ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Ya NATOLI OSMAN heduu Takaa galatomii wallee babareduu Nuff dhiheysuu ketiif. ❤Fuldurii kenyaa Balinaa Atilen duratii Nuff ji ii🎉
Galatni khee gudda. Dhihaadhu.
Me gutuu isaa nuf. Fidii ka. ADARAA ADARAA YA LAMII KOO❤❤
Akkann Nujiradha Garuu Sirbii tokkoo tokkoo qilenssa qabaa garuu Kann mitt sirboot biraati❤💚❤
Uuuuuuff maaloo yaa Oromoo Yaasiin karaa irraa ha kafnuu. 😭😭😭😭
Namuu haa wolii Dabarsuu. Galatoomi
yeroo joollumma koo fi iddoo itti dhaladhe Akka cameratti na dura qabe🫢🫢🫢😑😑😑🫡🫡
Saartuu tiyyaa abbaa muraada ke godhuu sadarbaa sutaan lalee dureeysaa sif kana abbaa kan ja'uu sani fa'aa boo
Fe'i gaa qabaannaan
Yero dhertu barbde dhabe walle ahmad yasin yadano ijolumatin itti qaba galatomi natoli
Hayyee,Galatni khen badin
finfinnee jira rakkoo hamaa keessa
Heduu Galatoom Qaliikoo Ahmad yasiin
Galatni khee Gudda. Dhihaadhu.
Media kana bareeda ❤❤❤❤❤❤dhugaa
Mee sirba Umar hassan ykn malka milkii fi mawardi abduraman gutuu isanii maxxansi badhasa qabda.
Tole,Wazir. Galatoomi.
Si eessa fidde Natoli galatoomi jabaadhu
Wallee dur hedduun qaba,chanala seenii filadhu
Ya bada gurbaa qashtii sirboota ajaa`ibaa kana funaani akkanumatti. namuu gaafa barbaadutuu jiraa
Hayyee. Atis caqasuun hifatin. Galatoomi.
❤❤❤❤❤❤
Galatoomaa Galatoomaa.!!! hedduu nu boonsin Yaadannoo.garaa keeessa nu.deemtanii nu Yaadachiiftan
Dhihaadhu, Birra. Galatoomi.
@@NatoliOromusic Me wlee Ahmed yasin gutuu isaa nuf Bar badiii. Fidii kaa Adaraa. Wly Aka malee sii galatomfanaa❤❤ pils pils❤❤
Galatoomii natoli keenya garuu atti maliifi muuziqaa akk #abdusaalama hajii _fi_Alimaaz_tafara_tokko_Olii_nuf basii ka
Seenii barbaadi naqee.
❤❤❤❤
Artist kenyaa qashtii
🎉🎉🎉🎉🎉
Jabadhu
TOLE, ALI
Good music
Garidhaa
WOW 😲♥️💚♥️💚♥️💚♥️💕💕💕💕💘💘💘💘💐💐💐💐💐🥀🥀🥀🥀😍😍😍😍😍
Waw❤❤❤❤❤❤❤
Haluma kanaan itti fufi
Ali dhihaadhu
Galatomii natoli osman albema nuhoo gobamnaf k.k.f nuf gadi dhisaa yoo sirban akka worra durii sirbudha male sirba jedhanii woma.argan xabaxabun sirba hin ta.u
Galatoomi! Nuho Albama 4 galche. Chanala seenii filadhu. torbaan itti aanu V4 nin fe'a/
Yadanoijolumaa
45:56 45:57 45:59
Sirba bareedaa dha #Naatolii keenya .Garuu ati maaliif sirboota akka #wallisaa #Kadiir #Martuu #Simalee, #Wallisaa #Abitoo #Kabbadaa, #Wallisaa #Fandishee #Abdii ,#Wallisaa #Salamoon #Dannaqaa albamoota #guutuu isaanii nuuf ol fe'uu didde ???????????????????????????????????
WALLEE HEDDUUTU JIRAA, GARIIN COPY RIGHT QABAN .DHAWAATAAN KAN JIRU HUNDA NIN GALCHA. GALATOOMI.
KANNEEN COPY RIGHT HIN QABNE HUNDA DHAWAATAAN NIN GALCHA.
@@NatoliOromusic Jabaadhu ati nama sabboonaa dha.
hundi isaa baredadha kan ati maxxansite
Ya NATOLI OSMAN heduu Takaa galatomii wallee babareduu Nuff dhiheysuu ketiif. ❤
Fuldurii kenyaa Balinaa Atilen duratii Nuff ji ii🎉
Galatni khee gudda. Dhihaadhu.
Me gutuu isaa nuf. Fidii ka. ADARAA ADARAA YA LAMII KOO❤❤
Akkann Nujiradha Garuu Sirbii tokkoo tokkoo qilenssa qabaa garuu Kann mitt sirboot biraati❤💚❤
Uuuuuuff maaloo yaa Oromoo Yaasiin karaa irraa ha kafnuu. 😭😭😭😭
Namuu haa wolii Dabarsuu. Galatoomi
yeroo joollumma koo fi iddoo itti dhaladhe Akka cameratti na dura qabe🫢🫢🫢😑😑😑🫡🫡
Saartuu tiyyaa abbaa muraada ke godhuu sadarbaa sutaan lalee dureeysaa sif kana abbaa kan ja'uu sani fa'aa boo
Fe'i gaa qabaannaan
Yero dhertu barbde dhabe walle ahmad yasin yadano ijolumatin itti qaba galatomi natoli
Hayyee,Galatni khen badin
finfinnee jira rakkoo hamaa keessa
Heduu Galatoom Qaliikoo Ahmad yasiin
Galatni khee Gudda. Dhihaadhu.
Media kana bareeda ❤❤❤❤❤❤dhugaa
Mee sirba Umar hassan ykn malka milkii fi mawardi abduraman gutuu isanii maxxansi badhasa qabda.
Tole,Wazir. Galatoomi.
Si eessa fidde Natoli galatoomi jabaadhu
Wallee dur hedduun qaba,chanala seenii filadhu
Ya bada gurbaa qashtii sirboota ajaa`ibaa kana funaani akkanumatti. namuu gaafa barbaadutuu jiraa
Hayyee. Atis caqasuun hifatin. Galatoomi.
❤❤❤❤❤❤
Galatoomaa Galatoomaa.!!! hedduu nu boonsin Yaadannoo.garaa keeessa nu.deemtanii nu Yaadachiiftan
Dhihaadhu, Birra. Galatoomi.
@@NatoliOromusic
Me wlee Ahmed yasin gutuu isaa nuf Bar badiii. Fidii kaa Adaraa. Wly Aka malee sii galatomfanaa❤❤ pils pils❤❤