ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Akkam jirtu? Hordoftoonni fi Daawwattoonni QUBEE TUBE bakka jirtanitti nagaan keenya isin gahu jechaa namoonni channel Kanaaf haaraa taatan #SUBSCRIBE, LIKE, SHARE taasisaa. Yaada keessan nuuf qooqaa nu hordofaa jenna. Ulfaadhaa🙏
Firookoo galatoomii warra oloolee hin dhaga'iin kaayyoonkee itti haa fufu ati gatiikee waaqa irraa malee nama biraa hin argattuu kanaafuu waan gotu hundaa dubbii namaatif jette mul'atakee karaa hin dhaabiin kaayyoon ati qabdu hiyyeessa gargaaru warra beela'eef dheeboote bela baasuu maaliifi waan gochaa jirtu kana gaarummaaf akka ta'e beekte oduu namaa dhaga'uu dhisu qabda namni nama gargaaree nama waaqayyoof liqeesseedha jedha macaafnii kanaafu odeessiitu mandaraatif gurraa hin keenniin obbolleessakoo qaalii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nagaa gooftaamacaa hundumaa keessaannifi haa baayyaatuuobbolesa koo Attiijechaa Wara jalotaa hin dhagayyiin gooftaan barafii jirenyaa keeHaa ebbisuu ittumaa fuuffi hojii kee❤❤❤🎉🎉🎉
Eebbifamii..namatii..tolaa yaddiikee...
Ebbifamii obolesakoo barii Kenya in ulftaa ubanatu nutii irratam dhuga
Fira'ol anile si bekku namato hammat jetee garumaa kee hin dhisiin
Ishee fi erga haati mallattessite ummata kaan maaltu dhibeeFira'ol Ammas wanuma dura hojatu yaade itti haa fufu murtessaan micayyo dhumaa fi haadhaa
Ayii yaa nama 😢😢😢
Ayyii yaa nama
Safuudha ibboo
Waara akkasii isan jedhenii du,aa waqqayyo haa kasuuu firaol atii jabadhuu isaa yaadee milkeesii hin dhahinii atii
Hnfaadha kuni ayii😢
😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢
Guddinaa micaa kana hinnafaani woyyoo
Maloo jechaa namaa hin dhagayinni maloo micaa kana guddisii adaraa waaqayyo sitti gamdaa jechaa nama dhisiii adaraa
Amma yoonaatti hojiin keessan baay'ee namatti tola waaqayyos baay'ee jaallata warri akkas jettu warra birriin waaqashee ta'eedha
😢
Nama je.e dhisi qabu 😂
Akkam jirtu? Hordoftoonni fi Daawwattoonni QUBEE TUBE bakka jirtanitti nagaan keenya isin gahu jechaa namoonni channel Kanaaf haaraa taatan #SUBSCRIBE, LIKE, SHARE taasisaa. Yaada keessan nuuf qooqaa nu hordofaa jenna. Ulfaadhaa🙏
Firookoo galatoomii warra oloolee hin dhaga'iin kaayyoonkee itti haa fufu ati gatiikee waaqa irraa malee nama biraa hin argattuu kanaafuu waan gotu hundaa dubbii namaatif jette mul'atakee karaa hin dhaabiin kaayyoon ati qabdu hiyyeessa gargaaru warra beela'eef dheeboote bela baasuu maaliifi waan gochaa jirtu kana gaarummaaf akka ta'e beekte oduu namaa dhaga'uu dhisu qabda namni nama gargaaree nama waaqayyoof liqeesseedha jedha macaafnii kanaafu odeessiitu mandaraatif gurraa hin keenniin obbolleessakoo qaalii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nagaa gooftaamacaa hundumaa keessaannifi haa baayyaatuuobbolesa koo Attiijechaa Wara jalotaa hin dhagayyiin gooftaan barafii jirenyaa keeHaa ebbisuu ittumaa fuuffi hojii kee❤❤❤🎉🎉🎉
Eebbifamii..namatii..tolaa yaddiikee...
Ebbifamii obolesakoo barii Kenya in ulftaa ubanatu nutii irratam dhuga
Fira'ol anile si bekku namato hammat jetee garumaa kee hin dhisiin
Ishee fi erga haati mallattessite ummata kaan maaltu dhibee
Fira'ol Ammas wanuma dura hojatu yaade itti haa fufu murtessaan micayyo dhumaa fi haadhaa