Galatoomaa waldaa biiftuu boolee baayee namatti tola baayee jaalaanna, Garuu harmoonnii keenyaan Isa tv mo,'aa irraatti fashion hidhii nyaara isaani akkummma warraa biyyaa lafatti dibatanii gara midiya ummaatatti bahan Kun dhaloonni fi amantaan bira maal nurra baruu?
Amma immoo faarfannaaleen macaafa faarfannaa Galata Waaqayyoo keessa jiran irraanfatamaa jiru.Isa keessas faarfannaan nama eebbisa baayyeen jiruum. Faarfannaalee Luba Guddinaan qopheessan sana maaliif hojjetanii as hin baaftan?
Dhugaadhuma jijjiirama guddaa fi fakkenyaa sirriidha waldaam boolee. Ani yeroo jalqabaaf uffata aadaa fi haala aadaan farfachuu waldaa kana bara 2007/2008 hirmaadheen argee itti gammade
Jecha silaa irraa debitee akka hin dubanee hadha koo ishe asa bayyistuu kanaa gorsa jecha kee sirefadhu namaf of egadhu jedhani shamane hin jedhaman OGESOTAA jedhamuu inni ati asoftuu Garumaa hin qabuu namaf of hin egatuu tanan
Eli fi phuwlen faarfannaa itti dabalaa hojedha sin egaa faarsa Eli mmoo kan bayye jaladhu yesus Koo michuu garaa koo fi #yemmuu bidiruun Koo rafamee jiraa karaan Isa jedhu bayyen jaladha
Ebbifamaa!!! baayeesa. Obboleessi kiyaa Guutuun dhimmaa ijoollee irraatti hojjecha jiraa (Mata duree Ijoollee ifa barii) tin bira haa dhabannu galatooma!!
Hojii boonsaa gama hafuuraatin saba keenyaaf hojjechaa jirtanif Waaqayyoo dachaa isin haa eebbisuu!! Jabaadhaa👏👏👏👏
Isa karaa hundumaan mo'Icha isiin gonfachiiseef galatni Abbaa gooftaa keenya YESUUS KRISTOOSIIF haa ta'u!
Nagaan Waaqayyoo isiniif haa ta'u maatiin kun hundi keessan!!! Baay'ee waliin dubbii ajaa'ibsiisaa ta'edha gooftaan dachaa isin haa eebbisu. Ani phaawuloos irraas Eliyaas irraas Malkaamuu irraas magaalaa Naqamteetti tajaajilameera. Humni Hafuura qulqlulluu phaawuloosiif kabaa Fidoo irra utuu isaan paaster Niftaalem Argaaw wajjin tajaajilanii galma guddaa magaalaa Naqamteetti ta'e akka deebi'uuf kadhannaakoo yeroo hundumaati. Waaqayyo ammas taanaan humna bara sanaatiin dhaloota ammaa kana nuuf haa yaadatu. Itti aansuudhaan ani maqaankoo sooraa/pastor/ Taaddasee Angaraasaan jedhama. Dhalootni wallagga bahaa, Naqamte yommuu ta'u, amma hojii wangeelaa magaalaa Jimmaatiin hojjechaa jira. Dubbii barsiisa sagalee Waaqayyoo dhaloota keenyaaf ta'u bareedaa isaan of harkaa qaba. Dubbii kana immoo dhaloota barakootii kana biraan ga'uun barbaada. Kanaafimmoo meeshaa ishee isin ittiin dubbachaa jirtan kana speaker fi video camera 1 qofaa na barbaachisee garuu humnaaf waan kana guuttachuuf waanan dadhabeef maaloo walumattillee buusaatii na tumsaa isiniin jechuun barbaada. Eebbifamaa!!! Odeeffannoodhaaf lakkoofsa bilbilaa +251917030801 irratti naaf bilbilaa. GALATOOMAA!!!
Wow waqayyoo sin aebisuu matii waqayoo edduuu namati tolaaa ❤❤❤🎉🎉 nuf jiradhaa ❤❤❤❤
Hedduu galatooma, waaqayyo hedduu isin haa eebbisu
Waaqayyoo siinf haa ebbisuu ❤️❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏👏
Baay'ee bareedu !
Waaqayyo bara keessan guutuu isin haa eebbisu . waan baay'ee nu barsiistan . seenaa ajaa'ibaa dha !
Eebbifamaa waaqayyoo isin haa eebbisu ❤❤
Dhugaa dubbachuuf baayeedhuman itti eebbifame gaafa taa'ee dhaggeeffadhu waan baayeen yaade walumaagalatti waaqayyo isin haa eebbisu hafaa nuuf jiraadha isin jaallanna ❤
Waldaan kun kennaa uummata oromooti. Waaqayyo isin haa eebbisu. Hedduu nu tajaajilaa jirtu. Sichillee waan hedduu isin irraa eegna. Nuuf jiraadhaa.
Aadde Leensa si jaalanna
Isin ayyanomtaniittu waaqayyo ammallee isin haa eebbisu ❤❤❤
Eebbifamaa aadaa fi Afaan Oromoo irratti ammallee haa hojjetamun jedhaa.sinan jaalladhaa
Galatoomaa waldaa biiftuu boolee baayee namatti tola baayee jaalaanna, Garuu harmoonnii keenyaan Isa tv mo,'aa irraatti fashion hidhii nyaara isaani akkummma warraa biyyaa lafatti dibatanii gara midiya ummaatatti bahan Kun dhaloonni fi amantaan bira maal nurra baruu?
I’m proud of you
Baayyeen isinirraa baradhee eebbifamaa❤
Seenaa addaa dabarsitanii akka guutuu Oromiyaatti warraaqsa guddaa fiddani. Waaqayyo isin haa eebbisu.
Waaqaayyo isin haa ebbisu baayyeen baruumsa keessaniiti Ebbifami❤
Fayyaa ta'aa nuuf jiraadhaa. Faaruun yoo fedha ishee ta'e faarfannaa koo tokko akka produce naaf gootun fedha.
Wow Waaqqay isiin haa Eebbisuu ❤❤❤❤❤
Ebbifama!!!
Raajii Garboolee Hirphaa nuuf afeeraa yoo tole isiniif jedhe
Ebbifamm ❤❤🎉🎉
Guddaa Isiin Jallanaa. Jabaadha😍😍
nuf eebbifamaa♥️♥️♥️♥️
❤እግዚአብሔር ይባረካችሁ
Ebbifama 🎆🎆♥️♥️♥️
Jabàadha kun waan addaati ebbiifama
Waaqayyoo isin haa eebbisu
Waaqayyoo uummurriii kessan dachaa nufa godhu fakenyaa kirtaannotaa namotaa jajaaboo 🎉🎉🎉🎉
Ebbiffamaa ❤❤❤❤❤
Wangeelii aadaa male aadaan wangeela male hin jiratu.
Guddaa Eebbifamaa❤
Good Conversation, Thanks!
Nuuf jiraadha💓💓💓
❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifaama ❤
Waaqayyo isin haa eebbisu itti eebbifmneerra waliin dubbii keessan kanatti
Nuuf jiraadha waaqayyoo isini haa ebisuu
Polen kosa hinbkuu farfnt nshaklchisaa ture waldaa 03 dbidolo gutuu wngela❤
Ebifamaa 🩷🩵🩷🩵
We love you ❤❤❤
Waaqayyo isin haa eebbisu dhugaa! Vedio kana utuu kutaa kutaadhaan nuuf gadhiistanii gaarii fakkaata! Isin jaallanna
Qulqullina sagalee foyyeessa!
ajaiba dhugaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Edduu sijaladhaa namotaa waqayyoo
Amma immoo faarfannaaleen macaafa faarfannaa Galata Waaqayyoo keessa jiran irraanfatamaa jiru.Isa keessas faarfannaan nama eebbisa baayyeen jiruum.
Faarfannaalee Luba Guddinaan qopheessan sana maaliif hojjetanii as hin baaftan?
Liiloo❤
Dhugaadhuma jijjiirama guddaa fi fakkenyaa sirriidha waldaam boolee. Ani yeroo jalqabaaf uffata aadaa fi haala aadaan farfachuu waldaa kana bara 2007/2008 hirmaadheen argee itti gammade
Jecha silaa irraa debitee akka hin dubanee hadha koo ishe asa bayyistuu kanaa gorsa jecha kee sirefadhu namaf of egadhu jedhani shamane hin jedhaman OGESOTAA jedhamuu inni ati asoftuu Garumaa hin qabuu namaf of hin egatuu tanan
Waan hedduu na yaadachiiftan. Anis barataa kutaa 12ffaa ta'ee utuun jiruu mana barsiiftuu fi faarfattuu turte tokkoo deemnee faarfannaa utuu dhaggeeffannuu faarfannaa Phawulos faa collection tokko faarfatan irratti uffata aadaa uffatanii utuu faarfatanii argitee boossee maraattee, mana Waaqayyootti xuraa'ummaa deebisani jettee qalbii diddiirradhaa jechuun nutti dheekkamte. Nuyis hubannaa yeroo sana qabnuun rifannee turre. Garuu maaliif kan jedhu sammuutti nu dhufee dudubbachaa turre. Amma garuu aadaan keenyaa fi uffanni kun ammayyeeffamee fudhatama guddaa arganneerra. Waaqayyo gatii keessan guddaa godhee isiniif kaffala. Eebbifamaa
eebbifamaa eebbifamaa ayyannii sinifaa bayatuu ❤❤❤
eebifamma
Good conversation but we need Bishop ....( You know)
Waldaan Biiftuu Boolee fakkeenya waldoota Oromoo addunyaati. Ayyaanni, beekumsa , sabboonummaa fi qabeenya jajjabaa Oromoo walitti fiddanii hojii seena qabeessa barabaraan yaadatamu hojjettan.
Ammas yaada haara akkasi isinirra eegna.
Lola afuuraa kana jabaattanii akka loltaniif cichoominaaf jabina isa isniif tae, WAAQAYYOOF galanni hatau! Lolichi kan Waaqayyoti!
uffanni aadaa oromoo badee qaalluu qofa biratti hafe jettanimee. qaalluun isin baantan kun kami? yoo xiqqaate uummata aadaa ofiitin jiraachuf du'u oromoota booranaa, gujii fi karrayyuu illee hin qaaneffattanii. moo uummanni bakkuma isin jirtan waan jiru seetan? fkn uummata aadaa isaa gatee isinimmoo barsiiftan eeruu keennaamee. uummannis aadaan isaas jabaadha abbaan ta'e jaalatus jibbus baduu hin danda'u.
Faarfataa eeliyas gabulaa barumsa tiivii mo aa Isa raajota sobduu sana maaf dhiiste????
Eli fi phuwlen faarfannaa itti dabalaa hojedha sin egaa faarsa Eli mmoo kan bayye jaladhu yesus Koo michuu garaa koo fi #yemmuu bidiruun Koo rafamee jiraa karaan Isa jedhu bayyen jaladha
Hedduu galatooma, waaqayyo hedduu isin haa eebbisu