Abdu keenya Hubataa Namaa 💓💓💓otodhuma sadarkaa Ol fuudhee kanuma caalaa beekumsaas duuniyyas faayyaas Amalas siif dabalee Addunyaa kana irratti tokkoffaa si godhee si muldhisee Hawwii ko baayee tokko si dinqiisiifadha yeero baayee Ergan si horddofuu jalqabee Wagga (3/4)takkaa video ke na dabbaree ykn na Aarsee oton Hin dhaggeefatin bira darbee Hin beeku Ati Nama guddaadha Abbaa walqixxee Abbaa nagaa Abbaa tokkummaa fakkaatti Hacee fakkaatti jawwee 💓💓darbii nuuf jiraadhu bro tiyya Abdu qaalii keenya heddu si jaaladha heddu si kabajaa jabaadhu 💓💓💓💓💓
Video te tan dura dhaggeffadhe ture ani yoollee harargeeti baraatadha ani shee ali jimma hin qeequ garuu kan jima maqaa dhuhu bakka jima wan bira bakka nuuf buusu qaba nuti ummata harargee lola diinagdeetu nurratti baname garu rabbuma qabna
Abdu Maaloo Tikitok ni kiyaa Pirofayil kiyaa akkan banee na dhogee. Akkasumasi live seenuu na dhogee. Comment lee bareessuu na dhogee. Garuu hin gubanee ni jiraa. Guyyaa irreechaa sanani live irraati Ijjoollee Amara arabsee mana isaan keessaati. Report naraati godhan nati fakkate. Tiktok biraatilee baneen live seenuu na dhogee. Follow heduu waanani qabuf garaa na nyaatee. Furmataa naafi himi mee maaloo Abduu. Tikitok kee jalaatilee comment bareessuu na dhogee.
Walahii oromon kutan11 hararagee kesaa jimaa waraa hararagee jiinii daladalatanii jirufii jirenyaa isanii gagefatanii kesatuu Awadayii kesatii unkan oro dhiisii sabaa biralee jimadhanii jirataa haata'uu wayee shekotaa shekotan dhisuu qabanui Abduu jajadhauu ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 heduu si horodofaa
Yaaaaa namitttiii nana Anniiii hinuman siii jaladhem dhugadhaaaa.
Nuuf jiradhuu
ABDUU.
Wlg irraaa
Abbaa keenya
Sheikh Amin Ibroo fi ulaam’ifii Hayyoota keenya hundaa
Rabbin umrii keysan keeysa barakaa nuuf haa kaayu Aamiin Yaa Rabbi ❤
Maashaallah abdu Keenya Fi Baabaa keenyalleen jzk
Jimmaan keessattii bunattii aansee jimaa iraa fayyadamna garuu garuu heduu ijoollee dargaagootaa balleese hojii dhiisani baruumsaa dhiisanii isuma qaamaa oolu 😢😢😢😢
abduu yeroo hundaa yannii kee naattii tolaa mashaa aallah siraa jedhe raabbiin bekumsaa bekumsaairra siif haa dabaaluu 👍👍
❤❤Du'aayii fi Barnootaanis waly akka ollaa yaadachisii jirraaAddee/Obbo
❤❤❤Maashaa'allahgzx Aswrwb Ustaz Kamaal Hibboo Hawaasni wal eeguun kabajaan Dirqama humni dhageeffatu hawaasaa gurriis Eegumsaa Ust AbuMujahid aswrwb Ust Amiin Ibroo Ibroo wrwrwb Ustaz Alii Jimmaa yuniversity wal'ansaa fayyaafi Qalbiin muslims mootii lubbuu Eegumsaa Alhamdulillah wal jabaadhaa Barsiisaa
Babaa kiyaa rabbii umrii isinii haa dheresuu fayaa harkadhuu❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allah Mashaa Allah babaa kenyaa umrii nuf dheradhuu
Baba koo shek Alii jimmaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Abdu keenya Hubataa Namaa 💓💓💓otodhuma sadarkaa
Ol fuudhee kanuma caalaa beekumsaas duuniyyas faayyaas Amalas siif dabalee Addunyaa kana irratti tokkoffaa si godhee si muldhisee Hawwii ko baayee tokko si dinqiisiifadha yeero baayee Ergan si horddofuu jalqabee Wagga (3/4)takkaa video ke na dabbaree ykn na Aarsee oton Hin dhaggeefatin bira darbee Hin beeku Ati Nama guddaadha Abbaa walqixxee Abbaa nagaa Abbaa tokkummaa fakkaatti Hacee fakkaatti jawwee 💓💓darbii nuuf jiraadhu bro tiyya Abdu qaalii keenya heddu si jaaladha heddu si kabajaa jabaadhu 💓💓💓💓💓
❤❤❤Eegumsa abbaa eegee Beekaan ifaa Jimaan qaaliidha walumaan eegnee Oromia aswrwb Maashaa'Allah Wasiyyaa deemsis yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Eegumsaa
Mashaa Allah mashaa Allah dhugaa ketti hayuu namah
Masha Allah osoo namni hundi akka keetiti yaade wly galatoomi umrii dheeradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eee dhugadhaa kaetiiii ❤❤
❤❤❤sawsawsaw Subahannallah koreen majilisaa UstazIbram Haajii aswrwb hawaasaa gurriis Eegumsaa Eegumsaa jila daa'awaa/daawwii sawsawsaw du'a yaadachisii aswrwb laftis ❤❤❤ Signature Jimaan nuuf riqicha jireenyaatii aswrwb Ijaarsi Masgida fi Barnootaa mootummaa sitti boonsee Eegumsaa jimaa
❤❤WALY ALHAMDULILLAH YAADII ARGII BEEKUMSII SIYAAMAA UUMAA ASWRWB USTAZ MUUNESSAA MUUNESSAA aswrwb Alii Jimmaa wrwrwb UstazKaamil aswrwb Yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa Ust Busaa Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad fayyyaa Gidduu keesan dhufnee jkl aswrwb laftis riqicha Biyyaaf sawsawsaw
❤❤❤Beekumsii bakka Eegumsii jiruu wal dandayuun yoo jiraannee Dhiibbaa Dhiigaatin Fayyaa arginee Siif dhagahaa walloo aswrwb Guraagee zone
❤❤Abduu aswrwb Godina jimmaa wawrwb jimaan qaaliidha walumaan jannaataaf aswrwb gurriis Eegumsaa Eegumsaa taanee
Babbaa kennaa umrii nuufi dheraadha inshaala jzk
❤❤Rakkoofi gammachuu walin ergii
Dhugaakeeti Abdul koottaa
Abdu mashaa Allah hasoynni kee bareedaadh yaada bilchaataa hayyuu beekaadhaati
Abdul.ati.yeroo.hundumaa.akkanumatti.tazgabbahi.haaswi❤baayyeen sijaaladh.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha allaa Abduu jabadhuu Jabba kenaa
We should proud our culture differences ❤❤❤❤❤❤❤❤
Abduu keenyaa nuuf galatoomii obboolleessa koo
Mashaa Allah mashaa Allah sheekaa kenyaa
Jabaa keenya wallahi yaani kee baaye tola
Faya daayi Abdi. Oromo fi Oromia baalodha. Oromia Federal Republic in Future. Take care
Caatin Homa irraa qaba hin Barbaachisu Jimaan Waan Dhaloota Balleessa jiruudha Ijjoolle biyyaa Abdii Muranna keessa jiraani Jimaan Haraama Nama Jazbi'essa
Abduu kiyyaa Bagaa nagayan nuuf jiratee
Dhuga ketti❤❤
Abdu mashaa Allah j k m ll ❤❤❤
Yooyyaa Abdii Baga nagaan dhufta jabaa yaadaa garee dhaa❤💚❤
Translate to English
Jabaadhu..
Rabbiin haa lafisuu wallaah 😢😢😢😢😢
Maasha allaaha hedduu bareeda
Anuu akkaa mataa kiyatii harargee heduun jaladhaa garuu kaa yoo midiyaa kanaa gubatii yeroo ijoleen qotee bulaa tokkoo tokkoo qosaa waan gargaraa qosaaf waa gafachuuf isaan dubisaan afaanii fi ilakaan arabnii isanii wol hidhee afanii isanii bulatee ilkaan isanii hundii malkii gedaratee afanii isanii okotee marqaa ittii marqaan fakataa yeroo sanii oromuma tiyatii qanfadhaa dhugaa
Amiiin ammuumaa ammaa amiin yaa allah soora Qalbiinis muslims aswrwb Beekumsii Eegumsaa hawaasaa
Baabaa Umrii nuff dheeraadha
Waleeykumusalaam Warahmatullah wabarakatuh nagaa jiraa Alahamdullillah
😂😂😂😂❤❤❤ee misikin babaa❤❤❤❤❤
Waan akka sabaatti nuyaachisu meeqaafi meeqa osoo jiru waayee Caatii irratti walitti iyyituu?
waskata anil Ashiyaai rahmatan lakum .....
Dhugaa jete Abdu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Akkas 👍🙏❤️
Our diversity is our beauty so we have to protect it.
😂haalli ati ittiin ibsitu baay’e namatti tola
Yeroo homa kamuu irraa dubbattu 🤍🍃🍃🍃🍃💪
Dinqisiifattuu beekkumsa keetitii Rabbin siif haa dabalu🤗
Nu jiradhuu abdu koo wni babaaredaa nu biran gahaa jirtaa
jabadhuu
Hin sodaatin bro
Abdu 2ffaan sigafataa jiraa bilbillii sa'aati 24 ta'ee new update maalif jedha furmaatasa natti himi
Aswrwb akkam jirta sanyi nama
Dhugaa ketii
Video te tan dura dhaggeffadhe ture ani yoollee harargeeti baraatadha ani shee ali jimma hin qeequ garuu kan jima maqaa dhuhu bakka jima wan bira bakka nuuf buusu qaba nuti ummata harargee lola diinagdeetu nurratti baname garu rabbuma qabna
❤❤❤❤👍👍👍👍
👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
✅👌
Wol qoodu etu hin ta'in siluuma nama dhuga dubbaatu namu hin jallaatu namnni keenyaa
Welcome abdu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤
Abdu waldanda'un ija dinitiin ilaalamu qaba
💚💚💚💙💙💙💜💜💜🤍🤍🤍
Abdu. Akkam nagayumaa?
dhugaa ketii Abdii galatomii
Bilibi isaani nuufi baarreesa
Dhuga banta walahi
Abduu akkam jirta nagaa keeti jechaa gaaffiin qaban ture gaaffichis garee fb banee itti fayyadamaa ture Yeroo booda waan namni fidee maxxansu akkan approval hin goone najalaa dhokse kan broon Admin nama biroof kenne illee akkan irraa hin deebisne na hittise yoo dandeessef Nagar nagargaari
Gaaffii koof dhiifama videon dhimma kanaan walqabatu waan hin taaneef
Hedduu galatoomi
Wly hasoyni ke kun sirriti namati tola
Jammas jimaan hin jirtti baar
🎉🎉🎉🎉👍👍👍👍👍👍☘️☘️☘️☘️☘️
Dhugaa keeti
Sheekoti waa'ee Jimmaa gaafaanuu
💯💯✔✔✔♥♥☑☑
jiman sitti balaa natti dallu galaa jedhe abdulla mumina
👍👍👍❤❤💕💕🌹😀😀
❤❤❤❤❤
Ayii 😭😭
Taana nuu dhibee kutaa kutaa kutaa👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾👈🏾
Atti maliif wollaggan dagatte hamma yonna manni barummassa hin bannamnnee
Abdu ❤
Osoo nama hudii akaa kee kanati yaadee malaqaaba
Nuuf jiradhu
Nuutii. Harargeen. Nama. Jiimmaa. Xuuqu. Adaan. Hiin. Baanu. Maalifii. Yoo. Jaatee. Waan. Jiimaa. Kaanan. Jiiranufi
🇲🇻 👍🙏
Gallatomii
Haarami
A/W/W.yaa.ummata.oromoo.Rakkoon.guddoon.Nageenya.biyyattii...osoo.jiruu..Waayee.Jimaa.maalif.haasawama??W/magenta..boyyaa.maalif.hindubannee???
Galatomii nufiduukettif abduu
Jimman keesattis bayyinan qamama caatin
Ati rakina qabada mali sila arsi jecha olata baalee jibita kijiba dhisi
abdu galatomii yaada bilchaata
Abdu Maaloo Tikitok ni kiyaa Pirofayil kiyaa akkan banee na dhogee. Akkasumasi live seenuu na dhogee. Comment lee bareessuu na dhogee. Garuu hin gubanee ni jiraa. Guyyaa irreechaa sanani live irraati Ijjoollee Amara arabsee mana isaan keessaati. Report naraati godhan nati fakkate. Tiktok biraatilee baneen live seenuu na dhogee. Follow heduu waanani qabuf garaa na nyaatee. Furmataa naafi himi mee maaloo Abduu. Tikitok kee jalaatilee comment bareessuu na dhogee.
Kiyyalee akkumaa atti jetuu kana ta'ee abduu please nuf himmi maaloo❤❤❤❤
Abdu jecha kankee keessaa jecha. Arsiifii. Baale je.u kana. Balefii. Diida.a jechuudhatti nuusirressi maalif yoon jette. Arsiin. Gosa waantaheef. Baalefii Diida alleen onuma arsiiti
Tatee