Yoonee,maaloo na dhaga'ii waaqayyoo kan si dibee namoota gara araaraatti waamuf akka ta'e beeki.kanaaf chichikkaa bara kana osoo hin hordofiin farfanna haafura kana qofaan akka tajaajiltuun fedha.lubbuun heddu farfannaa keetin waaqayyoon yaadacha jirti.kanaaf bara irra of eeggadhu budaan jal'ina akka sin nyaanne,si jaalanna❤❤❤❤❤❤❤❤
Jecha umuriikeenbwal hin fakkaanne katabee si keessa ka'uu waaqayyoof baayeen Isa galateeeffadha ati dilbii jechootaatiin guutamteetta jabaadhu dhumnikeee milkaa'aadhaa❤❤❤❤
@dasttaa.ketama8789 ati Kan Mali dhufee na arge faruu Mali rakko qaba hunduu maqaa waqayoo farsaa waqayoo sitti araramu yoo si dhukkube Ana garuu nati toleera kabaja namara hin hirisu homtu arbaa namaaf hin jajarani
Yoonee,maaloo na dhaga'ii waaqayyoo kan si dibee namoota gara araaraatti waamuf akka ta'e beeki.kanaaf chichikkaa bara kana osoo hin hordofiin farfanna haafura kana qofaan akka tajaajiltuun fedha.lubbuun heddu farfannaa keetin waaqayyoon yaadacha jirti.kanaaf bara irra of eeggadhu budaan jal'ina akka sin nyaanne,si jaalanna❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeeeeen! Eebbifami!
Yaa isa mucaa wallaalaa kanaan jecha filattee faarfatamuu jaallattee eebbifami! Barrisaa harka keessatti haxumuramuuf!!!
Yohaannis ati bidiru yesuus ittiin dhaloota ceesisudha.god bless you Obboleessakoo
Waaqayyoo si'a Eebbisuu❤
Ameen Qajookoo siinis haa Eebbisu
Ayii!! Gooftaan si haa eebbisu,faarfannaa karaa kee nu eebbisaa jiruuf.
Far. Yohannis
Uuuuuufffffffeeee kaa ebbiifaamii qaxalee mucaa goftaa jooniiyeee ayyanii goftaa siif bayyatuu kanumaan caalaatii darbii farfadhuu ❤❤❤❤❤
Jecha umuriikeenbwal hin fakkaanne katabee si keessa ka'uu waaqayyoof baayeen Isa galateeeffadha ati dilbii jechootaatiin guutamteetta jabaadhu dhumnikeee milkaa'aadhaa❤❤❤❤
John ayyaana Waaqayyo siif kenniin ergama dhugaa bahaa waan jirtuuf jabaadhu!
Waaqayyo atimti ammyyuu ulfaadhu.yoonee kowananjedhaa hin qabuu dhumni kee ayyaana Island Haa bayisuuu❤❤❤❤
Eebbifami qashtii koo garaa koo nanyaata faaruun kee ijoollummaa kooti nadeebistee jalala yesuusee koo na yaadachiiste kaa eebbifami ol adeemaa koo.❤❤❤❤❤❤
Uuuufii ebbiffamii oso farfataan hundii akka kee ta ee malii ta aa waqayyoo kan calaa sa'a hubachiisuu❤❤❤❤
Naman yeroo hundumaa dinqisiifadhudha ati! Ayyaanni Waaqayyoo dachaa*2 siif haa baay'atu💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Sif jechaa hin qabuu mucaa kakuu waqayoo bara kee gutuu haa ebisuuu ❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuufffffffeeeeeee goftaanko dachaa dachaadhaan sa ebisuu Yoniiko ebifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ammmmmmmeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen 😢😢😢 ebifamii maqaa iyesusin hayyanii waqayyooo kanumaa calaa sif haa bayyatuu farfanaa Afuraa yaddaa namaa jajabesudhaa 🤲🤲🤲
John Koo Waaqayyoon Koo guddaa si haa eebbisu! Faarfannaa nama eebisudha eebbifami❤
Eebbifami margaa kiyya
Waqayyoo ebbaa Dachasa SII ebbisuu❤❤❤❤❤
kennaa ayyaanaa😘😘.Abbaan kennaa yoo qufa'eyyuu nama fayyisa!.Eebbifamaa mucaa
Uuuffffeee eebbifamii waqayyoo si haa eebbisuu faarfanna baay'ee keessa nama boqochiisuudha❤❤❤❤❤❤❤
Jireenyaa baraa baraa waaqayyoo bahasa godhee sif Haa keenuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uffii ebbifamii mucaa kakuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Waaqayyo atumti ammayyuu ulfaadhu!
Yoonee koo waanan jedhu hin qabu dhumni kee ayyaana isaan haa cululuqu🥰🥰🥰
😢Dhugaa dubbachuuf jechan ittiin yaadako ibsadhun dhabe. Maaloo maal namatti tolaa haadhooko. Waaqayyo Jireenyake haa eebbisu!
Waqayoo barfijirenyaakeee aeebbbiiisuuu eeebbbbiiiffamiii ❤❤❤❤❤❤❤❤Ayyannissaa kanumaa Calaaa sifi Abbayyatuuu ❤
Eebbifami yohe Koo waqayyoo bara kee haa Ebbisuu.❤❤
Faarfana Oguumaa fi afuura waqayyoon guutamee ebbifami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🎸🪕🎻🎹🎷🎻🎹🎷🎻
Waaqayyo ammayyu ayyaana isaa siif haa baay'isu
Ergaa guddaaf dhoksaa nu miliqe karaa kee waaqayyo nuuf erge. Eebbifami!
Ebifamii waqayoo barafi jireenyaa kee yaa ebisuu ebifamii mucaa kakuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Uuuuuuuf ayyanii waaqayyoo sif haa bayatuu atti namaa waaqayyo ogumma dhan gutte nufi kenee dhaa atti
Ebbifamii dhugaa farfanaan Kee bayyee naama boqochisaa ❤❤❤❤❤
Ammallee Ayyanni sif haa dabalamuu mucaa kakuu ❤
Far ketti baay'een itti ebbifamaa jiraa 😢❤
Waaqayyo SI haa ebbisu.amena ameeeeeen aameeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeen
Ebifamii waqayoo amalee ayanasa sif haa bayisuu🥰
Jabaadhu yoneeko adara jabaadhu ,guyyuma tokko qofaa natajajilttema baddeka waldaa billoo bosheetti nuf Debi,I malee yone🙏🙏🙏🙏🫶
Waaqayyoo gooftaan baraaf jiirenyaaa kee daachaa diiribiidhaan siif haa ebbiisuu ebbiifaamii ayyaan kaanaa caaluu siifi haa baayyaatuu ❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 1:10
Ayyaanii waaqayyoo kanumaa caalatii sifi haa baay, aatuu nama waaqayyoo ebbifamii ebbifamii🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Waaqayyoo SI haa ebbiisu ebbiifamii mucaa Gooftaa!!!
Uuuffe ebbifami haadhoo koo gooftaan saa ebbisu 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yoonee gooftan ijaa bineensicha jala milikse sihaa guddifatu dhaloonni kararra gooree, dargaaggeessi ittin karatti nuf haa deebi'u Eebbifami EebbifamiEebbifami❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifamii eebbifamii ayyannii waaqayyo siif haa bayyatuu dacha dachaan❤❤❤❤❤❤
Waqayoo bara keef jirenya Kee haa ebisuu ebifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoon abbaan kennaa kanaa galata haa fudhatu
Ameen na gargaari...
Atilleen Eebbifami haadhoko❤
Uuuuuuuuuuuff 😢😢😢😢😢Ammeen Ammeen ebifaammii maqumaa yesus amaayu aayannii waaqayyoo sifii habaayatu
EBBIFAMI ayyaanni waaqayyo cimsee si haa dhaabu❤❤❤
wow you are so blessed. it is a message that is needed for this time. let him make you work in his house and let you live. 🥰
Umuriin kee ha dheeratuu Nama Waaqayyoo!
Yone you are our gift live for us I thank God for you be strong❤❤
Amazing ❤
Waanan jedhu hin qabu ayyannisaa dachaadhaan siif haa baay'atu
Ameen Ameen Ameen Ebiifaamii qaxaalee mucaa gooftaa ayyaanniichi siif haa dabaalmuu 😮😮😍😍❤❤🥰🥰❤️❤️😘😘
waaqayyoo bara kee haa ebbisuu
Waaqayyoo sitti gargaarame dhalootaf ergaa qaba Nuuf jiraadhuu yoonii
Ebifami Ebifamaa Waqayyoo siyaa Ebisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen waaqayyo gudda gudda si haa ebbisu waanan jedhu hin qabu Yone koo!!!!❤.
Kun dibata olii sif kenamedha . 🙏🙏🙏Waaqayyoo dhumakee ha Barechuu. ❤❤❤❤❤❤
Asmarii koo yoo farssan akka keeti.abbo nuf jirradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Uuufff waaqayyoo bara kee haa eebbisuu eebbifamii eebbifami ammalleen sirraa haa caallaqisuu Ulfini isaa bara kee guutu isaa duwwaa Lellisaa haafi haadhu barri kee utuu isaa qofaa faarsitu gatiin guddaadha jabaadhu😢😢😢
Yoone eebbifami (miinda lafa hojjetanii nyàtu dhugaadha
Yonee Waaqayyoo ayyan dachaa siifan dabalu❤
John guddaa eebbifami, jabaadhu!
Uuufffffff😢😢😢😢😢😢😢
Yoni God bless you 🙏 ❤️ 🙌 ♥️ 💖
Ayyaanni siif haa baayyattu jabaa nama
Kanuuma caala siifa kennuu ayyanna isaa waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Amen 🙏🙏🙏 Amen 🙏🙏🙏 Amen 🙏🙏🙏 garaa jabbesi guyya irrim nuuf jiduut in tufiin
Waaqayyoo sii haa ebbiisuu mana kee galgaalatii isaa hawwiiteetii gaali
Powerful worship God bless You
Amen Ameen ameeen ameeen ebifami dacha ebifami muca kakuu ❤❤🙏🏽🙏🏽🙏🏽
Anoo jecha tokko ati baaatu osoo dhamdhamuun isa itti aanuuf aarifadha. Ati eebbifamteetta silalii amma dhumaatti si haa dhaabu😢🙏
Waaqayyo Si haa eebbisu.
God be with you ❤️❤️
Ani orthodox garuu faruu kana dhagefadhe yeroo 2 oli dhagefadhe qufuu dadhabe ❤
Erga orthodox tatee bakkaa sii nyannee maf hoqqatta ree fakkesituu ecii orthodox tawahido kabaja qabddii😢😂😂😂😂😂😂
@dasttaa.ketama8789 ati Kan Mali dhufee na arge faruu Mali rakko qaba hunduu maqaa waqayoo farsaa waqayoo sitti araramu yoo si dhukkube Ana garuu nati toleera kabaja namara hin hirisu homtu arbaa namaaf hin jajarani
@@obseeshow9855 ok 👍 ebbifamii baqaa
Bayyeen sii jalladhaa dhugaa yonikoo❤❤❤
John eebbifami!🥰
Wow Ameeeen Ebbifamii qaxale kenya jabaadhu🥰🥰❤️❤️🙏🙏
Wow Amezing songs
Waaqayyoo dhumakee haa bareechu haadhookoo ❤❤❤
Uuuufffeeee ameen ameen wqyo baraaf jireenya kee haa eebbisuu daarbii deemii hoomtuyu sin qabin maqa iyeesusin 😢😢😢😢
Eebbifami haadho waaqayyoo baroota kee yaa eebbisuu❤
Uuuufffeee ayyanichi dachaa sif haa baay'atuu 😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifamii abbaa jechoota qaalii ayyaanni sif haa baay'atuu 🎉🎉
Barabaraan Ayyaana kana keessa nuuf jiraadhu 🥰
Waaqayyo ebba kanaan si badhaase haa eebbifamu. Dachau siif haa dabalamu
Eebbifamii daacha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jaabba nama ❤❤❤❤❤❤❤
Baricha keessatti dhoksee saa eeggatu golgisaa haadhoko❤
Ebifamaa namaa waqayoo sa ebisuu ❤❤❤❤❤
Ameeen waaqayyoo dachaa sa eebbisu
😢😢😢😢😢😢😢 farfanna kana yero meqaa iraa dadebbiyee dhagefadha hin qufamuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Gooftaan gooftotaa si haa eebbisu waaqa irraa yooniyyee
Uffeekaa.Gooftaako.Faarfanaan.kun.hin.Qufamu😢😢😢ilmi.Waaqayyo.Ayyaannaa.isaa
kanuma.Caalaa.Siranti.ha.
Dhagaalasuu.Abbako.Ebbifami😢😢🙏🙏💔💔💔
Ebifami waqayo barake haa ebisuu ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Yoni Koo eebbifammaii 🙏
Bagaa nagaa dhuftee 🎉🎉🎉🎉
Ebbifamaa waqaayoo sii ha ebbisuu 🥰
Uff ati kennaa gooftaan dhalootaaf kennee Gara manasaatti deebisuuf kennedha eebbifami
Ebbifami wandimmee♥️♥️♥️♥️♥️
Gooftaan ayyaanasaa siif haa baayyisu ammayyuu mucaa eebbifamaa nana!
John waaqayyo si haa eebbiisu malee maal Jenna sila 😢😢😢😢😢waaqayyo isaa mi,a isaa si godhaate nutti haasa,a jiruf immo galaanni haa ta,u❤❤❤❤❤
Baraa ke ha Eebbifamsu Eebbifamii
Eebbifami waaqayyoon dabale hubanaa,ogummasaa sif ha dabalu
Barii kee haa ebbifami yoonii ♥️❤️♥️❤️🥰❤️
ayyaanaa siif haa dabamuu
Ebiifii ❤❤❤❤❤
Waqaayyoo baraf jirenyyaa kee haa ebisuu ❤❤❤❤
Barriikee haa ebbifamuu ❤❤❤❤
Abbaa jechoota dilbii. Sii sagalee miidhagaa. Isa afaan gooftichaa. Ta'ee dubbatuu. Waa'eekeef goofticha galateeffachuu malee maal jenna. Eebbifamaa koo
Ameen Waqayoo si haa ebisuu mucaa qaxalee ❤❤