ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Cubbuu inni duraa shamarraatti hojjaten rabbii isaa qabe Garaa rabbii deebi'ee araara gafaachu dhifaama qafaachu qaba Gurbani tokkis akkanumaa ta'e Aruzaa fudhee wly takkumaa wojjiin aruzaa zeenu hin dandeenye hanga torbe Duraa bagaagummaan 1ffaadha Halkanifi guyyaas oso badii hojjate hin dadhaabe Garuu rabbii bakkaa hundaatu argaadha toyibaate dhifamaa gafaate mana yaalas deemii ni fayyee
🤔
bayyee galatomi issa namni basse gorsuu soddatu itti butte wan nubarsistef galatomii ,waqqayyoo barake ha'ebissu
Doctor nuu jiraadhu 🙏Ijoollen keenya kanarra waa heddu hubaachu daandessa jedheen yaada. Jaalala fi kabaja male callisneetuma bultiiti seenun dhumni isaa kana.
Eldana malo mati naf ta.i galatomi
Haadha mana isaa qofa irrati haa gabaabatuu furmaan yoos dhufaa
Docter keenyaa baayee galatomaa hamma iyyuu rabbin beekumsaa sinif haa dabaluu SABAA keenyaa wanta baayee hubaachisaa jirtuu
Barumsa cimaa waan nuuf laattef galatoomi dokter
Wwwooww Baye Galatomaa Dr Ebbifaamii
Bagaa nagaa dhufatee atti jabadhuu nu jiradhuu dr keenyaa
Matii naa tayi maloo
Dhifaama Dr Nafii Gafii Tokkoo Sii Gafadha Naaf Debis Biyyaa Allan Jiraa Garu Yeroo Hundaa Nan Rifadha Nan Damaqa Osuma Hojachan Jiruu Yeroo Hundas Nan Cinqama Nan Dhibbadha Sababa Isaa Hin Bekuu Samun Nadhibati Naaf Him Mee Sababa Kana
Zahra hadhoko malo matii naf ta.i
Kessaan nadubisii
@@robotfamilychanal7685 maatii naa ta'aa pls sii debisa pls
@@zaramohamad6294 yeroo darbe sif ta.en ture coment ko ilalii like illee sif tasisen ture atis mati ko ta.i wal ha jabesinuu zara
@@robotfamilychanal7685 eshii
Oromo koo mattii naaf ta, a mee adaraa wol haa gudifnu💔♥️♥️
An sif ta'eera atis
Galatoomi lubbuu anis sifin ta, amma❤️
Siif tahera hojji gariraa jirta jabaadhu
Kotuu matii walii tanaa
@@ogummatube856 kotuu matii walii tanaa
Jaalatee miti ayii😌😌 galatoomi Dr waan baay'ee nuu hubachiste🥰🥰🥰
Miskina 😥 Yeroo ka'ef haa ka'u ana tate akkasuma wajji jiradha
Erbee 🤣🤣🤣
Ampuli malo mati naf ta.i galatomi
@@fatihajimmasanyiihaacaluu1872 😁😁😁🤐
@@robotfamilychanal7685 an nama anaf subscribe godhef nan godha
🤣🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁
Yaa rabbii ati laafiisi
Thank you
Thank you doctor for give you remark
Gaalatomii doctor Wan bayyee siiraa baradhee
Welcom
Dhifama wolin Oromoo matti naaf ta’a ❤️🙏
Kotuu matii naf
Mati nafi ta'i sin ta qaliwako
An sif ta'e kuno ati
tolee atiillee maatii nuuf ta'ii
Wwww amezining mashaallha jabadhuu wan baredadha
Mati nafi ta'i lubuu
Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu
Dr. akka malee si jaalanna garuu ati jidduudhaan garam nu jalaa turtee dhufta.....? We love you so much ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Barnoota gaarii dabarsa Dr. jabaadhu itti fufi
Galaatomi dr nafyad getuu
NAGUMAHA FAYUMAHA kootu biyaa London ok barumsan kootu ok oboleessa kootu
Welcome back doctor ❤️
Kotuu matii naf tahii
Dr. Kankommoo akkaa dhabbatetii bulaa maal nawayyaa biyyaa American jiraa hin funee yoon bakkee dememoo waaqayyotuu hin jalatuu
😂😂😂😮
Take you
Wly sababa kan jalale koo akka lubuu isati na jalatu dhisera garuu akkan sababa kanf dhisee itti hin himne 😓
Abbaa manaa kee moo jaalallee kee?🥺
Matii Naf Ta'i Qalii
@@biliseeintalaamboo8224 matii naa tayi
🤔🤔🤔🤔🤔jalalee moo jarsaa🤭🤭🤭🤭🤭
Bilbilaa kee akamitin arkaadha waai naaf ergii kaa bareeduu ❤❤
Dr naafyadi
Welcome Dr keenyaa
Thank you doctor
Dhugaa dhagefadhee አማረኝ dhaan namaa gadisisaa
Gallatomii dr kenyaa qalii ❤
Baga nagan dhufta Dr galatome🙏🙏🙏🙏Translate to English
WELCOME DR♥️🙌Thank you so guys doctor💛🙏Yoo oromoo ta'e anuu itti heerume madaa isaa fayyisaafii lakk isaa naaf kenni yaa DR kiyya!!🙏🙆♀️ akkam na marare dhugaa😥
Atis Rakkoo Qabda jechuudha!😢
Raabbii sii haqajjelachu
Natti heerumi bareedduu koo
@@lalisegiddisa1603 Rakkoo akkam😁😁
@@Gk-tq9jg Aamiiin wly an duruu qajeeltuudha sisters
Nufi jiradhu Dr kenyaa💞💞
Baay'ee na gadisiise dhugaa rabbii😢 borullee wajiin jiraachuu dhiisuu dandeessi dubartii biraa😢
qamaan Wal arginee utuu dubaneeti natii tolaa tureem Dr nafyadii
galatoomi docter dhugaa dubbaachuuf namni hubannoo akkaasii namaaf kennuu hin jiruu garuu isin akka hubannoof toluttii kan nuuf dhiyeesitettaa galatoomiii
Uuuuuuffffffff rabbii kenaa hin ulfataa dhugaa ishiitis hin lalaamuu fedhiidhaa waan ta.eef
Bagaa jirataan Doctor keenyaa nuuf jiraadhaa
Thunk you doctor
Dr Dhimma dhuunfaa dhaafin sin barbaada an ❤
Amma anii kan jedhuu dr amma dhalachuu dadhabee moo qaltiidhaf fedhii gutuu dadhabee🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭
Galatoomi doctor Koo bay'ee barumsaa gariidha dhugaa
Yoo dhalachuu danda, ee malii gotii ishee 🧐🧐🧐🧐
Maati naaf tahaa Oro please❤🙏
Matii naa tayi sifaa tayaa
@@oromiyatube4218 tole
Maatii qofa osso hintanee jarsa sif ta'uuf qophii xumuree jira!
Hadhooko
Dr. Naaf yadi gafii kana naf debisii mee ani megaan fayadama ture Amma garu kamni Koo isaa male naf hojachu dide furmaani isaa malii
Sena isaa gafuman hasa.en isuma iraa dhagahe garu yada ati itti kenitun bara jedhen kan kees dhagefadhe xumure
Baga nagaan dhufte Dr🥰
Yaarabbinubarari
Bayee namaa gadiisiisaa Dr Naaf yadii😢
atis sagantaa akana kana jalqabii
Thank you so much for your assistance
Maatii nàaf ta'ii pls Nama koo
Yooyyaa dr nafyad❤❤❤
Ff
Gg
uuuffff😭😭😭😭 hoji waqayyoo hedudhaa
bag nagayy dhuftee Dr
Obboleessa koo baruussa ffixxee jiraha Kanafuu wali koo taaha uk
FIILMII, KOOMEDII FI QOPHII GARAAGARAAN BASHANNANUUF KOTTAA HIRIYYAA NAAF TA'AA
@@wanofiiTube5078 atilleen naaf ta'i siifan ta'aa
@@shashetube7082 qabaa bakka maqaakoo kana tuqii
Dawa dhisa wari dhira hin national ok
Ebbifami Dr barumsa guddaadha!
❤Dr. Keenya
Wow 👌 😍😍😍😍😍
Dhifamaa matti nuuf ta'aa mee addaraa
Galatomi Dr keenya waanuma jiru
Ardaa wal qunamtii saalaa akkamitii dhiisuun dandamaa?????
Dr. Nafyad getuu akkam nagaya qabda mee waa sii gafaadhaa bilbilaa kee naa ergii
Dhugaa dubbachuuf nama gaddisiisa
@@shashetube7082 siif ta'eera
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🕯️
hordoftonni abba cabsaa maati naf taha😍😍 oromo qaalii
Kotu matii walii tanaa
Dr kenyaa 😍😍😍💓💓💓
Dokter maatii naaf ta'i jennaan didde miti😢
Galatomii dr🙏
Kottume haa yaluu😎
Naf yaad
Maatii naa ta'a oromo
Galatomii Dr
🤸♂️🤸♂️😝Yaa nuuyyii
Well come Dr 🥰
@@MameTb kotu atisi
Galatoomi dokteeri!
Dr galatooma
Kashalabbee
Welcome Dr
Nujiraadhuu atii yomiilee
Hi
galatoomi abbaa cabsaa
Nama gadisisaa😢
Dr kankoo baay'ee guddachuurraan kan ka'e shamarran ani arge narraa dheessu
wel come dr
Galatooma
Qaalii ilma Oromoo nuu jiraadhu
Doctor welcome ✌✌
Welcome dr naf yadii bsrumisaa garidhaa
Matii naa tayi 🥰
Waan gaaridha
ዶ/ር baay'ee sijaallanna sikabajnas barnoonni ati dhimmoota fayyaa irratti kennituun baay'ee gargaarameera. Galatoomi Kanaan dura gaaffii tokko si gaafadheen deebiisaa hin arganne ammas isuman sigaafadha. Innis ani yeroon haadha warraakoo waliil walqunnamtii salaa raawwachuuf jedhu dursitee dhangala ، aa wayii gadi dhiifti yeroo kana akka nadhowata dhangala'aan kunis amma alatti ba'utti baay'ata.kanaaf torban 2tti si'a tokko yoon raawwadheyyuu isayyuu yadda'an godha mee maal wayya? Hiikuu?
Nuuf jiradhuu
Mazaret malo mati naf ta.i galatomi
Baay'ee nama gadisiisa😔
Akkam fayyaadhaa jirtaa
dafe nara faca.a
Bayye gariidha mali mee
mamilaa akkatanu walabaruu
Dr Ani Yoon biiraa Ykn dhugaati Alkooli dhugee malee hin fedhu Rakkon isaa maali?
Bulii
Cubbuu inni duraa shamarraatti hojjaten rabbii isaa qabe
Garaa rabbii deebi'ee araara gafaachu dhifaama qafaachu qaba
Gurbani tokkis akkanumaa ta'e Aruzaa fudhee wly takkumaa wojjiin aruzaa zeenu hin dandeenye hanga torbe
Duraa bagaagummaan 1ffaadha
Halkanifi guyyaas oso badii hojjate hin dadhaabe
Garuu rabbii bakkaa hundaatu argaadha toyibaate dhifamaa gafaate mana yaalas deemii ni fayyee
🤔
bayyee galatomi issa namni basse gorsuu soddatu itti butte wan nubarsistef galatomii ,waqqayyoo barake ha'ebissu
Doctor nuu jiraadhu 🙏
Ijoollen keenya kanarra waa heddu hubaachu daandessa jedheen yaada. Jaalala fi kabaja male callisneetuma bultiiti seenun dhumni isaa kana.
Eldana malo mati naf ta.i galatomi
Haadha mana isaa qofa irrati haa gabaabatuu furmaan yoos dhufaa
Docter keenyaa baayee galatomaa hamma iyyuu rabbin beekumsaa sinif haa dabaluu SABAA keenyaa wanta baayee hubaachisaa jirtuu
Barumsa cimaa waan nuuf laattef galatoomi dokter
Wwwooww Baye Galatomaa Dr Ebbifaamii
Bagaa nagaa dhufatee atti jabadhuu nu jiradhuu dr keenyaa
Matii naa tayi maloo
Dhifaama Dr Nafii Gafii Tokkoo Sii Gafadha Naaf Debis Biyyaa Allan Jiraa Garu Yeroo Hundaa Nan Rifadha Nan Damaqa Osuma Hojachan Jiruu Yeroo Hundas Nan Cinqama Nan Dhibbadha Sababa Isaa Hin Bekuu Samun Nadhibati Naaf Him Mee Sababa Kana
Zahra hadhoko malo matii naf ta.i
Kessaan nadubisii
@@robotfamilychanal7685 maatii naa ta'aa pls sii debisa pls
@@zaramohamad6294 yeroo darbe sif ta.en ture coment ko ilalii like illee sif tasisen ture atis mati ko ta.i wal ha jabesinuu zara
@@robotfamilychanal7685 eshii
Oromo koo mattii naaf ta, a mee adaraa wol haa gudifnu💔♥️♥️
An sif ta'eera atis
Galatoomi lubbuu anis sifin ta, amma❤️
Siif tahera hojji gariraa jirta jabaadhu
Kotuu matii walii tanaa
@@ogummatube856 kotuu matii walii tanaa
Jaalatee miti ayii😌😌 galatoomi Dr waan baay'ee nuu hubachiste🥰🥰🥰
Miskina 😥
Yeroo ka'ef haa ka'u ana tate akkasuma wajji jiradha
Erbee 🤣🤣🤣
Ampuli malo mati naf ta.i galatomi
@@fatihajimmasanyiihaacaluu1872 😁😁😁🤐
@@robotfamilychanal7685 an nama anaf subscribe godhef nan godha
🤣🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁
Yaa rabbii ati laafiisi
Thank you
Thank you doctor for give you remark
Gaalatomii doctor
Wan bayyee siiraa baradhee
Welcom
Dhifama wolin Oromoo matti naaf ta’a ❤️🙏
Kotuu matii naf
Mati nafi ta'i sin ta qaliwako
An sif ta'e kuno ati
tolee atiillee maatii nuuf ta'ii
Wwww amezining mashaallha jabadhuu wan baredadha
Mati nafi ta'i lubuu
Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu
Dr. akka malee si jaalanna garuu ati jidduudhaan garam nu jalaa turtee dhufta.....? We love you so much ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Barnoota gaarii dabarsa Dr. jabaadhu itti fufi
Galaatomi dr nafyad getuu
NAGUMAHA FAYUMAHA kootu biyaa London ok barumsan kootu ok oboleessa kootu
Welcome back doctor ❤️
Kotuu matii naf tahii
Dr. Kankommoo akkaa dhabbatetii bulaa maal nawayyaa biyyaa American jiraa hin funee yoon bakkee dememoo waaqayyotuu hin jalatuu
😂😂😂😮
Take you
Wly sababa kan jalale koo akka lubuu isati na jalatu dhisera garuu akkan sababa kanf dhisee itti hin himne 😓
Abbaa manaa kee moo jaalallee kee?🥺
Matii Naf Ta'i Qalii
@@biliseeintalaamboo8224 matii naa tayi
🤔🤔🤔🤔🤔jalalee moo jarsaa🤭🤭🤭🤭🤭
Bilbilaa kee akamitin arkaadha waai naaf ergii kaa bareeduu ❤❤
Dr naafyadi
Welcome Dr keenyaa
Thank you doctor
Dhugaa dhagefadhee አማረኝ dhaan namaa gadisisaa
Gallatomii dr kenyaa qalii ❤
Baga nagan dhufta Dr galatome🙏🙏🙏🙏
Translate to English
WELCOME DR♥️🙌
Thank you so guys doctor💛🙏
Yoo oromoo ta'e anuu itti heerume madaa isaa fayyisaafii lakk isaa naaf kenni yaa DR kiyya!!🙏🙆♀️ akkam na marare dhugaa😥
Atis Rakkoo Qabda jechuudha!😢
Raabbii sii haqajjelachu
Natti heerumi bareedduu koo
@@lalisegiddisa1603
Rakkoo akkam😁😁
@@Gk-tq9jg
Aamiiin wly an duruu qajeeltuudha sisters
Nufi jiradhu Dr kenyaa💞💞
Baay'ee na gadisiise dhugaa rabbii😢 borullee wajiin jiraachuu dhiisuu dandeessi dubartii biraa😢
qamaan Wal arginee utuu dubaneeti natii tolaa tureem Dr nafyadii
galatoomi docter dhugaa dubbaachuuf namni hubannoo akkaasii namaaf kennuu hin jiruu garuu isin akka hubannoof toluttii kan nuuf dhiyeesitettaa galatoomiii
Uuuuuuffffffff rabbii kenaa hin ulfataa dhugaa ishiitis hin lalaamuu fedhiidhaa waan ta.eef
Matii Naf Ta'i Qalii
Bagaa jirataan Doctor keenyaa nuuf jiraadhaa
Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu
Thunk you doctor
Dr Dhimma dhuunfaa dhaafin sin barbaada an ❤
Amma anii kan jedhuu dr amma dhalachuu dadhabee moo qaltiidhaf fedhii gutuu dadhabee🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭
Galatoomi doctor Koo bay'ee barumsaa gariidha dhugaa
Yoo dhalachuu danda, ee malii gotii ishee 🧐🧐🧐🧐
Maati naaf tahaa Oro please❤🙏
Matii naa tayi sifaa tayaa
@@oromiyatube4218 tole
Maatii qofa osso hintanee jarsa sif ta'uuf qophii xumuree jira!
Hadhooko
Dr. Naaf yadi gafii kana naf debisii mee ani megaan fayadama ture Amma garu kamni Koo isaa male naf hojachu dide furmaani isaa malii
Sena isaa gafuman hasa.en isuma iraa dhagahe garu yada ati itti kenitun bara jedhen kan kees dhagefadhe xumure
Matii Naf Ta'i Qalii
Baga nagaan dhufte Dr🥰
Yaarabbinubarari
Bayee namaa gadiisiisaa Dr Naaf yadii😢
atis sagantaa akana kana jalqabii
Thank you so much for your assistance
Maatii nàaf ta'ii pls Nama koo
Yooyyaa dr nafyad❤❤❤
Ff
Gg
uuuffff😭😭😭😭 hoji waqayyoo hedudhaa
Matii Naf Ta'i Qalii
bag nagayy dhuftee Dr
Matii naa tayi maloo
Obboleessa koo baruussa ffixxee jiraha Kanafuu wali koo taaha uk
FIILMII, KOOMEDII FI QOPHII GARAAGARAAN BASHANNANUUF KOTTAA HIRIYYAA NAAF TA'AA
Matii Naf Ta'i Qalii
@@wanofiiTube5078 atilleen naaf ta'i siifan ta'aa
Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu
@@shashetube7082 qabaa bakka maqaakoo kana tuqii
Dawa dhisa wari dhira hin national ok
Ebbifami Dr barumsa guddaadha!
Matii naa tayi maloo
❤Dr. Keenya
Wow 👌 😍😍😍😍😍
Dhifamaa matti nuuf ta'aa mee addaraa
Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu
Galatomi Dr keenya waanuma jiru
Ardaa wal qunamtii saalaa akkamitii dhiisuun dandamaa?????
Dr. Nafyad getuu akkam nagaya qabda mee waa sii gafaadhaa bilbilaa kee naa ergii
Dhugaa dubbachuuf nama gaddisiisa
Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu
@@shashetube7082 siif ta'eera
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🕯️
hordoftonni abba cabsaa maati naf taha😍😍 oromo qaalii
Kotuu matii naf tahii
Kotu matii walii tanaa
Dr kenyaa 😍😍😍💓💓💓
Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu
Dokter maatii naaf ta'i jennaan didde miti😢
Galatomii dr🙏
Kottume haa yaluu😎
Naf yaad
Maatii naa ta'a oromo
Galatomii Dr
🤸♂️🤸♂️😝Yaa nuuyyii
Well come Dr 🥰
Kotuu matii naf tahii
@@MameTb kotu atisi
Galatoomi dokteeri!
Dr galatooma
Kashalabbee
Welcome Dr
Nujiraadhuu atii yomiilee
Hi
galatoomi abbaa cabsaa
Nama gadisisaa😢
Dr kankoo baay'ee guddachuurraan kan ka'e shamarran ani arge narraa dheessu
wel come dr
Galatooma
Qaalii ilma Oromoo nuu jiraadhu
Doctor welcome ✌✌
Welcome dr naf yadii bsrumisaa garidhaa
Matii naa tayi 🥰
Waan gaaridha
ዶ/ር baay'ee sijaallanna sikabajnas barnoonni ati dhimmoota fayyaa irratti kennituun baay'ee gargaarameera. Galatoomi
Kanaan dura gaaffii tokko si gaafadheen deebiisaa hin arganne ammas isuman sigaafadha. Innis ani yeroon haadha warraakoo waliil walqunnamtii salaa raawwachuuf jedhu dursitee dhangala ، aa wayii gadi dhiifti yeroo kana akka nadhowata dhangala'aan kunis amma alatti ba'utti baay'ata.kanaaf torban 2tti si'a tokko yoon raawwadheyyuu isayyuu yadda'an godha mee maal wayya? Hiikuu?