Ahleeen ayyuu baga nagahaan dhuftee doctora kenyaa atis baga dhufte isii hin gare zamana as dhiho kana sanumaaf durse simadhee waalin isiin haa bulchuu
Well come bagaa nagaan dhuftaan dr fi ayyuu maatti jalalaa dhugaa hedduun siin jaladhaa waan bayyeetu sinirraa baratamaa umurii dheeradhaa siinin jedhaa ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaa hedu takaha namtii tolu rabbii umarii wali isni ha dhersuu❤❤❤dr ko fi ahyu ko love you so mchii one irha 🎉🎉🎉dhugaa mirha kesaha nama seifahtu❤❤❤❤❤
Namni Ayyuu jaalatan lakki itti roobsa
𝐀𝐲𝐲𝐮𝐮 𝐀𝐧𝐢𝐬 𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐰𝐚𝐧𝐮𝐦𝐚 𝐥𝐚𝐟𝐚𝐫𝐚 𝐝𝐞𝐦𝐮 𝐬𝐨𝐝𝐚𝐝𝐡𝐚😂❤❤
Kanan dura daabboo meeqa nyaatee Dr himi😊
Fininifiinee
Wallahii akkanitti Ayyuu kana jalladhuu❤ Barredukooo ammala qabeetti koo hadhaa ilmas I love you ❤️ 😍 💋 ♥️
Yaa Rabbii waan bultii hawaasaa keenya diigu hundaahuu nurraa qabi
Bultii diigamtees nuuf deebisii Jari
Yaa Rabbii jaarsa fi jaartii Umrii waliin dheeratu Arrii waliin firatu, Odaa tahe waliin biqilu.
Jirma tahe waliin jabaatu nuuf taasisii!
Caayaa Saba tahaa!
Ija haasidaa fi nama walalaala Rabbiin isiin irraa haa qabu
Isiniin jalaadha ❤
Amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin
Ammeen ammeen ammeen
Bofaa San dhugumaa jetee
❤❤❤❤🎉🎉
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
Ayyuu yeroo hunda Yesuus afaan kee keessa waan hin buunef, akkasuma waan caalchifaattuuf eebbifami!
🤩🤩🤩🤩
Dhugaa anallee jechishi na marara
Dr Rabbii jedhii haadhaa kee nuu dheesii maaloo dhugaa rabbii haramee kee bayyee bayyee jalanee dhugaa rabbii haramee jalalaa Rabbii jedhii nuu fidii addaraa umaa keetii Dr 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️
❤
Baayyeen kolfe bagaa nagaan dhuftaan kabajamoo dr $Ayyuu Ayiii doktori filanoo keenyaa tokkoo dabboo jete Ayyuu ani illee bofa baayyee soodadhaa waaqayyoo isaa haa ifatuu dhugaa rabbii
Mucati da'imaa aragatee maashaallaa ijaa hamatu isini irraa haa qabuu ❤❤ garu fayadamaa midiyaa hin bayisinaa addani namaa basaa midiyani oromo kunii ❤❤❤
Dhugaa dubbachuuf yoo taate jaalalli keessan nama hinaafsisa Dr hamtuu isinirraa haa Qabuu❤
Ayyuu koo bayyee is jaaladha bareeduu oromoo ❤❤❤❤❤❤❤
Babareeduuwan koo❤
❤❤❤❤❤❤🥰🥰💐
Yaa nama bartee bayyee tokko namati toltu Dr barusaa gudda nuuf ta'a🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Dar A 👉💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo baraa keessan haa ebisuu
Ayyuu ayyaanna qabeettiidha bayyeen isiin jaaladha ebifamma
Mucaa keessan gooftaan isiinif haa guddiissu
Maatti fiqirrii ❤❤❤❤❤❤❤❤
Natu duraa dhufe bagaa nagaan nu dhuftaan maati jalalaaa🎉❤❤❤
Matii jalaalaa bagaa nagaan dhuftaan A❤D kenyaa
Rabbii ayyuu koo baayyee si jaaladha ❤jiraadhuu dubarttii amalaa gaarii qabdii ❤
Baga nagaa dhufaan matii jalalaa Dr fi ayuu waqayo Fayyafi umrii dhera sinf ha kenuu🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Úuy anile yoni bofaa arige halikani hin rafuuu😢😢😢 maqaa yesusini Isa ifatuu
Ayuuu koo bayee si yaderaa Ani I love you ❤
Uuuuuuuuuuuu anis ni sodadha argama fi shagetti isaatu hin fedhu
mati naa ta.i
Nufi jiradhaa jalatamtota kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftani Ayyuu fi Dr.
Waaqayyoo gooftaan jaalala dhumaa hin qabne sif haa kenuu❤❤❤
Ayyuun Afaan kana keessa bareedii bar Dr.badhaasa kee malee silaa huma garuu ijaa hama rabbii isiin irraa haa qabuu DR.Ayyyuuuuu isiin jaaladha wly hedduu takka by by
mati naa ta.i
Mashallah das najetuu wly rabbin umurii sin hadheresuu Ayuu fi Dr Nafyad Ilmaa keessaan nilee sinif hagudatuu Sin jaladhaa ❤❤❤
Heduu isinii jaladhaa rabbii wojii isinii haa tursisuu dr❤ kesanii isinii fedhaa pls lak kesanii akamitii argadhaa❤
Waaqayyoo Bara keessan Dachaa Haa Ebbiisuu Jiraadha Dhugaa Baay ee Nuutii Toltuu ❤❤❤❤❤
Maloo ayyuukoo love you so much
❤❤maatii naafi ta'ii mee❤
Bay'ee Namati Toltan Rabbii Umarii keessan walin isiin haa Tursisuu ♥️ ❤️ 👌 ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉Hanga dhumatii dhagefadhee Hasofani keessan nama hin hifachisuu
Baga nagaan dhuftan Dr and Ayyu nuuf jiraadha❤❤❤❤❤eebba Kenna siniif laatees waaqayyoon siniif ha guddisu❤❤
MaashaaAlhaa mucatini hin baredisii amoo gizee hasofotu sagalee isii nii baredaa hataa gizee kolfitiyuu Rabinii wolinii umuri isinii haa dhersuu karaa ofii jalatuu eraa isinii haa kahuu inshaaAlhaa
Dhugaa waqaa dubbachuuf namusaa barredda sirra calaqisaa ayuu hedduun si jalladha❤❤❤
Ayyuti bareedduu ❤❤
Dhugaa akkatiin siijaladhu saruukoo❤❤❤❤
Dr jabaa Nama waqayyoo umurii keesaan umurii argeessaa hagodhu waqayyoo waliif
mati naa ta.i qali
Isinin waqaayyootuu walif siin kennee dhugaa waliif jiradhaa Ayuuuuuuuu hadhaa milkisaafi Abbaa mikisaa ❤❤❤❤❤❤❤ hedduu sin jaladhaa
🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤wwwwww bayyee wolira baredanii dhugaa rabbii umuri dheradha1000
Ayyukoo siiyanneraa bagaa Waqayyoo lama siitasisee ❤❤❤❤❤siihaa guddatuu
Bayee sii yanee Ayuu koo umurii dheraa jiradhaaa Wagaa laman kana moo hadhaa Urjii jedhamtaa yoo fedhaa goftaa
Baga naga dhuftani namati toltani waaqayyoo isini haa ebisuu❤❤🎉🎉
Akkam namati toltu maloo waqayyoo umurii dhera jiradha bayyee barreedduu walii biraa ati dhuguma badhasa guddaa argaate Ayyuu barreedduu koo 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Qurxumin donii hin caluu 😅😅
Nooraa harka fuune Ayyantuu fi Dr 👏👏
Hayyeen Ani maqaan kiyyaa rooba ykn masho muhammed hasen viral jedhaama maatii gaarii ta,aa horaa bulaa daagaaga galaatooma❤❤❤🌻🌻🌻🌻🌻🌻🙏
Matii kabajaa qaabuu ayuu inaatalaa duraanii faakatii naamuusaa qabeetii inaatalaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayyuu amaalle koo bayyeen sii jalaadhu tasgaabooftuu wayiidha yeroo hundaa wajiin kotta waaqayyoo umuurri dheraa wajiin siniiha jiraachisu Milkeessa kessanis siniif yaa gudaatu mucaa addaa aduunyaati siniif mulaatu yaa ta'uu 🥰🙏🙏
Wow bagaa Nagaan dhuuftaan isiin yaaneraa you maatii jalaalaa❤❤❤❤❤
Nafi barnootaaf ergaati dabarsitu hedduun hordofa ati nama jabaadha Eebbifami
Bagaa gamadanii amalee dabalee isini ha kenuu
Bayyee Namatti tolaa haga dhumatti sin dawadhe jabadha ammas muca kessan rabbi sinif haguddisu sinin jalladha ❤
Waqayoon ijaa hamituu isniraa yaa qabuu Osoo dhirii oromoo hundi akkasit jariti ofi kununisee jalala bekee Mali qabaa jedhe 😢❤❤❤❤
mati naa ta.i
Meee duyii nuf godhiiayuujarsaa akanaaBarabadaaAnii❤❤
Ahleeen ayyuu baga nagahaan dhuftee doctora kenyaa atis baga dhufte isii hin gare zamana as dhiho kana sanumaaf durse simadhee waalin isiin haa bulchuu
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Waawwuuu barreduwako.rabbinii.ija hamaa.isiniraa.ha.qabuu.isini yannekaa.wayyee.gafichaa.doonii.sanaa.ofii.sirrittii.boodee.quruxumillenii ni baqatuu.nattii.fakkataa.Dr.wolaa.Ayuutenyaa.
❤❤
Baga nagaan dhuftan baayee namatti toltu hamtuu siniraa haa qabu ❤
ayyu dr eko gaaffii sana tokkuma seeranin deebisne bar qixaaxiin ni xiqaata😂😂
yeroo hundumaa walin dhuftani akka nu bohaarsita kabajaan sin gafannaa🙏💔
Well come bagaa nagaan dhuftaan dr fi ayyuu maatti jalalaa dhugaa hedduun siin jaladhaa waan bayyeetu sinirraa baratamaa umurii dheeradhaa siinin jedhaa ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Doctor jalalli kessan inaffa nama qabsiisa ❤❤🎉🎉🎉 walin umurii dheradha yaa rabbiko analle ji a murasa boda jaalalle kiyyan waliin na gahii
Wwwwwooo bayyee Namattii toltuu ebbifamaa Nufi jirdhá waqayoo umurrii dheraa issinfi akkenu❤❤❤❤🎉🎉
Wayyoo umuri isnii Haa dhersuu mugaa kesanii isinfii Haa gudisuu bayyee isin jaladhaa isin lama kesanuu
Rariinii humuurrii waliinii isinii hadhereesuu eduunii sinii jalaadhaa eduunii sin kabaajaa ijoolee biyaakoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anii Waggaa 3olifani TH-cam keessaan ilaalaa jira Dr Naf.. Waan Baay'een sinii irraa baradhee har'a moo Baay'ee nuu boharsitanii jabaadhaa waaliin olchee sini haa Bulchuu Mucaa keessaan goftaan sinii haa gudisuu Ayuu koo atii illee Ebbifamtuudhaa Ebbifamii.
Yeroo Baay'ee Like malee comment hin baresuu Turee har'a malee
Dhugaa waqayyoo bayyee namatti toltuu ijaa hatuu irraa hafaa ayyuu koo I love you my sweet 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waqayyoon isinii haa ebbisuu mucaa kesaanis waqayyoo isiniif haa gudisuu waliraa isnii haa jirachiisuu ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Baga nagaan dhuftan Abbaa Cabsa fi adde dure Ayyuu yaddamtani jirtuu
Bagaa gamadanii Amalee Dabalataa sinf yaa kenuu bagaa nagan dhuftanii
Waaqa haadhii warra kee kana akka itti dasii na jettuu yeroo hundumaa yoo kottaa 2tatii Ayyuu qashtii koo nuuf jiraadhu kolfaa kee baay'ee natti tola❤❤❤❤
Waaqayyoo umurii keessaan haa dheerressuu baay'ee nati toltuu dhugaa waqaa isiin dhageefadhee hin qufuu itti nuuf fufaa baay'ee isiin jaladhaa Maatii jalalaa❤❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftaan A❤❤❤❤❤ Dr N❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 isiin jalanaa
Ayuu koo sin jaaladha laman kesanuu umuri dhertuu waliin jiradha ❤❤❤❤❤❤❤❤
Maloo Akkanumati koota mee yeroo hunda yuu ani jalqabaa kassee amma dhumatii laalee❤❤❤maatii koo nuuf jiraadha❤❤❤
Wooo Masha alh ayuu tena baga kan si gaye sanyii ko 🎉 garuu gafii qabaa ayuu irraa gafii kiyaa mali yoo jetee gafaa cinisuu sanii ani harkaa kee ilaa ture mali yoo jete gafii kiyaa qesaa kee akkaa hamaa tokko dheratee turee mali garuu guyaa sin yo gabaabisitee turee mali qabaa ayuu tenaa ujolumanii siraa banee fakatàa
Wali barati isani Jalaana Qaliiwani koooo Nufi jiradhaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Ayyuu ko baredduu Akkan itti isiin jalladhuu umuurii dheraa waliif jiradhaa ❤❤
Wowow matii Jalalaa bayyee bareduu ijaa diinaraa nu hafaa nuf jiradhaa ❤ Ayyuu koo bagaa waqayoo nagan si hiikee kanii dhalatee ya gudatuu dabalanii yaa gudatuu❤❤❤
Dr bayen sii jaladha garumo kan ayutu irraa nati cime ayyu koo bayen sii jaladha buchukoo naf jiradhuu♥️♥️♥️💋💋
Dr dhugaama deesetii ayuun wollaah bayyee namaati toltuu Ani amaanu hin dandeenye feki seyaa ture bagaa Rabbiin isiiniif Keene kani biraale isiiniif haa dabaalu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Dhugaa hedu takaha namtii tolu rabbii umarii wali isni ha dhersuu❤❤❤dr ko fi ahyu ko love you so mchii one irha 🎉🎉🎉dhugaa mirha kesaha nama seifahtu❤❤❤❤❤
Ayuu hinii badinii yeroo toko toko kotuu nuu buhasii bareduu ijalanaa❤❤
Wawoooo waqayoo isin haebisuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉bayee namatii toluu maqan buca kesanis namatii tolaa waqayoo isnif hagudisuu isnifii moo umirii hadhersuu❤❤❤❤❤
Muca. Baredu. Sibadhase. Dhuga. Rabin. Ayuu. Baye. Bareda. Baye. Isinjalana dhuga. Nuf jabadha❤❤❤
Dhugaa ani Haadha manaate laale akka ati eebbifama taate bare. Waaqayyoo Haadha Mana gaarii dubbirree hin baayyistu qabbanooftu tana argachuun kee dhugaa baayye nama gammachiisa. Waaqni ijoollee keessanille siniifa eebbisu🤎🤎🤎🤎
Ayuu koo aniis bofaa fi hantuuta hin jaaladhu dhugaa waaqayyoo baay'ee jibaan 😊😊😊😊❤❤❤
Anile bofa baayee sodadha dhugaa 😅
Ayu and nafyad nuf jiraadha dhugaa baayee bareedu maati jalaala
❤❤❤
❤❤❤❤❤ijolee wallga tana bayee jaladha dhuga bayee nama kabaju heduu itti dhiyadhe ani mucati baletii umarii walin dheradha mashallah tabarakalh daiman isinf Haa gudatuu harmee tee yane dr❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayuu baredduuu Koo bagaa nagadhani hikatteee waqayyoo sinifi yaa guddisu mucaa kesani❤❤
Dhugaa waqayonii ijaa hamaa isiniraa haa qabuu bayee bayee isinii jaladhaa❤❤❤❤❤❤
Gailaa milka'aa dhugaa waqayyoo ammayyuu baraa qabdan siin haa gamachisuu ayyuu bareddukoo siin jaladhaa❤❤❤❤
Dr Kenyaa please Waan Hadhaa Mana Kee Akanati Furdisee San Nuf Himii Duran Akana Mitii Isin Wan Hicitii San Nuf Himii Isin Jaladhaa❤❤❤❤❤
Nura hin badina kota akatii nu kolfisisa A D 🎉🎉❤❤
waqayoo walinii umrii isiini haa dheereesuu
yeroo biraa mama kee waliin nuuf dhiihaadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gonee jirraa dhugaa Rabbii muca keessaanis Rabbin isiin haa guddisu 🎉
Sii yaanee Ayuuu koo Love you soo much maatii fiiqirii❤️❤️❤️❤️❤️
Ayu haadha mana gotta haadha gotta an haa dhufu sii yane baredu koo Dr maaf soba bartaan ani suprice jiraa jettani oso suprice eguun video dhume bagaa nyatamte garuu barefamni 20000 jedha kuma 2 tatus bagaa sitti 😅ayu kan nyatee siif haa sifesu 😂 21:36
Umuri dherra walini jirradha
Milkiyasi fida tora itti anuti isanisi wali bara❤❤❤❤❤❤
Ayu baredu sinbo qabeti ❤❤❤❤
Qaliiwwaan kenyaa ijaa irraa hafa bayye namatti toltu❤
Haayyuuu Bareeduu Koo ❤️❤️ Naf Yad akkaa Si jalannuu dhugaa waqaa Nuufi jiradhaa 🥰🥰🥰
Dhugaa dubachuuf baay'ee namaatti toltuu Umurii dheerraa waliin jiraadha❤❤❤
Dasii jetuu umurii dheraadha Dr fi maati isaa hunduu🎉🎉🎉
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ rabbin waalin umrii isina dheresuu maatii Jalallaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🥰🥰
Nafikeenyaa silee si jaallana nuf jiradhu oggeessakoo ❤
Eyyeen dhuga akkanuma nuf kota lama ta'ati ❤❤ yeroo kamu
Wwwww raabin umri kesani isin haa dheresuu dimaa kesanile raabin isin haa gudisuu baaye namati toltani maasha Allah maasha 🎉🎉🎉🎉❤❤❤
ilmaa abbaa caaluu kanii abbaa dhaluu Rabbiin sifii haa godhuu ❤❤
Bayyee namatti toltu dhuga waaqayyoo isin haa Eebbisu Umurii dheera nuf jiraadha Anis bofan jiba waaqayyoo ishee haa ifatu❤️❤️❤️🫶I love you so much beautiful family ❤️❤️❤️❤️❤️✅
Wow🎉🎉🎉baayee.namatii.toliituu.walahii dr.Ayuuyee❤❤Ayuyee❤😘Ayaatuu😘Ayuutii😘Ayaanee😘🥀🥀🤍Lubuuyee 🥀malii🤍jeedheen🥀siiyamaa🥀sababiins🥀wani.siiwamee🥀.hiquufineefii💘🤍🤍🥀🥀🤍🥀👈👉🥀💘💘👈🥀👈🥀👉🤍🤍🤍
Maqaa mucaa kessaani bayee bardaa waqayoo sini yaa gudisuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Bofan jibba kan jette san Ayyuun inuma na qabbaneessite! Waanti hanga bofaa hamaan hin jiru.
Uuuufffee waliif jiraadhaa hamtuun sini hin argiin maatii jaalalaa❤❤❤❤❤❤
Jarti ke safuu bekti muca Adaba qabdu walin umuri dheradha ❤❤
Obboleti tenya soreti bagaa nagaya katee❤❤❤❤❤❤ kani dhalate sifii yaa gudatuu Dr naa komatina isini duraa ebisee sanifi adhaa Obboleti tenya ebisara❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuffff ayuuu mucaa ebifamtuu akkan itti si jaladhu💞 blessing family 🙏💞