Kan dhugaa nama hin daganee waqaayyoo qofaadha 🙏🙏🙏🙏 kanafuu abdii hin kuuti koode too jireenyaa dirraa lafa abjudhaa wan ta'ee obsii jajabadhuu 💪💪 kayyoo kee garaa fuduraa wel came game👍💕💖
Ya obboleti ko obsi raabi juruu kes fayya kes sif hamilkesu obsi hunduu hin darbaa caraa dhumaa kenyaa roron nuraa gahu ya itaala biyya ko 😭😭😭 anis akkasuma senaa one na madese qabà raabit ke dhisse malee
Ani dhugaa dubbachuuf seenaa isaafi mudannoo jalaalaa isaan keessaa ture fi bu'aa bahii jireenya nama dhageeffachuf baay'ee na Gammachisu garuu sirboota ati itti fayyadamtu fi mataa duree ati filate you tube irra gotu nati tola jabaadhu
Uuuuffff seenaa qalbii nama cabsuu😭😭😭 Yaa garaa jabeenyaa ilmaa namaa!! Obsii obbooleettii koo waaqayyoo sammuu kee Naga sif haa godhuu tasgabba'ii hamma sif danda'amee of irrafachiisuuf yaalii hiriyootaa kerraa hin fagatiin waliin taphadhuu yaada Wal jijjirii
Yoo yaadan of cinqitee bodaa sammuu kerrattii midhaa qabaa dhibee heddufillee nama satiilaa obsii rabbittii kennadhuu Innuu guyyaa tokkoo otoo atii hin bekiin dhugaa kee sif kennaa giftii koo haadha kee umurii sif haa dheressuu jireenyaa kes rabbiin Barakaa kessaa sif haa ka'uu Amiiiiiiiiiiiin🤲🤲🙏
@shewa tube 1 kana Duran sif godhee jiraa sanyii😍
Well come Game🥰🥰🥰
Obsa sif haa kennu hundii darbaa!!
Hadhaa ofiitif osoo idabarsin lubun ishee akaa idabaree waqayoon kadhadhaa anilee Aba malee hadhaas abasi tatee nagudistee ofii belofteet nafii latee ofishet lukaa duwaa demteti anani chamaa natii ufistee nagudisut ofii shetii wameqa tatee armeekoo waqayoo umurii dheraa sif hakenuu bay,ee sijaladhaa naaf jiradhuu 💕💕💕💕🙏🙏🙏
Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen TH-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💔👇♥️
th-cam.com/video/N7PNINN5HFY/w-d-xo.html
Tolee anilee you Tober mit kanke sifan godhaa
Anisi akuma keti
Ni darbaa hunduu
Ukti tiyya Abshir rabbin jira wa hundafu obsi rabbin nama obsa qabu wajin jira insha allah homa miti namni yo nafsin duniya kanara jirate wan yade inuma argata wanti badun du'a qofa kanafi rabbin umri kee ha dheresu risqi baldhina sif ha kenu obsi
Abishirii oboletii koo dukana bode ifatuu jiraa rabbiin sifii hawokalamu rabbiin wadhake umurii sifii hadheresu yaa jiru biyaa ormaa 😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa ijooleee dhiraa please shamaarani irraatii taphaaatani 😥😥😥rabbi ilmaa mama onnee tokkoo wojjiin ummaa isiin. Gaaruu onnee lama qabadaani essaa futaani 🤔😥 please wara shamaaranilee ossoo jalalaa keesaa hin.seenin lalaadhuu attiis wara dhiiraa intaalaa takkaa lalaalii jalaadhuu booda jalaala keesaati gaatii kuni saafuudha rabbi irraale yoo durbuumaa barbaadeesi duraa check👈 godhii 😍 gaalatoomi Ana Dubai irraa isiin girsee 😍😍
Dhugaa keee jettee ani dhiri oonnee meqa akka qabu gafi naati ta'era
Dhugaa jetee
Jabadhuu sanyii koo dhugakee rabiraa argataa
Uuuuuuuuuffffffiii Yaa Waaqqaayoo nu yaaddadhu maaloo goftaa koo Dhugaa Baayee Nama gaaddisisa
Yaa obbolleetti koo waaqayyoon obsa isaa siif haa kennuu .jajjaabinaa isaaf laphee kee cabe ha dhidhiibu ani kanaan ala homa jechu hin danda'uu bayee nama gaddisiisa garuu waanti beeku qabduu namni hundii tokko mitti tokko hamaa ta'uus tokkommoo gaariidha ija tokkon nama hundaa hin laalin .namni nama miidhu kamuu osoo kan hojii isaa hin argannee biyaa lafa kanaa irraa hin deemuu waaqati kennii dhiisi jireenya kee haaraa jalqabii kadhannaa tasis waaqayyoon jaalalaa dhugaa siif haa kennuu 😥😍😍😍
Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen TH-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💔👇♥️
th-cam.com/video/N7PNINN5HFY/w-d-xo.html
Rabbin dhugaa kee siif habasu 😭😭😭😭😭
Jabdhuu obletiiko Namichfi Raabbiini hojjii issaa hadebissu
Rabinii dhugaa kee sii haa basuu woraa kanaa sii dalagefii Rabbin jazaa haa kafalufii
Uuuuuuuuuufffffffffff baay,ee nama gadisisa abshir boleti tiya rabin jira ishahalaa. rabi haqa kee siif haa basu 😭😭🙏🙏💔💔
Ana dhufuu well come oromia24 uuuuufff yaa carra dubartii tokko ol tokko gadi 😭
Uuuffffff sennaa garaa nama nyata abishiri abboleti tenyaa ammas rabbuma Abdudha inshaa guyyaa tokkoo hin milkoftaa
Uuuuuuuufffffff bayyee gaaddee
Jirenyii biyyaa laafa qorumsaa baayyata garuu obsatuu furmataa jaabadhuu in guddaa n naaga tatee gaara biiyyaa keeti gaalu keti
Qabeenyii nama faayyadha kaanafa faayya qabdaa waan ta,ef jaabadhu abdii kutiin
Abdiin nama kirstos qofaa
Raabbii dhugaa kee sif ha basuu 😭😭😭
Waaqayyoo si waliin yaa ta'u jabadhuu inni si uume dhugaa kee siif yaa baasu obboleettii kenya
Waaqayyoo dhugaa kee sif yaa basuu jabadhuu obsii obboletti koo boruu guyyaa biratii waaqa debii sif qaba
Baga nagaan dhuftee gamme uufffff bayyee nama gadisiissa obooleettiko rabbin obssa siif ha jenuu 😍😍😍
Bagaa nagaan dhufte gammee😍😍😍 obsi baarreedduu koo jiruuma adunyaatu akkas obsaa siif haa kennuu!
Kan dhugaa nama hin daganee waqaayyoo qofaadha 🙏🙏🙏🙏 kanafuu abdii hin kuuti koode too jireenyaa dirraa lafa abjudhaa wan ta'ee obsii jajabadhuu 💪💪 kayyoo kee garaa fuduraa wel came game👍💕💖
Uuff baay'ee nama gadisisa qaaqayyoo obsa sif haa kennuu kan kana hunda sii dagachisu rabbin sif haa kennu🙏🙏🙏💔💔
Rabbiin kan Akka kessa ketii siif haa kennu Rahaman Haqaa kee siif haa Barbaduu😢
Uuuuuuuuffffff Lubbuu koo 😭😭❤️💚❤️❤️🥰
rabii sii haa lafisuu Inshaallaa
Rabiiin haqa kee sif habasu gitiko inan jadhu jarii dhira nuti jatani Oboleti kesan akkana dorisifutanu Samun kesan keesaa Hare dofatu duwee keesatii toritoree nat fakata yarabikooo dhirota shamaran dorisisanu dhabama nura godhiii
Well came gammee sanyii ofii koo waan hunduu ni darba sanyii ofii itti obsii caala
Rabiin obsaa siif haa kenuu oboletii koo bayee namaa gadisisaa 😭😭😭😭
rabbi dhugaa sii haa baasu
Yaa garraa jabenyaa ilmaa Namaa 😭😭😭
Jabadhuu Raabbumattuu siifii jiraa
Subahanaallah madha gara jabini akkasii 😭😭😭😭
Maaloo namaa gasisisaa obbooleetikoo waqaayoo akkaa namaa mitii dhugaakee guyyaa egee ni argaamaa Guyana raabi obsaa sifii haa keenuu
Ishallaa rabii siyaa biriimatu
Rabbiin dhugaa kee siif habasuu😭😭😭😭😭
Baye nama gadisaa😭😭😭😭😭😭jabadhuu
Baga nagan dhuftan oromiyaa 24
Welcome game 💔💔🙋♂️
Amshiiri hadhaakoo 😥
Anii bayee dhageefachuu hin jaladhuu garuu simafi laki siif kennuufi senaa jabadhu
Well come
Rabbii siha garigaru oboleti Kenya
Rabbii dhugaa kee sif habasu
Waqani dhugaa kee sifii haa basuu Obboleeti homa mitii obsii guyyaa tokko hin oluu hin turaa malee
Rabbi sii wajiin ha jiratu oboleti kenyaa baka jirtutii
Baga nagan dhufte game dhuga bayy'ee nama gadisisa rabbii dhuga kee sif yaa basu
Uuuuuuuf waaqayoon hojiisaanii isaaniif haakeenuu siiniimoo waaqayoon jirenyaakee haabaresuu haadhookoo
Uuuuufffffff😭😭😭😭😭seenaa bayyee garaa nama nyaatudharabbiin dhuga kee siif haa basuu abshiir abdii hin kutatinii
jirenya isaa rabbi isatti haa ballesu akka jireenya kee ballessatti atti garuu tasgabahi
Rabbii sii haa fayisuu
Seena gara nama nyatuu rabii kaan hojii isaa haa kenuufi isa kaan dagadhuu jirenyaa kee akka haratii egalii oboletii inni si dagatee yadaa biraa kessa jiraa ati maalif isaa yaduun jirenyaa kee gubdaa gowwa hin ta'iin life biraa jamarii yeroosan dagachuu dandecha
bayyee nama gadisisaa wly uuuffff ya Rabbii ko warii dhiraa maluma tataani 😭😭😭😭
Rabbin.dhuga.kee.si.habasuu
Uuufff garaa nama nyaati wlh
Abshir rabbii obsa siif haa kannu 😭😭
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Jabdhuu dhigakoo gafatokoo niibaritii abdii hii kutatinii atii nidadesaa rabinii sifii jiraa abshirii
Uuuuuufffiii 😭😭😭omaa mitii oboleetiikoo jireenyii laafaa kaanaa buhaa baa'ii baayee qaabaa jaabaadhuu kaani gaaraa fuduraati kaani daabresitee daagaadhu jireenyaa boruu waaqaayoo jireenyaa baaredaa sifi haa keenu haaqaa keesi sifi haa baarebaduu
baga.nagan.dhufte.gamee.kenya.❤❤❤❤👌👌👍👍
Yaa jiruu biyya nama 😭😭😭😭😭😭😭
Uùuuuuufi rabi sabari sii ha kenu amshiri 💜❤😍
Uuuuuuuuuuffffffff Onnee Namaa Madeessa Abshiir Siifis Barri Hindarbaa Seenaake Rabbi Siif Hajijjiiru.
Welcome gaammee galatoomii waanii ufii like share subscribed siiffii godhee jiraa oromoo ko oboleetii tiyaa jabadhuu hundii hin darabaa haayyaattii tiyaa ok
Rabbii siif haa birmatuu giftuko
Obboleettii tiyya ati Abdii hin kutatin rabbiinis nama jaalatu mokkora waan ta,eef siif kanabooda jiruu gaarii akka sijiraachisu abdiin qaba nagaatti
Ya obboleti ko obsi raabi juruu kes fayya kes sif hamilkesu obsi hunduu hin darbaa caraa dhumaa kenyaa roron nuraa gahu ya itaala biyya ko 😭😭😭 anis akkasuma senaa one na madese qabà raabit ke dhisse malee
C9h9
Amashiri homma miti
Baga Nagadhaan dhufte game
😢😢😢😢 raabini siihaa siihaa jiiechisuu
Amshiri
Waaqayyo obsaaf nagaa siif haa kennuu, jiruu kee boruuf ifaa siif haa kennu abshir saree too waaqayyo beekadha imimmaan kee lafatii hin gaatu.
Naa nyaatuu yaa Hadhoo koo rabii obsaa sif haa kenuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Welcome uuuuuuufff 😭 bayyee Galaatomii
Ani dhugaa dubbachuuf seenaa isaafi mudannoo jalaalaa isaan keessaa ture fi bu'aa bahii jireenya nama dhageeffachuf baay'ee na Gammachisu garuu sirboota ati itti fayyadamtu fi mataa duree ati filate you tube irra gotu nati tola jabaadhu
Rabbiin obsaa sifi haknuu abshir kana rabbiin kee sifi mur ee laafa jiraa bakuma jirtutii nageni rabbii sif habayatuu habibi tii
Ana dhuffuuu game
Dhiira jemma rabbii adunyaa karaa sii fixuu
አይዞሽ
uuuuuuuuuuuuu rabbii jiraa 😭😭😭😭
Uuuuuuuuufffffi dhirii kenaa wolalaa ta.uu hubadhee senaa kanaa irraa osoo waa bekaa ta.ee wlh folisii su.udii taa akkaa binessaa namaa nyatuufi tatuu italaa tanaa dabaressee hin kenuu turee kaa isiin sammuun ngh qabduu dhisii osoo sammuyuu gadii dhistee biyyaa sudii keessaati folisi binesaa kanitii dawalee akkanaa hin jedhuu turee kunii wolalumaa isaati atii obsii yaa oboleetii ko homaa mitii 😭😭🙏
yaaa oboleti tiyaa dhiraa akkanaa abbaa mana koo jeetaa suubnalhaa raabii siihaa laalafisu
Uuuufff seena baay'ee gara nama nyaatudha ega obboleti koo jirenyii hire ykn kennadha kanaf waqayyoo obsa sif haa kennu kan bakka abba mana kee sif ba'u Waqayyoo sif haa kennu dhirri tokko miti atis kode hiriyaa bira qabadhu akka amanta keeti kadhanna waqayyoo jabessi waqayyoof hunduu salpadha ☝☝☝☝
Uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa abshir oboleti tiyaa raabi jiraa ishahalaa raabi haqa kee sif haa basu 🤦🏻♀️🤦🏻♀️🤦🏻♀️🤦🏻♀️🤦🏻♀️❤❤❤❤
Abshir gifiti koo Midhama birra Rabbitu jira Rabbin sii bira haa jiratu
Uuuuuuffffff☝️😭😭😭😭❤
Amishirri rabbi qabida
Gamee Love
Ahiii.rbin.sibiraa.hajiratuu.abshiir
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
uuuuuuffff Ayizosh
Baagaa naagan dhuftee
Welcome
👍👍
Kootu maati taana ani maati siif tahe atiis maati kenyara toko tahi wareen TH-cam channel kana jalati arga mtan linkii kessan ergadha hundi kenyaahu maati tokko haatanu oromo tokkumaan humna👉💔👇♥️
th-cam.com/video/N7PNINN5HFY/w-d-xo.html
Uuùuuuf bayyee nama gaddisiisaa abshiir jajaabadhuu rabbiin sifaanaa atau funduurii kee ifaadhaa kandaarbee mudaanoodhaa kan dhufuuf muxaanoodhaa
AMASHIIR SII HAA LAFISUU
Uffff yaa Caraa kanaa waqayyoo jajabinasaa si haa kenuuu
Uuuuuuuuuuuufffuuuuuu sennaa ke wani nama gadisisu dha rabini si hajabesu ka 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuuuuuffffiii 😭😭😭😭😭😭
Ayiii garaa nama nyaata obboolleeti koo Abshiir
Abishii atti obboleti koo dhirii saredhaa
Wayyyyoooo uuuuuuuuufffiiii maloooo hadhoo koo😢😭😭😭😭
Welcome game
Uuuuuuuuuu fffffffffff.yaaraabi.bayeenamagadisisaa😭😭😭😭😭
Rabbiin haqaa kee sii haa basuu Abshirii oboletii koo
Uuuuuuuuffff argaaa isan
Waaqayyoon cabba kee sifi haa fayisuu guyaan tokko hin dhufaa obsan egadhu ammayu abdii hin kutatiini Waaqayyoon akka nama mitti