ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
uumaan keenya si faana haa ta'u singuu koo. Harmeen singitanis barsiistuu asaggadach guddaa galatoomaa. Xiqqoon nama xiqqeessun amala ishee waan ta'eef, ati jabaadhu deemsa kee imala xiiqii itti fufi Singuu koo. Nuti OROMOO sabni kee ganaa waan guddaa sirraa eegna qaalii koo. si jaalanna, umrii nuuf dheeradhu mootii koo❤💚❤
Dhuga dubachu fi yeroo hadhaa singitani arguu ilmoo kiyya yadadhaa akkaa malee dhalee abbaa isaa naraa fudhatee biyyaa galfatee anii biyyaa Arabia jiraa bodaa ilmoo kiyya addani naa basee naa gatee ilmoo kiyya hadhaa namtuu guddisuu jiraa osso anisii ilmoo kiyya itti xaree bakkani gayadhee akkaa hadhaa singitani kanatii malii qabaa😢😢😢😢 singitan mucca cimadhaa nama boruu biyyaa fi gudata demidhaa rabii isaa haa gudisuu ❤❤ amatuu irraa haa qabuu namonii midiya worotaa abbaa murtii qeqaqa turani malee singitani mitii abbaa murti elemoo alitu hacee diqaa jedhee akkaa umani qequu godhee Yasin tahee singitani nuu fi tokkoo garuu jarii lachuu cicimoo turani diqoo Yasin sagalee isaa dargagesaa wani tahefi singitani woli biraa madalee wori midiya singitani dhalotaa borruti nuti hundaa keessanu sini jalalanaa harmee singitani bayee isnii jaladha isnii fakenyaa nufi tatanii❤❤❤❤❤
Homa mitti kodee koo waqayyoo guyya egee mucaa kee kanuma kee godha kan ormaa hin godhu jabadhu tole
Rabbiin nuuf haa gudisuu inshallah xiqoo Koo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Akkaa Abbaa namaa gatee demuu Hadhii garaa hin jabatuu Hamaamii yoo Rakaateyuu uuuff imiimaan naa qabee ishii illaalee 😥😥mucaa kee Raabiin bakaa siif yaa gahuu bakaa gudaa gahee Dadhaabii kee akkaa siif baasuu Abdii qabaa singaatii Raabiin siif yaa guudisuu 👏
Wow wow baybayee basmati tola mu.achun sin gitan harmensa bayyee gara nama nyatii ya 70 mucaa xiqoo kana hin qeqiinaa jajabeesa malee addara xiqoo jabdu kana❤❤❤❤❤❤❤❤
Keesumaa gotee harmee isaa fanaa wan un afeerteef galaatomii masii keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa oromoo xiqqaa ofii guddifachuun guddaa gochuun gahee sabaatti kan harmee Singitan qofa miti☝️☝️Singoo guddaadhu jabaadhu barnoota keetiitti hin laafiin🥰🥰
Haadha jabduu dha ati. Ayyaanni abbaasaa isa faana haa ta'u. Waa qeeqaa dhiisi ati. Hundi beekaa miti waan ta'eef.
Guddadhu!barumsa keetin baayyee cimtee Addunyaarratti akka beekkamtu abdiin qaba.Waannan barumsa hamaa sirraa haa qabu kormeekeenya.Cimaa akka taate jechoota ati dubbattu irraa hubadheen jira.....
Maasi thank you haadha Sabaati ati mucaa kana baay'een jaaladha
Rabbiin isa fuula durattis isa yaa milkeessu, keenya sabni waljabeefatu osoo hin taane walqeequuf duursa kenna,
Haadha Singitan Jiraadhu, Galatoomi Mucaa Abdii biyyaa ta'u nuuf deessee nuu guddiste Galatoomi Haadha Singitan Qaroo mucaa Abdii sabaa atis Singitan jabaadhu.
Waqqayyoo ija hamtuu sirraa haa qabuu kichuu Koo akkaa bakkaa gaarii gessuu Abdii qabaa jabadhuu harmee teetilee umurii sif haa dheerrssu hadhaa jabduu dhugaa waqaa 😢❤❤❤❤❤
Hadha jabduu qabdaa walahii rabbii umrii sif haa dherasuu ❤❤
Harmeewwan oromoo ijoollee yoo guddistan akka haadha Singitan namuusaan, aadaan, jaalalaan, gootummaan guddisaa adaraa🙏🙏🙏
singitan bareeddu koo guddadhu ija hamtu irra hafii 🥰🥰🥰🥰🥰
Wooowwww Hacaaluun nama guddaadha ani Hacaaluu ofiin hin jedhu jedhe woooewww guddadhu
Keesumaa gotee harmee isaa fanaa wan nu afeerteef galaatomii masii keenyaa❤🎉🎉🎉🎉
Guddadhuu Kichuu kooNama sammuu akkamii qabutu daa'imaa ol adeemaa kana qeeqa laata ❤
Uuuuuuufffffff Buchuraa koo akkatin sii jalladhu waqayyoo bakka guddaan sii Haa gahu qaalii koo❤❤❤❤❤❤❤❤ uuuuummmmmmmppppp
duraan dursee dhiifama gaafadha. ani mucaa kana akka waan abbaan isaa abbaa qabeenya ta'etti fudhachuu ture. kanaaf haalli mija'ef je'een yaadu ture. way dogoggora koo!
Rabbi sii haa guddisuu bayyee namat toltaa ❤❤
Dhugaa rabbii haamille taayufi qaabani maale qeeqi hin qaaban
Wow bakka sii haa gesuu budeni nama qubsuu ela irra beksisa jedhan lafati hin dadhabne jabadhu haadha jabdun ilmo akkana qaxale desse gudistii nuuf galatomi haadha dhiraa jalalii ini hacce qabu nuu hunda keessaa jiraa rabbin dhigaa hacce haa basuu ♥️♥️👌 39:37
Mucaan Kun mucaa cimtuudha dhugaa jabeeffadhu oromoo
Dhaloota qubee rabbii sii haa guddisuu biqiltuu oromian biqilchiitee 👌🏻👍🎉
Ijii budaa sin argiin qaxaleekoo 😢💞💞💞💞💞💞😘😘😘
Sif hinjenee atii ijolleedha an nama obbekufan jedhee malee wa
Hii oromoo miliyonaa gaalaachuu qaabaduu ❤❤❤❤❤
Eega dhifama adara namnii qalii jijiruu faida qabduu kanafan labziikoo jijiruu dandauu
Siingitan dhugaa baay'ee bilchaatee jira. Kana caalaa nuuf guddadhu.❤💚❤️
Rabbin bakkan sif ha gahuu😊❤❤❤
Rabbii siif yaa guddisuu haadha koo
Jaabadhuu rabini sifaana jiraa
Waaqqayyoo sii haa guddisuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 nuuf jiraadhu
Dhalotaa Hacee🥺 ijaa budaa siraa haqabuu ❤💚♥️🩵
Jabaadhu mucaa qaxalee waaqni sihaa guddisu❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉uuuuuuuphaaaa
Ijarraa nuuf hafii dhaloota qubee haace. 2ffaadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gudadhuu rabbi sii tiksuu
Rabii jedhaa worii nama qequu Jiraatin offi egaa
Wowww kichuu koo Rabbii si Haa Guddisuu ijii Hamtun si hin argin❤❤❤❤❤❤❤❤
Guddadhu rabbiin ijaa hamtuu sirraa haa qabuu
Waqayoo kanumaa calaa sammuu garii siif haa keennuu gudadhuu❤❤❤
Wlh hadha singitan arge ani imiman nakesa jige hadha ko yadhe
❤❤❤❤waqayoo bakka guddaa sihaa ga'uu ijaarraa hafii❤❤❤
waaqni oromoo si haa guddisu. guddadhu buchee koo, bakka yaadde ga'i, fulla'i. sabaaf ta'i.ammalleen injifataa ta'i. ayyaanni uummata bal'aa si waliin haa ta'u. jabaadhu korma koo.
Jabduu koo waqayoo sii yaa gargaruu
Gudadhuu bucho koo waqayo ijaa hamaa siraa haa qabu haadhaa kettilee waqayo umurii nuuf haa dheresuu dubattii jabaduu fakkenyaa haadhole hundaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Guddadhu akka hacaalu kabajama ta'i❤❤❤
Osooma moortuun moortuu hortuun horti jedhan jabaadhu warra toshatuuti hin qabamin
jabaadhu ol adeemaa keenya
Woooow nuu guddadhuu singuukoo sin jalladha.
Wlh wajjiin boote😢😢 giiftii dubartiiti jabaadhu haadhoo koo
Mesi koo jabduu koo jabadhuu atilee siin jaladhaa!!
❤❤❤❤❤ Oromia 11 vs singitan I'm very love you & appreciate
Mucattin qaxalee wayitti jabaadhu guddadhu ❤❤
Dhugaaa waaqa haasa nama jabaa, nuuf guddadhu
Siingitaan egeree oromiyaati ati. Nuufi gudadhu... "Daandii guddaa jira kan fuundura koo ta'uu; booddeeti gargaaree bookee fi Tafkii hin lakka'uu." Jedhe Haceen. Kana bu'uura godhu jabaa keenya gaafa milkaa'uuf jiran gufuun bu'aa hin qabne baayyeetu jira..siifi qeeqni namoota umurii Kee olii hin maalu sababni isaasi jalqaba umurii dheeraa jiraatan keessaati oromiyaafi maali buusaan...❤️🤍🖤
Rabbi sibira nuf hadhabbatu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Singu,Jabaadhu ati brandi aartii oromoo akka taatu hin shakku
Jabadhuu waqqayyoo jabaan sii haa eeguu,sii haa guddisuu❤❤❤❤❤❤.
Waqayyoo sii haa guddisuu sing koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Huma miti Hundi ni darba jabaadhu qaxalee koo
ABBOO KAN AKKA KEE KANAA TAKKAN ISHEEYUU NII GESSII WAQ WAAQAYYOO BAKKAA YAADEE SII YAA GESISSUU❤❤❤❤
waqaayoo akka dawititi sii tikisuu gudadhuu
Gooftaa sif guddadhuu ❤❤❤❤🎉
Guddadhuu waqayyoo ija diina sirraa haa qabuu❤❤❤❤❤❤
Gudadhuu xino koo❤❤❤ waqayo sii wajin haa ta'u
Gudadhuu buchee koo bagaa motee.ati gudadhaa mashaalla ❤❤❤
Rabbin bakaa gudan si hagahu gudadhu ❤❤❤❤
Aboo waqini oromoo si hagudisuu qaxalle kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Haamileen si hin bu'iin jecha namaatif aartii kana immoo m/barumsatti gumii aartii tiin akka wahillakee barsiistu siifan dhaama
Jabaadhuu. Gootaa keenyaa
Mucaa kan biraa dhabbadha akkan in bakka guddaa gahuu oromo ko mucaan kun laphee na hundaa cabsee wly ani bayyee takkan jallaadhan
Woqayyoo si hagudisuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉💯💯🐅🐅🐅🌳🌳🌳
Guudadhuu,jechuu,baarbada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gudisteerta ati haadha gaariidha❤
nufii gudaadhuu kichuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ati tokofa bichaa osso hin tane wani tokofa olii yoo jirate bate das nan jedhaa wlh sin jaldhaa ani
Rabbi bakka guddaan si haa gahu
Nama marara dhugaa rabbii
Rabbii sii yaa guddisuu jabbadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu waqayoo sifanaa ha tau u ❤❤❤❤❤❤
Waqayoo goftan siyaa gudisuu singitan jajabee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waqaayoo bakaa garii sifii yaa gahu ❤
Bakka garii gahii kichuu koo ❤❤
waqayyoo sii haa Gudiisuu leencaa Oromo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waqayyoo sii haa guddisuu singukoo❤🥰🥰
Singuu gurbaa qaxalee haati deesse!Ofittiamanamummaa , bilchina, dandeettii nama hawwatuu, waltajjii irratti hirmaattota ofitti harkisuu......... nama addaati!
Qashti kenyaa guddaadhu100%❤❤
❤A❤❤ guddadhu Qomoo saba inshallah
Ijaa hamaan siin argiin 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Waqaayyoo si haa guddisu ❤❤❤
amma mee mucaa kanaa maaf jibbitu, warri jibbitan warra diinummaa keessan ofirratti baraa
Qaxaalaa yee kigi oro. 🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🥰🥰🥰🥰
Bakkaa guddaan rabbii si haa gahu
❤❤❤❤❤❤❤waqayyoo bakka yadeen saa ga'uu guddaadhu
Raabini si ha egi Kichu koo❤
Maasi koo ulfaadhu
Guddadhu bareedduu ilmaa hacee xiqqoo❤
uumaan keenya si faana haa ta'u singuu koo. Harmeen singitanis barsiistuu asaggadach guddaa galatoomaa. Xiqqoon nama xiqqeessun amala ishee waan ta'eef, ati jabaadhu deemsa kee imala xiiqii itti fufi Singuu koo. Nuti OROMOO sabni kee ganaa waan guddaa sirraa eegna qaalii koo. si jaalanna, umrii nuuf dheeradhu mootii koo❤💚❤
Dhuga dubachu fi yeroo hadhaa singitani arguu ilmoo kiyya yadadhaa akkaa malee dhalee abbaa isaa naraa fudhatee biyyaa galfatee anii biyyaa Arabia jiraa bodaa ilmoo kiyya addani naa basee naa gatee ilmoo kiyya hadhaa namtuu guddisuu jiraa osso anisii ilmoo kiyya itti xaree bakkani gayadhee akkaa hadhaa singitani kanatii malii qabaa😢😢😢😢 singitan mucca cimadhaa nama boruu biyyaa fi gudata demidhaa rabii isaa haa gudisuu ❤❤ amatuu irraa haa qabuu namonii midiya worotaa abbaa murtii qeqaqa turani malee singitani mitii abbaa murti elemoo alitu hacee diqaa jedhee akkaa umani qequu godhee Yasin tahee singitani nuu fi tokkoo garuu jarii lachuu cicimoo turani diqoo Yasin sagalee isaa dargagesaa wani tahefi singitani woli biraa madalee wori midiya singitani dhalotaa borruti nuti hundaa keessanu sini jalalanaa harmee singitani bayee isnii jaladha isnii fakenyaa nufi tatanii❤❤❤❤❤
Homa mitti kodee koo waqayyoo guyya egee mucaa kee kanuma kee godha kan ormaa hin godhu jabadhu tole
Rabbiin nuuf haa gudisuu inshallah xiqoo Koo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Akkaa Abbaa namaa gatee demuu
Hadhii garaa hin jabatuu Hamaamii yoo Rakaateyuu uuuff imiimaan naa qabee ishii illaalee 😥😥mucaa kee Raabiin bakaa siif yaa gahuu bakaa gudaa gahee
Dadhaabii kee akkaa siif baasuu Abdii qabaa singaatii Raabiin siif yaa guudisuu 👏
Wow wow baybayee basmati tola mu.achun sin gitan harmensa bayyee gara nama nyatii ya 70 mucaa xiqoo kana hin qeqiinaa jajabeesa malee addara xiqoo jabdu kana❤❤❤❤❤❤❤❤
Keesumaa gotee harmee isaa fanaa wan un afeerteef galaatomii masii keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa oromoo xiqqaa ofii guddifachuun guddaa gochuun gahee sabaatti kan harmee Singitan qofa miti☝️☝️
Singoo guddaadhu jabaadhu barnoota keetiitti hin laafiin🥰🥰
Haadha jabduu dha ati. Ayyaanni abbaasaa isa faana haa ta'u. Waa qeeqaa dhiisi ati. Hundi beekaa miti waan ta'eef.
Guddadhu!barumsa keetin baayyee cimtee Addunyaarratti akka beekkamtu abdiin qaba.Waannan barumsa hamaa sirraa haa qabu kormeekeenya.Cimaa akka taate jechoota ati dubbattu irraa hubadheen jira.....
Maasi thank you haadha Sabaati ati mucaa kana baay'een jaaladha
Rabbiin isa fuula durattis isa yaa milkeessu, keenya sabni waljabeefatu osoo hin taane walqeequuf duursa kenna,
Haadha Singitan Jiraadhu, Galatoomi Mucaa Abdii biyyaa ta'u nuuf deessee nuu guddiste Galatoomi Haadha Singitan Qaroo mucaa Abdii sabaa atis Singitan jabaadhu.
Waqqayyoo ija hamtuu sirraa haa qabuu kichuu Koo akkaa bakkaa gaarii gessuu Abdii qabaa jabadhuu harmee teetilee umurii sif haa dheerrssu hadhaa jabduu dhugaa waqaa 😢❤❤❤❤❤
Hadha jabduu qabdaa walahii rabbii umrii sif haa dherasuu ❤❤
Harmeewwan oromoo ijoollee yoo guddistan akka haadha Singitan namuusaan, aadaan, jaalalaan, gootummaan guddisaa adaraa🙏🙏🙏
singitan bareeddu koo guddadhu ija hamtu irra hafii 🥰🥰🥰🥰🥰
Wooowwww Hacaaluun nama guddaadha ani Hacaaluu ofiin hin jedhu jedhe woooewww guddadhu
Keesumaa gotee harmee isaa fanaa wan nu afeerteef galaatomii masii keenyaa❤🎉🎉🎉🎉
Guddadhuu Kichuu koo
Nama sammuu akkamii qabutu daa'imaa ol adeemaa kana qeeqa laata ❤
Uuuuuuufffffff Buchuraa koo akkatin sii jalladhu waqayyoo bakka guddaan sii Haa gahu qaalii koo❤❤❤❤❤❤❤❤ uuuuummmmmmmppppp
duraan dursee dhiifama gaafadha. ani mucaa kana akka waan abbaan isaa abbaa qabeenya ta'etti fudhachuu ture. kanaaf haalli mija'ef je'een yaadu ture. way dogoggora koo!
Rabbi sii haa guddisuu bayyee namat toltaa ❤❤
Dhugaa rabbii haamille taayufi qaabani maale qeeqi hin qaaban
Wow bakka sii haa gesuu budeni nama qubsuu ela irra beksisa jedhan lafati hin dadhabne jabadhu haadha jabdun ilmo akkana qaxale desse gudistii nuuf galatomi haadha dhiraa jalalii ini hacce qabu nuu hunda keessaa jiraa rabbin dhigaa hacce haa basuu ♥️♥️👌 39:37
Mucaan Kun mucaa cimtuudha dhugaa jabeeffadhu oromoo
Dhaloota qubee rabbii sii haa guddisuu biqiltuu oromian biqilchiitee 👌🏻👍🎉
Ijii budaa sin argiin qaxaleekoo 😢💞💞💞💞💞💞😘😘😘
Sif hinjenee atii ijolleedha an nama obbekufan jedhee malee wa
Hii oromoo miliyonaa gaalaachuu qaabaduu ❤❤❤❤❤
Eega dhifama adara namnii qalii jijiruu faida qabduu kanafan labziikoo jijiruu dandauu
Siingitan dhugaa baay'ee bilchaatee jira. Kana caalaa nuuf guddadhu.❤💚❤️
Rabbin bakkan sif ha gahuu😊❤❤❤
Rabbii siif yaa guddisuu haadha koo
Jaabadhuu rabini sifaana jiraa
Waaqqayyoo sii haa guddisuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 nuuf jiraadhu
Dhalotaa Hacee🥺 ijaa budaa siraa haqabuu ❤💚♥️🩵
Jabaadhu mucaa qaxalee waaqni sihaa guddisu❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉uuuuuuuphaaaa
Ijarraa nuuf hafii dhaloota qubee haace. 2ffaadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gudadhuu rabbi sii tiksuu
Rabii jedhaa worii nama qequu
Jiraatin offi egaa
Wowww kichuu koo Rabbii si Haa Guddisuu ijii Hamtun si hin argin❤❤❤❤❤❤❤❤
Guddadhu rabbiin ijaa hamtuu sirraa haa qabuu
Waqayoo kanumaa calaa sammuu garii siif haa keennuu gudadhuu❤❤❤
Wlh hadha singitan arge ani imiman nakesa jige hadha ko yadhe
❤❤❤❤waqayoo bakka guddaa sihaa ga'uu ijaarraa hafii❤❤❤
waaqni oromoo si haa guddisu. guddadhu buchee koo, bakka yaadde ga'i, fulla'i. sabaaf ta'i.ammalleen injifataa ta'i. ayyaanni uummata bal'aa si waliin haa ta'u. jabaadhu korma koo.
Jabduu koo waqayoo sii yaa gargaruu
Gudadhuu bucho koo waqayo ijaa hamaa siraa haa qabu haadhaa kettilee waqayo umurii nuuf haa dheresuu dubattii jabaduu fakkenyaa haadhole hundaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Guddadhu akka hacaalu kabajama ta'i❤❤❤
Osooma moortuun moortuu hortuun horti jedhan jabaadhu warra toshatuuti hin qabamin
jabaadhu ol adeemaa keenya
Woooow nuu guddadhuu singuukoo sin jalladha.
Wlh wajjiin boote😢😢 giiftii dubartiiti jabaadhu haadhoo koo
Mesi koo jabduu koo jabadhuu atilee siin jaladhaa!!
❤❤❤❤❤ Oromia 11 vs singitan I'm very love you & appreciate
Mucattin qaxalee wayitti jabaadhu guddadhu ❤❤
Dhugaaa waaqa haasa nama jabaa, nuuf guddadhu
Siingitaan egeree oromiyaati ati. Nuufi gudadhu... "Daandii guddaa jira kan fuundura koo ta'uu; booddeeti gargaaree bookee fi Tafkii hin lakka'uu." Jedhe Haceen. Kana bu'uura godhu jabaa keenya gaafa milkaa'uuf jiran gufuun bu'aa hin qabne baayyeetu jira..siifi qeeqni namoota umurii Kee olii hin maalu sababni isaasi jalqaba umurii dheeraa jiraatan keessaati oromiyaafi maali buusaan...❤️🤍🖤
Rabbi sibira nuf hadhabbatu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Singu,Jabaadhu ati brandi aartii oromoo akka taatu hin shakku
Jabadhuu waqqayyoo jabaan sii haa eeguu,sii haa guddisuu❤❤❤❤❤❤.
Waqayyoo sii haa guddisuu sing koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Huma miti Hundi ni darba jabaadhu qaxalee koo
ABBOO KAN AKKA KEE KANAA TAKKAN ISHEEYUU NII GESSII WAQ WAAQAYYOO BAKKAA YAADEE SII YAA GESISSUU❤❤❤❤
waqaayoo akka dawititi sii tikisuu gudadhuu
Gooftaa sif guddadhuu ❤❤❤❤🎉
Guddadhuu waqayyoo ija diina sirraa haa qabuu❤❤❤❤❤❤
Gudadhuu xino koo❤❤❤ waqayo sii wajin haa ta'u
Gudadhuu buchee koo bagaa motee.ati gudadhaa mashaalla ❤❤❤
Rabbin bakaa gudan si hagahu gudadhu ❤❤❤❤
Aboo waqini oromoo si hagudisuu qaxalle kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Haamileen si hin bu'iin jecha namaatif aartii kana immoo m/barumsatti gumii aartii tiin akka wahillakee barsiistu siifan dhaama
Jabaadhuu. Gootaa keenyaa
Mucaa kan biraa dhabbadha akkan in bakka guddaa gahuu oromo ko mucaan kun laphee na hundaa cabsee wly ani bayyee takkan jallaadhan
Woqayyoo si hagudisuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉💯💯🐅🐅🐅🌳🌳🌳
Guudadhuu,jechuu,baarbada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gudisteerta ati haadha gaariidha❤
nufii gudaadhuu kichuu koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ati tokofa bichaa osso hin tane wani tokofa olii yoo jirate bate das nan jedhaa wlh sin jaldhaa ani
Rabbi bakka guddaan si haa gahu
Nama marara dhugaa rabbii
Rabbii sii yaa guddisuu jabbadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu waqayoo sifanaa ha tau u ❤❤❤❤❤❤
Waqayoo goftan siyaa gudisuu singitan jajabee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waqaayoo bakaa garii sifii yaa gahu ❤
Bakka garii gahii kichuu koo ❤❤
waqayyoo sii haa Gudiisuu leencaa Oromo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waqayyoo sii haa guddisuu singukoo❤🥰🥰
Singuu gurbaa qaxalee haati deesse!
Ofittiamanamummaa , bilchina, dandeettii nama hawwatuu, waltajjii irratti hirmaattota ofitti harkisuu......... nama addaati!