Faaruu Ortodoksii Haaraa Afaan Oromoo "Waan Naa Gootee" F/ttuu Tigisti Laggasaa. OCN TV Daawwadhaa.

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 15 ต.ค. 2024
  • Namni kamuu Sababa afaanitiin Mana Kiristaanaa dhiisee ba'uu hin qabu. Afaan Oromiffaatin tajaajila guutuu kenninee mootumaa ishee hin darbineef amantoota qaqqabsiisuun kayyoo keenya hundee Iyyasuus irratti Maxxaneedha.
    @Lallaba
    Karaa Baruumsatiin Baruumsi karaa Tv Mana Lubummaa Oromiyaan darbu ilaalamee gulaalamee kan tamsa'u yoo ta'u kallattidhaan warreen hordofuu danda'an qofaaf osoo hin taane warreen TV illee hin arganneef barsiisonni wangeelaa baruumsa karaa keenyan darbu haalan qalbeeffatanii #Wangeela bakka hedduun ga'uu danda'u.
    #wayitaawaa
    Odeeffannoo Haaraafi Amanamaa qaqqabsiisdhaan Tv OCN yeroo hundumaa hanga isaaf danda'ametti dhaabbata kam irraayyu bilisa ta'ee kamiifuu osoo hin loogin Odeeffannoo Haaraa haala ilaalcha fi baruumsa Mana Kiristaanatiin Amantootaafi Daawwattota biraan ga'uuf ni yaala. OCN Akka dhaabbataati ilaalcha Amantii malee @Sanyummaafi @bifa @Qabeenya kan ilaallu miti.
    @Faaruu
    OCN Faaruu garaagaraa faarfattoota eenyummaa isaanii manni kiristaanaa beektu harkaa fuudhudhaan guutuu addunyaa irratti karaa satellite isaan ni tamsaasa. kun ammoo keessummattu mannen dilbataa baadiyyaa keessatti barattootni baratan salphaatti TV keenya hordofuudhaan faaruu garaagaraa wal qo'achiisuu akka danda'aniif karaa bana. Faaruun ijoodhaan waa sadiif gargaara @Galata @Kadhannaa @Baruumsa isaan kun hundi garuu Amantoota jabeessuuf oolu.
    @Faarfannaa @Lallaba @Afaan Oromoo @Ortodoksii @መንፈሳዊ @መዝሙር @ስብከት @ውይይት @ወቅታዊ @ኦርቶዶክስ @ቤተ ክህነት @እምነት@ሲኖዶስ @አቡነ @ማትያስ @ሳዊሮስ @ሄኖክ @ናትናኤል @ኤርሚያስ @ማኅበረ @ተዋሕዶ @ቀሲስ @በላይ @ምህረተአብ @መስቀል @ንስሃ @አዲስ አበባ @ትምህርት @በዓል
    @ayyaana
    @Mana Lubummaa Oromiyaa
    OCN TV sagalee mana Kiristaanaa.

ความคิดเห็น • 200

  • @meskremtawaiddoo3935
    @meskremtawaiddoo3935 2 ปีที่แล้ว +8

    Ameen Ameen Ameen Farefana Eregamotaa Kan miira kakasuu lafee jajabbeesu dabiloosi barbadeesu Waaqayyoo gammachisu nuu yaa dhageessisuu Ameen ⛪❤️

  • @kennaa.Tawahidoo
    @kennaa.Tawahidoo 3 ปีที่แล้ว +5

    Ameen.Ameen.Ameen farfanna.ergamootaa.isiin.haa.dhagesisuu.obbolleti.kenya..ebbifa
    mmi👏👏👏👏🙏🙏❤✝️⛪

  • @abrasedeme3153
    @abrasedeme3153 2 ปีที่แล้ว +1

    amen amen amen waqayyooni sagalee jirenyaa sii yaa dhagesisuu mana isaa keessatii sii yaa qusatuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚💚💚💚💚🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Elelee𝐥𝐞𝐥𝐞𝐥𝗹𝗲𝗹𝗲𝗹𝗲𝗹𝗲𝗹𝗲𝗹𝗲𝗹𝗲𝗹

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum 2 ปีที่แล้ว +11

    ልዩ ምስጋና ነው።

  • @bizuuwtyogisi7906
    @bizuuwtyogisi7906 3 ปีที่แล้ว +2

    Ameen ebbifamaa waqayyoo gootfaa faruu Egamota isni haa dhagechisu ebbifamaa waqayyoo amuri tajajila kesan isinif yaa dheresu ebbifamaa

  • @sisaylegesse8543
    @sisaylegesse8543 ปีที่แล้ว +2

    Namatti hin himadhu Rakkina koo
    Si qofatuu beeka dhiphina koo...
    Amen Faarfannaa Ergamootaa si haa Dhageessisu

  • @salaleetauukoobayyeenittigamma
    @salaleetauukoobayyeenittigamma 11 หลายเดือนก่อน +2

    ameen ameen ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @CellPhonica-ww7mk
    @CellPhonica-ww7mk 5 หลายเดือนก่อน

    Ameeeen waqayoo goofta sagalee jireenyaa sihaa dhagesisuu 💞💞💞⛪️🙏🙏💞💞💞🙌🙌🙌

  • @seenafdisaasaa716
    @seenafdisaasaa716 3 ปีที่แล้ว +3

    Farfannaa ergamoota si haa dhagesisuu 🙏❤️❤️

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Kotuu Maatii naaf tahi kode

  • @DawitDegu-b2k
    @DawitDegu-b2k ปีที่แล้ว +1

    Aamee amee ameen

  • @bizuuwtyogisi7906
    @bizuuwtyogisi7906 3 ปีที่แล้ว +4

    አሜን አሜን አሜን አሜን ተመሰገን አምከኬ ⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️⛪️💚💛❤️
    እልልልልልልልልልልልል
    ⛪️⛪️⛪️🤲🤲🤲🤲👏👏👏👏👏👏🙏
    🙏🙏🙏💚❤️🇪🇹✅✅🇦🇪

  • @hundaolfikadu7214
    @hundaolfikadu7214 2 ปีที่แล้ว

    Ameen waaqayyoo sagalee jireenya si haa dhageessisu.

  • @fisshabarakitesfaye662
    @fisshabarakitesfaye662 2 ปีที่แล้ว +4

    ዝማሬ መላእክት ያሰማልን እህታችን።

  • @meetii
    @meetii 6 หลายเดือนก่อน

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen waaqayyoo sagalee jirenyaa sinhaa dhagechisuu Ebbifamaa

  • @tekoandgameschannel1783
    @tekoandgameschannel1783 4 หลายเดือนก่อน

    Amen amen amen ❤❤❤🤲🤲
    Elelelelelel Elelelelele Elelelelelel
    Uuuuffff baye bayee faruu baredadhaa galatomii⛪️💐💐💐

  • @derejebaharu3833
    @derejebaharu3833 3 ปีที่แล้ว +2

    Amen 🙏🙏🙏 ebbiffamii

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @HawaraMobile-i6o
    @HawaraMobile-i6o 6 หลายเดือนก่อน

    Amen amen amen amen farafana ergamotaa sii yaa dhagesisuu 🥰🥰🥰🥰

  • @almazgabisa6985
    @almazgabisa6985 2 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu

  • @yeamanuellej2721
    @yeamanuellej2721 3 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyo Gooftaan Farfannaa Ergamoota Siif Haa Dhageesisuu Ameen

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @waletekedanemeret7860
    @waletekedanemeret7860 3 ปีที่แล้ว +2

    Ameen ameen ameen waaqayyo isn haa eebbisuu

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @damisemakura4958
    @damisemakura4958 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameen hedduu galatoomaa!!!!!!!!

  • @nurudesalenyi2088
    @nurudesalenyi2088 8 หลายเดือนก่อน

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Waqaayyoo Sagaalee Jireenyaa Sadhageesisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @almazgabisa6985
    @almazgabisa6985 2 ปีที่แล้ว

    Elelelelelelelelelele Sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu baraa Tajajiilaa keessaan siin haa Ebisuu

  • @tizzitaaaddunyaa8212
    @tizzitaaaddunyaa8212 2 ปีที่แล้ว

    Eeeeeeellliiiii Farfaannaa ergaamoota sinaa haa dhageessisu Eebbiffaama 💗💗

  • @yesshia4312
    @yesshia4312 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen farfanaa Ergamoota isiin yaa dhagesisuu baraa tajaajila keesaan dabaale siniif yaa dheresuu Ameen Ebbifamii

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @nigaatalamaayyoo2546
    @nigaatalamaayyoo2546 2 ปีที่แล้ว +1

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ebifamii

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 3 ปีที่แล้ว

    Farfannaa Ergamootaa sii haa dhagesisuu Gooftaan Umuri tajajilaa kee sif haa Eebisuu Ameen

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @ليلسيليلسي
    @ليلسيليلسي 3 ปีที่แล้ว

    Waqayoo sagalee jirenyaa isinii haa dhagesisu Amen

  • @HiBye-cd2wc
    @HiBye-cd2wc 2 ปีที่แล้ว

    Gooftaa keenyaa nuuf dhagahii ameen ameen ameen 🙏🙏🙏🙏🙏💒💒🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @meskeremassefa1782
    @meskeremassefa1782 2 ปีที่แล้ว

    ameen ameen ameen 🙏 Ebifaami oboleeti koo

  • @baayanaatafaraa2248
    @baayanaatafaraa2248 2 ปีที่แล้ว +3

    Amen Amen Amen 🙏🙏🙏❤❤❤

  • @waqqayyooabadikotii
    @waqqayyooabadikotii 2 วันที่ผ่านมา

    Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲

  • @mestawetnaggash126
    @mestawetnaggash126 2 ปีที่แล้ว

    👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏Ameeeen Ameeeen Ameeeen Eebifamii ebbifamii

  • @bizuuwtyogisi7906
    @bizuuwtyogisi7906 3 ปีที่แล้ว +2

    Elelelelelel iiiiiiiiiiiiii Elelelelelel iiiiiiiiiiiiii Elelelelelel iiiiiiiiiiiiii Elelelelelel iiiiiiiiiiiiii Elelelelelel ✝️⛪✝️👏👏👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤🕊🕊🕊

  • @Chalii466
    @Chalii466 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen uuuf akkam akka jaladhuu ebbifami kodee 🥰🥰🥰🥰

  • @deribasiyoum8614
    @deribasiyoum8614 6 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyoo saagale jiraanya siin ya dhageesisu mama isaa keessaati sii tiksu

  • @Dero-h4f
    @Dero-h4f 11 หลายเดือนก่อน

    Faarun bayye jadhu sagalee jireenya sadhagesisu❤

  • @dasitaarssi1369
    @dasitaarssi1369 2 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen nufi haa ta'u

  • @tolatashoma8328
    @tolatashoma8328 ปีที่แล้ว

    Ebbi qulquloottaa si dukkaa habuu jabbadhu

  • @sinbootube9213
    @sinbootube9213 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen waqayyo sagalee jirenya sii yaa dhagesisuu ebbimaa

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @oromokiyyawallagga5609
    @oromokiyyawallagga5609 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen ebbifami waqayyo sagale jirenya sina dhagesisuu

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว +1

      Maatii naaf tahi kode

  • @tamarxash.tafarraa3577
    @tamarxash.tafarraa3577 2 ปีที่แล้ว +1

    Elelelelele elelele elelelelele elelele elelelelele elelele elelelelele elelele elelelelele elelele elelelelele elelele 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🤲🤲

  • @hasanbay4850
    @hasanbay4850 2 ปีที่แล้ว

    Ameni ameni amini 👏

  • @martaalamii3218
    @martaalamii3218 3 ปีที่แล้ว

    Wowo Faraffanna bifa kanan nuuf dhiiyeesu keessaniif WAAQAYYOO sinii yaa Ebbisu obolleetii teenyaa Faraffanna ergamota siyaa dhageesisu
    Elelelelele Abbana faruu Maqaan WAAQAYYOO yaa ulftu

  • @SanbteAguma
    @SanbteAguma ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo mootummaasa galgalaaf sii haa qophessuu Ameen!

  • @efremgina8445
    @efremgina8445 3 ปีที่แล้ว

    Ameen sagalee jireenyaa si haa dhageessisu!

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @mesrteurgaa122
    @mesrteurgaa122 9 หลายเดือนก่อน

    Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @maruuking8648
    @maruuking8648 2 ปีที่แล้ว +1

    Amen amen amen elelelllllllll elelelllllllll elelelllllllll 👏 👏 👏 👏 👏 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹⚘⚘⚘⚘

  • @genetfikru5862
    @genetfikru5862 3 ปีที่แล้ว

    Ammeennammeennammeenm
    Elelelelelelelelelelelelrlelelelelel
    Elelelelelelelelelelelelelelelelele

  • @2991fantuu
    @2991fantuu ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🍀🍀🍀🍀🍀🍀

  • @admasugeleta900
    @admasugeleta900 2 ปีที่แล้ว

    Sagalee jireenyaa si haa dhageesisu

  • @seenaamuccaatawahido8513
    @seenaamuccaatawahido8513 3 ปีที่แล้ว

    Elelelelelelelelelelele Elelelelelelelelelelele Elelelelelelelelelelele 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏 Elelelelelelelelelelele Elelelelelelelelelelele
    Farsaa ergamotaa si yaa dhagesisuu

  • @tolasabahiru9659
    @tolasabahiru9659 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifami

  • @mesrteurgaa122
    @mesrteurgaa122 9 หลายเดือนก่อน

    Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @sallysally9768
    @sallysally9768 2 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen ameen ameen ameen ameen ameen

  • @nunulaamaa2285
    @nunulaamaa2285 ปีที่แล้ว

    ameen ameen Ameen

  • @Alamaaz-g2s
    @Alamaaz-g2s ปีที่แล้ว

    Ameenameenameenameeenameeenameeen ameenameen ameenameen 💓💓❤️❤️❤️❤️❤️💓💓💓🙏🙏

  • @Tori-hc3jd
    @Tori-hc3jd 3 ปีที่แล้ว +2

    Amen Amen Amen 💕🙏💕💞💞💞💞💞💞❤❤❤

  • @abdisatafa2468
    @abdisatafa2468 2 ปีที่แล้ว

    Namatti tola d
    Faaruu ergamtota si yaa dhagesisu

  • @masqalid4563
    @masqalid4563 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ameen

  • @Somaya-d9w
    @Somaya-d9w 10 หลายเดือนก่อน

    Amen3 🤲🤲🙏🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @sabontuuoromoo7289
    @sabontuuoromoo7289 2 ปีที่แล้ว +2

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏💓⛪💓⛪✝️⛪✝️⛪💓🌺🌺🌺

  • @derartu7350
    @derartu7350 2 ปีที่แล้ว

    Ameen farfannaa ergamoota sii haa dhagesisuu eebbifamii

  • @tokkeetube
    @tokkeetube 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifami faarfattuu jabduu keenya

  • @JxjxvHehdev
    @JxjxvHehdev ปีที่แล้ว

    AMMEENN AMMEENN AMMEENN AMMEENN ❤

  • @meazagetuu2649
    @meazagetuu2649 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ameen 💗💗💗💗

  • @kenaafkiru2543
    @kenaafkiru2543 3 ปีที่แล้ว

    waaqayyo si haa Eebbisu faarfannaa haalaan namatti toluudha!

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @Masarati-o2m
    @Masarati-o2m 10 หลายเดือนก่อน

    Amen Amen Amen Amen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bestmoments533
    @bestmoments533 ปีที่แล้ว

    Ameeen ammeen ammeen 🤲🤲🤲🤲

  • @belayche4050
    @belayche4050 ปีที่แล้ว +1

    Amen Amen 🙏🙏

  • @gizawberhanu171
    @gizawberhanu171 3 ปีที่แล้ว

    Ameen eebbifamikaaa

  • @GalaxyGalaxy-rc1zl
    @GalaxyGalaxy-rc1zl 2 ปีที่แล้ว

    አሜን አሜን አሜን

  • @jiituutoollaamariam582
    @jiituutoollaamariam582 3 ปีที่แล้ว +3

    Amen Amen Amen 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @MdHasan-ug1nj
    @MdHasan-ug1nj 4 หลายเดือนก่อน +1

    🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @HachaluShow
    @HachaluShow 2 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen eebbifami

  • @batoolahmad5564
    @batoolahmad5564 2 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ameen ebifamii vara baraan

  • @Wabi_7
    @Wabi_7 ปีที่แล้ว

    Ameen

  • @mangetesfaye2705
    @mangetesfaye2705 2 ปีที่แล้ว

    waaqayyoo saa eebbisuu

  • @mabruaboona2054
    @mabruaboona2054 2 ปีที่แล้ว

    AMEEN AMEEN AMEEN

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 3 ปีที่แล้ว

    Farfannaa heduu jaladhu ❤

  • @zinabshaloo8232
    @zinabshaloo8232 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen ❤️

  • @wantihundumtuuwaaqayyofind9177
    @wantihundumtuuwaaqayyofind9177 ปีที่แล้ว

    💕💕💕💕

  • @HdHd-g9d
    @HdHd-g9d 3 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤

  • @HfefUtt
    @HfefUtt 10 หลายเดือนก่อน

    Amen Amen Amen

  • @tigistyeemariyamlijii5746
    @tigistyeemariyamlijii5746 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen farfanaa ergamotaa sii haa dhagesisuj

  • @mariidinqinaa-kz6vw
    @mariidinqinaa-kz6vw 4 หลายเดือนก่อน

    Amen

  • @burtealii4234
    @burtealii4234 2 ปีที่แล้ว

    AMEEN AMEEN AMEEN🙏🙏🙏

  • @ijaarsadhuunfaaguddifachuu
    @ijaarsadhuunfaaguddifachuu 3 ปีที่แล้ว

    Faaruu ergamootaa si ha dhageesisu

  • @Sooraa_tube
    @Sooraa_tube 2 ปีที่แล้ว

    Faarfannaa ergamootaa sii haa dhageessisuuu

  • @bekyfayzatadasa240
    @bekyfayzatadasa240 ปีที่แล้ว

    AmeenAmeenAmee❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @wagayewalde1773
    @wagayewalde1773 3 ปีที่แล้ว

    farfannaa ergamtota kan miraa kakasuu kan lafee jajaabesuu kan dinaa keenyaa dabilos barbadesuu sii haa dhagesisuu amen

    • @maliet4375
      @maliet4375 3 ปีที่แล้ว

      Maatii naaf tahi kode

  • @saabotusalaalee3495
    @saabotusalaalee3495 2 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen 🥰🥰🥰🥰

  • @MdHasan-ug1nj
    @MdHasan-ug1nj 4 หลายเดือนก่อน

    👍👍👍👍👍

  • @mestumulta7611
    @mestumulta7611 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen

  • @MekdesHabtamu-l2v
    @MekdesHabtamu-l2v 10 หลายเดือนก่อน

    👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤

  • @obseeragasaa4296
    @obseeragasaa4296 ปีที่แล้ว

    Amen amen amen ❤❤❤😢😢😢🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sofiyaare7637
    @sofiyaare7637 2 ปีที่แล้ว

    Ammen Ammen Ammen ebbifami 💞🙏💞

  • @Wabi_7
    @Wabi_7 ปีที่แล้ว

    AMEEN

  • @kobadagafa7857
    @kobadagafa7857 2 ปีที่แล้ว

    Eleleleleleleeellleeeleeellleeee

  • @milkoodhiboo5544
    @milkoodhiboo5544 2 ปีที่แล้ว

    Amiin Amiin