ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Ayyalaakoo baga itti cabsite. Jabaa oromoo kaleessa fi har'aati ati jabaadhu.👏👏👏
🥰🥰🥰🥰
Keekiyyaa 🥰🥰🥰🥰🥰 galatoomi
Akkana abbo baga nagan nuuf dhuftan da Alatas ni egna
Galatoma ❤❤❤
@@kiyaAyele maatii naaf tayi waan ofii
Ayyaalaa nugusee baay'een jalaadha. Sirboonnii isaa kan durii sun baay'ee nattii tolu. Baga nagaan dhuftee
Kennaa aja’ibaa qabda Ayalaa nugusee jabaa namaa Sirbasaa laalaa haalan hamilee ta’aafi Oromooko
Mee anumaaf jedhii sirba jaalalaa tokko viidiyoo bareedaa waliin naaf baasi Ayyoooooo Love you for ever
Sanyiikiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiii
kunooti Hawiyeee
Ayyalaa Nugusee, baayyeen jaladha, bara 1997 ALI irra eegaleen dhageeffachaa ture, wow baga deebite. waan gaarii qabatee deebitee!Excellent and attractive music, oromo koo!
maatii na tai'i qashti
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiii
Galata qabdu namootni Welisaa Ayyalaa gara Aartitti deebistan!
Wowowowowo ajibaa dhugaa lencaa koo abbaa haqaa Art Ayala Nuguse
Osuman deddeebi'ee ilaalu shubbistoota shamaraa kana keessaa takkarraa jaalalli na qabeera.Ayyalaan sossobee naaf haa fiduu qaba finfinneettii.😅😅😅😍😍😍...
Kkkkk
Ayyalaa Nugusee weellisa qofa miti hayyuudha. dubbii keessan kan OBS waliin gootan dhaggeeffadhee haalli ittiin aartii irraa fagaattan baayyee garaa na nyaate ture. harra haala kanaan deebitee si arguuf gammadeera
Seenaa ati keecha jirtu BBC Afaan Oromoo irraa dhiheenya dubbiseen ture. Qabsoon jiruu biyya kanaafi duuti obboleecha keetii akka baadiyyaatti si galchen dubbise.Yooyyaa! Anaa dhufu!Eeyyeen, goonni hin jiilu. Durii durii hanga har'aatti goonni inuma du'a. Qabsoon jiila hin qabdu. Mata-duree moshaafi qabiyyee ajaa'iba kanaan baga dhufte. Umurii dheeradhu dhiira Salaalee daangaa gabroomfataa jiraatu⏩️🫶
Hojii baayyeen sinirraa eega Welcoomesirba hawaasaa keenyaa haala kanaan bareechitanii waan nuuf gumaachitaniif galatoomaa. umurii dheeraa qabaadhaa
Hojii bareedaadha, baga nagaan gara magaalatti sa deebite Ayyaala Nugusee. Sagaleekee kiilolee yaadne sana ❤️❤️
Sanyiikiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiii
@@hawioromtititube atis kottu maatiilkoo tahi
@Yoni Remix Tube atis kottuu maatii naaf tahi❤️
Bagaa nagaan dhuftee Ayyala jaba artiin qabduu kessa nama tokkoo sagalee kee yadaa turre bagaa nuuf deebitee hojjii bayyee ergaa gudda qabudhaa
💖💗💗💗💗💗💗Ayyaala nugusee baga nagani nuu dhuftee anni sirbaa kee hedduu jaladhaa ❣❣umuri nuufi dheraadhuu
Leeel leeel
Sanyii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiiii
Subscribe naaf godhi sanyii
Sirboota shawa haala midhaaga fi akka gurraa nama keessati hafu yeroo jalqabaf kan hojjete fi ammas haala kannaan deebbi'u keetif baay'een gammade. Umrii dheera sif haa kennuu.
Oh, Welcome artist Ayyalaa Nugusee! Bagan isin arge. Akka carraa kaleessa iddoo hojiitti hiriyootakoo waliin sirba keessan duraanii utuu dhsggeeffannuu waa'ee keessan kaasnee turre. Har'ammoo hojii haaraawaadhaan isin arge! Milkaa'aa, umrii arraagessaa isiniif haa laatu! Darroo Roobee utuu irra deebitanii nuuf hojjattanii! Yaadannoo ijoollummaa kootii!
Leeel leeel galatoma
Video bareedadha baayee
Anaa ha nyaatu.....naaf jiradhu korma koo sagalee kiiloolee kanaa♡♡♡♡♡
maatii naaf atyi sanyii
Sagaleen keessan bakkuma duraa jira. Baga nuuf deebitan.
baga nagayaan deebitee dhufte ayyalaa nuguse, hojii bareeda
Ayyii fayyumaa naaf ta'ii Qaxalee koo jabadhuu bareeda
Ayyaala Nugusee,Jabaa namatti maloo Aartii irraa hin fagaatin.
Ana dhufuu leencoo keenyaa jabaa oromoo💖💖💖💖💖💖🐅🐅🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪💪💪💯
Maatii naaf tayi waan ofii
Aboo sagalee kee bareedduu qilillisee tana dhoksitee hin taa'inii weellee babbareedduu dafii as nuuf baasi. Video tana daqiiqaa 3;43 boodatu sagalee kee durii nama yaadachiisa. Love it broye
Wowowwow Ayyaala Nugusee bagaa nagaan dhuftee Gotaa oromoo koo nuu jiradhuu ❤❤❤❤❤❤👌👌👌👌👌👌👌
I have listened to it more than twenty times. It is a wonderful work that has preserved the tradition
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiiii
ayyaala baga hojii akkasiitin gara artiti nuuf deebite jechun barabaada itti ansuun sirbichii baayy namatti tola jabaadhuu kan caalaa sirraa eegna sagalee kiloolee kana irraa hedduun eega
Weellisaa Ayyalaa Nugusee baayyee sii jaallanna sirbii Kee baayyee miidhagaadha kanaafuu nuuf jiraadhu goota oromoo
Ere Ayyuun eessaa bahe? Maa badde namana? uufff...Osoo kennaa keetin waan hedduu dandeessuu hirriiba ho'aa keessa turteem 😀😀🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Mootin Muuziqaa koo Sirbatti deebi,e!
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiii
Hojii bareedaa dha , Baga sagalee kee bareedaa kanaan hojiiti deebete 🙏🙏🙏🙏itti fufi.
Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Ayyalaa Mataa dhiiraa
Hedun jaladhee sirba bareedadha garu xiyefana lafa tulama gareen hatu isijala guracha jirti surbu qafa miti lafa kesanis agacha sirba💚❤️💚
Wallee baayyee bareedadha ; kan biraatin akka nutti deebitu hawwii kooti!
Kilipii kan hojatamuu qabu Qarree Goo'a irrattu qaba,yos akka kilipii Usman san...
Yoo hinjirre hoo kkkk
wow! sagaleee kee akkuma duriti ayyuu, baay'ee bareeda.
Baay'ee namati tola guddaa nuuf jiradhuu qeeramsaa keenya umuri nuuf dheera nuuf jiradhuu
wow you did a proud job. this is what the nation has been expecting from you, male part.
😍😍
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiii
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiiiii
Sagalee kiloolee nuuf jraadhu goota Seenaa beeku 💓💚💓
Hedduu namatii tolaa jabadhuu jabbaa keenyaa 👏👏😍😍
Welcome back!
Waraa Tuulamaa koo 🥰🤗
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiii
Baga nagaan deebite jabaa sagaleen kiilolee. Akkuma baratamee fi eegame jira hojiin kunis.
Baga nagaan nuuf deebite Ayuu
Artist Ayyalaa Nigusee ulfaadhu!!!☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️
Welcome Ayu wow amazing video quality 100%
Namaa jabaa fi sagaleen kiloree baga nagaan gara Addunyaa Artiitti deebite👏👏👏👏
Wow wow wow baay'ee namatti tola.goota jabaa!!!!jabaadha.
Wow Baayy’ee Dansaa. Wellisaa Ayyalaa Nugussee baayyeen jaaladha ❤️🎤🎧🙏🏻
Subscribe naf godhiiii
Fayyaa Ta'aa! Ajaa'iba!
Amazing 👌 goota salalee biqilchitee art ayyaala ❤️❤️❤️❤️
To tell the fact;1. Sagalee ..... 100%2. Ergaan walaloo ...99%...Little bit modification. 3. Abbaa Kaameeraa saniin guddoo eebbifami 100%. Camera is perfect 4. Dncers..100%5. Mixing and..melody.... 100%
Wowowo bayyee namati tolaa bagaa milkooftee Qomo koo
Ammayyuu sagaleen kilooleedhaamTuulamicha koo❤️💪
Today I was listening his oldest songs, and now I got this one 😍😍😍
Hojii bareedadha jabaa keenya
AYYUU KEENYAA KAN SAGALEE KILOOLEE BAGA NAGAAN GARA ARTIITTI NAGAAN DHUFTE!
wwwwwaaaww jabaa keenyaa baga nagaan deebite
Wow wow wow Anaa dhufuu jeneera❤❤❤💕💕💕❤❤💓💓🌷🌷👊👊👊👊👍👍👍💪💪💪💪💕💕💕💕jabaa keenyaa nuuf bulii
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiii
Woowww Addaa Salaalee kootii 🥰🥰🥰🥰
Subscribe waliif haa goonu salaaltittiikoo
@@Qubee-Entertainment. Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe nafgodhiiiii
Wwwwweeewww.nuf.jirdhu.sanyii.koo.akkaam.namti.tolaa.😍😍😍😍😍😍😍👌👌😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Jabaa namaa jabaadhu
Ijoollummaa kiyyarraa sirba kee caqasaan ture. Amma immoo dara sirbaa Ajaa'ibaa, video bareedadhaan qabatte as bahuun kee baay'e namatti tola.
Baga nagaan dhufte!!! Well come ayela
Hojii gaariidha!
Good job . I am the first to visit the whole video next to producer. I love it!
@@Beckyinfo atis mati na tai
@@abdioromo8950 sii taeera
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Subscribe naf godhiiii
Ayala nugusee jirradhuu goftako
Wow welcome leenca ko nuuf jiradhu nice music
Dhufte ijoolleen Tuulamaa, Ijoolleen oromoo, Salaale, warri hurufa ishiiraa hashuffeen margu, Warri Fardaa, warri Hagarii Tullu manni gamaa, Laggasaa Wagii, Warri WBO, warra dhichisnii fi sagaleen ishee Oromoof nuclear bombi, diinaaf ammoo naasuu obsa ishee futtaafattee jirti. Nu gahe. Gara laafina keenyaaf diina hammannee teenyee booda golatti oldabartee jirti. Gaaffiin Gullaalleen tole ni jettiifii?, warri gaalaanoo eessa jirta?
Baga nagaan deebite goota keenya
Bagan salaale ta'ee💔💔❤❤❤❤❤❤😴
Waw jabaa salaalee nuuf jiradhuu
Haalan namatti tola nagaan dhufte Ayyalaa nugusee❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
EEdu bareeda. Nufi jiradhuu leencaa nama
Waggaa 12 booda dhuftee 💗💗❤❤❤❤
Bareeda namaa 😍😍😍
Wooww Hojii bareedaadha.
Anaa dhufuu jenneraa sirbaa dhagefataani hin qufnee
Ayyuu maatii naaf tayi
Ayiiiiiiiiiiiiiii fayyuma naaf tayi🥰
BAGAA NAGAAN DHUFTE AYALA NUGUSE ❤️💚❤️
Jabaa Namaa! Jabaa Sabaa!
Wwwwwwwww dhuga keeti goni ni falmata male
Wawa ayye koo
Wowoow jabaa nama❤️💚❤️👌
Halelimo gotako 💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗baga nudebite wawo yasagaleke akuma yero qero jira 💕💕💕💕💕💕💕🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅
Sabboontittiikoo maatii waliif haa tanu...subscribe
@@Qubee-Entertainment. ok welcome kode 💕💕
Hojii bareedaadha jabaadhu
Wow jababadhuu
Wwoww Leencoo jabadhuu Leechaa sabaa💖😍🎶🔥💯🎼🤩
Jabaa keenyaa baga nagaan deebite
Wawuu ❤❤💚💚❤❤
😭😭😭 Jebadaa oromokoo,
Congratulations
bayee bayyee bareeda jabaadhu itti fufii
Welcome ayu
Good job!Traditional song.
Namni kun sagalee isaa fudhatee nurraa turuun gaarii hin turre, ta'us baga nagaan deebi'e.
Oh good job selale culture songs
Sanyiikiyaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiii
Sirba kana Promote gochun dirqama keenya !!
Dhugaa keeti wanti gochuu dandeenyu kana. nama jabaa tu nuuf deebi'e
leenci hin dollomu umurii dheeradhu dhiira sagaleen akka boombii dhodhohuu baga nagayaan deebite
Best Oromos music
Ayyalaakoo baga itti cabsite. Jabaa oromoo kaleessa fi har'aati ati jabaadhu.👏👏👏
🥰🥰🥰🥰
Keekiyyaa 🥰🥰🥰🥰🥰 galatoomi
Akkana abbo baga nagan nuuf dhuftan da Alatas ni egna
Galatoma ❤❤❤
@@kiyaAyele maatii naaf tayi waan ofii
Ayyaalaa nugusee baay'een jalaadha. Sirboonnii isaa kan durii sun baay'ee nattii tolu. Baga nagaan dhuftee
Kennaa aja’ibaa qabda Ayalaa nugusee jabaa namaa Sirbasaa laalaa haalan hamilee ta’aafi Oromooko
Mee anumaaf jedhii sirba jaalalaa tokko viidiyoo bareedaa waliin naaf baasi Ayyoooooo Love you for ever
Sanyiikiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiii
kunooti Hawiyeee
Ayyalaa Nugusee, baayyeen jaladha, bara 1997 ALI irra eegaleen dhageeffachaa ture, wow baga deebite. waan gaarii qabatee deebitee!
Excellent and attractive music, oromo koo!
maatii na tai'i qashti
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiii
Galata qabdu namootni Welisaa Ayyalaa gara Aartitti deebistan!
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiii
Wowowowowo ajibaa dhugaa lencaa koo abbaa haqaa Art Ayala Nuguse
Osuman deddeebi'ee ilaalu shubbistoota shamaraa kana keessaa takkarraa jaalalli na qabeera.Ayyalaan sossobee naaf haa fiduu qaba finfinneettii.😅😅😅😍😍😍...
Kkkkk
Ayyalaa Nugusee weellisa qofa miti hayyuudha. dubbii keessan kan OBS waliin gootan dhaggeeffadhee haalli ittiin aartii irraa fagaattan baayyee garaa na nyaate ture. harra haala kanaan deebitee si arguuf gammadeera
Seenaa ati keecha jirtu BBC Afaan Oromoo irraa dhiheenya dubbiseen ture. Qabsoon jiruu biyya kanaafi duuti obboleecha keetii akka baadiyyaatti si galchen dubbise.
Yooyyaa! Anaa dhufu!
Eeyyeen, goonni hin jiilu. Durii durii hanga har'aatti goonni inuma du'a. Qabsoon jiila hin qabdu. Mata-duree moshaafi qabiyyee ajaa'iba kanaan baga dhufte. Umurii dheeradhu dhiira Salaalee daangaa gabroomfataa jiraatu⏩️🫶
Hojii baayyeen sinirraa eega
Welcoome
sirba hawaasaa keenyaa haala kanaan bareechitanii waan nuuf gumaachitaniif galatoomaa. umurii dheeraa qabaadhaa
maatii na tai'i qashti
Hojii bareedaadha, baga nagaan gara magaalatti sa deebite Ayyaala Nugusee. Sagaleekee kiilolee yaadne sana ❤️❤️
Sanyiikiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiii
@@hawioromtititube atis kottu maatiilkoo tahi
@Yoni Remix Tube atis kottuu maatii naaf tahi❤️
Bagaa nagaan dhuftee Ayyala jaba artiin qabduu kessa nama tokkoo sagalee kee yadaa turre bagaa nuuf deebitee hojjii bayyee ergaa gudda qabudhaa
💖💗💗💗💗💗💗Ayyaala nugusee baga nagani nuu dhuftee anni sirbaa kee hedduu jaladhaa ❣❣umuri nuufi dheraadhuu
Leeel leeel
Sanyii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiiii
Subscribe naaf godhi sanyii
Sirboota shawa haala midhaaga fi akka gurraa nama keessati hafu yeroo jalqabaf kan hojjete fi ammas haala kannaan deebbi'u keetif baay'een gammade. Umrii dheera sif haa kennuu.
Oh, Welcome artist Ayyalaa Nugusee! Bagan isin arge. Akka carraa kaleessa iddoo hojiitti hiriyootakoo waliin sirba keessan duraanii utuu dhsggeeffannuu waa'ee keessan kaasnee turre. Har'ammoo hojii haaraawaadhaan isin arge! Milkaa'aa, umrii arraagessaa isiniif haa laatu! Darroo Roobee utuu irra deebitanii nuuf hojjattanii! Yaadannoo ijoollummaa kootii!
Leeel leeel galatoma
Video bareedadha baayee
Anaa ha nyaatu.....naaf jiradhu korma koo sagalee kiiloolee kanaa♡♡♡♡♡
maatii naaf atyi sanyii
Sagaleen keessan bakkuma duraa jira. Baga nuuf deebitan.
baga nagayaan deebitee dhufte ayyalaa nuguse, hojii bareeda
maatii na tai'i qashti
Ayyii fayyumaa naaf ta'ii
Qaxalee koo jabadhuu bareeda
Ayyaala Nugusee,Jabaa namatti maloo Aartii irraa hin fagaatin.
Ana dhufuu leencoo keenyaa jabaa oromoo💖💖💖💖💖💖🐅🐅🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪💪💪💯
Maatii naaf tayi waan ofii
Subscribe naaf godhi sanyii
Aboo sagalee kee bareedduu qilillisee tana dhoksitee hin taa'inii weellee babbareedduu dafii as nuuf baasi.
Video tana daqiiqaa 3;43 boodatu sagalee kee durii nama yaadachiisa. Love it broye
Wowowwow Ayyaala Nugusee bagaa nagaan dhuftee Gotaa oromoo koo nuu jiradhuu ❤❤❤❤❤❤👌👌👌👌👌👌👌
I have listened to it more than twenty times. It is a wonderful work that has preserved the tradition
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiiii
ayyaala baga hojii akkasiitin gara artiti nuuf deebite jechun barabaada itti ansuun sirbichii baayy namatti tola jabaadhuu kan caalaa sirraa eegna sagalee kiloolee kana irraa hedduun eega
Weellisaa Ayyalaa Nugusee baayyee sii jaallanna sirbii Kee baayyee miidhagaadha kanaafuu nuuf jiraadhu goota oromoo
Ere Ayyuun eessaa bahe? Maa badde namana? uufff...Osoo kennaa keetin waan hedduu dandeessuu hirriiba ho'aa keessa turteem 😀😀🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Mootin Muuziqaa koo Sirbatti deebi,e!
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiii
Hojii bareedaa dha , Baga sagalee kee bareedaa kanaan hojiiti deebete 🙏🙏🙏🙏itti fufi.
Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Cheche Ayyalaa Mataa dhiiraa
Hedun jaladhee sirba bareedadha garu xiyefana lafa tulama gareen hatu isijala guracha jirti surbu qafa miti lafa kesanis agacha sirba💚❤️💚
Wallee baayyee bareedadha ; kan biraatin akka nutti deebitu hawwii kooti!
Kilipii kan hojatamuu qabu Qarree Goo'a irrattu qaba,yos akka kilipii Usman san...
Yoo hinjirre hoo kkkk
wow! sagaleee kee akkuma duriti ayyuu, baay'ee bareeda.
Baay'ee namati tola guddaa nuuf jiradhuu qeeramsaa keenya umuri nuuf dheera nuuf jiradhuu
wow you did a proud job. this is what the nation has been expecting from you, male part.
😍😍
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiii
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiiiii
Sagalee kiloolee nuuf jraadhu goota Seenaa beeku 💓💚💓
Hedduu namatii tolaa jabadhuu jabbaa keenyaa 👏👏😍😍
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kiya subscribe naf godhiii
Subscribe naaf godhi sanyii
Welcome back!
Waraa Tuulamaa koo 🥰🤗
maatii na tai'i qashti
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiii
Baga nagaan deebite jabaa sagaleen kiilolee. Akkuma baratamee fi eegame jira hojiin kunis.
Baga nagaan nuuf deebite Ayuu
Artist Ayyalaa Nigusee ulfaadhu!!!
☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiii
Welcome Ayu wow amazing video quality 100%
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiii
Namaa jabaa fi sagaleen kiloree baga nagaan gara Addunyaa Artiitti deebite👏👏👏👏
Wow wow wow baay'ee namatti tola.goota jabaa!!!!jabaadha.
Wow Baayy’ee Dansaa. Wellisaa Ayyalaa Nugussee baayyeen jaaladha ❤️🎤🎧🙏🏻
Subscribe naf godhiiii
Fayyaa Ta'aa! Ajaa'iba!
Amazing 👌 goota salalee biqilchitee art ayyaala ❤️❤️❤️❤️
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiii
To tell the fact;
1. Sagalee ..... 100%
2. Ergaan walaloo ...99%...Little bit modification.
3. Abbaa Kaameeraa saniin guddoo eebbifami 100%. Camera is perfect
4. Dncers..100%
5. Mixing and..melody.... 100%
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiii
Wowowo bayyee namati tolaa bagaa milkooftee Qomo koo
Ammayyuu sagaleen kilooleedhaam
Tuulamicha koo❤️💪
Today I was listening his oldest songs, and now I got this one 😍😍😍
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiii
Subscribe naaf godhi sanyii
Hojii bareedadha jabaa keenya
AYYUU KEENYAA KAN SAGALEE KILOOLEE BAGA NAGAAN GARA ARTIITTI NAGAAN DHUFTE!
wwwwwaaaww jabaa keenyaa baga nagaan deebite
Wow wow wow Anaa dhufuu jeneera❤❤❤💕💕💕❤❤💓💓🌷🌷👊👊👊👊👍👍👍💪💪💪💪💕💕💕💕jabaa keenyaa nuuf bulii
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiii
Woowww Addaa Salaalee kootii 🥰🥰🥰🥰
Subscribe waliif haa goonu salaaltittiikoo
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiii
@@Qubee-Entertainment. Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe nafgodhiiiii
Wwwwweeewww.nuf.jirdhu.sanyii.koo.akkaam.namti.tolaa.😍😍😍😍😍😍😍👌👌😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Jabaa namaa jabaadhu
Ijoollummaa kiyyarraa sirba kee caqasaan ture.
Amma immoo dara sirbaa Ajaa'ibaa, video bareedadhaan qabatte as bahuun kee baay'e namatti tola.