Dhiiraa dhuuga jeechuun nama akka muurti kana waallah100%%garaa Laafeessa garuu gootuuman issa yeeroo kamuu hin jiijiraamu dhiira wan qabde irratii duutu nama akka muurtitii!!!!
@@UmairKhan-bp5wo mammad maaltu ergaama rabbii godheen jedhem dursaa rabbiin kan ergaatu kan hin nyaanne kan hin dhugne isaan akka qilleensaa isaan akka abiiddatti fakkefaman malee🤔🤔🤔🤣🤣
Otoo hini sobini warii onee iraa pirank mucaa kanaa jalatani laki xuqaa achumani matii na taa naii bayee jaladhaa pirank isaa ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
I'll
Dhiiraa dhuuga jeechuun nama akka muurti kana waallah100%%garaa Laafeessa garuu gootuuman issa yeeroo kamuu hin jiijiraamu dhiira wan qabde irratii duutu nama akka muurtitii!!!!
Abo ergamaan rabbii Saallaallaahu aleeyhi wasaallaami ilma namaatimiti bineessa afaan hin beynehu takka rifachisanii hin beekan ati maalaqaaf jattee dhiira rifachisaa oluun siif gaarimitii rabbii sodaadhu
Saallawwuu Aleyii waassallamma saallawwuu Aleyii waassallamma
Iddoo bar jedhamu deemee allaattii qabee nyaacha kan oolu sun hoo lubbuu hin qabduu moo😂😂😂
Malaqaaf jechaa jafee ilmaa nama hin rifachiin rabiin siin jalattuu
@@burteetube3415
Waan rabbiin isaaf halaal godhe ninyaata ati yo amanttiin tantee muslima taate gaafi tana gaafachuun sirra ture yo amanttii biraa hordofaa jiraate ergaan tiyya sin laalatu nama laailaaha illallaahu Muhammadun rasulullaah jedhe qofa laalatti
@@UmairKhan-bp5wo mammad maaltu ergaama rabbii godheen jedhem dursaa rabbiin kan ergaatu kan hin nyaanne kan hin dhugne isaan akka qilleensaa isaan akka abiiddatti fakkefaman malee🤔🤔🤔🤣🤣
Guyyaa guutuu video kee ilaalaan oola wly baayyeen sijaalladha baayyeen sikabaja bro jabaadhu❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤😮😮😮
Murtin bar dhiraa nile hin rifanne ❤❤
Jafee jiradhu Wagga kumaa Qalai Kenya nu bashansise park kee❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Wow jaffe Murti guutuma Akkana goote Ati kkkkkkk ❤️💪
Wow Martin guutu sum godhead jafen
Kkkkkk😂
Dhiroo biyaa dhisaa😂
Murti Guuto anuma kofalchisee wlhi😂😂😂😂
Wayii jafee hin gotefii❤❤ jabadhaa bayyee namatii tolaa
Polisii Dirree Dawaa hedduun isin jaaladha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woyyoo murittii guttoo sodda Kenya kiwwuu gottanii ni koffillee ni koffillee 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅jaffee hojjiii kee nyadhuuu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Miskina maf akkana goota jafe😢😂😂😂❤
Sah qoy ati kana sirratti hin naqqahani 😂 An silaahis Si garraan yoon badi qabadheehh prank jeheetumaan deema
As wa wb ramadan mubarak Piranki polisa san ta sharmarkee fi Yasin san nu gad dhisi ka jafee
Hojjii khe jafe qabrin sif hin qotamtu😁😁😁
Jafe Murtii guuto haalan rifachiifte hedduu namati tola
abo murtii oso makina seni jedhanii ofii sentee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
inaddition murti is a subtle,so fearlessly obeyed the law
as in ethiopia the person whose prank is truly doing jafe tube
👏👏❤❤❤🤛🤛🤛
uffff murtii gutoo miskina koo jafee hojii kee yadhuu😢😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂 omg kolafan dhumane kah baran hujii kee nyadhuu Jafe TUBE 😂😂😂😂😂😂😂😂
Hujii tee yaa jafee taka taa araa hin dalanee walahii koflan 😅nuu fitee masha Allaha jabadhu habibi🎉❤
Jafee Ati Rabbii si dhiisu 😄😄😄😄
Murtii koo Abshiir
Nanatii oro 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤ jafee kiyya jabadhu
Jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woy vay vay Murti irraa hafte garuu 🤣🤣🤣🤣🤣
Ajaa'iba! Murtiin Onnee harkatti baatee deema moo akkami waansaa.😂
Dhugaa jaaffe piraankiiwwan ati kanaan dura dalagde keessa tan akka tanatti gammachiifte hin jirtu jabaadhu jabaa koo abbaa fadhe caalta
Www hedu takka namatii tolatn ❤❤😂😂😂
dhukkee irraa kaaftee walahii jafee🤣🤣🤣🤣
Wanii nama dhibuu😂😂😂😮😊
Jabbaadhuu Beautiful bonaayyee
Wayii kuni Pirank bicha Mitii Naasu hin jirre itt Buuste Idhi Gate hojike Nyadhu Ajaa'iba ta'e Pirank uni dhugaan 😢😢😂
Masha Allah
Wollah qarbii Si qootamtu dhugaa Si quudhera
Jabaadhu oromoo calla sin jaaladha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuu jafe😂😂
Baga nagaan dhuftaniii isinis kottaaa'
baga nu gotee jafee 😂😂😂😂😂😂 wyo murtii gutoo ara si dhumatee
Kun prank moo filmi😂
bro jafe jabdhu itii fui😅😅😅😅😅😅😅😅
Jafee qalii namaa jiradhuu sii jalanaa❤❤
Wow wow 😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂
Ayii fafee hojii kee nydhuu😂😂😂😂😂😂
😂😂 Pirankin Te Arraa Akkaa Malee Nattii Tole Jafe Murti Guuto Maaf Akkanatti Rifata😂😂😂😂
Jaafee saa'iba khiyya maa rifachifta bro😂
Murti guto lakka nama akkanatti 😂😂😂 maaqa nu balleesse 😅😅
Dansaadha.continue more language jajjabaadha
Wallayi pirankin akkan na fiifachifte hin jirtu akkasum na fokachifte dhugaa
Jafe hojii kee nyadhu ummata onnee dhabdee kk😢❤❤
Jafe prank Nutti ariifaadhu 🥺
Garaan nuqabbana'ee😂😂😂
Wayii jafee hojiike😂😂😂😂😂😂😂😂
Way jaffee😂😂😂hoji kee moo❤😅😅😅😅
jafe iti jabadhu akkanumatti
Waw piranki maraataa 🤣🤣🤣
Jafe bayye sii diqisifadhaa ❤❤❤❤❤❤❤
Jafee hojjii kee nyadhuu miskin❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂
Sillaa dirree duwan akkana barredi wa
Kotu laali 😊😊😊
Kana piranki ima hojjatte ardha dhuga😂😂😂😂
Nama Jaffe jaala deeme beekaa😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Jafe maaf akkasitti gurbaa ija babasachifta 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Wwwwww bayyee namti tolta jaf
Ijji keessaa yaate😂😂
Wly hedduu dass nama gotta jabaadhuu
Atii obolesaa kiyaa natii fakataa jafee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
😂😂😂😂😂😂
Murtii 😅
Dhugaa Anii jafee sii qudhee jiraa 👍 Akamitii makinaa gutuu police Arrgatee? 😅
Walhi murtin dhuraa wallah soduma takkah hin soodaatu
Jabadhuu ❤❤❤❤
Ayi jaafee😂😂😂
Heduu namaa tolla jabadhuu jafe tube
Yaa jafe hojii kee moo ilmaa nama gaafuma takka onnee dhaabda 😂😂😂😂
Abdaa fi faaxeen Oromoo Jafee irraa fagadhu yoo onnee cituu barbaadde malee pirank isaa isin miidhe dhugaa😢😢😢nuti warri online lalee seeqqachuu qofa😂😂😂😂😂😂
Hojii kee nyadhuu jafe😂
Laa hawli 😂😂😂
Woyoo murtii😢😢😢😢
Hojii kee nyadhuu😂😂😂😂😂😂😂😂
Mashallh tabarakalaa
Wayoo murtii koo 😢🥺🤭
Ayiii jafee hojiii keee 😅😅😅😅😅
Maligaa wantti ammanna gahuu 😂😂😂 miskinna walahii ayii rafatee gubanni
Kkkk Hujii kee jafee😂😂😂😂
Wow😂
Wayii murtii😂😂😢😅
Abo hojii nyadhuu😂😂😂😂
Anatuu duraa lalee😂😂🎉🎉🎉
Murtii guto ijaa babaasee mii ajaa’ibaa Eee😢😂😅
Hojii kee nyaadhuu jafee😂😂😂
Hojii te nyadhu😀😀😀😀😀
Namatti tola🎉
Wow Heeduu namatii tooolaa
Aboo khoflaan du'e😂😂😂
Wow camera man
ayii😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂 jafee hojike nyadhu
PIRAKII , ITTII, IDE'I❤❤❤❤❤❤😂😂❤❤😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉😢😢😮😅😅😮😢🎉😂❤😢😮😅😊😊😅😮🎉😂❤😂🎉😮😅😊😊😂😂🎉😢😮😅😅😅😅😢🎉🎉😢😮😅😅😮😢😢😢😮😅😮😢😢😅😂😂❤❤❤❤❤❤😂❤❤❤❤😂🎉😢❤❤❤❤❤❤❤❤😂🎉😢😮😅😊