Waa'ee artist Oromo jibbaa fi jaalalaa hin maddalinaa hundda artist oromoo jaladhaa nama sabaaf yaduu hunda amaa moo maqaa nama dhooytanii nii jibbinanaa bayyee namati ulfata isinsi yadaa akkan nama gaftinaa namni gaafi sirri debbisee gurbaa afaan weellisaa oromoo hin jibbu jedhee san qofaa nama samuu billichaate nama jibban haqaa isaa jibbun garii mitti gaafi kun sirrahuu qabaa hawasaafi artist waal irra lalachiisinaa artist oromoo maqaa isaa tuquu jetee namitti tuni beeyyituudha nama fi nama waalitti busuudha akkani jibaa nama nama gafachuun rorrodhaa gaafi akkan sireeysa yoo dandeessan
Dhugaa dubbachuuf gaafiin artist kam jibbitta jedhuu kun akkan gaafi dogongora turree Ani mattaa kiyyaaf kanin jibbuu hin qabbuu garuu akka haala yeroorratti waal qabatte Dr artist Ali bira yeroo bayyee meeshaa hamayyaattin wan hin hojjattaminif jechaa yeroo baayyee sagallee isa nama hin hawwaattu turee Horaa bulaa
😂 warqa😘 haqa😘 garu mal wari jalan mindhaa abba sirti namakafalan hoo nutis abba himanee tii kan rorifamnee wan hundadafu rabbin hamil kesuu abba koo nin jalada abdii wan muru 😂✅👏
Yoo Vedio kanatti Gammaddan Like Share Comment Godhuu hin Dagatinaa Galatoomaa
Namanin akka koo isaa moluu saan jaalataan❤❤❤❤❤❤ like itti robsaa
Silumas artistti warra shawaa maaltu gita waw caalaa bulttumee @ caalaa daggafaa @ haacaaluu @ hundeessaa @galaanaa garomsaa @ittiqaa tafarii waw abdii sabaa 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏warren haftanis I sin jaalanna yoomiyyu artistoota kenya ✅✅✅✅✅✅✅✅✖✖✖✖➕➕➕➕➕➕➕➕➕➕➕➕➕➕🕓🕓🕓🔊🔊🔊🔊🔉🔉🔉🔊🔊🔉🔉🔉♥♥♥♥
Wow muziqaa kechaa sagalenii anii jaladhuu yaa caluu fi calaa bultumee. Fi galanaa garomsaa dhagefadhee hin qufuu',
Dhugaa isin jedhaa diree dawwa kuni bay.ee naati tolaa wwwww Afaan isin mashaa Allaah❤❤❤❤❤❤❤
Like tuqa warrii ijollee dirree jaalattan dirree biyyaa jaalala fi biyyaa Gootaa
😂😂😂😂🤣🤣🤣❤❤❤❤❤👍👍👍👍
Naatii tolitanii akka maalee kkkkkkkkkkkkk
👍👍👍👍👍👋❤❤❤💓❤👀👀👀👀👀👀👀❤❤❤❤❤
Ana Kan na kofalchisu artisti Tayyee danda'a akkan ta'e jedhe kkkkkkkk wayyoo garaa koo ufiiiiiiiiii
Wwwwwooo caliiyee sanyii bultemee qerensaa oromoo Akkatii siin bonaa lamminkee 👏👏👏👏💪💪💪🥰❤❤
Hedduu namatti tola sagantaan keessan , jabaadha , kessattuu Ummaan san bayyee natti tolte 😍😍😍
Ani ijoluma kooti kaasee sirba hacalu hundessan jalladha isaas bayyen jalladha utu ini fudhe hin qabu tahee hawwen ture boota inni jiru barbacha wan hundafu bayye namati toltu jabadha
Dhugaa rabbii hayyoon sirbituu suun hedduu namatti tola dhugaa sagaale garii qabdii💓😘👈 umurii dheraadhu harmee💓
Mashaa Allah
Ummatenya hadha qeeyrro Naafjajabeysa tanjatu qeerroo fidee waraqa naxata Mashaa Alla💪❤☝️👌
Ayoni siribiteee sun bayeee nati tolteee akasumaa bayeee garaa naa balesiteee umri nufi dheradhuuu ayooo hadhaaa gotaaa gifti hadhaa dhiraaaa 💘💘💘🥰🥰⚘⚘⚘💞
#Woow Qoosaa fakkaata garuuu ergaa guddaa dabarsa Nuu jiraadha Ilmaan teenya.
Ani akka lubbuu koo jaladhuu calaa bultume 💖❤💛💚💙artist kenyaa hundumtu jiradhaa 💜💖❤
Mali esen jarekamale nama biraa qabadanuu
.
Calaa bultume sanyi gota
Waa'ee artist Oromo jibbaa fi jaalalaa hin maddalinaa hundda artist oromoo jaladhaa nama sabaaf yaduu hunda amaa moo maqaa nama dhooytanii nii jibbinanaa bayyee namati ulfata isinsi yadaa akkan nama gaftinaa namni gaafi sirri debbisee gurbaa afaan weellisaa oromoo hin jibbu jedhee san qofaa nama samuu billichaate nama jibban haqaa isaa jibbun garii mitti gaafi kun sirrahuu qabaa hawasaafi artist waal irra lalachiisinaa artist oromoo maqaa isaa tuquu jetee namitti tuni beeyyituudha nama fi nama waalitti busuudha akkani jibaa nama nama gafachuun rorrodhaa gaafi akkan sireeysa yoo dandeessan
Jabaadha itti nuu fuffa bayye barredadha 😍😍
Umar Suleeyman
:-Dinne Didaa
:-Ka'i malee Mallasaa
:-Furtuun Tokkummaa
:-Oromiyaan Biyyaa
.......
Alii Mammad Birraa
:-Galma Aadaa Keenyaa
:Anis Biyyaan Qabaa
.......
Hayon Sunii Haramee koo natii Fakatee Umurii nuf Dheradhuu😢😘
Anii gamaa kotin Calaa Bultumee Hacaluu Hundesaa Galanaa Garomsaa Kadir Martuu Jafar Yusuf Jaladhaa Sirbaa Qabsoo😍😍😍
Wlhi heduu das nama jaa👍
DereWood keep going!😊
Uuuuffff ana jartii satuu natii tolee dhugaa harmee koo umrii dheradaa💓💓💓💓💓💓💓
Aswrwb wwwwwwwwwwww🥦❤️❤️😭😭😭😭🏆🏆🏆👍👍👍👍Jaawwar mah aamm
Harmeen sun Mirqaante jirti
WOW!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! GUDDADHAA
Ayyon sirbite sun bayye natti toltii umriii si hadhetessu naf jedhii umma tiyya natti fakkati😭😭
Ana haa nyatu keelle haa dheeressu lubbu ishi way hadha ofi 😭😭😭
Abshir umma tele rabiin urmii sii haa dheresu
Ameeeeeeen ameeeen ameeeeeeen 💕💕💕💕💕
Uuuuuf
Uffffff abshir rabbi ummurri saani nuff haa dhereesu obssi okolun cabbu mitti jedhan mittire sii poffa mitti hundi kenya osso gubanu jirrana😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wayyoo yaa garaakoo kolfaanii nufixanitini Direwood kkkkkkkkkk😍😍😍😍😍😍😍
Mashaa Allh Heduu Namaa Gamachisaa Jabadhaa
Anii amman calaa bulatumeefii hacaluu hundisee jaladhuu garu orromoo hundaa illove youu
Bayeee gariidha galtomaa hayoota keenyaa sagantaana keesaan heeduu nu booharsiitee ittii fufaa dire to❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍👍👌
Dhugaa dubbachuuf gaafiin artist kam jibbitta jedhuu kun akkan gaafi dogongora turree
Ani mattaa kiyyaaf kanin jibbuu hin qabbuu garuu akka haala yeroorratti waal qabatte Dr artist Ali bira yeroo bayyee meeshaa hamayyaattin wan hin hojjattaminif jechaa yeroo baayyee sagallee isa nama hin hawwaattu turee
Horaa bulaa
Baayyee bareeda jabaadha
Galatooma!!
WOW bayee namati tollaa itti fufaa
Mashaa allaah lammiiikooo ❤❤❤❤
Anii kanin jaalladhuu jafaar yusuuf biraa naa gahii hin danaaramnee jedhee osoo nattii damaaramee Hawaii kotii jafee koo l love you
Wow Wow Wow diree wood kolfaan muxuuxi nu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂gotaan wolahi qophiin heduu nama boharsaa😍😍😍😍
Hhhhhhhhhhhhhhh way koflan dhumne direwood galatooma dhugaa wan Ajiba hojacha jirtan
Yagarakooo😂😂😂😂😂love.oromoo.direeeee
Jabaadhaa
Uuuuuuuufi baayee nuu boorsiitaani nuufi jiradha ijooleee Direwood🙏🙋♂️
😂 warqa😘 haqa😘 garu mal wari jalan mindhaa abba sirti namakafalan hoo nutis abba himanee tii kan rorifamnee wan hundadafu rabbin hamil kesuu abba koo nin jalada abdii wan muru 😂✅👏
Uuuufieee waan isiini bonsuu hojjadha hojjii kessanin bonaa Tuni laaftuu Rabbii isiini haa laafisuu
Dhugaa rabbi baay'een kolfe baay'een jaaladhe Kan sirbite san ayyoo uuff baay'ee si jaaladhe
Kkkkkkk baay,ee gariidha itti. Fufaa❤️💚❤️
Hedduu nama tolaa dire hudii jabbaadhaa ijoolee dire 😍
Heeduu gaariidhaa itti fufaa👍👍👍
waay numa bareeddii miciyyoon tun chaanalii keessan keessan guddisuu barbaddaan ishii asirraa hin hambisinaa
itti fufaa bayyee namatti tolaaa
heedduu namati tolaaaa❤❤❤❤❤
Jabaadhaa.
Hin tola jennan Harree qallee hin ta'u jennaan harree gannee isumaa fidaa jennaan dhaqnee dhabnee.
2.Ilmii leencaaf guddisaan Adurree baqata.
3.Tottolfannaan bineensa galcha.
Kunile bareeda
Kiyaan Mahdi jabon jee San ati walee hin beyyttu kaa sii bochisu setee mo
Wowwwwww mashallah mashallah ❤ ❤ ❤
Kkkkkkkkkkk Baye namaati tola jabadhaa Mali kolfii kun Hindi😂😂😂😂😂😂😂
Jabaadhaa qophiin keessan haalan namatti tola barsiisaadhas. Qabiyyee qophii keessanii ida'uudhaan fooyyessaa Osoo deemtaniimmoo Kanarra aadaa fi duudhaa Oromoo guddisuu fi sagantaa keessanisillee jaallatamaa gochuu dandeessu. Dabalatanis goleewwan Oromiyaa hunda deemuun qophii keessan baballisuuf yaalaa. Walumaa galatti qophii keessan jaalladheera. Jalqabbii gariidha.
Gurbaa qamisa dimaa san bayyee hayyudhaa isaafi ayyoo guddon san
Mahadii jabboo Weellisaa keenya Hayyuu keenya nan jaalaadha Warrii Weelliissaa Oromoo jibbitan Waaqnii isiin ha jibbuu
Jabadhaa ittii fufaa
Abo diree wood naa keessa jirtani baraa wow😍😘👌
Baay'ee gaariidhaa akkanumatii itti fufaa
Dire tiyaa jabadha
Jiradha qaliwwaan look🌹🌹🌹🌹
Gafiin keessani sabontota keena bareda garuu ijolee ormoo sirbii isani hunduu bareda
Waan akkana nama gaafaachuun keesaanuu umaata dogongoraa ta'uu keesaan ibsa umaanii waan ittii fakkaatee dubaachuu danda garuu wal jibbaa artistii fi umaata jidduutii wal jibaa uummaa
wow hedduu namatti toltuu jajjabaadha
Wow baya itti gemeda akkas jebadha
Mashaallaa baye namti tolo jabadha
Thank you direwood nuu buhaarsuu keesaniif galatoma ❤❤
weelisaan oromoo kamaa NAMA HIN JIBISISUU
Maal maalin dhufuu qabdanii jabaadhaa mee diraamaa teessan san itti nuu fufaa
Kkkkkkkkkkkk uuuuuy tedy shunbura wiiii lol 😃😃😃
Qobesitota qopi Direwood Bayee isin jaladha nuf jiradha
Wwwwww heduu namaa Tolaa itti fufaa
U made my day, Galatoomi!
Wana baayee ira baradhee makmaksa nuf gumachiitaniira 👍👌
Kkkkkkkkkkkkkk Argaa kesanii sirbii namaa arsuu hin jiiruu namnni areyuu dhagefatee ittii boharaa
Funnydha bar
😄😄😄😄😄😄😃 kofla dhumaneeeee
Bishiqii hadhaa kee Teddy jibitee ?? Baduu Rabbi namoota keecha siyaa jibuu Teddy jeechuun nama lammiisa faarsuudha dedeb ( ye honsh qeshimmmmm
Waan gari hojata jirtuu itti fufaa. Warii Diree❤️❤️❤️
Kkkkk maashaallaah Maashaallaah isini irraa deema direwod
Aayyoon sun natti toltee jirti, Umrii nuuf haa dheerattu
Baayyee namatti tola jabbaadha
Heduu itti buharee baay'ee galatomi huduu namati tolaa jabaadha
Faxxee hoo
Jabadhaa ijolee oromo kolfaan nuu fixaan malee ❤❤🇾🇪🇾🇪💯
Anii hundaa nii jaalldhaa Acaaluu❤❤💟💔❤💔💕💔❤💟✔✔✔👍👍
Kkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkk ajiibaa
Ani jafar Yusuf jaladhaa❤❤❤❤🇾🇪🇾🇪🇾🇪💯💯
Wooowwwwww bayee bareaa kaa
Wayii Usmaayyoo musa goota Keenya
Mammakan keessa dhugee sif hagaluu. akka ebaluuti sirbun mormaa namaa jalisaa .kan qoxaa fudhachuuf kan bobaa garee
obbolleessa tayyee danda'a jedhee suni galatoomi naa jedhanii
Wwwww baye gari dha Drrewood Jabadh Artisi Oromo Huniduma Jaladh
Wôw namattii toltuu jabaadhaa sin jallaannaa oromoo koo ❤
Wwwwwooooo👍👍👍👍👍👍
😁😁😁🙄🙄🙄🙄ani wantan jibu hinqabuu gaarii ali bira na jibisisaa
Calla enyu jibba gotaa kenya 😍😍😍😍😍😍
Caalaa bultumee akka lubbuu tiyattiii jaladha 100%√√√{long life Caliye}
An artistoota oromo hundayyuu akka bishanittiin dhebodha sababni isaas artistiin oromoo nikular sabni gafa xiqitiif isiin hedatuudha kanaaf naaf jiradhaa
Wowowo jattin shashi guracha sun Nafi Tate jirti
Jaartiin mirqaante caatii moo jalalumaa sirbaattin maraatee
Wayyoo Tayye silaa ijoollee wallisaa tureekkkkk🤔🤔🤔🙊🙊🙊
BEST
Wly kolfaan du'ee anni jabadhaa lammii koo
Hhhhhhh koflaan garan nu dhukubee
Ani artist hacalufi calaa butumee bayyeen jaladhaa
Hayyoon guddoon ni sirbbu subahanall
Lubbuun jirtiif hudduun xiixxii jedhe namichi😃