Shamsu heddu galatomi ani paypal sirri banadhenjira garu paypal kiyya irra gara banki itophiyatti akkam gonee akka jijjiru nuuf qophessi ko si eeyna pls
Aman akkamittii akka banki wajjin wal qabsifne qarshi gara paypaliti dabarsine achira ammas gara account kenya kan bankiti dabarsinurati nuf hojadhuu please
Wlh hin kijibaa banki biraa yo getan video bira imaa jetaan video ani hin dawatiin hin jiruu dhugaa afan Pakistan wallet malee Jari hin barasisinii oromoon hasiidaa😂
Pay pal irraa gara banki ethiopiatti ittin dabarsitan yeroo dhihootti isiniif qabadhee dhufa jette inni kun sirrii miti jechuudha? mo kanuma bananne kan bankitti jijjiiru nuuf fiddaa?? naaf deebisii
Salphaadha dursa account paypal ke verify godhuu qabda sana booda app /xoom/ jedhamu play store irraa buufatta isa irraan gara baankii awashitti ergatta bakka feete teessee ergachuu dandeessa salphaadha
Dhugumatti jabaa namaatii jabaadhu!
Www
As wr wb akkam naguma paypal video ke hilaalee badheraa garuu bayee narakiiseejiraa malaqaa nafudhachuu didee malgochun qaba
Wooow maasha alla leenca keenya galatoomi
Ok
Shemsu ba Allah,, homa xiqqoo Wahii narakkise keessaan nagargaari 🙏🙏🙏🙏
imo ykn WhatsApp kee naaf ergi
Mashaalla Mashaalla tabarakala ijarra hafi
Abbo nuf jiradhuu sanyiii🎉🎉🎉
Dhugaa ketti bro
Jabadhu Bro itti muddi
Good 👍 Job
Dansaadha. Continue more❤🎉
Jabadhuu
Jabadhu itti fufi akata malqa gaara biraa irra irati gitanu nufi hojadhu
Naf banamuu didee dhifama wajjiin naaf hin bantuu adaara❤
Dhugaa namaa akaa kee barsisuu hinii agree fayaa tii
Ba.e namati tola nuu jabadhu
Pay pal irraa gara baankiittii akkamiin dabarsina nuf hojjadhu please 🙏
Bayyeen wajjiin Rakachaan jiraa furmaata isaa nahf himii adaraa
Waamarrafu baaruusi kee naamaa bosaa qaalii
Galatoomi
Gaafiin Ani qabu wonti kun Kan guutaarru chroomi irratti. kun app Wohi te'e dhaabata miti.erga chroomi irratti guunne garam deemna???
As wr wb akkami jirta shamsu you tube naaf bani obolesa koo qali
Galatommaa
Shamsu heddu galatomi ani paypal sirri banadhenjira garu paypal kiyya irra gara banki itophiyatti akkam gonee akka jijjiru nuuf qophessi ko si eeyna pls
Baayee galatomaa garuu na didee jiraa mee furmaata naaf himaa
Akkata bankiin Awash ittin waal qabsiisna bro pls nuf himi 🙏🙏🙏
Haalan nu rakkiise jirra
Akkam nagaya
Galatoomi! Garuu banachuu hin dan deenye Akka ati nuttagarsiiftetti cromi kiyya naaf hin yoo danda'aame karaa biraatiin hojjadhu🙏
Banadhetin jira maallqa Akka itti irraa basana nugarsiisi
Thanks
Galatoomi
habibii
❤
As wr wb paypal kotuu banadheraa garuu Risivdii yokin send naf gochuu didee inerguus hin fudhatuus maliif rakon isaa
Wly dhuga keti my brother garu PayPal akamiti akan fayadamu hin beku me na barsisi brother kiya 🙏❤💚❤🙏🙏🙏
Gama keesaatin koottu fb messenger shamsu abduljelil
Haye brother kiya nin dhufa tate
Naf galatomi broye ❤💚❤🙏🙏🙏🙏🙏
Yaa
Qoyy naa dide account email harwa bann naan jedh,,naat him obbolleessa kiyya
Wana birafidam
Hye PayPal Visa Card akkamiti Apply godhana
Akataa Banki hawashiiti ergattan nuf himii
baay'ee bareedaadha galatoomii
Wlaswb 😊
Maali fayaadaan isaa
🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Akkataa paypal iraa garaa Baank dabarasuu dandaani
Ok😊
Ani banadheera akkamin account dabarsa bro❤❤
galatomi qali 🥰 ♥ ❤
Tartiiba ka Ethiopia finfinnee maaf nuu hin hojjenn PayPal.
Amma atti osoon banee hin hojjeta
Bayyee galattomii sanyiikoo
Malif akkana jaa pay pal lii
Aman akkamittii akka banki wajjin wal qabsifne qarshi gara paypaliti dabarsine achira ammas gara account kenya kan bankiti dabarsinurati nuf hojadhuu please
naa didee naf banii mee
Hiin
Aman kiya saba ko PayPal naf banuu gedha akam jata
Na dide PayPal banadhe egaa jedhe me nati himi
Gmail irraa akkamitti gunna
Ee hin jedhuu kiyyaa
Masha Allah qalii namaa
Habibii
App Isaa akkaa ittii banana maloo
Akkaataa online irraa birrii itti dalaganis Akka nutti agarsiiftu abdii qabna
Abboo hin sobnaa nuuf fudhachuu didee
Akkamiti buufana
Gudda galtoomi biro bandhee Jira me akkamittin dollars itti ergan akkasimaas akkamitti irraa gara account Kenya ergachu dandaenya me tana's nu barsisi
❤🎉
PayPal kiya business naf tahuu dide
Gudaa galatomii garuu PayPal account banee wontotaa garagara irraa malqaa fudhachuu hin dandeenye mee nuf himii
Gallatomii dhugaa banadhee kahee mee kessa naa dubisi
PayPal halaa kamiin bank biyyattin Wal qabsiifnaa
Akkam tpswp erra gara paypl dabarfanna
👍👍
Malo nadide mee😢😢
Gudii kiyaa maqaa abbaa koo hangaa akakayuutii kotii 😅😅😅😅
Heduu namatii tolaa
Adwr
Me barreffama ittiin search gonuu barressii nattii hin mullatuu
Data bilash nuf fidi adaraa
Guyyaa 180f natti cufee Akkamiti bannadha
Password anii itti galchuu sirri ta'uu didee maaloo naaf himmi🙏
Naa banii maloo
Hin mullatu akkam
akkamiti game tapanee garaa paypal irati ergin kan tapane
Wlh hin kijibaa banki biraa yo getan video bira imaa jetaan video ani hin dawatiin hin jiruu dhugaa afan Pakistan wallet malee Jari hin barasisinii oromoon hasiidaa😂
Ethiopia jirtaa? maallaqa paypal baafachuuf waan tokkoo rakkoon hin jiru bro keessan na dubbisi t.me/Shemsu41B5Appsinfo
Dhifamaa garuu video namaa kamitu lallee dhabee akataa malaqaa bafatan paypal ir 😢
Keessan na dubbisi siin jedhee turee bar telegrama kiyya profile youtube jala jiraa seenii hellow jedhi
akkaataa,bankiinwalqabaiisutu,naafhingalle,sanyii
Dirqamma banki awsh barbadda Kan Ethiopia banki hin ta.u
Barumsi kee bayee garidha kesaan nadubisi
Tole bro telegrama ni qabdaa. telegram.org/dl
maaloo password dogogoren naa didee.akkam godhu
Pay pal irraa gara banki ethiopiatti ittin dabarsitan yeroo dhihootti isiniif qabadhee dhufa jette inni kun sirrii miti jechuudha? mo kanuma bananne kan bankitti jijjiiru nuuf fiddaa?? naaf deebisii
Paypal ke erga banatte booda maallaqa ke gara Paypalitti withdraw godhatta diposite jechuudha fkn. dollar 💵 500 yo Paypal irraa qabaatte Paypal irraa gara bankii galfattee maallaqa ke harkatti galfachuu akka itti dandeettu jechuudha
Paypal jechuun bakka maallaqa online dalagatte itti kuusattuudha sana booda akkaataan itti gara bankii Ethiopiatti ergattus ni jira
Me re biro
Sila naf tate subscribe 100 godha wly brother kiya qalli 🙏❤💚❤🙏🙏🙏🙏
Tole mirxii kiyya galtoomi
Atii ittii milkoftee bro??
Wee PayPal sii gafachuu barbadee karaa kammanuu si argadhaa please
What's app 00201113788540
1000👍👍👍👍
❤❤❤❤
Tolee garui mee akkam gara banki jijiramaree
Salphaadha dursa account paypal ke verify godhuu qabda sana booda app /xoom/ jedhamu play store irraa buufatta isa irraan gara baankii awashitti ergatta bakka feete teessee ergachuu dandeessa salphaadha
Ok mee naa ilalaam fb kee naaf him mee
Paypal egga baname bodda link card nagafata
Gift card kan si gaafateef akkaataa ani asirratti barsiise kanaan waan hin banatiniif video kana sirritti ilaali
As wr wb
Ws wr wb habibii
Worrii itophia jiru akkamii tti ittii faayyadamuu dandaa'a mee naafii himii shamsu?
Akkaata kanaan guuttatte taanan Ethiopia ttis siif dalaga
💝💝💝😄✌️👌✌️👌✌️👌✌️
❤❤❤😂
Postal code ati jette fayyadamuuf yaaleera.garuu Nadide waan ta'eef account banachuu hindandeenye.
Itti jijjiirii ilaali ni fudhata bro
Hayi.shamsu.
Qe'ee Oromo1 gallattomii
Pls akkaataa paypal irraa gara accountii bankii tti ergan nuuf himi❤❤ pls pls pls bro🙏🙏🙏 baankii 🇪🇹❤
𝑨𝒌𝒌𝒂𝒕𝒂𝒂 𝑷𝒂𝒚𝒑𝒂𝒍 𝑨𝒑𝒑 𝒃𝒖𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒐𝒓
Galatoomi
As wr wb