Dhisii Hadara gowa si godha jalallii Garu biyaa kana keessaan yoo bate bicaa ni irfata hamasa yoo kana ishedhan wola argitte ykn bakka ishiin jirtu irraa fagdhu biyaa allaa demii wly irafchu irraa dabarte ni jibbitta waan ishen si gotte ykn si tufftu yaadate jibbitt
Kun jinnitu si tuqe mana quraana seeni too kun maal wanti akkana rakkon guddani moo ishiin wal argaa oltaa bar said rakko dubarti qabaare inni fedhu mucayotu itti maraate dabalataani moo situ wal qunnamsise dura dhugaa feeta saido si caala midhamaadha akkati inni huuqate ilaalteta rakko guddaa kessati galchite
As wr wb wabi dhifama wojjin Amma Achi waaye Ayuu duubachu dhisii Ayuu Amma Abba mana qabdi bulti isheef gaari miti wabi keenya dhifama yoo si balleese ❤
❤dhugaa.ketii...hin.dabarraa❤❤
Attii Ilma musilimati wayyee Jaratii Nama Hin Dubbatini baqa Rabbii Shamarra Ayyu Callatu sii hakkenu ❤
Waa male summaya dubbarati cimatudha jechaa hin oluu masha alha tabbarakala rabbii hamatu sii irraa haa qabu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Summaya dubbarati cimatudha obsa qabeti fakkenya dubbaratoota hundaati umu jamila masha alha tabbarakala ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Nama jallate bekutu waa,ee jalala beka wabii koo jabadhuu abshir
Waa'ee jalala Abba beekutu beeka dhiisi sinachi wabichoo❤❤❤muu yaa ayyuu cubbunis sin dhiisuu😢😢😢😢
Dhisi obolesa ko 🎉🎉🎉🎉 rabi jira 🎉🎉🎉🎉
Dhugaa keeti summaya irraa baranota gudda fudhane masha alha ❤❤❤❤❤❤
Aizoo💔💔💔💔💔💔💔💔💔😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤ waa,ee ayyuu dagaadhu Akka nama Du,etti maali jennan jiraachuu qabdaa Akka gaariitti kan ayyuu caaltuu rabbii bakka siif buusu dandaa,a
Rabbin jireenna keessan haa bareechisu❤❤kadhattanii rabbirraa hindhabinaa ❤🎉❤maatii naa tahaa❤❤rahmanni rabbi ❤mana keessan haa senu❤
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wobbi wonti atti qaxu hundi nakolfsisa dhugaa nama jalalani qabame hin fakkatu .ani sii argee jarti🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤
Ati gowwadha dhuga ayu ayu yo sin jibbisifne nami sirra jibba insalacha.a dhuga
Galatoomii ❤
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉dhugaa ketii biro abshrii ❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
Ishii irraa fagadhuu ni irraanfatta abshir❤❤❤❤❤
Maal attii ilma dhirraa mitti bakii dhisii
😢😢😢dhuugaa keetii jalala dhuugaa nama midha walayii
Masha Allah tabarkalah❤❤🎉S 🥰 S ❤A
Wan hin fakkanee hin haswin gurbaa😊😊
Dhisii Hadara gowa si godha jalallii Garu biyaa kana keessaan yoo bate bicaa ni irfata hamasa yoo kana ishedhan wola argitte ykn bakka ishiin jirtu irraa fagdhu biyaa allaa demii wly irafchu irraa dabarte ni jibbitta waan ishen si gotte ykn si tufftu yaadate jibbitt
Dhugaa ketii waraa arge qofatu beka 🥹🥹🥹
Mashaa Allaah mashaa Allaah ❤❤
Dubumaa dhabatee shimalaa kee itti gurufi dadhabsifta malee
Ayunii woyi sii desse fanaa iytaa akka ilmoo re'e
Dabarata dhugaa amaa
❤❤❤❤😢😢
Obsii ❤❤❤❤
Mashaaallah dhugaa jettee summayyan😂
Amashirii tani jalatuu sifii haa fiduu
Seenaa Jaalalaa dheeraadha obsi yaa qaalii keenyaa💔🥺
Eraa fagadhuu kan bodaati dhadhaa abidaa bu,ee debisaan hin argaan mitii ree kanafuu isheen bultii ijarateti atis hiree kee waqayyoo siif yaa kenuu wa,ee ayyuu dhisii 🤐🤐🤐✍️✍️
😂😂😂😂😂😂 ❤❤❤😢😢😢😢😢 ችግር ነዉ
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
jalallaa😢
😂😂😂😂😂😢😢😢😢😢
Saoba Saoba 😂😂😂😂🙉🙉wa🙉🙉👈
Abshir waabi jalali dhugaa baay'ee cima waaqayoon kan ayuu caltuu sif ha kenu
Wabii dhifama wajin wayee Ayuu hin hasayin amaa siraa hin bareduu amaa bultiii isittifi yadii xurumittii amaa kun.kolfaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤
amaa malii tauu barabada ree dhisii Bulltii namaa kesaa bayii mataa fayaa Qabadaa ofumaa kijibaa Borca kaa matii Ayuu araa dorsisaraa jedhaa nuu boyufii GOWAA
Sif himuu sumayan bilxidha Ayyu gorsa akasiti bilxi hatatu Atimo wabi asan ketif fuli posti keti maf gargar dema sirefadhu wan asuf kate fula posti keti godhu
Dhiifama wobii hin gahaa waayye ayaantii dubbachuu diisii
Wabbii dhiisii Amaalee siiraa baanee 😂😂😂😂😂😂😂😂
🎉🎉🎉🎉😅😅😅😅
Dubarti bira wojin hriro jalala jliqabi issi hin dagatta yo sanii 😢😢😢😢😢😢😢 Abshir 😮😮😮😮
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😝😝😝😝😝😝
Wl wr wb Baga Nagaan Dhufte Wabii
Ayii Jaalalaa Kana 💔🥲
Dagachuu yoo fetee heraa fagadhu abshiir hin darbaa😢
Waanii Jaraa Lammaani Dhissii Jiruu Maata Keetii Jiraadhu Kalasii
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Gowaa 😂😂😂
🎉🎉🎉❤❤❤❤
yokinii saidii nikaa iraa naa busii jedhinii kaa 😁😆😆😁😁😁
Hiriyaa amaa Xinxanaa Boqollah kesatii subanaa allah durasii kaa rakoo kesaa sayidoo gatee sii amaa malii godhufii wayee jallah ayuu hasoftaa dhegadaa yeroo gegesituu namaa isaa yadee fakataa😏😏😏
Bagaa nagan dhufte qalii abshir Hin Dagataa Sutuma Sutaa Wabi Sumayan Bade bar hin dhenyee Ati barbadimee ijollee Yamani jiraniti dawali 😢😢
❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢
Bakkan ciisuutii na Hammatee 🛌🤦♂️🙆♀️🙆♀️😂😂😂😂😂😂😂
As wr wb akami wobii wahii ishee dhisiimee Ayyatu hin gah basi wan si fayyaddu hin qabduu ok bor ko
Wabii❤😢😢 dhiisigaa habibii dhugaadha jaalalli baay'ee rakkisaadha, ati maaliif akka dagachuu dadhabde beektaa ? Ishee irraa hin fagaanne ati wajjin oolta wajjin video hojjette kunoo gaafa sa'idoon deemes ati geggeessitee Ayyuu sossobaa turte egaa atoo jara wajjiin jiraachaa jirta akka mitti Ayyuu dagatta😢silaa irraa fagaattee qaamaanis bilbilaani irraa fagaattee ni dagatta turte
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Abshiri qaali rabbin kan isii caaltu siif haakenu of hin dhipisinii
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hireen carraadhaa abshir
Ammaa naa dabarte Wobii
Hawanii jedhanilee saidii jalatee jirtii🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Mati nafi taha ummata qashitti
Dhisii kaa amaa wayee isii hayii isilenii bulitii isii kesaa jirtii
🤣🤣🤣🤣🤣malii gotaa ree tananii duraa sii hamatee silaa isnii woyii gudimaa dhagenaa baranaa yaa obbolesoo wanii rabbilee naminilee siraa him jalanee hin dubatinii bayii bulii ayuu kesaa
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Esheen sii hin jalatu maal goota ree jalalla gama takka ta’ee Ayuun sii hin jalatu
Kanafuu mal jechu barbadde jartii nama taate jirti akkam ta'u feeta?
#Hayye_Si_taatu_akkam_goota?
Qophi Ichima jalalalti gowwa wahii
😂😂😂😂😂😂😂😊😊😊😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
Kun jinnitu si tuqe mana quraana seeni too kun maal wanti akkana rakkon guddani moo ishiin wal argaa oltaa bar said rakko dubarti qabaare inni fedhu mucayotu itti maraate dabalataani moo situ wal qunnamsise dura dhugaa feeta saido si caala midhamaadha akkati inni huuqate ilaalteta rakko guddaa kessati galchite
😢😢😢😂❤
Asbiri ma badeti Niagara fidio sadii wrabe
Kijibaa kesaan dadhamanee holaa
🙆🙆😏
Qabsiisti 😂😂😂😂
Algaa Afaanii mana Baadee jedhuu miitii dhugaa dha moo??😂😂😂😂
Mube atti Abba fette caaltta atti dhalaf bouu mitti ishettu si argachuf bo'a
😅😅🤪🤪
Kamuma odesita ati yero hunda
Uuuuuf yaa wabi koo dhisii mali godhuu mitii obsi ka
💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🥲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Tuu saido duraa qarshima isatiif itii taphatan malee Amaa walitii debi'uu hedanimii tuu
Isaanis dagatanii sitii hin fakkatani dirqaama waan itii ta'ef dhisu malee warri jalatani addan bahan kuun
Abjuudhamo??
Ati ammo bayiftee kaa dagadhu mucayoon herumte jirti mo nu gowomaa jirtu because of TH-cam business
Kalsa fudhu saido bira deme jira
𝗼𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗺𝗲𝗲 𝗹𝗮𝗸𝗸𝗼𝗼𝗳𝘀𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗯𝗶𝗶 𝗻𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮❤❤❤❤❤❤
Simagan
😢😢😢😢❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🎉
❤❤❤❤❤😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼
❤❤❤❤❤❤