ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Atii abaa kenyaa isin dhisaa galgalaa kanan wayee muziqaa Subahanal waa yaa rabbii kiyaa malii. Maltuu maal
Yaa rabbii addunyaan garamitii deemaa jirtii jarasaanaa gadii ta,ii hin maratiinii
Yaa warraa jarsaa kanaa galgalaan muziqaattii oftaan boruu irraa gafatamuuf tessaan ishaa allaah ammaa muziqaa waan addaa gotanii asirraa afaan banaa oltaan subahanallaa
Jaarsii duaaii Haa godhuu dhiisa ummata gowwaa osoo isin taateehuu jalaa hin qabataniiMaf wal cabsuu yaaltu
Subahaan Allah Amma Abban kuni umrii tanan mal godhuuf wallee basa 🤔🤔🧐
Ati babab ko sirba fira dhiiss ka tohbadhuu kaa
Qali
Sirbi kan jaarsaa Yoon tahees jaarsa namni hundi Akka deegaru godhanii Dachaas Akka sirbu godhanii hamilee isaa eegan hoo maaltu bada
Abbaa Koo siriiba ofii irraa dhiisi Toohbaa deebi'ii ofii irraa
Rabbiin dhugaafi soba addafoohe Alahamdulillaah kan meesha amayaa kana nuuf fide
Aboo likkii inni Amma afaan du"AA jirraa osoo towbatee gaarii ga wly
😢😢😢 miskina wollaahi 😭💔 ayii bekumsaa isaani nuuf jiraadhu babaa koo❤❤❤❤❤❤😢😢
Deemii ibaadaa godhi hoolaa
Sakaaraamii Jaarsaa buufaa Maal godha kanarraa Hin kijiba jaarss😂😂😂😂😂😂
Wayii Nasiro Koo 🥰😢 Abshir bagaa haqaa kee Argatee
Ayii oromo jedhee abiyiin
Hedduu na marare Abbaan kun😢😢😢😢❤❤❤
Dhugaa dha moo waan kuun anaf gafi dha !
Umata doofa baabaan ibaadaa haa godhatu Dachaas haa sirbuu nurraa dhiisaa
Siboo jaarssii nama akkamii qarree du,a gayye jarssa dhaabadhu muziqaa dhiissii du,aii godhu😢😢😢
..uuuuuuf abaa kenya kana gara na nyatani 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Miskina
Demii abo atii sirbaa malii bafataa tetifuu afanii bolaa jirtaa ya dayusaa demii garaa rabii demii
Ati qur aana qaraii haffazzii muuziqaa
Amma ufiraa dhisi sirbaa galgalan towobadhuu kalasi rabbin siif haa dhisuu
Jaarsii kunii fayyaa Qabaa hangaa haraa esaa turee, ammaa du'aii nuu godhii Aderoo
Kattima siiyya tolchuu😂😂
Wayyoo hisiidii teesaan
Hay oromoo jedhe Abiyyi Dhiisaa wal sattaraa abboo rabbi isin haa qajeelchuu
Yaa oromo ummaata saafu hin beeyne
Jirenyaa pirankii taeee baraa
Atii Nama gudadha tobadhu kaa😂😂😂
Abo zamaanoo gargaaraa naasir warra biyyati mii❤ sanirati nama gargaaramu qabu bar❤❤❤please
Atti salphadhu salphina namaa qofa osso hasoftu duta gadhee Baga sirbe inni jarsii maal itti godha sirba
Oromoo ❤❤❤
Subana Alha me dhisa oromoo sirbaa
Waalliii salphisu dhisa
Abbaa keessan salphataa umrii tanaan sirba jala fifiigu 😅
Yaarabbi yoo dhhiiftan yoo jaarsa kana
😭😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa nama kaana
Hinaftootaa ammas dhengada wan hasoytee hin dagette namni gurra siif liqeysuu hin jiruu
Ababaa mee sati kanatii Siraba raa gadi ta,aa toibadhaa mee gala gesani jirtani dhisa siniti haa hafuu fula rabiti debi,as adara 😢😢
Murti ta shamarreen teenya kaaftu qofa deeggara
Yaa namaa barnootaa hin qabanee
Kkkkkk
Abba karaa masgida tobbadha muziqa mal gotta abba dhisaa homma isiini gotaa hasiduman
Nasiro 🥰🤚
😂 waan jaalal dhiisii yaa abba
hanga du uu maf dhiisa kalbii
Uuuufff baba kiyya Ufirra toybadhu Akiratti deebihi sirbi kun boru ragaa siif hin bayuu
😂😂😂 dachasi😅😅😅😅😂😂😂😂😂😂
Ini sirbaa nama sirbe sinu numa jirtani dhala saluu 3:35
Amaakaa kiwuu jechuun 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Kkkkkk galgala qabrii😂😂😂😂😂
Gaaru haa tahu dachas irraa tolti beeyta osoo babaa gaaftee irraa fuute rakkoo hin qabu dogogara senne jira
Dhiisi nama hin saaxilinii
Zabana akamii kee jiraa yaa yarbii ganamara gagala nutushii
siirbii kun durum jiraa mittii
Way way dhuguma hattu gurbaan..
Jechiif sagaleen isaayyu kan jaarsaa kanaati!nu dogoogorse gurbaan.sagaaleen isaayyu originaala afraan qalloo duriti kan jaarsaa keenyaa
umrii.kanaan.isiin.sirbii.kabaftan.maalii😮😮😮😮😮😮😢😢
Ajaibaa
Ayii oromo jedhee abiyyii 😂😂😂😂
Medhisa yaa jarsana gara tobbaatii deebii malee ibiddattii of hin darbii
Zagaayee
😢😢😢❤❤🎉
Jaarsana ama sirba keesa osoo baate ibaadati deebite gaariidha
Zabanul akirii 😢😢😢 hin kolfaa moo ni boyaa😂😂😂😂
Naasir wallisaa jabaadha hawwisoo galamsoti ni midhame garagaaramuu qaba?
😢😢😢😢😢😢
Mee mall godhaa fulachi kun kaa galgalaa qabrii kanan muziiqaa baasaa inna lillahi wo Inna ileehi raji,un
Dhugaa jette wollaahi rabbi isaa haa dhiisu
Jamanon nihinafee kijibaa irraa ka,aa
Dachasii siraaba bayee qabaa
😂
Dachaas olbay malsigodhan hundisaan
Rabi wala satra jedhe bari
Akmiti jalaa fudhatee silaa ijaa hin arguu😢
ATTii galgala kanan maal hasawtaa
Garaa namaa gubba jarsichii
Abyee ati tobachu qabda male sirba fira dhisi
garuu Malii Umanni Titok Kuni Gowwadha
Eenyuu baban kun Maaqaan isaanii?
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Mali miqanyuman dili kun
eeee.eeee.nuhii.ima.salphannee.barana.bbaan.kennalle.ibaada.rabbii.godhuu.dhiisanii.abban.kenya.sirbaa.wellisa.yarabbi.qajelchi.😢😢😢😢
Maltuu sii hafee sirbaa jalalaa sirbiitaa atii guyaa du.aa keetii egadhuu rabii kadhuu tetifuu ijaa qabduu 😂😂😂😂😂
🤫🤫🤫
Nama gudda kabajii oduu
Ayaa oromoo walsatar
jarana xiqqoo ishee qaanfadhaa mee. maqaa OROMOO hin kaasinaa. dhimma keessan achumatti xumuraa. isin ergamtoota ajandaa uumtanii ummata kan burjaajeessuu barbaaddu. mee guyyaa tokko waa'ee ummata dhumaa jiru kana gad-baatanii dubbattanii beektuu!? mee dhuguma quuqama saba kanaaf qabaattan gad-bahii dubbadhu.
Odessitu dhisii ati nama guddadha muca maqaa hin balessin
Oromoon Gutun isinuma qofaa
Wali satara oromo
Gurbaan kun nihinafee
Boo aboon ha tohubatu
🤣🤣🤣🤣music dhaf aaru gudidhabbo
😅😅😅😅😅😅
Way bada oromo tiyya malif wal hin dhisne
Osoo wol sattartanii maal qaba
Duraanu oromoon nama jalaa ol deemu hin feetu
Wol sataraa oromoo
Dhiisi
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂😢
😂😂😂😂
Atii abaa kenyaa isin dhisaa galgalaa kanan wayee muziqaa
Subahanal waa yaa rabbii kiyaa malii. Maltuu maal
Yaa rabbii addunyaan garamitii deemaa jirtii jarasaanaa gadii ta,ii hin maratiinii
Yaa warraa jarsaa kanaa galgalaan muziqaattii oftaan boruu irraa gafatamuuf tessaan ishaa allaah ammaa muziqaa waan addaa gotanii asirraa afaan banaa oltaan subahanallaa
Jaarsii duaaii Haa godhuu dhiisa ummata gowwaa osoo isin taateehuu jalaa hin qabatanii
Maf wal cabsuu yaaltu
Subahaan Allah Amma Abban kuni umrii tanan mal godhuuf wallee basa 🤔🤔🧐
Ati babab ko sirba fira dhiiss ka tohbadhuu kaa
Qali
Sirbi kan jaarsaa Yoon tahees jaarsa namni hundi Akka deegaru godhanii Dachaas Akka sirbu godhanii hamilee isaa eegan hoo maaltu bada
Abbaa Koo siriiba ofii irraa dhiisi Toohbaa deebi'ii ofii irraa
Rabbiin dhugaafi soba addafoohe
Alahamdulillaah kan meesha amayaa kana nuuf fide
Aboo likkii inni Amma afaan du"AA jirraa osoo towbatee gaarii ga wly
😢😢😢 miskina wollaahi 😭💔 ayii bekumsaa isaani nuuf jiraadhu babaa koo❤❤❤❤❤❤😢😢
Deemii ibaadaa godhi hoolaa
Sakaaraamii Jaarsaa buufaa Maal godha kanarraa Hin kijiba jaarss😂😂😂😂😂😂
Wayii Nasiro Koo 🥰😢 Abshir bagaa haqaa kee Argatee
Ayii oromo jedhee abiyiin
Hedduu na marare Abbaan kun😢😢😢😢❤❤❤
Dhugaa dha moo waan kuun anaf gafi dha !
Umata doofa baabaan ibaadaa haa godhatu Dachaas haa sirbuu nurraa dhiisaa
Siboo jaarssii nama akkamii qarree du,a gayye jarssa dhaabadhu muziqaa dhiissii du,aii godhu😢😢😢
..uuuuuuf abaa kenya kana gara na nyatani 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Miskina
Demii abo atii sirbaa malii bafataa tetifuu afanii bolaa jirtaa ya dayusaa demii garaa rabii demii
Ati qur aana qaraii haffazzii muuziqaa
Amma ufiraa dhisi sirbaa galgalan towobadhuu kalasi rabbin siif haa dhisuu
Jaarsii kunii fayyaa Qabaa hangaa haraa esaa turee, ammaa du'aii nuu godhii Aderoo
Kattima siiyya tolchuu😂😂
Wayyoo hisiidii teesaan
Hay oromoo jedhe Abiyyi
Dhiisaa wal sattaraa abboo rabbi isin haa qajeelchuu
Yaa oromo ummaata saafu hin beeyne
Jirenyaa pirankii taeee baraa
Atii Nama gudadha tobadhu kaa😂😂😂
Abo zamaanoo gargaaraa naasir warra biyyati mii❤ sanirati nama gargaaramu qabu bar❤❤❤please
Atti salphadhu salphina namaa qofa osso hasoftu duta gadhee
Baga sirbe inni jarsii maal itti godha sirba
Oromoo ❤❤❤
Subana Alha me dhisa oromoo sirbaa
Waalliii salphisu dhisa
Abbaa keessan salphataa umrii tanaan sirba jala fifiigu 😅
Yaarabbi yoo dhhiiftan yoo jaarsa kana
😭😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa nama kaana
Hinaftootaa ammas dhengada wan hasoytee hin dagette namni gurra siif liqeysuu hin jiruu
Ababaa mee sati kanatii
Siraba raa gadi ta,aa toibadhaa mee gala gesani jirtani dhisa siniti haa hafuu fula rabiti debi,as adara 😢😢
Murti ta shamarreen teenya kaaftu qofa deeggara
Yaa namaa barnootaa hin qabanee
Kkkkkk
Abba karaa masgida tobbadha muziqa mal gotta abba dhisaa homma isiini gotaa hasiduman
Nasiro 🥰🤚
😂 waan jaalal dhiisii yaa abba
hanga du uu maf dhiisa kalbii
Uuuufff baba kiyya Ufirra toybadhu Akiratti deebihi sirbi kun boru ragaa siif hin bayuu
😂😂😂 dachasi😅😅😅😅😂😂😂😂😂😂
Ini sirbaa nama sirbe sinu numa jirtani dhala saluu 3:35
Amaakaa kiwuu jechuun 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Kkkkkk galgala qabrii😂😂😂😂😂
Gaaru haa tahu dachas irraa tolti beeyta osoo babaa gaaftee irraa fuute rakkoo hin qabu dogogara senne jira
Dhiisi nama hin saaxilinii
Zabana akamii kee jiraa yaa yarbii ganamara gagala nutushii
siirbii kun durum jiraa mittii
Way way dhuguma hattu gurbaan..
Jechiif sagaleen isaayyu kan jaarsaa kanaati!nu dogoogorse gurbaan.sagaaleen isaayyu originaala afraan qalloo duriti kan jaarsaa keenyaa
umrii.kanaan.isiin.sirbii.kabaftan.maalii😮😮😮😮😮😮😢😢
Ajaibaa
Ayii oromo jedhee abiyyii 😂😂😂😂
Medhisa yaa jarsana gara tobbaatii deebii malee ibiddattii of hin darbii
Zagaayee
😢😢😢❤❤🎉
Jaarsana ama sirba keesa osoo baate ibaadati deebite gaariidha
Zabanul akirii 😢😢😢 hin kolfaa moo ni boyaa😂😂😂😂
Naasir wallisaa jabaadha hawwisoo galamsoti ni midhame garagaaramuu qaba?
😢😢😢😢😢😢
Mee mall godhaa fulachi kun kaa galgalaa qabrii kanan muziiqaa baasaa inna lillahi wo Inna ileehi raji,un
Dhugaa jette wollaahi rabbi isaa haa dhiisu
Jamanon nihinafee kijibaa irraa ka,aa
Dachasii siraaba bayee qabaa
😂
Dachaas olbay malsigodhan hundisaan
Rabi wala satra jedhe bari
Akmiti jalaa fudhatee silaa ijaa hin arguu😢
ATTii galgala kanan maal hasawtaa
Garaa namaa gubba jarsichii
Abyee ati tobachu qabda male sirba fira dhisi
garuu Malii Umanni Titok Kuni Gowwadha
Eenyuu baban kun Maaqaan isaanii?
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Mali miqanyuman dili kun
eeee.eeee.nuhii.ima.salphannee.barana.bbaan.kennalle.ibaada.rabbii.godhuu.dhiisanii.abban.kenya.sirbaa.wellisa.yarabbi.qajelchi.😢😢😢😢
Maltuu sii hafee sirbaa jalalaa sirbiitaa atii guyaa du.aa keetii egadhuu rabii kadhuu tetifuu ijaa qabduu 😂😂😂😂😂
🤫🤫🤫
Nama gudda kabajii oduu
Ayaa oromoo walsatar
jarana xiqqoo ishee qaanfadhaa mee. maqaa OROMOO hin kaasinaa. dhimma keessan achumatti xumuraa. isin ergamtoota ajandaa uumtanii ummata kan burjaajeessuu barbaaddu. mee guyyaa tokko waa'ee ummata dhumaa jiru kana gad-baatanii dubbattanii beektuu!? mee dhuguma quuqama saba kanaaf qabaattan gad-bahii dubbadhu.
Odessitu dhisii ati nama guddadha muca maqaa hin balessin
Oromoon Gutun isinuma qofaa
Wali satara oromo
Gurbaan kun nihinafee
Boo aboon ha tohubatu
🤣🤣🤣🤣music dhaf aaru gudidhabbo
😅😅😅😅😅😅
Way bada oromo tiyya
malif wal hin dhisne