@ Jechoota dinqisiifataman #irranfadheen qarshii hunduma sitti ladhee=Gamtaa to simale #Maaf hacuucca qarshii ,kanaaf isin baqata=Gamta to Hirko #Baasanii nutti agarsiisani deebisan malee hin amannu=hirko to tiya #Namni guddaan si hin gargaaruu; akkamitti namni xiqqoon garaa keessa teessee na gargaarti jette ati=Hirko to simale NAMNI JECHOOTA KANA DINQISIFATTAN LIKE godha
HiR koo dhugaa rabii ani hordoftota ke kesaa isaa tokodha diramaan ke heduu nati tolaa hadara itii fuufii si jalanaa nuti hir koo ati buharsaa kenyaa kesaa isaa duresaa jirudha
Jalqabaa natu laalee warri Hir-koo jaallattan Like godha😊
Isiin warri akka koo jalaatan warri jettani diraama hiirko namni jibbu hin jruu akka koo akka koo hin jedhina hin dabara ok
8😊😊😅o8😊p😊😊😊9@HundittiAbbaashii
Ani gamta bayee nati tola
Diraamaa kun kan akka koo fataa godhu me 👍👍👍👍👍👍👍👍👍
meeeeeeeeeeeeeeeeeeeee
I love it
ani haalaan fataa na godha
baay'ee natti tola
Qaaliiwwaan keenya isiin mee osoo jiraachu baatan yoona silaa Dibbirti nuu fixeyyuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Jabaadha hojiin keessan nama boonsaa 🙏🙏🙏🙏
@ Jechoota dinqisiifataman
#irranfadheen qarshii hunduma sitti ladhee=Gamtaa to simale
#Maaf hacuucca qarshii ,kanaaf isin baqata=Gamta to Hirko
#Baasanii nutti agarsiisani deebisan malee hin amannu=hirko to tiya
#Namni guddaan si hin gargaaruu; akkamitti namni xiqqoon garaa keessa teessee na gargaarti jette ati=Hirko to simale
NAMNI JECHOOTA KANA DINQISIFATTAN LIKE godha
Kabajamtoota Maatii Hir-koo!! Diraamaa keessan jaalladheeman yeroo hunda hordofa, galatoomaaa jabaadhaa!
Yaada!!
Diraamaa kana akkuma hawaasa keessa jirutti jireenyuma hawaasaan ibsuun gahaa mitii? Itti guddisuu, ukukkubsuu fi iddoo tokko tokkotti immoo hamma malee gadi buusuutu mul'ata! Fknf, hawaasichi yeroo waliin dubbii godhu, sochii qaamaa hedduu hin godhu! Jireenyuma hawaasichaa uffatanii ta'anii agarsiisuun hin danda'amu laata? Fiilmiin afaan Amaaraa fi afaanota addunyaa hedduun hawaasa isaanii(duudhaa, naamusa, fi kkf ta'anii argisiisu!).
Isin hubachuun natti hin cimu. Sababiin isaas film industry n afaan keenyaan waan hin jirreef kafaltii isin itti argattanis xiqqaa waan ta'uuf yeroo keessan irratti invest gootanii leenjii olaanaa fudhattanii qophooftanii dhiyeessuun akka cimu nin beeka. Amma diraamaa keessan kana comedy moo diraamaa jechuutu natti cime. Komeediin kaayyoon isaa kolfisiisaa ergaa dabarsuu akkuma ta'e, kan keessan Kunis gara sana deema. Garuu qabiyyeen isaa diraamaa fakkaata. Diraamaan immoo hawaasa bakka bu'ee taatee jiruufi jireenya hawaasichaa kan darbe(seenaa), kan ammaa(taatee qabatamaa) fi kan boruu(tilmaama) afoolaan faayee dhiyeessuudha. Kana gochuu keessatti immoo sochii qaamaa baay'ee fi jechoota ukukkubsoo hedduu yoo hambistan maal fakkaata?
Galatoomaa yaada kooti!!
Obboleessa keessan!
Jaabadha ijjolle oromo 👌❤️👍🤌❣️😍 hirkoo big respect you ❤️❤️❤️ tiyya 🤌😘
Namni akka koo hirkoo jalaatan like godha❤
I am the first person viewed this video
Me
Greatest success in your life😂
Congra
Jalqabammoo kan daawwatee Warra Hojjataniudham !!
Je suis un homme fidèle de mon pays je serai capable de faire toute condition possible des mon pays.
Ayi Sini Maaloo hanga 1000 gahutti hin dhiisiinaa.
Kaleessa isin eegaan ture! Baga nagaan dhuftan maatii diramaa Hirkoo❤❤
Anis akka keeti
❤❤❤❤❤
Hii
Kkkkkkk
Baga nagaan dhuftan eda otuun isin eeguun bule❤❤❤
Kkkkkkk😂😂😂😂😂😂 akkuma koo
Itti fufii hirkoo diraamaa keessaa namatti tola dhugaa siin jaalanaa ❤️💚❤️
Dinqidhaa kan ijoollee kanaa
Kennaa Aja'ibaati kan isaan waaqa irraa qabaan ❤❤❤❤
Diraamaan Hir_koo ! Anaaf Filannoo Koo jakqabaati !
Tatootni Hunduu Nàmoota/Dargaggoota Dandeettii fi Beekumsaan Dabaalamanii Hojii bareeda Hawaasa isaanii biraan gahaa jiraniidha !
Galata Guddaa Qabdu !
Daraan Jabaadha !
HiR koo dhugaa rabii ani hordoftota ke kesaa isaa tokodha diramaan ke heduu nati tolaa hadara itii fuufii si jalanaa nuti hir koo ati buharsaa kenyaa kesaa isaa duresaa jirudha
Dawiitti girmaa miti ❤ ati Simalee School shinoo manaa barumsaa sadrk 2 wajjiin turee na fakkaafatee 😅
Jaabadha ijjolle oromo qaaliiwwaan Keenya itti fufii hirkoo diraamaa keessan bayyee namati tolaa ❤❤❤❤
Ddd😊
Wollah hirko is the man king of comedy
Wayyoo gamtaa fi tiyyaan nyatamanii kaa 😂😂😂😂
Jabadhaa qaqaliiwwaan kenyaa ❤❤❤
Meee maaloo diraamaa guutuuu waliin dafaa koottaa isin eegaa jirraaam
❤❤❤❤😂😂😂 jiraadha dhugaa warri hirkoo kun
Wawuuu gamtaan hojii gaarii hojeteem si malee gargaarun isaaaaa😂
Hirkoo😘💐😂😂😂😂
We Love you
😂😂hhhhh Gamtaa 😊
Otoo Hirkoo gowwomsituu
Simaleen 😊Gurra si qabdee sin adeemte😊 kaa
Tiyyaa❤
❤❤❤❤❤ kkkkiiikkkiiik uuuuii gamtaan kolfa nu fixeera amazing!!!!
"Nama hundumaatti gaarummaa agarsiisi garuu akka namoonni sitti fayyadaman hin heyyamin!" Isa jedhanin yaadadhe
Maal kaleessa iji Bishaan na yaaste utuun isin eeguu
hundi isaa gaariidha. garuummo please shurraaba hirkoo irraa jijjiira.
Hirkon harkaa tiyaati kenee naa gadii dhisii jedhaa😅😅😅😅😅😅😅
Dhugaa rabbi dramicha kana dhaabnan ..hin wallolla HIRKO
Dhugaa kan lafati jiban Kate namati ragadiii😂😂😂😅
Hirkoo jabaadhuu baayyee namatti tola ani ilaaluf torbee gahuf baayyeen ariifadha
Oromoon birriif faayidaaf jedhee oromoo nyaatu waaqayyoo nurraa haa qabu.
Dhugaa tiyyaa owwaalame waaqayyoo sihaa kiisu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ bay'een isiin jalladha qaliwwan kenya jabaadha
Simple hoji kee nyadhuu kkkkkk tiyyaa❤gamtaa hoji kee nyadhuu hirkoo❤
Nuuf jiraadhaa waqayyoo bara jireenya keessan haa eebbisuu
Hirko my king 👑❤❤❤
Waly heddun jaladha dirama kana me warii akka ko jalatan❤❤❤❤❤❤💋
Diraama Ani Yeroo hundaa hawwiin Diramaan hir-koo 👑
Waanti isin hojjaacha jirtaan bareedha,Garuu osoo Loqooda Haraargee fi Booraana osoo itti daabaltanii gaarii taha
Hammi ilaaltan maal taa'a yoo 'like' ille xuqxan 😮😮😮😮
wwwwwwwww hirkoo bayyee sii jaladhaa dhugaa❤❤❤🎉🎉🎉
Akkamiin kan namnii guddaan siin gargare, mucaa xiqooni garakeessa tesse na gargaarti jette yaada ati!!! Hirko
Dhugaa
Bayye sinjalanaa jabadhu ❤❤❤
Hirkoo koo Iniistuun akkam taa'anii hara'a
❤❤❤❤❤❤❤ nu haafa jiraadha qaaliiwwankoo
Wow,walking the talk:Hirko,Gamta,Tiyya....some thing visionary optimists! Go...go..go..drive drive ....too drive...
Wayyoo kolfa dhumne nuuf jiraadha 100000❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hirkoon fataa nuu gochuu keetiif galatoom qalii keenyaa ❤❤❤❤😊
Woww namati tole dhugaa❤❤
Jaabadhaa hedduu namati tolaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Welcome diramaa hirkoo kolfan nuu fixan baga nagan dhuftan🎉❤
Mucaa debistee basaa jirtiin see'e😂😂😂❤❤❤🎉
wayyoo gamtaa hin nyateeme😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Hirkoo sitti herumuu😂😂😂 jabadha bayyee namatii toltuu itti fufa
😂😂😂😂
Gamtan nama garidha ijole😂
Jabadhaa bayyee namatti tolttu 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadha hedu namati tola hujiin kesan baaye nama boharsa
Artii oromoo sadarkaa tokko ol kaastaniirtu
Mee warrii yaada kiyyaan walii galtan like❤❤
Ayi birriiiiii😂
Tiyyaani fi hirkoon silaa yeroo tokkofilee addan bahu baatanii mishaa ture
❤❤❤❤Waw welcome
Anatu dura ilaale 💪💪💪
"Hattuu jabduun abbaa dhaanti!"
Bagaa nagan dhuftain hikoo❤
Waw jabaadha isiin duukaa jiraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤
hirkoo lammii lammiif jettee jabaadhuu
Maal attii goweaan kunii
Hirkoo jalaa bahuun hin danda’amuu
Yeroo hunda osoo hirkoon dubbatee natti tola
❤❤❤ love 💕
Jabaadha ijoollee oromookoo
hirkoo& gamta l love you❤❤❤
jajjaaboo ijoollee O jabadha
Maati Dirama hirko hundaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
New namoonni akkakoo diraamaa kana jaallattan like godhaa.
yommu isin jallanaa ❤❤❤
Dhuga heddu nu bohaarsitan Hir-koo fi tiyyan 😂
uummata qaalii nana kottaa manakoo ilaalaamee maal jettu?
Wayi Hirkoo!!!!!
Karibu sana hirkoo mucaa qaxalee
Artimaatu kana jabaadha jajabee joolle safoo!🥰🥰🥰
Bagumaa garaa laaftee atiyyuu Gamtaa
❤❤❤tiyyaa.jabeeffadhu.hir.koo
Wayoo garrakoo bayee baredaa😂😂😂😂😂
Nagaan nuuf jiraadha qaaliwwan keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hirkoo ❤
Hirko fi tiyya fi hunda kessanu ❤❤❤❤❤❤❤❤
baayyee bareeda garuu maaliif bakkaa itti dhaabaterraa hin kaafamne????? ❤❤❤❤❤❤❤❤
ijollee lubbuu nana
Maaliif eda gadi dhiisuun hafe ?
Jabadhuu hir koo ❤❤❤❤❤
Gamtaa Hirkoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Big❤❤❤❤❤
Wowwwwwwwww❤❤❤❤❤ hirko
Jabadhaa namati toltu dhugaa 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Hirkoo my feveret move ❤❤❤❤❤
Kaleesa maalif baddan
Wel come Hirko shurabi sin erga qoy kkkkk
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow dhugaa bayyee sin jalaana jabaadhaa❤❤❤❤❤❤
Kijibuun haramii simalee too ❤❤❤ kana boodaa hin kijibinii dhugamaa dubbaadhu jiraadhuu kkkk
Bagaa nagaa dhuftanii matii Hirkoo❤❤❤❤❤