Uuuuufffeee gara Nama Nyaati yeroo tokko argen ture Faarfata Amanu'el gadisa Vidio warabe gadhise Ayiiiii malifi garu Faarfatoni hundinu bu'a ba'i Ulfata kesa darbuu Gara Nama Nyaati😢 Jabaadhu giftiko ini wan Ulfaata sana kesa si dabarse Amas Gammachuked Gammachu Ijooleke si Argisisa Waaqayyoo
Waaqayyoo namasaa hin gatuu dhugaa farfatuun lafa badiyaatii nu tajajilaa turtee dhukubashii yeroon dhaga'uu bayeen bo'aa turee 😢
waaqayoo hinii siifayisee baran haagalatefmuu dase 💒❤❤
Waaqayyoof wantii dadhabamuu hin jiruu galanni kankeetti ❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏
Mo'aa tv keessuma sagantaa heeddu hojjettan hundumaa keessaa Kun baayyee hojii fuula waaqayyootti gatii guddaa qabu waan ta'eef eebbaaf ta'aa
Dasii boruufis abdiin jira haadhoko jabaadhu
Wat hundumtuu Waaaqayyoof salphaadha !!!!Baga gooftaan sifayyifate.
Uuuuuuuufffffeeeeeee❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 waqaayyoo si gargaaree hadhoo keenyaa
Barabaraan fayyi maqaa Yesuusin
Mo'aa TV waaqayyoo baraa Fi jireenya keessan haa eebbisuu meetii ,Riqicha,Dandii milkaa'insa dhalootaafi Agartuu keenyaa Umrii nuuf dheeradha.
Ameen ameen waaqayyoo gaariidha omaa mitii jabadhu hadho koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Uuuuuuuuuffffeeeee waaqayyoo Gaariidha omaa miti jabadhu hadhokoo fakkatii hadhaakoo daasii koo bagaa waaqayyoo sii Gargaare 😊😊😊😊😊😢😢
Yoo darbe hunduu salphaa fakkaata baga waaqayyoo si gargaaree Dasii teenna🥰🥰🥰🥰🥰
Waaqayyoo Waqarraa Baga Si gargaaree
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🤲🙏
Wow Waaqayyo inni sigargaree bara baraan haa ulfaatu Dasikoo ammalle waaqayyo si waajjin haa ta'uu
Namni waqayyon qabu yoomiyuu gatamee hin hafuu ameen
Ameeeeeeen
Waaqayyoo bagaa sii gargaare Dasiiko. Jabadhu waaqayyoo sii gargaara
Maqaa waaqayo haa ebbifamu
Uffekaa maloo bagaa gagaramtee
Galaanni Yesusif haa ta'uu akka kanaatti sii argu keef❤❤❤❤❤❤❤ Isaayaas 40:31., Ermiyas 17:7-8 , Far 27
Uuuuffffffeeeee 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waqayoo garidhaa garaa waldaa araraa demii❤❤❤❤
Ebbiiffama warii tv moo,aa
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Baga Waaqayyo Sigargaare Jabaadhu Innu amanamaadhaa!
Waaqayoo baagaa si garagaree jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤
Maloo waldaa araràa demii😢😢
Amen amen amen ililililililililililililililililililililililililililililili ebifamiii dacha dacha
Far dasiin jabduu dubartiitii
Uuuuufffeee gara Nama Nyaati yeroo tokko argen ture Faarfata Amanu'el gadisa Vidio warabe gadhise Ayiiiii malifi garu Faarfatoni hundinu bu'a ba'i Ulfata kesa darbuu
Gara Nama Nyaati😢 Jabaadhu giftiko ini wan Ulfaata sana kesa si dabarse Amas Gammachuked Gammachu Ijooleke si Argisisa Waaqayyoo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuufffff😢😢😢giiftikoo
❤❤❤❤❤❤🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ilililililililili ililililililililiilil Galani.waqayoof.haa.ta.u ❤❤
𝐔𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟𝐟𝐞𝐞𝐞 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨 𝐬𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐞𝐝𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐰𝐪𝐲𝐨 𝐬𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐫𝐠𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐡𝐚𝐝𝐡𝐨𝐨 𝐤𝐨𝐨❤❤❤❤😢😢😢😢