ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Guyyaa muraasa booda sirba haarawa_MISHAA KOO_jedhu gama #youtube chanel kiyya kanaatin isin biraan gahuuf qophii xumuraa jira. #qarqaarsa uumatiin !Subscribe gochuudhan wal biraan gahaa.isin jaaladha !#Mishaa koo_coming soon ....
Jabadhuu Lenchaa Kegaa ❤️🌳❤️💪🏽May God Bless & Protect You From All Evil Eyes Amennnnnnn Amennnnnnn Amennnnnnnnnnnnnn🙏🙏🙏🙏
This is the best song in the world
Ashirii jabadhuu qalii kenaa sanyii lejisoo digaa dhigaa offii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow Amaazing music bro akkanumatti ittii fufi like gochuun jajjabeessaa hordoftoota isa hundi kessanu
subscribe na godhi maloo maatii naaf ta'i Afaan Oromoo haa guddifnu!th-cam.com/channels/EgKM5bfdE1cYA964or8oqQ.html
th-cam.com/video/gJO8t9x1sOQ/w-d-xo.html
Yaa rabbii artiste kenaa nuu egii nuu tisii nuu guddaadhuu wow horii bullii💪💪👍👍👏👏👏💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕👌👌👌👌👌🎧🎧🎧🎧🎧
Sanyii kootuu maatii waliif tana th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
@@firiidhugaa7681 ok
Soninaf dhugaa keeti saahibii jawar biyya ijaara malee biyya hin diigu, waan jawar fi hayyoonni oromoo tahan sirba kee kana keessatti ibsitee jirtaa galatoomi, JAWAAR dabalatee hayyoonni Oromoo sabaaf ogummaa, dandeeytii, muuxannoo fi beekumsa horataniin gumaacha godhuu dandayan harki caalaan hidhatti darbamanii ukkaamfamanii jiran. Diinni hayyoota kana akka sabaaf hegeree hin bareechineef ukkaamse. Saba kana cunqursee saamuu fi hiraarsuuf gameeyyii isaa uggure. Sabni keenyaas hayyoota gameeyyii isaa akkuma diinni ukkaamsuuf wixxifatu kanatti kunuunfachuu fi tiiyfachuuf carraaquun dirqama taha. Hayyuun saba isaatiif kompaasiidha. Kallattii itti deemuu qabdu isaatu siif akeeka. Hegeree fagoo jiru halaalumatti arkee akka milkeeysuuf tattaafattuu fi xiiqiin hojjattee galma san bira geeysu si kakaasa. Kanaaf hayyoota keenya tiiyfachuu qabna. Galma barbaannu akka geenyuuf akeeka isaan nutti agarsiisan irratti haa cichinuu. Rabbiin nuuf haa tiiysu, hidhaa shiraa keeysaa baasee duree nuuf haa taasisu.#FreeJawarMohammed #FreeAllOromoPoliticalPrisoners #Justice4Hachalu #StopGenocideAgainestOromo #StopkillingOromo
Qashtii namaa inni tokkoffaa bar yommuu
@@EngineeringandConstruction mattii nafii tayyii sanyii koh
Bagaa naghaa dhufte leencaa keenyaa nuuf jiraadhuu wogaa kumaa 💛💛💛💛💛💛💛💛💯💯💯💯💯💯💯💯✔️✔️✔️
የኦሮሞ ልጆች ሀጩ ቢሞትም ብዙ ሀጩ ተከቷል qeerro iromiyaa❤❤💚💚💚😭💪💪💪💪
Wow Soninaf Jabaa Kiyya Jabaadhu Sagaleen Keetis Welleen Keetis Hedduu Namatti Tola Dhaamsi isaa Hunda Caala Onnee Nama Seena Jiraadhu dhiira sodaa malee kaayyoo sabaatiif qabsaayuudha ati itti fufi😍🙏
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Sonanaf Adam yeroo waliftuu das nattii ha aa dhugaa
Garuu anii ka jedhuu saagalen kettif jirenya shifera natti wal fakkataa
Mirgaa gurachotaa abaa dhugaa abaa ifaa garaa situu biyaa ijaraa oso sibekanii mashaa Allaah jabadhuu sonaa kenyaa
Ani garuu sirba hin jaaladhuGaruu oromoo waan ta'eef si jajjabeessu filadhe jabaadhu soninaf💙💙💙
Oromoo koo mee like itti robasa dinnaa gara guba yeroo dura natuu lale.💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Abshir qomoo koo
Woooooooow ilma abbaa gadaa 💗💗💗💗💗💗💗🤛
Wwwwwwwwww oromoo koo
Sii gubbaan natuu sii duraa ilallee malee
Jiraadhuu rabbin sii eeguu dhiigaa koo bay.ee sii jaladhaa 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛👈
@samu Tube ok rakko hin qabu sanyii
Galatoomaa ilmaan oromoo hundi keessanuu !Hojii kana share gochuudhan ummata keenya hundaa bira akka gahu gochuun tokkummaa cimsuudha .akkasumas kaayyoo qabsaawuta keenya kan jiraniifi kan wareegamanii galmaan gahuu keessatti dirqama oromummaa bahuun gootummaadha .bilisummaadhan wal nu haa agarsiisu!HORAA BULAA !
ammas jabaadhuu kichuu oromoo baayyee nu bonsitee ati haftee hacee rabbii hamtuu siraa haa qabuu akka dhiheetii hin hafuu amshir
Eyyani, bilisummadhani wol nuu haa agarsisuu😇🙏🏾
Jabadhuu lencaa sabaa
Sona dhuga koo Member kee naaf ergi
Amshir qeerroo koo gotaa koo sanyii koo amshir
Soonaa rabii umrii tee sii haaa kaayyuu weluuu kee yoo dhageefadhuu imamanini jalqabee imimanini xumuraa hamtuni sini hin arginii😍😍😍😭😭😭😭
Ana dhufuu jajjabee nama..."Mandela OROMO" dhuga waqaati 😬😬😬✊🏾🙌🏾❤💚❤✊🏾✊🏾✊🏾 "Akka dhuheeti hin hafuu"✊🏾✊🏾✊🏾 #FreeOromoLeaders
Wo wo wo soninaf Adam wan Ajaiba qabatedhufee oromoo jajabesu qab,naa jabesaa 👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/KCDVLyZwPDs/w-d-xo.html
Wow sooninaif sirba reege bareedaa hojjattee!!wolaloo 100%👌yeedaloo 100%👌sagalee 100%👌Jabaadhu.
Thank you soninan Sirba kee dhageeffadhee hin quufu
Mashallaa lecaa koo Rabbii binesaa guyaa siraa nafii haqabuu hamatunii sii hin araginii
Jabbadhu sanyii leejiso diga💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛Rabbii hayyoota teena nagayani nu haa baasu
soninaaf abdii sabaa jabaadhu ,,,,,,,,,,,baay'ee natti tole dhugaa
I'm from oromo 🇰🇪 Kenya. I love it this music so much. 😭😭😭 Jawar 👉 is Oromia Mandela wallahil Azim. Love u bro keep going ❤💚❤
wow amazing sooninaif reege bay'ee namatii tolaa nufe jiradhuu sanyii ofii rabbii sii wajinha jiratuu
Dhugaa Dubbachuus baayye namatti tolaaa. Onnerraa sirbeme
Bulii qeroo sagalen bayee bareda jabadhuu turitusi dhugaan hin qalatu emaa dariban kanis kenya oso jinuu dinaa nuti ta'ee hin barit oromo ko jabadha tokkuma kessan cimisa motuman jawari haa ta'uu amiin jedha mee soninaf👍👍👍❤❤
Nuf jirdhuu shanyii koo Oromtichaa shanyii leenjiso digaa💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
@@firiidhugaa7681 oke hadhoo koo
Well come Leencaa namaa nuuf jirradhuu gudisaa jawwee ❤💚💚💚💚💛💛💛💛💛
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Dhugaa keeti qaalii keenyasaboona dhugaa 😍😍😍🌹🌹🌹💔💔💔💔
Mee namni soninaaf akka koo dinqisiifattan tuqaa like
th-cam.com/video/LYyIzRlEu6A/w-d-xo.htmlMaatii keenya tahaa
@@firiidhugaa7681 hayyee maatii horn star oro tahi atinis bro subscribe account birootiin siif godhe.th-cam.com/video/LYyIzRlEu6A/w-d-xo.html
@@firiidhugaa7681 mattii nafii tayyii
@@firiidhugaa7681 nafii tayyii sanyii mattii
Soninaaf nuuf jiraadhu qaalii keenya jabaadhu jajabee keenya ♥️💚❤️🥰♥️🥰😘😘
Dhugaa ketii lencaa koo nufii jiradhuu✊❤❤💚💚🐅🐅🐅🐅
Ilma dhugaaf dhalate jabaa keenya nuuf jiraadhu waggaa 1000
Wwwwwww sabona kena ija dina irra sii haa habisu
th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.htmlSanyii kootuu maatii waliif tanaa
Soniyee leenca koo uuufff akka itti si jaaladhuu fi si Dinqiisiifadhu goota koo ❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋
Jajjabee koo sanyii umar suleyman siin boona dhugaa
Jabadhuu dhugaa atii jajabee abdii saba oromo tate akka bifituu ganamatii ifaa jirituti baayy'ee hojii bonossaa hojata jirita 💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💟💟💟💟💟💟💟💟💟
Welcome wwwaaawwuuu baayyee bareedaa sona keenya nuuf jiraadhu rabbi ija hamtuu sirraa haa qabu. Jawwee koo dhugama mandeellaadha uuuuffff
@samu Tube tole lubbuu
Jabadhu nuf jiradhu hedduu namti tola dhamsa Jabadha of kessa qaba Galatoomi nuf,Nagaya tahi
Dhugaa jetee lencaa kenyaa jabadhuu sonafi ilmaa abbaa gadaa 👍💪💪💪💪💪💪
Dhugaa jetee inshaa Allah gaftoko mirgann nuf galuu💪💪💪💪😪😪😪😪💝💘😍💙💚❤❤
Wow soninaaf kiiyyaa jabadhuu
😢😢😢😢
Wwwwwww jabdhuu ❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹😢😭😭😭Galini ke bilsumaa Ha ta. u😘😘😘😘💪💪💪💪
Abshiir Soninaf kooUmrii naaf dheeradhuFayyaa Tahuu keetiifGalata galfadhuuAlhamdulillah jedhiiHafuura baafadhuuWanta yaade HundaDhihotti argadhuuQaama qallaa kanasDafii nuuf gabbadhuuYoo humna godhattesMiskiina yaadadhuuBeekkumsa fi aqliiSammutti qabadhuuYoo waa si dhibanisKottuu na gaafadhuAti na dagattusAni sin dagadhuuBakkuma jirtuttiNagayaan jiraadhu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💛💛💛💛💪💪💪
Atii jabadhuu
Sanyii hacee koo nufjiradhu sareen haace koo cininte sinargi abo jirutoli sinboonnaa 👉💯💯🏇🏇🏇🏇🏇🏇🏇🏇🏇❤❤👊👊👊👊👊👊👊👍👍👍👍
Tokkoffa Anatu Laale like godhaafi subscribe godhaafi sona dhugaaf isiin kadhe!!❤️❤️❤️💪
Dhugaa rabbii anatuu si durse. Zero view jedha yeroon ani ilaalu. Amiina tiyya durfamtee jirta obsi. Horii naaf buli haadhoo tiyyaa, oromoo tiyya
This is from love Aaamiiiiiiiiiiiiiiiiin gal...
Realy that is love
@@maddawalaabutube2438wwwwwooowww😘😘😘😘😘😘😘😘😘❤💚❤💯💯💯💯💯💯💯
Tokkoffa yoo laaltee maal wayya ree? Kkkkk
Maashaa,allaah jaabadhuu goottaa fakkii namaa sanyii koo dagagii jiraadhuu dhugaa keettii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍💪💪💪💪
Jabadhuu lecaa kenyaa 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Sanyii kootuu maatii wallif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Soninaaf atuu nama dhugaati dhugaaf jecha saba keef sagalee ta'aa jirtaa jabaadhu numa bariiti.
Maandella oromo qajeelchaa dhaloota. Jedhi mee goota koo. Ittii naaf himi.Maandellaa oromoSiifu garaan na aaraJijjiuramtuu...And so on!!!!!!!!!Soni Sona dhugaa
Jabaadhu sabona keenya barii kuni imma darba Rabbii si haa egguu bakka jirtuuti
Sonikoo baay'ee namati tola 💗💗Yeedalo fi walalon kee adda, haceekon sin jeedha
Jabaa Kenya nuf jiradhuu umurii dherraa 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Soninaf keenyaa nuuf jiradhuu lencaa koo 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Waw bayyee sirba bareedadha, jabadhuu bro
Waaaaw ajaa'iba qaba jiraadhu abbee Amazing Song ❤💛
th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Soniyee jabadhuu lencaa oromoo 🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️Jawweeee koo yaa rabbii biraa nufi jiradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙅
Soni qaxalee koo koo jabaadhuu baga nagaan nuuf dhuftee akkuma kanaan itti fufii siwaliin jirra Mandeella Oromo Jawee 💛💛💛💞💞💞💞💞💞💝💝💝☝️
Wawawa anaa dhufuu haftee didaa hacee kotii jabadhuu meqatuu garafii figaa jirtii itii mudii lencaa lencaa dhalotaa Qubee 💪💪💪💪💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛👈
Sanyii kootuu maatii waliif tana th-cam.com/video/KCDVLyZwPDs/w-d-xo.html
Sonaa baay,ee natti tolee jira jabaadhu sabaaf jiraata ee dhugaa sabaaf jiraata like godhi namni sirbi kun itti tole
th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.htmlSanyii kootuu maatii waliif tanaa
Wowww ba'yee namati tola jabaa'dhu sanyii gotaa gotumaa
Maddellaa Oromoo JawarGalatoomii nabsii ❤️
woooow sonikoo sanyii lencaa nufii jiraadhu sagaallee baredaa qabdaa jabadhuu waaqayyoo saa egu'uu ijaa diinara nuu haafi
Dhiraa onnee sibilaa qaxaale koo nuf jiraadhu Soninaf kenaa ❤❤❤❤❤❤❤❤💛💛💛💛💛💪💪💪💪💪😭😭😭
Jabadhu Lencaa koo sanyii koo 💛💛💛💛💛💛💛💪💪💪💪💪💪💪
Anaa dhufu sanyii leencaa dhugaa keeti😢💔💔💞💞💞💞❤❤🌺🌺💔💔💔💞💞🙏
Jabaa ofii abbatu jabeftaa oromoo mucaa kana jabefadhaa naaf jiradhuu urjii koo ❤❤❤❤❤💓💓🐅
Nufii jiradhuu qomoo koo sin bonaa sanyii Lejisoo digaa jabadhuu jajabee koo qabasayn nii kufaa qabason itii fufaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💘💘💘✅✅✅
Wow lenca kenaa jabadhuu 💪💛💛💛💛💛💛💛💛💛👌👌👌👌👌
Leencaa koo Hamtuni siin Argini nuf jiradhuu yomiyuu......❤❤❤❤❤
Inashaa Allah 😍
Situ biyya ijaaraa osoo si beekanii osoo sibeekanii sibeeku wallaalanii uffff Olmaan kee kanaa miti gantun osoo hubattee ♥️😭
Jabbaa koo 😍😍😍😍 jabbadhuu
Yaa kan dhugaaf jiraatu Jawwishaa❤️❤️
Wwwwwwwww sirbii kuun ka jaweefi sirbamee 😭😭😭😭😭😭
Jabadhuu bayee nu bositaa Leencaa keenyaa onee sibiilaa
Bagaa nagayan nufi dhufitee lencaa koo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💯💯💯💯💯💯
Soni kiyya rabbi si nuu hatiksuu bareeda kiyya
Dhugaa keetiii saanyii Jawar qaalii nama ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👍👍👍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️♥️♥️♥️💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/qqXXJxcF-ZE/w-d-xo.html
baga.nagan.dhufte.soninaf.keenya.💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛👌👌👍👍
Lecaa koo🐅🐅🐅💯💯✔️✔️❤️❤️💚💚❤️❤️💖😚😚😚nufii jiradhu malee
❤💯
👍💝👍💝👍💝💛💛💛💛
atimee soninaf dhugaan si jaalladha sagaleeke mi'ooftu kan dhaggeefatamee hin quufamne jabaadhu
❤️🌳❤️ namni Mandella Oromo jalattan like robsii 😍
I love you soninafi koo
Jabaadha jajjabee ko oromo hunda si jalaataa nuttis si fanaa jira qomoo ko
Jabadhuu rabbi dinna isii irraa haa qabu qaalii nama
Soni jabadhuu Jabakoo👏👏👏
Nu jiradhuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤hatun si hin aginiii jirataa sabaa
I like this song we love you ejola Oromo yes mandela Oromo jewar ✊🏿✊🏿✊🏿✊🏿🥰🥰🥰🥰🥰🥰 free Tigray free Oromuma soon 💪💪💪💪💪💪 singer good job 👏👏👏👏👏
Wwwwwee bayyee namti tolla ❤️❤️❤️💕💕💕💕💕
Leenca koo jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Sona dhugaa Galatomii sanyii hayyuu qashittii mucaa oromoo fi oromiyaa nuufii jiradhuu urmii nuufii dheredhuu horii bullii sanyii kiyya 🙏
th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.htmlSanyii kootuu maatii walif tanaa
Naf jiradhuu obbolessaa koo qalii ❤❤❤❤❤❤✌👌
Baga nagayaan dhufte soni-naaf
Dhugaa keeti Jawween keenya biyya ijaara malee biyya hin diigu gantuun haa hubattu itti muddi 💪💪💪💪💪💛💛💛💛💛💛💛💛
Jabaadhu abshir leenca keenya 😍😍😍😍😍😍
Jabaadhu Leecaakoo SanyiiTadee BiruuSanyii WaqooGuutuuSanyii kooo♥️
@@firiidhugaa7681 Ok lubbuu💘💚💘
Jabadhuu oromitichaa ok umurii nufi dheradhuu hamatun si hin aragin 💪💪💪💪💪💪💪💪💪heduu
"Abbaa dhugaa " jabaadhu qomookoo akka dukkanaahetti Hin hafu .
Daadaa kiyya rabbin harka zalimaati si basinnnaa🤲
Baga nagayan dhufite
Wwww nuf jiradhuu ilamaa Ayyaa abdii sabaa galamaa guddaa gayiii bayyee sijalannaa
Welcom sona dhugaa lencaa kenyaa 💯👍👍👍👍💯💯💯💯💪💪💪💪💯💯💯💯
Lenncaa kenaa nufii jiradhuu rabbii hamtuu siraa haa qabuu jajaabee koo 😍😍😍😍😍
Jabadhuu Sanyii koo💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💪💪💪💪💪
jabaadhu yaa ilma biyyaa... hojii baayye bareeda tahe hojjette, reegee bareedaa kan namni kamuu dhaggeeffachuu danda'u...ergaan ati dabarfachuu barbaaddes ifatti kan mul'atu ergaa bareeda, kanumaan itti fufi...kana caalaas hojjechuu ni dandeessa!!!!! jabaadhu.
Guyyaa muraasa booda sirba haarawa_MISHAA KOO_jedhu gama #youtube chanel kiyya kanaatin isin biraan gahuuf qophii xumuraa jira. #qarqaarsa uumatiin !
Subscribe gochuudhan wal biraan gahaa.isin jaaladha !
#Mishaa koo_coming soon ....
Jabadhuu Lenchaa Kegaa ❤️🌳❤️💪🏽May God Bless & Protect You From All Evil Eyes Amennnnnnn Amennnnnnn Amennnnnnnnnnnnnn🙏🙏🙏🙏
This is the best song in the world
Ashirii jabadhuu qalii kenaa sanyii lejisoo digaa dhigaa offii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow Amaazing music bro akkanumatti ittii fufi like gochuun jajjabeessaa hordoftoota isa hundi kessanu
subscribe na godhi maloo maatii naaf ta'i Afaan Oromoo haa guddifnu!
th-cam.com/channels/EgKM5bfdE1cYA964or8oqQ.html
th-cam.com/video/gJO8t9x1sOQ/w-d-xo.html
Yaa rabbii artiste kenaa nuu egii nuu tisii nuu guddaadhuu wow horii bullii💪💪👍👍👏👏👏💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕👌👌👌👌👌🎧🎧🎧🎧🎧
Sanyii kootuu maatii waliif tana th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
@@firiidhugaa7681 ok
Soninaf dhugaa keeti saahibii jawar biyya ijaara malee biyya hin diigu, waan jawar fi hayyoonni oromoo tahan sirba kee kana keessatti ibsitee jirtaa galatoomi, JAWAAR dabalatee hayyoonni Oromoo sabaaf ogummaa, dandeeytii, muuxannoo fi beekumsa horataniin gumaacha godhuu dandayan harki caalaan hidhatti darbamanii ukkaamfamanii jiran. Diinni hayyoota kana akka sabaaf hegeree hin bareechineef ukkaamse. Saba kana cunqursee saamuu fi hiraarsuuf gameeyyii isaa uggure.
Sabni keenyaas hayyoota gameeyyii isaa akkuma diinni ukkaamsuuf wixxifatu kanatti kunuunfachuu fi tiiyfachuuf carraaquun dirqama taha. Hayyuun saba isaatiif kompaasiidha. Kallattii itti deemuu qabdu isaatu siif akeeka. Hegeree fagoo jiru halaalumatti arkee akka milkeeysuuf tattaafattuu fi xiiqiin hojjattee galma san bira geeysu si kakaasa.
Kanaaf hayyoota keenya tiiyfachuu qabna. Galma barbaannu akka geenyuuf akeeka isaan nutti agarsiisan irratti haa cichinuu. Rabbiin nuuf haa tiiysu, hidhaa shiraa keeysaa baasee duree nuuf haa taasisu.
#FreeJawarMohammed
#FreeAllOromoPoliticalPrisoners
#Justice4Hachalu
#StopGenocideAgainestOromo
#StopkillingOromo
Qashtii namaa inni tokkoffaa bar yommuu
@@EngineeringandConstruction mattii nafii tayyii sanyii koh
Bagaa naghaa dhufte leencaa keenyaa nuuf jiraadhuu wogaa kumaa 💛💛💛💛💛💛💛💛💯💯💯💯💯💯💯💯✔️✔️✔️
የኦሮሞ ልጆች ሀጩ ቢሞትም ብዙ ሀጩ ተከቷል
qeerro iromiyaa❤❤💚💚💚😭💪💪💪💪
Wow Soninaf Jabaa Kiyya Jabaadhu Sagaleen Keetis Welleen Keetis Hedduu Namatti Tola Dhaamsi isaa Hunda Caala Onnee Nama Seena Jiraadhu dhiira sodaa malee kaayyoo sabaatiif qabsaayuudha ati itti fufi😍🙏
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Sonanaf Adam yeroo waliftuu das nattii ha aa dhugaa
Garuu anii ka jedhuu saagalen kettif jirenya shifera natti wal fakkataa
Mirgaa gurachotaa abaa dhugaa abaa ifaa garaa situu biyaa ijaraa oso sibekanii mashaa Allaah jabadhuu sonaa kenyaa
Ani garuu sirba hin jaaladhu
Garuu oromoo waan ta'eef si jajjabeessu filadhe jabaadhu soninaf💙💙💙
Oromoo koo mee like itti robasa dinnaa gara guba yeroo dura natuu lale.💛💛💛💛💛💛💛💛💛
subscribe na godhi maloo maatii naaf ta'i Afaan Oromoo haa guddifnu!
th-cam.com/channels/EgKM5bfdE1cYA964or8oqQ.html
Abshir qomoo koo
Woooooooow ilma abbaa gadaa 💗💗💗💗💗💗💗🤛
Wwwwwwwwww oromoo koo
Sii gubbaan natuu sii duraa ilallee malee
Jiraadhuu rabbin sii eeguu dhiigaa koo bay.ee sii jaladhaa 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛👈
@samu Tube ok rakko hin qabu sanyii
Galatoomaa ilmaan oromoo hundi keessanuu !
Hojii kana share gochuudhan ummata keenya hundaa bira akka gahu gochuun tokkummaa cimsuudha .akkasumas kaayyoo qabsaawuta keenya kan jiraniifi kan wareegamanii galmaan gahuu keessatti dirqama oromummaa bahuun gootummaadha .bilisummaadhan wal nu haa agarsiisu!
HORAA BULAA !
ammas jabaadhuu kichuu oromoo baayyee nu bonsitee ati haftee hacee rabbii hamtuu siraa haa qabuu akka dhiheetii hin hafuu amshir
Eyyani, bilisummadhani wol nuu haa agarsisuu😇🙏🏾
Jabadhuu lencaa sabaa
Sona dhuga koo Member kee naaf ergi
Amshir qeerroo koo gotaa koo sanyii koo amshir
Soonaa rabii umrii tee sii haaa kaayyuu weluuu kee yoo dhageefadhuu imamanini jalqabee imimanini xumuraa hamtuni sini hin arginii😍😍😍😭😭😭😭
Ana dhufuu jajjabee nama..."Mandela OROMO" dhuga waqaati 😬😬😬✊🏾🙌🏾❤💚❤✊🏾✊🏾✊🏾 "Akka dhuheeti hin hafuu"✊🏾✊🏾✊🏾 #FreeOromoLeaders
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Wo wo wo soninaf Adam wan Ajaiba qabatedhufee oromoo jajabesu qab,naa jabesaa 👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/KCDVLyZwPDs/w-d-xo.html
Wow sooninaif sirba reege bareedaa hojjattee!!
wolaloo 100%👌
yeedaloo 100%👌
sagalee 100%👌
Jabaadhu.
Thank you soninan
Sirba kee dhageeffadhee hin quufu
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Mashallaa lecaa koo Rabbii binesaa guyaa siraa nafii haqabuu hamatunii sii hin araginii
Jabbadhu sanyii leejiso diga💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Rabbii hayyoota teena nagayani nu haa baasu
soninaaf abdii sabaa jabaadhu ,,,,,,,,,,,baay'ee natti tole dhugaa
I'm from oromo 🇰🇪 Kenya. I love it this music so much. 😭😭😭 Jawar 👉 is Oromia Mandela wallahil Azim.
Love u bro keep going ❤💚❤
wow amazing sooninaif reege bay'ee namatii tolaa nufe jiradhuu sanyii ofii rabbii sii wajin
ha jiratuu
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Dhugaa Dubbachuus baayye namatti tolaaa. Onnerraa sirbeme
Bulii qeroo sagalen bayee bareda jabadhuu turitusi dhugaan hin qalatu emaa dariban kanis kenya oso jinuu dinaa nuti ta'ee hin barit oromo ko jabadha tokkuma kessan cimisa motuman jawari haa ta'uu amiin jedha mee soninaf👍👍👍❤❤
Nuf jirdhuu shanyii koo
Oromtichaa shanyii leenjiso digaa💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
@@firiidhugaa7681 oke hadhoo koo
Well come
Leencaa namaa nuuf jirradhuu gudisaa jawwee ❤💚💚💚💚💛💛💛💛💛
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Dhugaa keeti qaalii keenyasaboona dhugaa 😍😍😍🌹🌹🌹💔💔💔💔
Mee namni soninaaf akka koo dinqisiifattan tuqaa like
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
th-cam.com/video/LYyIzRlEu6A/w-d-xo.html
Maatii keenya tahaa
@@firiidhugaa7681 hayyee maatii horn star oro tahi atinis bro subscribe account birootiin siif godhe.
th-cam.com/video/LYyIzRlEu6A/w-d-xo.html
@@firiidhugaa7681 mattii nafii tayyii
@@firiidhugaa7681 nafii tayyii sanyii mattii
Soninaaf nuuf jiraadhu qaalii keenya jabaadhu jajabee keenya ♥️💚❤️🥰♥️🥰😘😘
Dhugaa ketii lencaa koo nufii jiradhuu✊❤❤💚💚🐅🐅🐅🐅
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Ilma dhugaaf dhalate jabaa keenya nuuf jiraadhu waggaa 1000
Wwwwwww sabona kena ija dina irra sii haa habisu
th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa
Soniyee leenca koo uuufff akka itti si jaaladhuu fi si Dinqiisiifadhu goota koo ❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋
Jajjabee koo sanyii umar suleyman siin boona dhugaa
th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa
Jabadhuu dhugaa atii jajabee abdii saba oromo tate akka bifituu ganamatii ifaa jirituti baayy'ee hojii bonossaa hojata jirita 💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💟💟💟💟💟💟💟💟💟
Welcome wwwaaawwuuu baayyee bareedaa sona keenya nuuf jiraadhu rabbi ija hamtuu sirraa haa qabu. Jawwee koo dhugama mandeellaadha uuuuffff
@samu Tube tole lubbuu
Jabadhu nuf jiradhu hedduu namti tola dhamsa Jabadha of kessa qaba Galatoomi nuf,Nagaya tahi
Dhugaa jetee lencaa kenyaa jabadhuu sonafi ilmaa abbaa gadaa 👍💪💪💪💪💪💪
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Dhugaa jetee inshaa Allah gaftoko mirgann nuf galuu💪💪💪💪😪😪😪😪💝💘😍💙💚❤❤
Wow soninaaf kiiyyaa jabadhuu
😢😢😢😢
Wwwwwww jabdhuu ❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹😢😭😭😭Galini ke bilsumaa Ha ta. u😘😘😘😘💪💪💪💪
Abshiir Soninaf koo
Umrii naaf dheeradhu
Fayyaa Tahuu keetiif
Galata galfadhuu
Alhamdulillah jedhii
Hafuura baafadhuu
Wanta yaade Hunda
Dhihotti argadhuu
Qaama qallaa kanas
Dafii nuuf gabbadhuu
Yoo humna godhattes
Miskiina yaadadhuu
Beekkumsa fi aqlii
Sammutti qabadhuu
Yoo waa si dhibanis
Kottuu na gaafadhu
Ati na dagattus
Ani sin dagadhuu
Bakkuma jirtutti
Nagayaan jiraadhu
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
💛💛💛💛💪💪💪
Atii jabadhuu
Sanyii hacee koo nufjiradhu sareen haace koo cininte sinargi abo jirutoli sinboonnaa 👉💯💯🏇🏇🏇🏇🏇🏇🏇🏇🏇❤❤👊👊👊👊👊👊👊👍👍👍👍
Tokkoffa Anatu Laale like godhaafi subscribe godhaafi sona dhugaaf isiin kadhe!!❤️❤️❤️💪
Dhugaa rabbii anatuu si durse. Zero view jedha yeroon ani ilaalu. Amiina tiyya durfamtee jirta obsi. Horii naaf buli haadhoo tiyyaa, oromoo tiyya
This is from love Aaamiiiiiiiiiiiiiiiiin gal...
Realy that is love
@@maddawalaabutube2438wwwwwooowww😘😘😘😘😘😘😘😘😘❤💚❤💯💯💯💯💯💯💯
Tokkoffa yoo laaltee maal wayya ree? Kkkkk
Maashaa,allaah jaabadhuu goottaa fakkii namaa sanyii koo dagagii jiraadhuu dhugaa keettii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍💪💪💪💪
Jabadhuu lecaa kenyaa 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Sanyii kootuu maatii wallif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Soninaaf atuu nama dhugaati dhugaaf jecha saba keef sagalee ta'aa jirtaa jabaadhu numa bariiti.
Maandella oromo qajeelchaa dhaloota.
Jedhi mee goota koo. Ittii naaf himi.
Maandellaa oromo
Siifu garaan na aara
Jijjiuramtuu
.
.
.
And so on!!!!!!!!!
Soni Sona dhugaa
Jabaadhu sabona keenya barii kuni imma darba Rabbii si haa egguu bakka jirtuuti
Sonikoo baay'ee namati tola 💗💗
Yeedalo fi walalon kee adda, haceekon sin jeedha
Jabaa Kenya nuf jiradhuu umurii dherraa 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
Soninaf keenyaa nuuf jiradhuu lencaa koo 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/KCDVLyZwPDs/w-d-xo.html
Waw bayyee sirba bareedadha, jabadhuu bro
Waaaaw ajaa'iba qaba jiraadhu abbee
Amazing Song ❤💛
th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Soniyee jabadhuu lencaa oromoo 🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️Jawweeee koo yaa rabbii biraa nufi jiradhuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙅
Soni qaxalee koo koo jabaadhuu baga nagaan nuuf dhuftee akkuma kanaan itti fufii siwaliin jirra Mandeella Oromo Jawee 💛💛💛💞💞💞💞💞💞💝💝💝☝️
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Wawawa anaa dhufuu haftee didaa hacee kotii jabadhuu meqatuu garafii figaa jirtii itii mudii lencaa lencaa dhalotaa Qubee 💪💪💪💪💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛👈
Sanyii kootuu maatii waliif tana th-cam.com/video/KCDVLyZwPDs/w-d-xo.html
Sonaa baay,ee natti tolee jira jabaadhu sabaaf jiraata ee dhugaa sabaaf jiraata like godhi namni sirbi kun itti tole
th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa
Wowww ba'yee namati tola jabaa'dhu sanyii gotaa gotumaa
Maddellaa Oromoo Jawar
Galatoomii nabsii ❤️
subscribe na godhi maloo maatii naaf ta'i Afaan Oromoo haa guddifnu!
th-cam.com/channels/EgKM5bfdE1cYA964or8oqQ.html
woooow sonikoo sanyii lencaa nufii jiraadhu sagaallee baredaa qabdaa jabadhuu waaqayyoo saa egu'uu ijaa diinara nuu haafi
Dhiraa onnee sibilaa qaxaale koo nuf jiraadhu Soninaf kenaa ❤❤❤❤❤❤❤❤💛💛💛💛💛💪💪💪💪💪😭😭😭
Jabadhu Lencaa koo sanyii koo 💛💛💛💛💛💛💛💪💪💪💪💪💪💪
Anaa dhufu sanyii leencaa dhugaa keeti😢💔💔💞💞💞💞❤❤🌺🌺💔💔💔💞💞🙏
subscribe na godhi maloo maatii naaf ta'i Afaan Oromoo haa guddifnu!
th-cam.com/channels/EgKM5bfdE1cYA964or8oqQ.html
Jabaa ofii abbatu jabeftaa oromoo mucaa kana jabefadhaa naaf jiradhuu urjii koo ❤❤❤❤❤💓💓🐅
Nufii jiradhuu qomoo koo sin bonaa sanyii Lejisoo digaa jabadhuu jajabee koo qabasayn nii kufaa qabason itii fufaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💘💘💘✅✅✅
Wow lenca kenaa jabadhuu 💪💛💛💛💛💛💛💛💛💛👌👌👌👌👌
Leencaa koo Hamtuni siin Argini nuf jiradhuu yomiyuu......❤❤❤❤❤
subscribe na godhi maloo maatii naaf ta'i Afaan Oromoo haa guddifnu!
th-cam.com/channels/EgKM5bfdE1cYA964or8oqQ.html
Inashaa Allah 😍
Situ biyya ijaaraa osoo si beekanii osoo sibeekanii sibeeku wallaalanii uffff
Olmaan kee kanaa miti gantun osoo hubattee ♥️😭
Jabbaa koo 😍😍😍😍 jabbadhuu
Yaa kan dhugaaf jiraatu Jawwishaa❤️❤️
Wwwwwwwww sirbii kuun ka jaweefi sirbamee 😭😭😭😭😭😭
Jabadhuu bayee nu bositaa Leencaa keenyaa onee sibiilaa
Bagaa nagayan nufi dhufitee lencaa koo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💯💯💯💯💯💯
Soni kiyya rabbi si nuu hatiksuu bareeda kiyya
Dhugaa keetiii saanyii Jawar qaalii nama ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👍👍👍😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️♥️♥️♥️💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/qqXXJxcF-ZE/w-d-xo.html
baga.nagan.dhufte.soninaf.keenya.💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛👌👌👍👍
Lecaa koo🐅🐅🐅💯💯✔️✔️❤️❤️💚💚❤️❤️💖😚😚😚nufii jiradhu malee
❤💯
👍💝👍💝👍💝💛💛💛💛
atimee soninaf dhugaan si jaalladha sagaleeke mi'ooftu kan dhaggeefatamee hin quufamne jabaadhu
❤️🌳❤️ namni Mandella Oromo jalattan like robsii 😍
th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa
I love you soninafi koo
Jabaadha jajjabee ko oromo hunda si jalaataa nuttis si fanaa jira qomoo ko
Jabadhuu rabbi dinna isii irraa haa qabu qaalii nama
Soni jabadhuu Jabakoo👏👏👏
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Nu jiradhuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤hatun si hin aginiii jirataa sabaa
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
I like this song we love you ejola Oromo yes mandela Oromo jewar ✊🏿✊🏿✊🏿✊🏿🥰🥰🥰🥰🥰🥰 free Tigray free Oromuma soon 💪💪💪💪💪💪 singer good job 👏👏👏👏👏
Wwwwwee bayyee namti tolla ❤️❤️❤️💕💕💕💕💕
Leenca koo jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Sona dhugaa Galatomii sanyii hayyuu qashittii mucaa oromoo fi oromiyaa nuufii jiradhuu urmii nuufii dheredhuu horii bullii sanyii kiyya 🙏
th-cam.com/video/AjRn5neNLsE/w-d-xo.html
Sanyii kootuu maatii walif tanaa
Naf jiradhuu obbolessaa koo qalii ❤❤❤❤❤❤✌👌
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Baga nagayaan dhufte soni-naaf
Dhugaa keeti Jawween keenya biyya ijaara malee biyya hin diigu gantuun haa hubattu itti muddi 💪💪💪💪💪💛💛💛💛💛💛💛💛
Sanyii kootuu maatii waliif tanaa th-cam.com/video/ppz9_HYIa5c/w-d-xo.html
Jabaadhu abshir leenca keenya 😍😍😍😍😍😍
Jabaadhu Leecaakoo Sanyii
Tadee Biruu
Sanyii Waqoo
Guutuu
Sanyii kooo♥️