Dhugaa dubbachuuf ayyuun ayyuun amma sirrii hin jirtu yoo duute haa duutuu ati hamma ijoollee kee argattutti hin taa.inii yoo rabbiin ijoollee kee si argachiisemmoo sumayyaa qilee haa seentu ilmaan kee fudhadhu boriifuu sumayyaan dhiiga namaaf nahu hin qabduu😢😢😢😢
Baga isi jirtu mali gota hita walyi amle si amlxi dhokadhu debi bidiya hin himini sido hiciti dhofdhu yo ama dete si dhgte amle hin dhokti rabbii si halfisu garu ❤❤😢😢
saido rabbii sumayya kana sifi alafisu isa akasiti sidhamaftele ofini bekite nabalese aba ilmani koti sini ajetu rabbi tola silafaisni inishalla rabbii ilmani ketini wolini isini agau abishiri sila nama bara ama ilimoko jedhu jira ai utu abani huda ilimosati bo.e akaketi sila mali qaba malifu rabbii amani boda sira aqabu nagadhani hadha manaketifi ilimani ketei si adebisu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa waqaa akkaa harraa kolofee hin bekuu annii 😂😂😂😂mee. Namii akkaa koo kofalatan lakkii godhaa👍👍👍👍👍
sayiduu baay'ee natti toltee har'a waanan dhala kee kan caale hin jiru yeroo akkas jettu akkaate dhala keef sumayyaadhaaf jaalaladhugaa akka ti qabdu amma sumayyaan si hubatti dhiifama siigooti isha allaah❤
Dhugaa keeti jetee jirenyaa nama diguu irraa du'uu siif wayyaa
Eyan
@@siifaanbadho1742 dhugaa jetee
Dhugaa keetii
Yes dhugaa
@@siifaanbadho1742 dhugaa jetee rabii uffu
Mee Namin aka ana yasun isi kolfisisee 😂😂😂😂
Dhugii dhugii saidoo gobezii rabbiin waliin sihagahuu ilmaan keetiin yaa rabbii tunii balageedhaa ayyun tunii sareen ofbichaa jalatii
Original miti kan jedhe sun jechisa kan isin kofalchisee like 😅😅😅😅😅
Wow saido har'aa jabaatee kunoo
Ilmaan kee hin caaltuu Ayuun
Waaqayyoo Ilmaan keetiin
Waal sii haa Agarsiisu ❤❤❤
እቺ እራስ ወዳጂ ሴትዮ አሁንም እዛው ናት አይ ሱመያ እናት ወልዳለች ሁለት ልጆች ይዛ እንዳንቺ አልተንፎቃፎቀችም !! የምትሉ እስኪ ደምሩኝ 🌺
ኧረ ሱመያ ጀግና ሴት ናት
Haraa dhiraa tatee saido dhugaa ❤❤
Masha Allah Saido wallahi dhira taate arra duraanuu jiruu kee balleysuufi malee ofi hin ajjeftu 👏👏👏👏
Dhugaa keti namni jirenyaa kee dige qalitii tanaa dantaa ishiti demi garaa ilmaan tetii tun jirenyaa keef hin tatuu
Atii dhugaa Aabbaa jdhugaa Aabbaa maatii ufiijalatuu dhaa ,heduu sii Dirirsaa wollaayyi!!! Rabbiin irraa sii ansuu inshallah,jartnii tehee sumayaan betuu intaalatii sii jalaatii irraa hin haafnii j… rabbiin sii haa laafisuu
Nanii akaa moo ayuti kolfitani laikii godhaa mee😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yasuu kolfee kkkkkkkkk orjinalaa mitii qamasii jedhe kkkkkllll
@Aminahusen-du1bg eyenii dhugaa amasii lalii jedhee iyasunii kabala qubsite ayunii
@@bashaduuamaan1337 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
😅😅
Ijoollee kan darare sihi malee isii miti bakka jiraatan jarri haa filatan maaltu si galche ofittoo sa'iid dhiira taate ❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wallaahii dhugaa baguma akkas jettee saidoo kan ayyuu garaa nagubee hin jirui an baalaagee kana
Demii atti saidoo karaa nagayaa waan ilmaan namaa gotuu abbaa fi haadhatuu bekaa jalalaa ijolee ufii💔💔💔 sumayyaan si jalaa dhokaatti vidiyoo hin woraabbin hangaa yamaan getuuttii🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Guyumaa tokoo taragagatee hin hasoftuu maratu fayaa maali kuni😮😂😂 wow baredaa gotee waqayyoo ijolee kee saa argisisuu🎉❤
Sitii xabatee jitii tunii balagenii wolayii demii imanii teesoqadhuu 😢😢😢rabinii imanii tetii sihaa debisuu ishaalaa😢😢 amshirii
Dhugaa ketii wlh daima kee woni sif calu hin jiru rabiin ijole keti si haa debisu sayido😢
Hinuma,gubbatee warrii jetanii wayyoo sa,idooo yeroo hundaa sila, barkinumanii dorsisti jedhee baga bitefii❤❤❤❤❤😂😂😂😂
😅😅
😁😁😁👍
Rabbii sii haa gargaaruu daa'imaa kee waalin sii haa argisisu jabbadhu dhugaa
Sa'iid maashaa allah bagaa biteefi ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉dhugii duiii wayaa wabii bolaa si ha
Wallahi baga bitteef sodaachisaa jirti rakkisaadha moo wallaahi isiin ijoollummaan isin dhumattu hedduu takkaan koflee har'aan tana wallaahi rabbi nagahaan maatii keetiin si haa deebisuu rabbi nagaa walis na garsii suu.
Sumayaa Rabbii odadhuu guyaa qimamaati yomamaantee gaayee dhifaamaa godhifi sumayaa Sai'doof dhimafaa godhifi sumayaa Rabbii jedhii sumayaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Bidiyoo hin worabinaa bidiyaa argitee achii badii amalee sumayanii hayunii haa ifii ajeftuu dhisii denii garaa dimaa tetii😢😢
Sarii jetee Waly oso vidioo hojachu dhise caluma jadhe osoo deme waya ture ama vidio wan argituf achi kesa bate dhokatii 😢😢
Yoo ama hin himane serii yutubu hin dhoraga
Kaa buultii jaaraa akkaas goodhee isiidhaa jaazbaa ❤Sahiidoon❤Suumee❤❤❤
Saaidoo haraa diraa tatee dugaa rabi gobaz kafoo❤❤👍👍👍
Haraha male hin dalayane saido rabbii summaya woliti sii haa debbisu ishaa alha yaa rabbii summaya lafasii 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Rabbiin rakkoo tana keysaan Si haa baasu 😢😢😢😢
Sahido dhiira taate maadhiftere of ajjeesu😂😂😂😂😂😊
Yaasunimmo nakofalchiise😅😅😅😅no orjinal
Mucaatima taana jibba ani rabbi dhabama si haa godhu jireenya sumayyaa ka dige si'ii
Auuziibillh namituma hayuuu jedhan tana argaa jiba an jirenyaa nama diiydee amalee of ajjessaa jetii tuun fanadoon😂😂😂😂
Wly anile isima jibaa 😂😂
Anis Argama micayo tanaa jibaa wallah tun sammu hin qabdu sehaa bulti namaa yoo diyduu xiqomaa hin yaadun tun sareen sumaya dhugaa qabdii gochaa kessa dabarsite malee
Yaasuu hee barana kaballaa ayyuu quufte jalaa achi siqi dubbadhu genaa of eegi akka hoffoltu
Baga bittef wly sayido rabbin ilman keetin woli sii haa agarisisu inshalla 🤲🤲🤲🤲🤲😢
Eee wly😢
አሁነዉ በቃ ወድነትህን የሰያሀዉ ሰይዲ ወላሂ በሞት እያስፈረረች እስከመቼ👍👍👍👍👍
Saidii bayyee naa gadisisee dhugaa ayuu ati jerenyaa isaa jeqexee dhugaa 😭😭😭😭
Saido demi ujole tee aka si jala hin rakane soqi ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wallahii rabbin si haa lafisuu inshallaa tana maratu rabbin sirraa busee haa dutuu demii atii
Hillim haa jettuu🙈🙈
Saayiidoo haadhaa dhiiraa tatee dhugaa hikii mucaa kanaa kunii maratudhaa sumaayaa siif wooyaa
ዛሬ ጉድ ሠራው ሳይድ መጀመሪያም አውቀኑ ሱማየ ታቃለች አዩ
❤❤❤❤❤ dhugadha har'aa natti tolte sahido uuppa
Saidoo nama itti ergii otelaa san amalee hin argatuu sin ka dura warabdee gadi dhiftee sa ido namaa adan jiru itiii ergimee duraa😢😢😢
Dhugadhaa Debii,ii demii sa,idoo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉ayyuu ittii tirgiim godhii dhugikaa maal nuu galchee nu,ii
Wanii ajaibaa dhugaa sahido rakatee baranaa😢😢
😂😂😂😂😂😢😢😢😢
Dhugaa dubbachuuf ayyuun ayyuun amma sirrii hin jirtu yoo duute haa duutuu ati hamma ijoollee kee argattutti hin taa.inii yoo rabbiin ijoollee kee si argachiisemmoo sumayyaa qilee haa seentu ilmaan kee fudhadhu boriifuu sumayyaan dhiiga namaaf nahu hin qabduu😢😢😢😢
Waqayyoo kannaa kessaa siihaa basuu saidoo😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Sumayyaa dhifamaa godhiif rabbiinuu namiif dhissaa bulttii tettii debbii baa allaa❤❤❤❤❤
ሰይድ ግን ዙሮቢ ነዉ እቺን ያገበዩ ትክቶክ ላይ ራቁቷን ያበደች ካገበይ ሀይቀር ትክክለኛ ሙስሊም አታገባም ትዳሪ መበላሸቱ ካልቀረ በዴና ዲኑዋን የምታከብር ሴት ቢሆን ጥሩ ነዉ😢😢😢
በጣም
እዉነት ብለሻል 😊
Wabiin Hayyudha Ayyun Osoo Duute Nama Gaddisiisu Dhugi Wlh Barakina😢😢😢😢😢
Said video hin warabiin duras akka kanati shawadamte us jedhi demii 😢😢😢
Sumayaan kana argite sii jelaa badii uttuu video warabuu dhiftee akkasuman demtee siif wayaa kun dhamsaa koti waaqayyoo sii haa gargaruu 😢😢baay'ee sii dhamaftee milka'i rabbii sii haa milkesuu 🤲🙇🙏🤲🙇🙏😢🙇🤲😢🙏
Saa
Waayyii Yaasu nama kofalchiisa original mittii Qammasii ilaaliimee jedha😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂 Diramaa keessani daass jedha Wallah
😅😅😅😅😅😅😅😅
😂😂😂😂😂😂 orjilanaa mitii 😂😂😂 qamsii lalii jedheenii
Dhugaa akka hara kolfee hin❤beekuu😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@Kusulmaaismalii amma argeyu bakka sani
Sumayani garuu musulima atii abaa ijolee keti tabata
Ayyuu kanaa itto na ta'ee irran dhabadhayu gadii ishee gonbisee
Dhugaa rabii
Dhugaa rabbii maal isheen kuni icci
ሰይዲውሻያገባ,መሸምውሻነው,በጣምይገባሀል,ትንሽእንኳንየሱምያስሜትአታስብም,ትንትናየለቀቃችሁትን,ለምን,ቆርጣችሁአትልኩም,ባለጌነህ,ሱምያን,አላህይጠብቃት,ከነልጆቿ,አላህጦብሩንይስጣት,የኔሚስኪን,ቢያንስ,እንኳን,ለተመልካች,ክብርይኑራችሁ
Wallay akka hardhaa kolfee hin bekuu hojii keessaa 😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂
Ayyuu koo rabbi dhumaa kee haa barechu jara gowwaa kana gidduu rakkate miskina
Kkkkkkkkk
😂😂😂😂😂😂
ይህቺ ቅንቅናም ጣዉንት ራስ ወዳድነቷ እስከ ጥግ አኡዙቢሏህ ራስ ወዳድ ነሽ ልጆቹን በአንቺ ሊቀይራቸዉ አይችልም አንቺ ቆርቆሮ ተረጋጊ ሱመያ የእኔ መልካም ከዚህቺ ከከፍ ጣፍንት ክፍት አሏህ ይጠብቅሽ በጣም ክፍቷ እስከ ጥግ
ኢወላላላላ እደማይፈልጋትኳ አይገባትምምምምሜ😅😅😅😅😮
ጠጭ። በረኪና። ባለጌ። ተዳራቸዉን። በጠበጥሽዉ።
Bagaa bitefii baranumaa dhiraa tateyuu dhugaa rabbii
Dhuga.waaqaayoo.siti.xabate.Sumayani
Rabbin ijoolle si argissee siha gammachisu
የሠው ሠው ወድጄ ያውም የተውሦ የልቤን ሳልነግረው ሄደ ተመልሶ😂😂ስጦታው ተመቼቶኛል
ኦወላ😂😂😂 ዛሬ ወንድ ወቶታል😂
Wuwuwuwu sayido hara'aa garaa naa geessee dhugaa isaayyuu isheen hin dhuftuu jetee dubaati intaala kanaa akkaani jibbuu dhugaa ofii jalaatti ijoollee saarra addaa bastii safuu hiccii du'ii kanii sii caalu hin du'aa mitti
S🎉🎉🎉🎉🎉👍👍👍👍
አይይዬይ ሡመያያያያ ጀግኒት
Wolh bilahi imaa senaa sitti tatee hayyun osoo mucaa kana dhiftee si jalate ati iti saftaa😢❤❤
Dhugaa jetee du,ii ijoolee sababa kessanif biyya ambatii rakkatartuu sana hin calituu du,ii amuma murtii sirrii murtefatee 😂😂😂😂😂ayuu jabbadhu dogongora sirresartaa dhugi dhugii dafi nu sii takkatif jeche daimani wama bekkine dhabbu qabinuu
እኔ ሠዉጠለቸአላቀም ግን እደሀዩሠዉ ጠለቸአላቀም እራስ ወዳድናት ልቦና ይስጠሽ የምታምኒዉ አምላክ አች ሠይድንም አመጥኒዉም ያችለምና በጣም ያስቃል ማፍራ
Ayyuu😢😢😢😢😢😢😢
Baga isi jirtu mali gota hita walyi amle si amlxi dhokadhu debi bidiya hin himini sido hiciti dhofdhu yo ama dete si dhgte amle hin dhokti rabbii si halfisu garu ❤❤😢😢
Kan sii basuu intalaa kana dhistee hadhaa ijollee kee ararfachuu dhaa
Rabiin ijolee ketiin walsi'agarsisuu sayidoo abshiir obsaa godhadhuu ni'argitaa ishalaa
Yesii dhuga ketii sayidoo ilamanii tetii calaa amshir rabini inamanii tee walifi haa garsisuuu
Sa'idoo Rabbii matii keetini walliti si haa debisuu jabbadhu taa maratuu irraa fagadhuu ijolle kee si hin caltuu
Ayyuu qaata siif guubana wayita ummani koomantin si arabsuu garuu amma daangaa bira tarte ayyuu inni ofifuu rakkoo keessa maaf hinuubaneef maraatu icc
Baga bitefii isifi jechaa mati kee dhabde😢😢😢😢😢😢❤❤
Tunii takamii fayaa qabdii maratudhaa dhugaa rabbi 😢😢
saido rabbii sumayya kana sifi alafisu isa akasiti sidhamaftele ofini bekite nabalese aba ilmani koti sini ajetu rabbi tola silafaisni inishalla rabbii ilmani ketini wolini isini agau abishiri sila nama bara ama ilimoko jedhu jira ai utu abani huda ilimosati bo.e akaketi sila mali qaba malifu rabbii amani boda sira aqabu nagadhani hadha manaketifi ilimani ketei si adebisu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Sayiido haardha onne dhiraa godhaate nu gammachifte waan hadhaa mana jaalqaba ilmoo caluu hin jiruu intaala jaalqaba kastee maraatu kanaa aciiiiiii
Sumayaa rabii ja.ii sai.doof dhifamaa godhiif sa.idon dhugaan si jalataa intalaa tanaa duraniis dirqamatuu itii naqee malee jalatetii mitii😢😢😢😢😢😢😢
የሰው ባል የሰው ባል የሰው ባል ተውሶሆ የልቤን ሳልነግር ኤደህ ተመልሶሆ የሚባለው ተርትህ አልሰማሸም አይሁ ተቡዬሄ ሱማያ አለችህ ርሳሸህ
Wallahi sahidoo dhugumaan nama ati hadhaa ilmaan keeti akkatti barbaadun dhugumaan dhiraa ati
saidoo hara garaa na geeche dhugaa rabii sumayaa king 🤴 💖 ♥️ ❤️ ❤❤
Sumayaa Rabini sodadhuu ☝☝☝☝☝☝😭😭😭
Yes sa'idoo kiyya har'a natti tole
Welhi bilahi sababaa keesan jalaleekoo waggaa 1 ol jaladheen gargar bahee rabbi sinin dhisiin
Saidoo haasaa isaanii hin dhagaahiini deemii ijoolee kee barbaadadhu nama dhalee beekuutu waahee dhalaa beekaa ishii
Ayuu bayee namaa jibiftee dhugaa anuu sin dhalaa ijolee kee hin barbadin sin dhalaa jetii salponii😅😅😅😅😅😅😅
Soobedudha ati siilumaa sobaa naduaa jettee namaa hingowmsene ayyuu suumayya fii saedoo adasete hingauu sife deeme ijolesaa habarebadatu 😂😂😂😂😂😂
Abo Barakina dhugii jiduu Nama Bahii
Sayidoo rabbiin obsa sif haa kennuu😢😢😢
Wayoo wayoo wabii koo situu garaa koo na natee miskinaa koo
Dhugaa keti dhugaa jetee Saido ilmaan kee barbadii😢😢😢😢😢😢😢
Sumaayyaa sitti taphachuuf jirti ishees maraachuudha inni sitti booda sitti dhufti su isheen gorsa nama hin deemtii diidaa olii irra jiru hin dhama'in maallaqa akkana si'a fassatu burjaa baastee de fumburaa ishees taphattee si maraachuudhaafi kan durboodumaa ishee hin barbaadan ittishee dhiisii nutti fi addaan argara sitti dhufte orgaani maallaqa umuraa godhee maallaqa akkanaa baasu kan
Yaa rabbi dhugaa godhi garufuu anyone dhageyinii ilmaan kee barbaadadhu
Bayy'ee garaa naa qabanesee sadii baga ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂
Dhugakete saedoo hamaa baka dhuga demaa jiiritaa 😂😂😂😂😂😂😂
Sayidoo hardha garii gotee❤❤❤❤❤❤❤❤
Ayuu bayiftee walahii ilmaan isaa dhabee jirenyaa isaa gutuu gubataa jirataa atuu Akamitii gamadee jirataa mee hin yaduu balagee saidoo raabiin joolee tetiin wal sii haa agarsisuu yabo sumayaa ❌😢😢
Saiod dhugaa rabbii waqqayyo sii bira dhabatuu demii ijjollee keef hadha warra kee kaa ilmaan kee waliin rakkatuu barbadii yoo barbadee Ayuu ofii haa ajjessitu malif jenan lubbii nama sadii ijjollee keef hadha warra kee biyya orma jiru bay'ee ulftaa dhugaa waqqayyo debi'ii gara Yamiin itti Saiod kenyaa Sumiyya Saiod ijjollee kee waliin matii jalaalaa please waqqayyo tokko isanii haa godhuu❤
Hin turaa male hin bulaa male rabbi imaa jazaa debi,af summayya