Maloo brotheri kani ko xiyya hin qabu garu xalaafame jira offira cufufii Mali gochun qaba karasa vodiyosa nu hojjedhu siruuma namni bilbila nama akka hidhu hin dandeenye nu hojjedhu malo karaa bira jira jete miti nufi hojjedhu❤❤🎉🎉🎉😂
Nama hattu mallifi barrssifta yoo nami barummsa kee kannara barratte wolli hatte kahee wolli loolle sittu itti gaffattama sabbabn issasi wan nami wollattu hin beenne barssisarrta mee hamma wolli hattu dhissi nami lakofsi sa 'a jalla hidhamee yo xiyya mullissu dhisse hidhame jirratee akkamitti bekkamma
Obbolessa ko galatomi garu anaaf xiyya hin agarsisine garu bilbili ko baratu hidhame enyu akka baratu hidhe naf bahu dide akkami tan namicha bilbila ko hidhate bekku danda,a
Mashaa allah masha aallah ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ 👍👍👍👍
Ana dhufu baga nagaan dhufte barinoota heddu nu baribaachisu nu barisifte galatomi obboleesa keenya
Masha Allah masha Allah ❤❤❤
Xalafame hin jedhin
Butame jedhi.
Wanni ati barsiiftu bayeessa garuu mata duree kee sirreessi.
Xalafmeen afaan mililiki obbooleessoo
Galatoomi.🤫
Xalafame =butame
Maslaalii = riqicha
Kokobii =urjii
Yoo waa barsiifnu afaan keennaan haasirreessinuu.
❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allah tabarakallaa jabaadhu obboleessa koo 👍👍👍👍
Wwwww galtomii garuu woliirii hidhuu hi barsiisinn kunii masiyaa sitii taa
Camera dots green yero bilbilaatifi yero cameraa bantu gubbaarratti bakka karaa mirgaa xarafa oli sanirratti bahu sun wahi rakko qabaa??
Maloo brotheri kani ko xiyya hin qabu garu xalaafame jira offira cufufii Mali gochun qaba karasa vodiyosa nu hojjedhu siruuma namni bilbila nama akka hidhu hin dandeenye nu hojjedhu malo karaa bira jira jete miti nufi hojjedhu❤❤🎉🎉🎉😂
Dhugaa rabii anii akkamitii akka hidhamee hin bekuu garuu namnii wayii osoo kodii nahin gafatin imoo kiyaa kesaa sananii mee yoo beytee nuf hojadhuu osoo kodii hin gafatin akamifii imofi wasplee akamitii akka hidhamuu
Masha alhll bagaa nagan waliti debinee
Ok mee akamitii silkii namaa hinaa ofiratii
Namani yoon hidhatee nati himate ok galatomi ama ani akkamiti nama barbadu ofirratti hidhaa naa himii ❤
A s w r b jabadhu oboleesaa koo❤❤❤
Bilbilaa charjerii dafee guutuu didee
Yaa obalessa kiyyaa akkanumatii tilifon iraa apin dilet taa yaron gadii busuu naf gadii hin buu mee naf him
Message xalafamee irra kaasuufoo
As wr wb anaa dhuufuu riiyoo keenaa .Mee maali rakoo qabaa mana kiyaa ilalime
Wl wr wb ameen maal siif ilalaa??
Aswrwb Riyo jawalii kiyaa Shabaka naa Dalaguu didee wi fii malee Simee yoon jawal keeysa Kayee ol Bahee Naaf hin Dalaguu
@@RiyoShafi A s w
Waahunddaa barsisiihinsodatin abshiir siifjirra hangadhumaati hayyuuseenaa
barumsa bayen sira baradhee jalakoo
please haabiibii mubahilii oppo koodii irraanfatamee akkiimin banamaa?
👍👍👍👍🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏
Inni kun yaali godhe garuu soba
As wer wib giizen kaamera Baanan yokin giize naman haasahan kaameran Gara charjin kaanati bahu waahi rakoo qaaba mee naaf himi
Pls Adaara ke madaamin wi-fi Narrati Cufaate kodi isaa akkamitin beeku Danda,a
Yes 🥰🥰🥰🥰
Bilbila Nama Waliin Dhageeffachuuf
Biyyaa alaa teenyaa bilbila itoophiyaa hidhuu dandenya?
Nama hattu mallifi barrssifta yoo nami barummsa kee kannara barratte wolli hatte kahee wolli loolle sittu itti gaffattama sabbabn issasi wan nami wollattu hin beenne barssisarrta mee hamma wolli hattu dhissi nami lakofsi sa 'a jalla hidhamee yo xiyya mullissu dhisse hidhame jirratee akkamitti bekkamma
Mashaa allha
Akkamitti kine master telegram kee jala buufanna
Mashaa Allaah
As wr wb baga nagayaan nuuf deebite
itopha. Keysati. Hin. Dalagu. Kan. itopha.keysati.dalagu.nuf. himama
akamitii bilbila nama biyaa ala jiruu kan ofiratii hidhachu dandeenya oso abichii hin bariin?
👍👍👍👍
Yoo biya alaa jiraane lakk ityopiya akkamitti ofirati hidhachuu dandeenya fakenyafsuudin jira ani
As wr wb sanyii Lakkoosaa kiyaa nanii nabiraa jiree kamitii naa hidhaachuu daaa ykn misejar kaamitii yoo nartii hin dhataanii hikuu yookiin bekuu dada
Santima share gochu naf him yoo bektee Gara biyaati
Ok
Bilbila nama osoo harka hin fudhiin huck gochuu hin dada,amu
Osoo silik nama birraa hin jiree akkamitii xalafammaa biyyaa fagoo irraa
Akkamitti mubayli mallaqa nyatu ofirraidhama
Maalo kanko hin qabu iddo ati agarsisa jirtu Kun kan ko qafo rikordi godha nati himmi
❤❤❤❤❤❤
Obbolessa ko galatomi garu anaaf xiyya hin agarsisine garu bilbili ko baratu hidhame enyu akka baratu hidhe naf bahu dide akkami tan namicha bilbila ko hidhate bekku danda,a
Ok mee karaa biraa yalee
Riyoo bayee galtomii micayoo miskinaa takaa ofiratii itee qalitin
Imoo haraya naa banamuu didee akamii banadha
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Erga hidhame booda namni sadi walin akkamittin haasa'a
Etophiyarra saa'uditti hidhun hin dandamaa
Miiseejii mesenjara kessa delete ta'e akkamin debifama naf debisi rabbif jedhi 🙏
Mee wan nadhibe imon nama maqa ani sajaleen imo namaa keessatin argaa malifii
WrappAakka mii bekani yoo hidhame
Kan koo mo Record godhaa yeroo hunda mal na woyaa yeroon dubbadhu
Mee bilbilaa iddo Simi hidhame akkamiti hikama sini hin hojata qafotu hidhame
imo dhagayamuu didee furumaan malii na himii
Me bilbili ko beksisan na rakise akkamitti of irra balesse wonta kamu kessa yoo galu dafe dafe x woyii natti fida
As wr wb Nafi debisi waa si gafachu barbada
Obsi ulee Hayyuuti
Galatomii 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Bilbilla nama hidhaachuu Yoon barbadeen akaaman godhaa,?
Galatomii dhuga
Bro malo malo malo malo malo akamit imo nama xalafu danda kan nama itophiya jiruu imo akamitn xalafu dandaa kodii male hin dandama
Asalaa walekuum
Samsung galaxy @128#ishaaraeysaaqabdi
Hii
Dhuga moo soba wanti kuni
🥰🥰🥰💜
Xiyya gubba godhe
As wr wb
Galatomii
Meelaloofsathiopaninmadawlaluede
Akkami facebook haka godhani gubuu dadan
Happi umuri nama himu nu maxxasime
😂😂😂
As.wr.wb.riyoo.yeeroo.bayye.sin.barbada.lkfs.ke.na.ergii.mee.kan.imo.kan.wasappi
👍👍👍
❤❤❤
❤
👍👍
❤❤❤❤❤❤❤