Mat. 24 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ³⁶ Yesus itti dabalee, "Guyyicha sanaa fi yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa, ilmis, namni tokko illees kana hin beekan. ³⁷ Bara Nohitti akkuma ture, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a. ³⁸ Bara sana bishaan badiisaa dura, hamma gaafa Nohi markabatti galetti, namoonni nyaachaa, dhugaa, fuudhaa, heerumaas turan. ³⁹ Isaan hamma gaafa bishaan badiisaa dhufee hunduma isaanii haree sokketti, utuu hin beekin akka turan, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a.
Bara itti dhufaatii gooftaa lallabuun waldaa kiristaanaa keessaa hafetti raajii dhugaa waa'ee dhufaatii gooftaa lallabu arguun eebbifamuudha.
Eebbifami nama waaqayyoo ❤
❤❤❤❤Uuuuuuuu yesus in dhufaa ❤❤❤nama gooftaa ebbifama ammayuu motummaa waqayyoo lalabaa
Ameen ameen ameen
Maraannata yesuus koo!!!! Ameeeen Ebbifamaa 🥰🥰♥️♥️🙏🙏
Ammayyuu Ayyaanni waaqayyoo siif haa baay'atu.Ati dur Nama guddaadha.jabadhu
Waaqayyoo siin haa Eebbisuu Eebbifama Eebbifama
Ameeeen abaa koo kotuu dafii yasusii ayii ❤️ aba rakina balata ati turanii kotu 😭😭😭😭😭📖🙏📖📖📖🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭
Ameen Ameen Ameen
Eebba guddaa argadhu raajii waaqayyoo
Nama nanaa ati dhuguma nama dibataati💪💪💪bara namni dibataa baay'achuu irra namni dhibamaan waldaa waaqayyootti gale keessa jirra hhhhh yesus keenya bara baraan gooftaadha Ameeeeeeeen haalleluyyaa💪💪💪humna maqaa yesusiin ayyaanniif humni dibataa kun hamma dhumaaf hamma du'aatti hafee sirra haa jiraatu eebbifami guddaa💯💯💯✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅💪💪💪💪💪💪💪
Ameen
ammen ammeen essajiratuu
Amen Amen Eebbifami
Ameeen Ameen ebbifamaa ebbaf ta'a ❤❤❤❤🎉
Amen Amen Amen ❤❤
SHARE Gochuudhaan Hojii waaqayyo na wajjin hojedha❤❤Adaraa
Ameeeeennnn ameeeen 🙏 ebbifama
Ameeeeen Ebifamaa Namaa waqaayyoo Baraa Keessan Haa Ebisuu ❤️❤️
Ameeeeen ameeeeeeen
Ameeeeee Ameeeeee Ameeeeee
ebbifamaa barikessanhaebbifamuu
Ameeen Ameeen Ameee Ameeen Ameee Ameeen Ameee Ameeen Ameee Ameeen Ameee Ameeen Ameee Ameeen Ameee Ameeen Ameee
Yaa waqaayoo guyyaa dhufaa keti siin bekuu nan hin jedhin 😢🙏🙏🙏🙏😭na yadadhuu 😢🙏🙏🙏
Galatomii
Galatomii. Amen. Amen. Amen. ❤❤❤
Ulfadhaa. ❤❤❤
😍🥰🙏🤲😍🤲🙏🤲🙏😍
Ebbifamaa ❤🙏
Ammmeeen Ammmmeeen Ammmeen Ammmeen Ammmmeen Ebbiiffamaa Ebbiiffamaa ❤❤❤
Namatii toolaa dhugaa waaqayoo
❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
𝐀𝐦𝐞𝐞𝐞𝐧 𝐲𝐞𝐬𝐮𝐬 𝐠𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐝𝐡𝐚 ❤❤
❤❤❤❤
ameen ameen ameen ameen😭😭😭😭😭uuffee💕💞💓💗🤍🩷
Amen Amen Amen🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Amen amen amen amen
Ameeeeen Ebbifaamaa Ebbifaamaa 🥰♥️
Ebifama waqayyoo bara kesan hae,bisu
ammen ammen ammen❤
Ameen Ameeen ❤❤❤
Yesus gooftaadha Ameen Ameen Ameen
AeeeeeeeereeeAeeeeeeeeAeeAeeeeeeeeerrrrrreeeeeeeeeeAAeeeeeeeeeeeeeeAeeeeeeeeA🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉❤🎉❤🎉🎉❤🎉❤🎉🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Mat. 24
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴⁰ Gaafas namoonni lama lafa qotiisaatti in argamu, inni tokko in fudhatama inni kaan immoo in dhiifama.
⁴¹ Dubartoonni lama dhagaa daakuuttiin daaku, isheen tokko in fudhatamti isheen kaan immoo in dhiifamti.
⁴² Kanaafis gooftaan keessan yoom akka dhufu hin beektan, dammaqaa!
⁴³ Abbaan manaa halkan keessaa yeroo hattuun itti dhuftu utuu beekee in dammaqa, mana isaas hin qochisiisu ture; kanas immoo yaadadhaa!
⁴⁴ Kanaaf isinis immoo qophaa'oo ta'aa! Ilmi namaa yeroo isin quba hin qabaatinitti in dhufa" jedhe.
Bakki eessa?
Mat. 24
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³⁶ Yesus itti dabalee, "Guyyicha sanaa fi yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa, ilmis, namni tokko illees kana hin beekan.
³⁷ Bara Nohitti akkuma ture, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a.
³⁸ Bara sana bishaan badiisaa dura, hamma gaafa Nohi markabatti galetti, namoonni nyaachaa, dhugaa, fuudhaa, heerumaas turan.
³⁹ Isaan hamma gaafa bishaan badiisaa dhufee hunduma isaanii haree sokketti, utuu hin beekin akka turan, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a.
Mat. 24
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁹ Yesus itti dabalee, "Rakkina guyyoota sanaa booddee achumaan biiftuun in dukkanoofti, jiinis ifa ishee hin laattu; urjoonni waaqa irraa in harca'u, humnoonni bantii waaqaas in raafamu.
³⁰ Yommus milikkinni ilma namaa waaqa keessatti in mul'ata; yeroo sanatti sabni biyya lafaa hundinuu boo'uuf jiru; ilmi namaa immoo duumessoota waaqaa irra humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu isaa arguuf jiru.
³¹ Inni ergamoota isaa waaqa irraa sagalee malakataa guddaa wajjin in erga isaan immoo warra Waaqayyoof fo'aman qixa arfanii, andaara bantii waaqaa gar tokkoo hamma gara isa kaaniittis walitti in qabu" jedhe.
Mat. 24
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁹ Yesus itti dabalee, "Rakkina guyyoota sanaa booddee achumaan biiftuun in dukkanoofti, jiinis ifa ishee hin laattu; urjoonni waaqa irraa in harca'u, humnoonni bantii waaqaas in raafamu.
³⁰ Yommus milikkinni ilma namaa waaqa keessatti in mul'ata; yeroo sanatti sabni biyya lafaa hundinuu boo'uuf jiru; ilmi namaa immoo duumessoota waaqaa irra humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu isaa arguuf jiru.
³¹ Inni ergamoota isaa waaqa irraa sagalee malakataa guddaa wajjin in erga isaan immoo warra Waaqayyoof fo'aman qixa arfanii, andaara bantii waaqaa gar tokkoo hamma gara isa kaaniittis walitti in qabu" jedhe.
𝙇𝙖𝙡𝙖𝙗𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙣 𝙦𝙪𝙛𝙪𝙪𝙣 𝙙𝙖𝙙𝙝𝙖𝙗𝙚𝙚 𝙪𝙪𝙪𝙪𝙪𝙪𝙛𝙛𝙛𝙚𝙚𝙚𝙚𝙚 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢 𝙢𝙞𝙮𝙖'𝙖𝙖𝙖𝙖
Ameen Ameen Ameen
Amen Amen Amen ❤❤
❤❤❤❤
Ameen Ameen Ameen