuufffffffffff ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ebifamii ebifamii ebifamii tamee mucaa dibataa darabii farfadhuu maqa yesusin
Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ammeeeen Ebbifmaa dachaa qaxalee keenyaa T/kooo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
More grace
Bayyee nameti tola ebifama 🥰
Baga waaqni sii milkeessee Tammee koo kana caalaa waaqayyoo ayyaannaa siif haa baayisuu😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖👌👌👌👌👌👌👌👌👌
waaqayyoo tame si haa eebbisuu.ergaa guddaa qabaa.nutis ittin eebbifamneera
Subhanallh uffana muslima uffatte amantii bira faarsuun sirri miti islaamni keenya nagaha rabbiin amanta uuma keetitti si haa deebisu, qajeelluma siif haakennu kan yesuuse uume allahan
" Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu. "
(Yohannis 14: 6)
Allichumti Yasuusiim Maqaasaatu sadii ta'e malee
@@gu2sports362 Rabbiin dachii fu sami Uumee Fakkata hinqabu, Ilmaas hinqabu,angoo irraattis waaahila hinqabu, waan ati faakkeesitu Umama irratti Rabbiin Taliila, Qulqullu, Yasuseen ergama isaati kara Rabbiin sigarsisuu ergame male ani Goftaa sin hinjenne, hinrebabnes, hindunees Rabbiin Isa ufitti fudhatee, gaafa Rabbi jedhe immo gara lafa ni dhufa, Isa ati janjoofte kana siif ibsaa, Ani(yesuuse) fi.haati(Mariyama) Umama dha maliif maliif nugabbartu sin jedha, Isa ni uume,rabbitu allah goofta sin jedha.
@@ijoomedia Osoo Abbaan jiruu Ilmaatti ma hajaamta ati, Rabbiin Umaamatti hinfaakkattu, Rabbi Rabbuma,Angoo irratti waahiila hinqabu,yesuusen kara sigarsiisuuf ergame malee! Ani goofta dha sin jedhe, Dubbisi waangeela, Kara Rabbi sigarsiisu siif ergame, akka Aabiin beektu, waan Sii barsise irratti Chichi.male isaa gofteessuuf hindhiphamiin, innoo nama akkuma keeti dhalate, nyaatu, dhuguu, Isa naa Uumee Rabitti Amani. Inni Tokicha tokkuchumma, Tokicha akka sadiimiti. Waan dubisteef galatoomi, Amantii jalqabatti Rabbiin Sii haadebisu,Ameen
Iyesus gofta dha iyesus uma dha male umama miti obboleso namni iyesus kirstositi hin amane amma itti faredamera jirrenya barabara argachu karan iyesus qofa.
Dawaa yesuus hundumaaf dawaa yee ♥♥
Tame koo sihaa eebbisu
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞👌👌👌
Ameeen ameeen uuffuuuueeee uuffuuuueeee galani waqayyoo hata'uu maaqaa iyaasuun darbii farfaadhuuu ❤❤☝🙏🙏
Tamee waqqayyoo saa ebisu bara kee hunduma ❤❤
Iyasusitti amanuuf shubbisuuni miti dubbisuuni ustaz ferhan nuuf haa galatoomu
Wowowo Ameeeeen Ameeeeen uuufffeeeee ebbiifamaa dachaa dachaan
Goftaan Yesuus Sanyii kee haa eebbisu!
Baayyee namatti tola eebbifame!!!!