Mucaan baalee sun ammoo deebii bira tareeyyuu get across to! Reedii ati gaafii akkanaa kanneen maalif gaafatta! Aadaa teenya-miti! Na ofkalchaa yoon dogongore 🤗
Dutti himatte hin dhufu ibadda sadaqa gochu qabdu tobasi haruma jamari hattu malle matakke kana siri mitti atti muslimadha miti dhira akasisi Nabi muhammad S A W abaraniru ishii wara akasi abrsa Rabbifi Nabi S A W irahajirattu jedhammera muziqassi hedummesitu watta dabrsittan kessaati mallifi
Maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla Hedduu namatti tola jzk habibi ijoollee baale 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓
Aniis gaafi sii gaafadhaa ati hoo osoo bor hin duuta sin jeedhaani maal hoojaatta garuu duutii guuyyaa hiimaatee hiin dhuufttuu maal qabaa silaa duutii guuyya hiimaatee dhuufttee 😭🤲☝️kaanafuu waan du'a maal iraa beekktuu haasooftaan mee muucaa dheeraa kun kaa gaafii gaafattuu kuun mee Riifeenssaa kanaa ufiraa gaabaabssii waallahii akkasii baarreedaa Akkanaattii hin fookkattaa obboolleesaa kiiyyaa atu gafaa duutu hin beekktuu mee Naamaa muusliilaa faakkadhuu kaana ufiraa ciiiriikaa👍👍ok
Botaa Baxamini jetu sani siresi hedduu namaatti tolatani jabadhaa isn jaladhaa 👌 💚 ❤️ 😍 ijollee Abbaa Gaddaa 😘 sanyii wani koo 💝💝👍👍👍
Mashallaah ka salaata bula jedhe sun 👍👍👍👍👍👍
Hallafii amallaa jaladhaa dubaratii kanii jetee saniratii 😍😍👍👍💯✔halafii amallii waa hudaratii barabachisaa
Gafifi dibii bayee namati tolaa jabadhuu halumaa kanani senyii ko kakaa keti silaa hedimatee garidhaa
Mucaan baalee sun ammoo deebii bira tareeyyuu get across to!
Reedii ati gaafii akkanaa kanneen maalif gaafatta!
Aadaa teenya-miti!
Na ofkalchaa yoon dogongore 🤗
Gaaffii fi deebiin kee gaariidha jabaadhu kana caalaatti qooqa afaan oromoo guddisuuf hojjadhu jecha biraa itti hin makiin yoo haasoftu,fknf so ,wassaname ...galatoomi!
Dutti himatte hin dhufu ibadda sadaqa gochu qabdu tobasi haruma jamari hattu malle matakke kana siri mitti atti muslimadha miti dhira akasisi Nabi muhammad S A W abaraniru ishii wara akasi abrsa Rabbifi Nabi S A W irahajirattu jedhammera muziqassi hedummesitu watta dabrsittan kessaati mallifi
Maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla maasha Alla Hedduu namatti tola jzk habibi ijoollee baale 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓 💓
wallahii gara nama nyaata rabbii sii qajechuu jiruu adunyaa maqadha duti haqa
Maasha allah
baayyee namatti toltu
Nu booharsitanii
Galatoomaa 🌹🌹🌹🌹😍😍😍😍😘👍
Baayeee namati tollaa
Jabadhaa Ramadaan keriim. Riidi Fi hiriyooni isaa hundinu 😍😍
Bayye namatti tola garuu barreeffama qubee sirreessu yaalaa👌👌👌👌👌
baye nama boharsa jabadhu garu Afani oromo qulqullesuu yala rid💯💯💯💯
Jabadhu namati tolaa rifensaa kee nama ko
Galatomi lafii ok nii siresa
Dhugaa keeti 👍👍👍👍👍
Ati qubee sirreesu yaali.
Hey
bagama ijoollee tena tana nu jiradhas😍😍😍😍😍
Kkklkkkkkkkk natii toltanii ijolee biyyaa koo sefisha essaa badee qashitii walaahii hedduu namatii tolaa addaa hin badiii sihii yanaa
Aara hiin badu galatomi lafii
Wowww heedduuuu namati tolaaaaa akkasumaa waa hedduu Nama barsisaaa nuuf jiraaadha 😍😍😍😍😍
Masaha allah bayeee nama tolaa tifuf bayee Galatomaa
Maaaasha aallah maaaasha aallah maaaasha aallah baayyee tokko nama tola jajabadha akkanumatti itti fufa
Masha allh ijarh hafii atuu ni baredaa
gaffii bareda kessatu kaa yero du'a suni waan gariidha
Wooooow baayee naaf tatee jirta Dhugaa😘😘😘😁😁😁😁👍👍👍👍👍🌹🌹🌹🌹🌹
Jabadhaa qaqaliwani ijolee oromoo nufi jiradhaa Sabotota tenaa namatii tolitanii
Wowowowow mashaallah bayyee nama gamachisa galatoma
Kan debin esan ira kan kee na Ajayibaa
so sweet 😍😍😍
Jajaabadhaa Ijjoollee tenaa ❤️💚❤️😍😍😍😍😍
Bayyee bayyee namatii tolaa jabadhaa sabontotaa oromoo garuu afaan oromoo qulqulesaa jabadhaa ittii fufaa
Aniis gaafi sii gaafadhaa ati hoo osoo bor hin duuta sin jeedhaani maal hoojaatta garuu duutii guuyyaa hiimaatee hiin dhuufttuu maal qabaa silaa duutii guuyya hiimaatee dhuufttee 😭🤲☝️kaanafuu waan du'a maal iraa beekktuu haasooftaan mee muucaa dheeraa kun kaa gaafii gaafattuu kuun mee Riifeenssaa kanaa ufiraa gaabaabssii waallahii akkasii baarreedaa Akkanaattii hin fookkattaa obboolleesaa kiiyyaa atu gafaa duutu hin beekktuu mee Naamaa muusliilaa faakkadhuu kaana ufiraa ciiiriikaa👍👍ok
Jechii addaa jedhuu hikkaa lammaa qabaa
Inis waan kophaa ta.ee fi kalachaa ykn fulaaa gafii lamafaa sagaduuu qabenyaa ufii misikinaa sadaqachuuu kfkk
Wow bayyee namat tolaa dhugaa sin jedhaa jabadhuu Ridii konjoo namaa❤❤❤❤❤🌹🌹👌👍
Galatomi lafii
Rabbin Alaf Amala nufakenu
Hedduu namatti toltanii dhugaa rabbii waan bayyee irraa baranaa itii fufaa jabadhaa 😍😍😍😍😍
Galatomi lafii
Wwwww sabonaa oromoo anii nama kessa nama imanaa qabuu siritii jaladhaa rabbi sii haa hiruu nan jedhaa
Rabiin siif haa hiruu
jaajabadhaa ijjollee Oromoo wali haa jajaabeesinu Like fi subscribed wali godhaa
jabadhaa nulle isiin jella waaan barusalle argata jirra akkasuma yero waaan takka nuu yadesite video kessanii illale itti bashanan jirra
gafii birsii itti fufa akkamumtii isiin egana ishaallah
Jechuu haddaa jedhuu eddudhaa muraasaa nii jedha anni bifaa kerraa addaa Anni yaddaa kerraa addaa anni fi atti dubbii kaleessee hasufnuu sanii sababbii yerotif addaa kunee anni sii sanyii kenyaa Addaa mitti.......itti fufaa
Gaafii 1.osoo buru duuta naan jedhanii waan qabuu sadaqadhee toyibadhee nama hundattu nagaa dhammadha .2.jechi adda jedhu hiika lama of keessa qaba 1,kophaa 2,fuula koo irratti nyaara olitti kan aramuu adda jedhamaa 3,dubartii takka maal ishii jallataa kan jedhuuf haalaa fiamalaa
Obsaan aanaan Goromsaa hayii ☹️maal sii godharee oromon like walif hin gootu 2 sif godhe 😂
Gaafii 1 osoo boru duuta jedhanii waanii tokkolee hin dalaaguu toyibadhaa maalee halkaaniif guyyaa lee
Ridii lubbu mucaa biyyaa koo sifi hiriyyon ketis jabadha isin jaladhaa jalalli kiyyaa immoo komanti share fi sabskirabin ibsadha isin filmi nuf dalga
Ardhaa siritii siraa baredee jiraa
Kkkkkk hhhhhkkkkk dhugaaa jetee kkkkkk nayee namati tolaaa jabadaa 😁😁😁😁😀😀😂😂😂😂😂
Wowo mashalah debiketifi
🚗🚖😘💌💌🔊
Woow halaan bareedaa jabadhaa ijollee teennaa
Araaaa baayyee toltu dhugaa wwwwww kkkkkkkk👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Nuu jiraadhaa lammii koo qaalii
Obboleewwan aakhiraa💓💓💓💓💓💓💓💓kulfaan nujjeestan garuu😅🤣🤣🤣😂😂🤣🤣😅
Baay. Ee. Bareda. Dha. Jabadhu. Ijoolee. Oromo. Koo. Isini. JAlana
Wooooooow baayyee namatii tola jabadhuu 😍
Wly bay'emaa samuu nama boharsitu Jabadha jajabee waan koo itti nuu fufaaaaaa..........
Maaloo nuf jiraadhaa heeduu namati toltu😍😘
Lik hin fedhuu barreeyfaaman naf debis gaafi koo
osoon boraan du'aa jedhame ani har'aa toobaa godhan bula.Adda jechi jedhumoo akka galumsa isaati hiika hedduu qabaata.Qaama dubartimoo marayuu nan jaladha
Wowow jabadhaa Lammii koo oromo ❤💚❤💚❤💚❤👍
Bayee bareedana namati tola gafiin ke garuu dabasa takkati sani ofira murii
Wlh bareda ridisha yaada bareda kuni
Woooww baayee nuuf tahera galatoomii 😍☺💚💛❤
wowww mashallah nama tolla
Sady argate halaa fi amala😍👍
Bayee namati tolee wotii ati fidee dhufituu huduu halumaa kanan iti fufii umurrii dherraa fayaa dherraa nufi qabadhuu bayee si jalanaa😍😍😘😘😘
Jabaadha ijoollee teenya
Masha allah masha allah masha ijole tenyaa tan balee ❤❤❤☝️☝️☝️
Biyya tam jirtan
Jabaadhaa Isinirraa Bareeda🥰🥰
Namatti toltu garuu yeroo haasoftan Afaan walitti hin laaqinaa! keessattu mucaan gaafatu sun sirreessi yaali
Kkkkkk kolfaan duune😄😄
Mucaa duraa san gaafi humdaa sirrii deebise 👌like baro
Jabadha bayye namati tola
Ka ajaaibaati gobez jabadhu ridisha😍
Mashaa allh mashaa allh jabadhaaa👍👍👍💪💪💪💪👈
Wwwwwwoooooo mucaa saniraa naa qabee 😢😢😢😢❤❤kaa mataa firzii sanii 😢😜😜😛😛🙇🙈🙈🙈bayyee namatii tolituu wlly itii fifaa
😂 😂😂😂😂
@@musliifiqiir9697
Kkkkk😜😜😜😜maa kofltaa kkkkk
Maashaa allaah jabaadhaa
Riidi galatoomi baay'ee nama bashannansiisa😍
Garuu immoo gaaffii yoo gaafattu wal fakkaataa tahuu qaba. Deebiin ati dhumarratti kenniteefii gaaffileen tokko tokko wal gatu.
Fkn namoota tokko tokko dubara takkarraa maal jaalatta jetteen.
Namoota tokko tokko immoo qaama dubaraa irraa maal jaalatta jetteen...
Kanaafuuu 😒
Hundaafuu 👍👍👍😍
Ok ishii lafii nii siresa
Wwwwww namaattii tolaa jabadhaaa
Wowowowo bayyee namati tola dhuga jabadha
Jabadhaa baay'ee namaatti tola lammii koo
Woow baayee namti tola dhugaa jaabadhaa itifauuu
BAAYY'eeeeeeeee bareeda
Garuuu............
Yoo jennata seenuu feete mataakee san muradhu bro kiyya
Ani yoo bor duuta naan jedhan dura rabbii na'uumen dhiifama gaafadha badiikoorratti
Haadhaaf abbaa kiyyan afootu jechisiifadha.
Worra natti mufatan hunda isaaniin nagaa waliin ta,a.
Sana booda manakoo galee kutaakoo cufadheeen ibaadaattin seenakaa
Jechi adda jedhu ammoo hiikkaa 2
1/ Addi adduma namaati
2/ Waan walirraa adda ta'aniidha fkn bifaan, amalaa, gosaan,fiiii k.k.f
Dubara iirraa ammoo kanin jaalladhu
Anis dubarumaa garuu namni nama tokkorraa kan jaallachuu qabu Haalaaf amala!!!!!
..................GALATOOMAAAA..................
Jajjabaadhaa ijoolle oromokoo
Gaffii 1ff osoo buru duuta naan jedhanii namicha boru duuta naan jedhe san ajjeessee waliin du’a
Wo wo mashaa allah bayyee garidhaa
Qaqallo ijolle Oromo Balee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Woow galatoma sanyiwan ko dhuga baye nama boharisitu
Mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah
የእኛ ጀግኖች ኦሮሞዎች እናንተን የመሰለ ጀግና ወልዳለች
ኦሮሞነት ይለምልም ኦሮምያዬ ከፍ ከፍ ከፍ በይልኝ
ክክክክክ
woowwww bayee garidha
Kkkkk daas jetanii ridii siraa baredaa jabdhuu 😍😍
Kkkkkkkkkkkkk akkanaa man gang jaabadhu dhuga keessaan walii haa jajabesiinuu ijoleen oro ....walii birraa hadhabanuu jabaadhaa lammii kanaa caala hojachu qabidaa bro
Ijoollee baaleti sah qaalluu fakkaatta atiyyuu callee mataarraa si faca'aa😂😂😂q
Baye'ee namaati tolaa itii fufii 😍😍😍😍😍😍😍😍
Wwww wabaredee dabonaa kenaa jabadhuuu
ijollee biyya ko hedduu namatti toltuu
woow ridisha ka jirre kana na taate jirta chomina
Argaa keessan boo
Afaan oromoo dura sirreessii barreessi konkaa
Saddy sabbonadhaa bar atii mashaa allah 😍😍😍😍
Heduu namati tola dhugaa itti fufa😘👏
Namati tola jabadha
Osoo baru du.ata Nan jedhani Har.aa waan qabu nama kenaa salata bulla
Jechii ada jedhu baka tokko Qodama adaa jechun waan kophaa ta.ee dha. Akasi
Wwwwww sabonaa oromoo siti ya toluu jabadhuu
Dhuftani ijolee shafo
Akanumati iti fufii qomoo kenaa😘😘😘
Dhuagaa Gaaffiin kee Shook Nama goodhaa Ridii
way sagale guddistun das ja'a 😁😁 Riidi waan bareeda garuu afaan ambaa kana ittin dabalin 👈
Hayee galatomi lafii
Baay.ee namati tola jajabaadhu ijjolle oromiyaa
Bareda jabadha
Kkkkkkk gafiin durbaa bayee na kofolchisee 😆😆😆😃😎😍
dhugadhaa bayyee nama kofalachisaa
Hhhhh abo namati toltani eti jabadha
Wowowow bayy'ee namati tolaa