Buu'a ba'i aduunya kaana garaf dacha na wajjiin buute.. Hin dagadhu yaddo jireenya saaggo korra isaa atii fuute....O.....akka itti nu ebbistanitti Ebbifama🙏😍🙏 Keep it up Sanbe !👌
Amen! waaqaf haa ta u galanni. Is really emotional song, i somehow remember the situation you went through Gods grace sanbe, PRAISE TO GOD ON HIGH!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Faarfannichi baayyee natti tolee jira. Faarfannaa Adveentistii TH-cam irratti bahuun isaa baayyee gaariidha. Waldaan keenya waldoota biyya lafaa Irraa kan isheen ittiin Adda baatu sirna faarfannaa tasgabbii qabu qabaachuutiini kanaaf ijoolleen keenya Faarfannaa TH-cam irratti gaafa feetan of eeggannaa godhaa. LET US TRY TO SHOW CULTURE OF SDA SONGS AS MUCH AS POSSIBLE GALATOOMAA
Woww ulfffadhuu yesuskoo maqakee aebifamuu ameeeeen amennnnnnnn❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉wedduu eddu namat toludha ebbifamaa
Amenn Gudda Ebbifamaa dhifama garuu sochi kana SDA
Uuuuuuffeee Ayyaanii waqayyyoo dacha Dachaadha siif Haa baayyaatuu ittii fuufii hamma dhumaattii jabadhuu dhabbaadhuu
Very beautiful song.I don't understand the language. I'm very happy when I listened it.God bless you
Anis jecha hin waaqayyoo gudda isin haa Ebbisu!! Jecha isa kamtu qalaate,...!Ameeeeeeeeeeeeeeeen.
Buu'a ba'i aduunya kaana garaf dacha na wajjiin buute..
Hin dagadhu yaddo jireenya saaggo korra isaa atii fuute....O.....akka itti nu ebbistanitti Ebbifama🙏😍🙏 Keep it up Sanbe !👌
Jalqabnikoof xumurrikoo sikeessaa
Gooftaan dabalee.daddabalee si haa Eebbisu 💕❤❤
Sanbee guddaa nuuf eebbifami baayyee nutti toleera
Amen Amen 🙏 goftaan haa galetèfamuu akkataa kanatii sii arguu kenyaaf sabè
Faarfannaa baay'ee nama eebbisuudha. Waaqni guddaa isin haa eebbisu hunduma keessan
sanbee waaqayyoo daddabalee si haa eebbisuu !!!!!! dhugaa faarsaa baay'ee miidhagaaf baay'ee nama eebbisuudha. aarsaa jabaa kaffaltee faaruu akkas nama eebbisu nu biraan ga'uukeef, waaqayyo si haa eebbisuu. xmura seenaa biyya lafaa kanattis hojii ajaa'ibaa hojjechuu akka dandeesuuf waaqayyoo hafuura Eliyaasiif kenne siif haa kennuuuuuuuuuuuuuu
Ameeeeen. Guddaa eebbifami Gemechis
Inni waan hundaa keessatti si gargaaree abbaan hojichaa ha ulfaatu,atillee Eebbifami Sanbii
Amen! waaqaf haa ta u galanni. Is really emotional song, i somehow remember the situation you went through Gods grace sanbe, PRAISE TO GOD ON HIGH!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Wwwwwwwwwwaaawwwwoooo uuuffeee Ameen waqayoo bara keessan haa ebbisuu
Welcome Sanbe! Faaruu bareedaadha!
baayyee baayyee ittiin eebbifameera waaqayyoo qooda fudhattoota clip kanaa hunduma keessan haa eebbisu.........
Ebbifama hundumtu
sanbi waaqayyoo dachaa si haa eebbisu qindaa'insi faarfannaa kanaa baayyee kan nama hawwatudha.
Nagaan siif haa ta'u. Bayyee bayyee garaankoo yesusitti naa dammaqe gaafaan farfaannaakee dhaggeeffadhu. Ammallee gooftan sii haa Eebisu.
farfaanna baayee gaariidhaa waaqayyo sii haa ebbisu
Ebifamii farfanaaa bayy'ee nama ebisudhaa
Ergaan faarfannicha baayyee garaa na cibseera. sochiin kee garuu .... Goofaatan ayyana isaa itti siif haa dabalu.
yoom akka an farfannaa kana qufu naaf galu dide😍😍❤❤
Eebbifami yaa nama waaqayyoo !!!
Atis Eebbifami!
sanbee koo waaqayyoo guddisee si haa eebbisu
Gooftaan si haa Ebbisu jabaadhu!
Amen, may God bless you my brother sembeto
Sanbatoo....waqaayoo dachaa dachaa sii.ha'aa Ebisuuu.....!
Baldhinsaa ofaafotiii sii. Eganaa
eebbifamaa waaqayyo isin haa eebbisuu
Gooftaan si haa eebbisuu !
ameen ameen rabbii sin waliin haa ta.uu!
Eebbifamaa hundumti keessan🙏🥰
Kabajamoo fi Jaalatamoo hordoftoota keenyaa, yaada jajjabinaa fi qeeqa afuuraa nuuf qooddan hundumaaf isin galateeffachuun barbaada. Hundumti keessanuu eebbifamaa. Hojii kana keessatti hanqinoota mul'atan hundumaa hojii itti aanu keessatti sirreessinee akka dhiyaannu waadaan siniif gala!! Eebbifamaa!!!!
Amen waqayo issin haa ebisu
waaqayyoo oggummaa isaa dachaa siif haa daabalu
Faaruu Namaa Eebbisuu Sabe koo
th-cam.com/channels/p7f5qUOQdN2SUuctDD5erQ.html
Guddaa Eebbifamaa! It's really blessing song!
Amen 🙏 may God blessed you sanbe
Ameeeen Ebbiifaamii bro koo 🙏🙏🙏🙏
Eebbifamaa
Realy sembeto God blessed you again more he bless you,keep going till jerusalem,we are blessed with your song
th-cam.com/channels/p7f5qUOQdN2SUuctDD5erQ.html
Ebbifamaa!
Ebifamii waqayoo sifanaa hataa'uu hamma dhumatii
Ameeen Ameeen Ameeeeen Ameeen 🙏😍🙏💕
Eebifamiii Bro
th-cam.com/channels/p7f5qUOQdN2SUuctDD5erQ.html
The grace of lord beyond up on you sambe! praise to lord for his work all things done for us by our father appreciation for him!!!!ame!
waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisuu akkanumaatii ittii fufii
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen ebifami ebifami
Nuuf galatoomii
Faaruu kee irra deddeebi'een gaaf dhagayu yeroo amantaa koon cimaa ture san na yaadachiifte...faaruu keetti hafuuratti na deebisa...
Eebbifami sambe
faarfannaa miidhagaa, ergaa guddaa qabuudha. Waaqni manasaa keessa cimsee si haa dhaabu! amma dhumaatti kan dhaabattee faarfattu ta'i!
Brother Ebifamii❤❤❤
Ebifaamii ammayuu waqqayoo siifaana yaata'uu anniisii ittii ebifamee hunduu ittii ebifamma abidin qaba Ameee Ameee Ameee
Ebiffamii
Amen 🙏 waaqayyo si haa Eebbisu
Waaqayyo guddaa si haa eebbisu ayyaana isaa siif haabaayisu
Aayyaani waaqayyoo si wolin haa ta'u❤❤❤❤
Ebifaamii namaa waaqayyoo Raji yeroo dhumaa Atif Girmayee bayisaawaqayoo isin fanaa hatauu isin hangaa dhumatii nama ergaa isaa lalabuu taa
Ameeeeeeen ebbifimaaa
Sanbe waaqayyo daddabalee si'aa eebbisuu
Amenee ameneee waqayyoo si haa ebisuuu
Ebbiifame 🥰❤️👈
Ameeeeeeeen💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏
God bless u!!!!
Eebifami gooftaa si gargaare galanni haa gahu . garuu yoo farsitu sochiin qaamaa baayyatee jira
Ameeeen!! Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu
Wow so Amazing God bless you more💕
th-cam.com/channels/p7f5qUOQdN2SUuctDD5erQ.html
amen amen amen 🙏
Amen Amen Eebbifami❤️❤️❤️
Kana farffannan dhuguma. Garuu dur akkamitti hin soocha'amu Amma garuu baayeeman jaalladhera
jabadhuu
Ameen ebbiifamiiii
Sembe❤️ I liked your concentration and freedom in your worshipping. Jabaadhu!
Melaku, may God abundantly bless you!
Gooftaan hamma dhumaati si dhaabu SANBE faarsaa kana yemmun dhaggeeffadhu keessikoo baay'ee na raafama .
wqyoo SI haa ebbisu snbto sochii sirrii miti sirreeffadhuu😮😮
Gooftaan haa. Eebbifamu barabaraan isinis baayyee eebbifamaa
So wonderful 💞, thanks
Wow Senbe God Bless you
Waaqayo isin ha eebbisu
GOD BLESS!!!!!!!!
eebbifami
May God bless you
Amen ebifamaa
Ameen Eebbifami
Waqayyoo si ha eebisu sanbatookoo
Ameen Eebbifamaa !
God bless you
Thank you everyone! May God bless you!
Eebbifamaa hundi keessanuu!!!
Amen
W/yyoo si ha ebbisuu
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤🙏🙏🙏
🙏🙏🙏🙏💖💖💖
Farsaan baay'ee jaalladhu
🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰
Faarfannichi baayyee natti tolee jira.
Faarfannaa Adveentistii TH-cam irratti bahuun isaa baayyee gaariidha. Waldaan keenya waldoota biyya lafaa Irraa kan isheen ittiin Adda baatu sirna faarfannaa tasgabbii qabu qabaachuutiini
kanaaf ijoolleen keenya Faarfannaa TH-cam irratti gaafa feetan of eeggannaa godhaa.
LET US TRY TO SHOW CULTURE OF SDA SONGS AS MUCH AS POSSIBLE
GALATOOMAA
th-cam.com/channels/p7f5qUOQdN2SUuctDD5erQ.html
Advnetise 3:42
Good
Jnmmnn
Ebbifama hundumtu
eebbifami