ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Bagaa waqayoo sii gargaree rajii maqaan kee hojiin kee waliqixaa rajiidha wowo harmee kees waqayoo umurii isanii haa dheresuu..1000 nu jiradhaa....yaa waqayoo bagaa sii qabanaa silaa akka namaaf yoo ummanii kenyaa walagaa dhumaniruu . Namni waqayoon qabuu homaa hin ta,uu..ni balesinaa jedhaani dhadatuu garuu waqayoo imo sabaa kotii natuu umee natuu jirachisaa jedhee galatasaa .wantii hundumtuu garummaaf ta,aa.. kenyaa lolaan waqaa .thankyou my god again 👍👍❤❤❤
Uuuuufuu Bagaa waqayoo sii gargaree wawoooooo 💪💪💪💪💪💪👌👌👌👌👌 ulfinii isaa waqafii hatuu
All Thanks you Ethiopia news
Bagaa keenyaa taatee raajii oromiyaa congratulations 💙💚💛🧡❤
Haadha jabduu ! Baga Waaqayyo si gammachiise
Bagaa gammadee waqaayyoo inni sigargaree aulfatuu!!!
Waqayoo kana caalaa sii haa gammachisuu congratulations waqqaani kan siif keene nuuf haa kennuu
Baga goftan si garage raji umuri dheradhu Hadha raji
Wowww congratulations raajii thank you jesus 💗💗💗💗💗💗💗
Bagaa waaqinii atii amantee sigargaree raajiikoo
Wowww congratulations God bless you.Keep it up.
Wow 👏 congrats.....
Nuu beekufi shororkaauKanufiyi firafi allgani nuuti duulla wallgga ko illman akksi omishite biyya fi🥰🥰✊✊🇧🇫 eenyuma ille hin jillbeefanu
Wawwww Rajii atii rajidhumaa
Wawooo mucaa oromiya nu jirradhuuuu jabbaa biyaa ❤️❤️❤️
በጣም ደስ ይላል እንኳን ደስ አለክ ከነመላው ቤተሰብክ የፈጣሪ ስጦታ እግዚአብሔር ይመስገን እራስክን ጠብቅ ከክፉዎች
Bagaa itii sinii gahee Waqaayoo maqaa keeyuu bareedaa dhugaa
Great mom with her great son!
Goftaa Ulfinnaa Haa Argatuu Bagaa Yesuus Si gargaree Obbolleessa Koo Ebbifamii
መሻአላ ተባረከላ
Baga gammade Rajii
Dhugadha galatooma 🤲🤲
Baga gammadee.
Congratulations! Raji.you are unique...
Congratulations 🎉🎉🎉😍👏👏 Bagaa waaqayyoo sii gargaree obbolleessa kenyaa ammas milka'ii bakka gudda gahii
Wow qaxalee mucaa jabaadhu raajii lafaa demtuu hundaati milkaa'i 🙏🙏🙏
Without islam its like multiply by zero
Wow our hero keep it up
Baguumaa Keenyaa nuufii taatee hadhadholeee koo
Ameen kan siif gudisee mucaake goftaan ammanamadhaa
Baga Waaqayyoo isin gargaare💗
To God be the Glory!
Kun dhugumaa raajiidha Abo
Wowowow👏👏👏👏👏😍😍😍😍
ilmaa abbaa gadaaa Sena dalayde Baga rabbin si gargare
Waqayyoo angaa dhumaati sif haa gargaaru🥰🥰🥰❤❤❤🙏🙏
HAADHA RAAJII ANAA DHUFU, WELCOME ,1.BAREEDINA GITA HIN QABNE 2.HOJJAA YKN DHEERINA3.NAMA KABAJAA 4.SIMBO QABEETTII5.KUULLEE6.JIITUU7.HAADHA BIYYAA 8.TARREE ULFINAA MALEE HIN OOLTU9.KABAJAMTUU 10.JAALLATAMTUU11.HUBATTUU12.BEEKTUU13.MUCAA BAREEDA AKKA OFII ISHEETII QABDI14.MUCAAN SHII MOO'ATAA LEENCA OFIIN BULU15.ISHIINIS MOOATTUU AKKA SANYIISHEE
Congratulations. Gooftaan si haa gargaru.
Congratulations.....
wow congratulation in the name of jesus christ
Qaxalee koo WAAQAYYOON isa yaade siif yaa milkeessu.
Wow raji akuma maqaketi raji hojete waqaayyoo ijaa hama sira haa qabu
Waaqayyo Inni sigargaare haulfaatu! baga gammadde!
eebbifamtuu haaadhaa . umurii dheeradhaa!
"milkaa'umsisaa inni waanaan Yesus Kristos!" Haadha Raajii"Ulfina kana isa naaf kenneef, ulfinnisaa Waaqayyoof haa ta'u!" RaajiiWaaqayyo warra garaa guutuu isa amanattan akkas kabaja. (Ga'een namaas barbaachisaa ta'us)Raajiif harmeen Raajii galatoomaa maqaa Waaqayyo akkas Meiidiyaa gubaatti dubbachuu keessaniif.
God bless you.Keep it up.
Congratulations baga waqayyoo sii gargaaree obbooleessaa kiyaa 🙏🙏🙏♥️♥️
Congregation yaa harme ofii baaga gamade
Baga gamadee waqayyo gamachuu kee fixanii sif haa basuu amasi gamadii
IN tolchee Maliif Soba ree 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍😘Wwwwwwwwoooo bagaa gammadanii
Waaqayyo,baay'ee(10000.....*......) Isaa si haa eebbisu!!!!
Baga waqayyoo sii Garagaree Abba Hafuuraate abba Fooniin kee siifii Ta''ee
Woow bagaa waqayyoo isin gamachisee💐💐
Congratulations Bagaa Waqayyoo Si milkesee Hamasii Waqayyoo Sifanaa Ha Ta 'uu
Woww hedduu namati tolaa raabbin si haa guddisuu
Wqyon yero galatefatan bayy.ee naa marartan dhga ammayu darbii demii guddin kee danga hin godhatin wyqo sii walin haa jiratu raju keenyaa nuu bonsiteta
Waqqayyoo sii wajjiin haa ta'u nagaan deemi
Qaalii keenya nuu jiraadha🥰🥰🥰✊
Hadhaa koo fii ijoo kee❤❤❤👏👏👏
Hojii Waaqayyoo keessa jiruu milk anaa qaba bagaa gammaddan❤🙏
Waaqani sii fulduraa abu'uu
Baayyee nama gammachisa dhugaa
Mashaa Allah🥰🥰🥰🥰
Milkini isaa yeesuus kirstoos ameen
Isin haadha addaati
cong,raajii and mother
Wow namatti tolaa baga gooftan si gargaare
Raajii baga gammadde..!
Mistermind may allah blees you your family
Guddadhuu sabboonaa Koo rajjii
#GIIFTII HAADHA RAAJII GALATOOMAA HARMEE TEENNA
Masha Alla🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤️❤️❤️🤲🤲🤲🤲🤲
Bagaa Waaqayyoo sii gargaaree Harmee kees Gamaachiise!!
Good raji
Bagaa waqayyoo isiin gamachiisee ❤
wawwwww congratulations
Kan namni gadi qabe Waaqayyo ol kaasa.
Congratulations
Goota Namaa baga gammadde
💚💚💎🙏🙏💚💚💎
ilma Oromoo Koo
Maqaa waqayoo waamtetaatii ni miilkoftaa
Iyyesuus kiristoos maqaa maqaa caalu❤️
Waqqayyoo bagaa isaa gargaaree❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Congratulations 🎈🎈
barsisaa lalisaa innii jedhu kana maaloo barbaadaa nuuf affeeraa namicha sachii kana facaase ilaalla.
Bg milkofte bg wqy sii gargaree
Goota ati! Oromoo boonsitee!!!!!!!!
Congrégation Rajii 😘
Baga sigargare jajjabbeekoo ❤❤❤
Wowwwwww congratulations💖
Wawwwooo congratulations 🎊🎊🥰
Congratulations 👏👏👏
Wwwwooo
Bagaa waqayyoo sii milkeese!!
Bravo bravo
❤️
Congratulations 🎉🎉
wowowo
Waqaayyof galaani yaa ta'uu
Bagaa waqayoo sii gargaree rajii maqaan kee hojiin kee waliqixaa rajiidha wowo harmee kees waqayoo umurii isanii haa dheresuu..1000 nu jiradhaa....yaa waqayoo bagaa sii qabanaa silaa akka namaaf yoo ummanii kenyaa walagaa dhumaniruu . Namni waqayoon qabuu homaa hin ta,uu..ni balesinaa jedhaani dhadatuu garuu waqayoo imo sabaa kotii natuu umee natuu jirachisaa jedhee galatasaa .wantii hundumtuu garummaaf ta,aa.. kenyaa lolaan waqaa .thankyou my god again 👍👍❤❤❤
Uuuuufuu Bagaa waqayoo sii gargaree wawoooooo 💪💪💪💪💪💪👌👌👌👌👌 ulfinii isaa waqafii hatuu
All Thanks you Ethiopia news
Bagaa keenyaa taatee raajii oromiyaa congratulations 💙💚💛🧡❤
Haadha jabduu ! Baga Waaqayyo si gammachiise
Bagaa gammadee waqaayyoo inni sigargaree aulfatuu!!!
Waqayoo kana caalaa sii haa gammachisuu congratulations waqqaani kan siif keene nuuf haa kennuu
Baga goftan si garage raji umuri dheradhu Hadha raji
Wowww congratulations raajii thank you jesus 💗💗💗💗💗💗💗
Bagaa waaqinii atii amantee sigargaree raajiikoo
Wowww congratulations God bless you.Keep it up.
Wow 👏 congrats.....
Nuu beekufi shororkaau
Kanufiyi firafi allgani nuuti duulla wallgga ko illman akksi omishite biyya fi🥰🥰✊✊🇧🇫 eenyuma ille hin jillbeefanu
Wawwww Rajii atii rajidhumaa
Wawooo mucaa oromiya nu jirradhuuuu jabbaa biyaa ❤️❤️❤️
በጣም ደስ ይላል እንኳን ደስ አለክ ከነመላው ቤተሰብክ የፈጣሪ ስጦታ እግዚአብሔር ይመስገን እራስክን ጠብቅ ከክፉዎች
Bagaa itii sinii gahee Waqaayoo maqaa keeyuu bareedaa dhugaa
Great mom with her great son!
Goftaa Ulfinnaa Haa Argatuu Bagaa Yesuus Si gargaree Obbolleessa Koo Ebbifamii
መሻአላ ተባረከላ
Baga gammade Rajii
Dhugadha galatooma 🤲🤲
Baga gammadee.
Congratulations! Raji.you are unique...
Congratulations 🎉🎉🎉😍👏👏 Bagaa waaqayyoo sii gargaree obbolleessa kenyaa ammas milka'ii bakka gudda gahii
Wow qaxalee mucaa jabaadhu raajii lafaa demtuu hundaati milkaa'i 🙏🙏🙏
Without islam its like multiply by zero
Wow our hero keep it up
Baguumaa Keenyaa nuufii taatee hadhadholeee koo
Ameen kan siif gudisee mucaake goftaan ammanamadhaa
Baga Waaqayyoo isin gargaare💗
To God be the Glory!
Kun dhugumaa raajiidha Abo
Wowowow👏👏👏👏👏😍😍😍😍
ilmaa abbaa gadaaa Sena dalayde Baga rabbin si gargare
Waqayyoo angaa dhumaati sif haa gargaaru🥰🥰🥰❤❤❤🙏🙏
HAADHA RAAJII ANAA DHUFU, WELCOME ,
1.BAREEDINA GITA HIN QABNE
2.HOJJAA YKN DHEERINA
3.NAMA KABAJAA
4.SIMBO QABEETTII
5.KUULLEE
6.JIITUU
7.HAADHA BIYYAA
8.TARREE ULFINAA MALEE HIN OOLTU
9.KABAJAMTUU
10.JAALLATAMTUU
11.HUBATTUU
12.BEEKTUU
13.MUCAA BAREEDA AKKA OFII ISHEETII QABDI
14.MUCAAN SHII MOO'ATAA LEENCA OFIIN BULU
15.ISHIINIS MOOATTUU AKKA SANYIISHEE
Congratulations. Gooftaan si haa gargaru.
Congratulations.....
wow congratulation in the name of jesus christ
Qaxalee koo WAAQAYYOON isa yaade siif yaa milkeessu.
Wow raji akuma maqaketi raji hojete waqaayyoo ijaa hama sira haa qabu
Waaqayyo Inni sigargaare haulfaatu! baga gammadde!
eebbifamtuu haaadhaa . umurii dheeradhaa!
"milkaa'umsisaa inni waanaan Yesus Kristos!" Haadha Raajii
"Ulfina kana isa naaf kenneef, ulfinnisaa Waaqayyoof haa ta'u!" Raajii
Waaqayyo warra garaa guutuu isa amanattan akkas kabaja. (Ga'een namaas barbaachisaa ta'us)
Raajiif harmeen Raajii galatoomaa maqaa Waaqayyo akkas Me
iidiyaa gubaatti dubbachuu keessaniif.
God bless you.Keep it up.
Congratulations baga waqayyoo sii gargaaree obbooleessaa kiyaa 🙏🙏🙏♥️♥️
Congregation yaa harme ofii baaga gamade
Baga gamadee waqayyo gamachuu kee fixanii sif haa basuu amasi gamadii
IN tolchee Maliif Soba ree 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍😘Wwwwwwwwoooo bagaa gammadanii
Waaqayyo,baay'ee(10000.....*......) Isaa si haa eebbisu!!!!
Baga waqayyoo sii Garagaree Abba Hafuuraate abba Fooniin kee siifii Ta''ee
Woow bagaa waqayyoo isin gamachisee💐💐
Congratulations
Bagaa Waqayyoo Si milkesee
Hamasii Waqayyoo Sifanaa Ha Ta 'uu
Woww hedduu namati tolaa raabbin si haa guddisuu
Wqyon yero galatefatan bayy.ee naa marartan dhga ammayu darbii demii guddin kee danga hin godhatin wyqo sii walin haa jiratu raju keenyaa nuu bonsiteta
Waqqayyoo sii wajjiin haa ta'u nagaan deemi
Qaalii keenya nuu jiraadha
🥰🥰🥰✊