Dhugaadha barumsa bay'ee gaariidha kesuma yeroo amma kana wan meqaa tu jira fb irra sobaa isaaf dhugaa isaa kan hin bekamne. Warri hojii hin qabnee caalisani waan sammuu namaa dhukkubsu gadi dhisuu. Akkuma sobi jiru ergaa dhugaas kan sher godhan jiru waaqayyoo saba keenyaati haa araaramuu biyya kenyaaf nagaan haa ta'u! Eebbifamaa MO'A TV
Ergaandirama kana dhugaaf barumsaa bayye of keesaa qaba wantaa ijaa argani qabatam hin tane tokko post gochuf Akasumaa kan post arges oso hin hubatin gara biraa dabarsun egaa akumaa argine nama salphisaa waqayyoo hubanaf Ogummaa saba kenyaaf haa bayisuu ebifam waan bayye nama hubachisaa ebaaf ta aa💖 😁Kkkkkkkkk maal Akka hunduu figuu malee maalif Akka figuu bekuu lata
Isa dubii maratuu dhagee fb ratii posotee dhaa garuu jabadhaa wabaye nama barisisaa🙏🙏🙏🙏🙏💯👍
Baraiitii dhugaa fii sobaa addaa,baasuu,namaa dhiibaa eebbifamaa
Kkkkkkkkkkkk dhugadha sobatu dhalotaa rasa jiraa mo'aa tv qopheessitoota mo'aa eebbifamaa
Baye namati tolaa jabadhaa tv mo'a@@
Wooooooowwwuuu baay'ee nama dhiba hojjiin nama
Bayye namati tola jabadha
Dhugaadha barumsa bay'ee gaariidha kesuma yeroo amma kana wan meqaa tu jira fb irra sobaa isaaf dhugaa isaa kan hin bekamne. Warri hojii hin qabnee caalisani waan sammuu namaa dhukkubsu gadi dhisuu.
Akkuma sobi jiru ergaa dhugaas kan sher godhan jiru waaqayyoo saba keenyaati haa araaramuu biyya kenyaaf nagaan haa ta'u!
Eebbifamaa MO'A TV
Baagaa naagaan dhuftaani maatii Mo'aa 😍 😍 😍
Warra mo'a kanameeyu waqayyoo lubbu keessan haa dheeressu baay'ee namatti tola🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣💔💔💔💔
Wooowwww wanumaa argaa jirudha kuni ebbifamaa saba waqayyo dhugaa fi sobaa adda bafadha
Kkkkkkkkkkkkkkkk
Itti fufa bayee nama gamachisaa dhugaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Woowoo bayee nama itti tolitu jabadha siin ha Ebisuu
Kkkkkk maarratun isaa posta godhee sana
Yeroo baay'ee diraamaa ilaaleet gaariidha jenna.
Garuu ergaan diraamaa kana isiinif haa galuu tti warri oduu soba post gootan asuuma irra baraadha.
Oduu soba post gochuun nama hin dhibbu. Garuu akkam akka nama qanneessuu hubaadhaa.
Dhugaa keetii namnii irra bayye ubatuu
Eyyeen dhugaakeeti Bil show dubiin dhugaa akkumaa dagatameeti jira waaqayyoon nu haa yaadatuu malee 😭
Waaaaaaw Gariidhaa
Garuu hin Goolaabamnee natii fakkaate garuu ergaan isaa 👍👍👍👍
WWWOOOOOOO EBBIFAMAA KABAJAMTOTAA TV MO.AA VERY NICE AND NICE
Kkkkkkk jabadha namati tolaa bay'ee. Maratun fb dha
Kkkkkkkk uuuffffff garaa koo attii akkamitti haftee jedhee mucaañ
Ebbifama
baraa ittii dhugaa fii sobaa addaa basuuun wallalchisee keessaa jirraa🤔 keessaatu fb kuun immoo rajjidhummaa🤭🤗 Ebbiffaammaa ergaa guddaa dabarsitaan🥰
😀😀😀😀😀 nama kofalchisa
Ebbifamaa
Ergaandirama kana dhugaaf barumsaa bayye of keesaa qaba wantaa ijaa argani qabatam hin tane tokko post gochuf Akasumaa kan post arges oso hin hubatin gara biraa dabarsun egaa akumaa argine nama salphisaa waqayyoo hubanaf Ogummaa saba kenyaaf haa bayisuu ebifam waan bayye nama hubachisaa ebaaf ta aa💖
😁Kkkkkkkkk maal Akka hunduu figuu malee maalif Akka figuu bekuu lata
tuulikoo bayee baredaa jabadha
Bayyee garriidha halaa yero ammatin wal fakata dhugaa
Uuuuuuuuuuu❤❤👍👍😍😍😍😍😍😍😍
Jabbadhaa qomoo koo
Bay.eekan namabashansisudha tvmo.a.galatoma.
bayyee namat tolaa jabadha qaxalee kenya
Waaa bayee namati tola jiradha
Bayy'ee nuu bohrsitaan 🤣🤣🤣ebbifamaa barumsaa nama barsisuu of keessa qabaa
Maratuun garuu waraa osoo hiin hubbatin odeseedha😃😃🤣
kkkkkkkkkkkk yaa odduu fb kaan namaa dhiibaa😆😆😆😆
Kkkkkkkk
Enyuu maraatun
Ergaa bareeda dabarsitaan Galatoomaa
Wowowowow galatoma
wayyoo Garaakoo kolfaan du'ee😃😃😃😃bay'ee namati tolaa maratuu garuu f/b dha
Ayii maratichaa !!🤔😊
👏👏👏👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍
👍👍👍
Kkkkkkkkkkkkk soba fb irra
Kkkkkkkkkkkkkkkk
Wayoo gara ko na dhukube otto kolifu a
Kkkkkkkkk ijolle seminar jabadha
Isaa fayyatu maratuudha
😍😍😍😍😍😍😍👍
Kkkkkkkkkkkkkk wayoo gara koo
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
Barumsaa gaariidha eebbifama
Dr abiyyi isin degaraa asitii kkkkkkkkk
Kkkkkkkkk dhugaa kunile waanuma bara kaantii ebbiifaama
Hhhhhhh Baayee namatti tolaa Dirama barumsaa qabu
Waaqayyoo afura soba biyakeenya jarukuttuu
Osoo fb kuni cuufame namni nagaa argatee dhugaa yoomi dhugan ifaa bahaa
Dhugaadha wanuma jiruu Ebbifama
👍👏👏👏
Hundumasanitu Maratee kkkkkk
Kkkkkkk yaa hojii fb silaa bara kana sobaaf dhugaa akka addaa ittii basaan hin jiru hundaafu baruumsa gaariidha Ebbiifama
Waan sirri👌
Isaa fb irraattii post godhetuu marraatuudhaa hhhhhh
Yee wayyo koo dhuga kolfa du'e barumsa qaba ebbifaama
Yeroo namani badii asauu isni nagaa asaa waqayyoo biyaa keenyaa naga atasisuu
Kkkkkk mo aa
Nama aja'ibaa dhugaa
Maaratani.F.B.dha
🤣🤣🤣🤣
Kkkkkk😂😂😂😂
Kkkkkkkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaaf sobaa bara adda bassuu walaleedha barnoota gaaridha ebbifamaa
kkkkkk wayyoo garaa ko
Hhhhhhhhhh🤣🤣🤣🤣🤣🤣gara koo
Dhugaa bayyee namatii tolaa dirama keessanii.
Kan yero hunda. Odu soban figuu kanaa kunoo
Kkkkkkkk odduu maratuuu wayooo
Dhugadha odu fb Aada bafachu dadhabine Aaariga Fb kana Eebifama ijole kalu
Baromsaa garidha dhugaadha ebbifama
Kkkkkkkk maloo kolfaan dhomnee ha.iii dubii Sobaa
Dhuga waqa bay.ee barumsaa gudda qabaa warrii sobdanii postii gotan of egadha adara waqaa
Bayyee namati tolaa diraamaa keessaani
Caalaan sobaan garaa nu bokokose! Kkkkkkkk
Uuuuuu mali ijoo hundinuu wal_cacabsaa badani kkkkkkkkkkkkkk ENYU MARATUN
Kkkkkkkkkkkk wayyoo garaa koo kolfaan Du.ee
Barumsaagudadhaa galatomaa
Like subscribe sher mo'aa tv
Kkkkkkkkk waraa wal. baqatanitin du.e.kolfaaa garuu isaa post godhetu maratudha
Jiradhaa sanyii koo bayyee namatii tollaaa kofaa garaa na dhukkubeee maratuni fb dhaa
Safuu baraa wali la ch isaa kesaa jiraa uuuffffiii
kkkkkk nuf jiraadha lammiikoo
Kkkkkkkkkkk
Kkkkkkkkkk
Kkkkkkk maloo kolfaa dunee
Yaa oduu fcb dhugaa gubbanee nuuti oduu isaanii dadhabnee mucaa posti godhee suumtu maratuudhaa 😂😂😂😂
Kkkkkkkk
barusa guddaqaba galatoma
bayee gallatomaa bayee namati tola🤔
Arga fb
10q
Tish Maqaa rabbii qabate siyaasaa opdo hojjeti TV gaddii deebiin kun Oromoo Ajjeeffamuun soba jechuu keeti?
kkkkkkkkkkkk fb biyyaa fixee soban arigasaa
Bayee nama barsisaa kutaa 2ffan osoo itti fufee garii turee
Waarra fayati marate soba odessudha maratuuyuuu isaa bara keenya kaniraa saafuuu
Maratun maratudha inni fayaa qabuyuuu maratuu caleraaa 100%100. Waanti adda bafanu dhabberaa wqyoo addan basuu fayya fi maratuu
Gaaridha
Kkkkkkkkkkkkkk maqaankkoo hintolu maqaankkoo akkantollee bekka kkkkkkkkkkkkkk 😂😂😂😂😂😂😂 abbo nagaan qabdu atii silayyuu sobdotumaa kanatu biyyaa kenyaa jeqa jira dhugaa erga guddaa qaba galatoma
Wow ebifama barumsa gudaa of kessaa qabaa dhugaa namatii tolaa kk😁😁😁😁😁
Kkkkkkkkkkk kkkkk wayoo garankoo kolfaan garan nadhukubee biyyii hamakana malii figichon Maa sifaa maratiichii kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Galatoomaa nu faana jiraachuu keessanniif.....ammas waan babbareedaa qabannee dhufaa jirra.