ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Kitaaba Jaal Dhugaasaa, "Jalqabbee Seenaa ABO fii Qabsoo Oromo" bakka armaan gad-tarreefaman irraa argachuu dandeessu;1. Kanzu Ahmed- Edmonton Canada biraa argattu2. Shaggar - Oromiyaa : manneen kitaaba Afaan Oromo gurguran 3. Warri jumlaa bittanii gurguruu barbaaddan : Uganda ykn Oromiyaarraa argachuu dandeessu
Jaal Dhugaasaa arguu kootti baayyee gammadeera! Goota Jabaa!!! Waaqayyo ammallee umurii dheeraa isiniif kennee Bilisummaa keenya waliin arginee waliin warra simatu waaqayyo nu haataasisu!
What a humble and nascent telling of own lived experiences on the journey of the Oromo liberation front👌 Respect❤
Seenaa gaariidha j. Dhugaasaa!!!!
Umrii dheertu
One of great leaders of the then!!
Takkaa Dhaabaa Nagawoo,Very familiar,garuu suuraan kee naaf dhufuu dide.Muu yaa anaa!Dulluma tahuu isaa ti.Waan kaafte kana bakka irraa dhufe beektaa?Gaf tokko Birhane Yesuusutti kutaa 4ffaa utuu barannuu dabareen kitaaba Afaan Amaaraa tokko dubbisuu na gahe.Qannoon kan mataa keessa na qoffa'uu fi ani kan cinaacha isaa tumadhu wal bira malee hin teenu turre.Lubbuu Shiboo keenyaa nuuf haamaaruu nu durse.Gaachana kutaa keenyaa ture.Falmaa qabsoo irratti waan arge argeera.Kan isa irra gahe baay'ee na gaddisiisa.Beektuu,dirree lolaatti gombisanii kufuun homaa miti;harka nyaaphaa seenanii hiraarfamuun jiraatti du'uu dha.Gara duubbii Takkaan na yaadachiiseetti haa deebi'uu tii:Yammuun ol ka'ee dubbisu Qannoon deskii jalaan tuttuqxe na harkaa balleessa.Kan nu barsiisan Astemaarii Daaqaa(Golboo) turan.Naaf isaan jecha tokko irratti walqabnee utuuu na sirreessuu yaalanii fi anis kanuma afaanitti na dhufe jedhuu preiodiin dhume.Jechichi "yaazee" keenyatti "qabe" ture.Tasumaa inni sirriin naaf jedhamuu dide.Ijoolleen natti kolfiti.Daranuu na harkaa bade.Gaafasii kaasee "Yaazee"n natti maxxanee hafe.Warri waan irraa ka'e hin beeknes sanumaan na yaaman.Masoo natti fakkaata malee jibbee warra ittiin na waamaan wajjin wal lolee hin beeku.Warri akka Takkaa faa ammoo Afaan Ingiliziitti hiikan!Ani wallaaluu koo qofa utuu hin tahin Astamaarii Daaqaanuu dilas Afaan Amaaraa beekanii na sirreessuuf dilas dadhabuu isaaniitu dabalee ram raaja.Inni har'a illee hin irraanfatin kunis jiraachuun natti tola.Maaloo wal yaadadhaa.Ayii! BESS ni onte mitii! Warri J.Ab.Giddii fi anas jajjabeessitan galatoomaa.Ani llee J.Ab.Gidduu hojii gaarii itti jiruuf guddaan galateeffadha.Isinis dabaree keessan irratti argamaa.Jaallan qabsoo,nu oofkalchaa!!Waan ijoollummaatu nu/na bute.
Waan daawwattan woliif daddabarsuu hindagatina!
Seenaa dhagahamee hin quufamne Oromoon gahaa jirtan. Jall Dhugaasaa fi Ilmaoromoo galatoomaa.
@hailudargegemeda9749 Nuhordofu keessaniif galata argadha!
Jaal Dhugaassaa Bakakkoo Leencaa Ganama keessa tokkoo kan taa'taan bagaa jiraatani Guyyaa Har'aa kana geessaan!!!Umurrii dheeraadhaa❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baa'ee galatoomi qabsaawaagameessa nuufiduukeetiif atilleeakkasuma.waarakkannee biyyakanatti oromoon numaqabsaawa ...waanjedhtu nadhibe
Ana keessaa asawaa jirta jaalaa kiyya .
WELL COME "CAPTURE ONE FOR ME" BESS MEMMORY
Jaal Dhugaasaa Bakakkoo guddaa galatooma goota goota oromoo SAGLII SHOW
Ammalle uumurii dheera qabaadhaa
Eeyyama naaf kennaa INTERVIEW kana TH-cam SAGLII SHOW irrattin dabarsa Oromoon hunduu Interview kana dhageeffate irraa barachu qaba
Galatooma namaa akkan jalatamu asii basu ketif galataa siin malu harkadhu siin jechaa obbolesaa Dhagasaan esaa jiraa?
ulefadha wangari godha gireteni
Hedduu hojii boonsaa hojjachaa jirta.of hin tuffatin.
Hayyee😄
Eessaa argaama kitaabichii bitaachuuf?? Seenaan ABO bo’iichuuma silaa 😢😢😢 oduu durii fakkaata
Kitaabicha bakka armaan gad-tarreefaman irraa argachuu dandeessu;1. Kanzu Ahmed- Edmonton Canada biraa argattu2. Shaggar - Oromiyaa : manneen kitaaba Afaan Oromo gurguran 3. Warri jumlaa bittanii gurguruu barbaaddan : Uganda ykn Oromiyaarraa argachuu dandeessu
@ilmaormaaAdaamaa jiraa? Akkamiin arganna?
Kitaaba Jaal Dhugaasaa, "Jalqabbee Seenaa ABO fii Qabsoo Oromo" bakka armaan gad-tarreefaman irraa argachuu dandeessu;
1. Kanzu Ahmed- Edmonton Canada biraa argattu
2. Shaggar - Oromiyaa : manneen kitaaba Afaan Oromo gurguran
3. Warri jumlaa bittanii gurguruu barbaaddan : Uganda ykn Oromiyaarraa argachuu dandeessu
Jaal Dhugaasaa arguu kootti baayyee gammadeera! Goota Jabaa!!! Waaqayyo ammallee umurii dheeraa isiniif kennee Bilisummaa keenya waliin arginee waliin warra simatu waaqayyo nu haataasisu!
What a humble and nascent telling of own lived experiences on the journey of the Oromo liberation front👌 Respect❤
Seenaa gaariidha j. Dhugaasaa!!!!
Umrii dheertu
One of great leaders of the then!!
Takkaa Dhaabaa Nagawoo,
Very familiar,garuu suuraan kee naaf dhufuu dide.Muu yaa anaa!Dulluma tahuu isaa ti.
Waan kaafte kana bakka irraa dhufe beektaa?Gaf tokko Birhane Yesuusutti kutaa 4ffaa utuu barannuu dabareen kitaaba Afaan Amaaraa tokko dubbisuu na gahe.Qannoon kan mataa keessa na qoffa'uu fi ani kan cinaacha isaa tumadhu wal bira malee hin teenu turre.Lubbuu Shiboo keenyaa nuuf haamaaruu nu durse.Gaachana kutaa keenyaa ture.Falmaa qabsoo irratti waan arge argeera.Kan isa irra gahe baay'ee na gaddisiisa.
Beektuu,dirree lolaatti gombisanii kufuun homaa miti;harka nyaaphaa seenanii hiraarfamuun jiraatti du'uu dha.
Gara duubbii Takkaan na yaadachiiseetti haa deebi'uu tii:
Yammuun ol ka'ee dubbisu Qannoon deskii jalaan tuttuqxe na harkaa balleessa.Kan nu barsiisan Astemaarii Daaqaa(Golboo) turan.
Naaf isaan jecha tokko irratti walqabnee utuuu na sirreessuu yaalanii fi anis kanuma afaanitti na dhufe jedhuu preiodiin dhume.
Jechichi "yaazee" keenyatti "qabe" ture.
Tasumaa inni sirriin naaf jedhamuu dide.Ijoolleen natti kolfiti.Daranuu na harkaa bade.Gaafasii kaasee "Yaazee"n natti maxxanee hafe.Warri waan irraa ka'e hin beeknes sanumaan na yaaman.Masoo natti fakkaata malee jibbee warra ittiin na waamaan wajjin wal lolee hin beeku.Warri akka Takkaa faa ammoo Afaan Ingiliziitti hiikan!
Ani wallaaluu koo qofa utuu hin tahin Astamaarii Daaqaanuu dilas Afaan Amaaraa beekanii na sirreessuuf dilas dadhabuu isaaniitu dabalee ram raaja.Inni har'a illee hin irraanfatin kunis jiraachuun natti tola.Maaloo wal yaadadhaa.
Ayii! BESS ni onte mitii!
Warri J.Ab.Giddii fi anas jajjabeessitan galatoomaa.Ani llee J.Ab.Gidduu hojii gaarii itti jiruuf guddaan galateeffadha.Isinis dabaree keessan irratti argamaa.
Jaallan qabsoo,nu oofkalchaa!!Waan ijoollummaatu nu/na bute.
Waan daawwattan woliif daddabarsuu hindagatina!
Seenaa dhagahamee hin quufamne Oromoon gahaa jirtan. Jall Dhugaasaa fi Ilmaoromoo galatoomaa.
@hailudargegemeda9749 Nuhordofu keessaniif galata argadha!
Jaal Dhugaassaa Bakakkoo Leencaa Ganama keessa tokkoo kan taa'taan bagaa jiraatani Guyyaa Har'aa kana geessaan!!!Umurrii dheeraadhaa❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Baa'ee galatoomi qabsaawaagameessa nuufiduukeetiif atilleeakkasuma.waarakkannee biyyakanatti oromoon numaqabsaawa ...waanjedhtu nadhibe
Ana keessaa asawaa jirta jaalaa kiyya .
WELL COME "CAPTURE ONE FOR ME" BESS MEMMORY
Jaal Dhugaasaa Bakakkoo guddaa galatooma goota goota oromoo SAGLII SHOW
Ammalle uumurii dheera qabaadhaa
Eeyyama naaf kennaa INTERVIEW kana TH-cam SAGLII SHOW irrattin dabarsa
Oromoon hunduu Interview kana dhageeffate irraa barachu qaba
Galatooma namaa akkan jalatamu asii basu ketif galataa siin malu harkadhu siin jechaa obbolesaa Dhagasaan esaa jiraa?
ulefadha wangari godha gireteni
Hedduu hojii boonsaa hojjachaa jirta.of hin tuffatin.
Hayyee😄
Eessaa argaama kitaabichii bitaachuuf?? Seenaan ABO bo’iichuuma silaa 😢😢😢 oduu durii fakkaata
Kitaabicha bakka armaan gad-tarreefaman irraa argachuu dandeessu;