- 195
- 368 180
OCM
เข้าร่วมเมื่อ 14 ก.ย. 2021
OCM! Midiyaa Kiristoos Waaqa hundaa, Abbaa fi Afuura Isaa waliin, Mana Kiristaanaa hundaa keessatti lallabu!
Mata dureen lallabaa: Abbaa Shaashoo, Mul. 19:11, Eegaa Amantaa Hayilamikaa'eel Taaddasaa
Mata dureen lallabaa: Abbaa Shaashoo, Mul. 19:11, Eegaa Amantaa Hayilamikaa'eel Taaddasaa
มุมมอง: 881
วีดีโอ
ብፁዕ አቡነ ሳዊሮስ በ15/07/2016 ዓ.ም. በሱልልታ በተደረገላቸው አቀባበል ላይ ያስተላለፉት ቃለ ምዕዳን
มุมมอง 2.7K6 หลายเดือนก่อน
ብፁዕ አቡነ ሳዊሮስ በ15/07/2016 ዓ.ም. በሱልልታ በተደረገላቸው አቀባበል ላይ ያስተላለፉት ቃለ ምዕዳን
Faaruu-Waldaa Duuka Bu'ootaa fi Barattoota Sanbataatiin
มุมมอง 6836 หลายเดือนก่อน
Faaruu-Waldaa Duuka Bu'ootaa fi Barattoota Sanbataatiin
Cigoo-Maggaabee Biluuy Darrasaan, ቅኔ በመጋቤ ብሉይ ደረሰ
มุมมอง 7357 หลายเดือนก่อน
Cigoo-Maggaabee Biluuy Darrasaan, ቅኔ በመጋቤ ብሉይ ደረሰ
ሦስቱ ነጋዴዎችዮሃ 2:14-16, ዐቃቤ ሃይማኖት ኃይለሚካኤል ታደሰ, ሱልልታ ሥላሴ
มุมมอง 3527 หลายเดือนก่อน
ሦስቱ ነጋዴዎችዮሃ 2:14-16, ዐቃቤ ሃይማኖት ኃይለሚካኤል ታደሰ, ሱልልታ ሥላሴ
ለምን ስለ ቅዱሳን? ዐቃቤ ሃይማኖት ኃይለሚካኤል ታደሰ, መጋቢት 5 ቀን 2016 ዓ.ም. በአምቦ አቦ ቤተክርስቲያን
มุมมอง 3287 หลายเดือนก่อน
ለምን ስለ ቅዱሳን? ዐቃቤ ሃይማኖት ኃይለሚካኤል ታደሰ, መጋቢት 5 ቀን 2016 ዓ.ም. በአምቦ አቦ ቤተክርስቲያን
"Kanan filadhe waliin Waadaa taasiise", Faar. 88(89):3, Bar. H/mikaa'eel Taaddasaa
มุมมอง 1.3K7 หลายเดือนก่อน
"Kanan filadhe waliin Waadaa taasiise", Faar. 88(89):3, Bar. H/mikaa'eel Taaddasaa
Marii fi gorsa hayyootaa, IDB marsaa 3ffaa irratti dhiyaate- Kutaa 3ffaa
มุมมอง 8138 หลายเดือนก่อน
OCM daawwadhaa
Marii fi gorsa hayyootaa, IDB marsaa 3ffaa irratti dhiyaate- Kutaa 2ffaa
มุมมอง 1.5K8 หลายเดือนก่อน
OCM daawwadhaa
Marii fi gorsa hayyootaa, IDB marsaa 3ffaa irratti dhiyaate- Kutaa 1ffaa
มุมมอง 1.1K8 หลายเดือนก่อน
OCM daawwadhaa
Yeedaloo Yaareed kabaja ayyaana hundeeffama WDB damee suluultaa, miseensoota waldichaan dhiyaate
มุมมอง 5918 หลายเดือนก่อน
OCM daawwadhaa
Faarfannoo Faarfataa Amaan Hayiluu IDB marsaa 3ffaa irratti dhiyeesse
มุมมอง 3198 หลายเดือนก่อน
OCM daawwadhaa
Marii fi gorsa Hayyootaan IDB marsaa 3ffaa irratti kan dhiyaate- Kutaa 2ffaa
มุมมอง 4968 หลายเดือนก่อน
OCM daawwadhaa
Faarfannoo faarfataa Lammiin IDB marsaa 3ffaa irratti dhiyaate
มุมมอง 1.3K8 หลายเดือนก่อน
OCM daawwadhaa
Lallaba- Liqa-hiruyaan Luba Taammiruu Isheetuu-Maaramii Ejereetti
มุมมอง 3258 หลายเดือนก่อน
Lallaba- Liqa-hiruyaan Luba Taammiruu Isheetuu-Maaramii Ejereetti
Faarfannoo Faarfattuu Burtukaaniin IDB Marsaa 3ffaa irratti dhiyaate
มุมมอง 2K8 หลายเดือนก่อน
Faarfannoo Faarfattuu Burtukaaniin IDB Marsaa 3ffaa irratti dhiyaate
Yeedaloo Yaareed, simannaa Abuna Gabreeliif M/K/Waadaa Araaraa Incinnitt B/Sanbataan dhiyaate
มุมมอง 6698 หลายเดือนก่อน
Yeedaloo Yaareed, simannaa Abuna Gabreeliif M/K/Waadaa Araaraa Incinnitt B/Sanbataan dhiyaate
Marii fi gorsa Hayyootaan IDB marsaa 3ffaa irratti kan dhiyaate- Kutaa 1ffaa
มุมมอง 8198 หลายเดือนก่อน
Marii fi gorsa Hayyootaan IDB marsaa 3ffaa irratti kan dhiyaate- Kutaa 1ffaa
Faarfataa Hiikaa Bultii, Faaruu ayyaana hundeeffama damee Suluultaa kan bara 2016 irratti dhiyaate
มุมมอง 1.2K8 หลายเดือนก่อน
Faarfataa Hiikaa Bultii, Faaruu ayyaana hundeeffama damee Suluultaa kan bara 2016 irratti dhiyaate
Dhaamsaa fi Gorsa Abuna Saawiroos, Sagantaa IDB Marsaa 3ffaa irratti
มุมมอง 1.2K8 หลายเดือนก่อน
Dhaamsaa fi Gorsa Abuna Saawiroos, Sagantaa IDB Marsaa 3ffaa irratti
Tiksee gaariin Anadha. Barsiisaa Goosaayee, Lallaba IDB Marsaa 3ffaa irratti lallabame
มุมมอง 7K9 หลายเดือนก่อน
Tiksee gaariin Anadha. Barsiisaa Goosaayee, Lallaba IDB Marsaa 3ffaa irratti lallabame
Dhugaan Ilmoo Waaqaati, B/Hayilamikaa'eel Taaddasaa, Lallaba Imala Duka Bu'ummaa irratti lallabame
มุมมอง 9729 หลายเดือนก่อน
Dhugaan Ilmoo Waaqaati, B/Hayilamikaa'eel Taaddasaa, Lallaba Imala Duka Bu'ummaa irratti lallabame
"Hin dhiifnu" Ib 11:25 Lallaba Ayyaana Hundeeffama WDB damee Suluultaa irratti laatame
มุมมอง 1.6K10 หลายเดือนก่อน
"Hin dhiifnu" Ib 11:25 Lallaba Ayyaana Hundeeffama WDB damee Suluultaa irratti laatame
"እኔስ የመረጥሁት ጾም ይህ አይደለምን?" Is. 58:6ዐቃቤ ሃይማኖት መ/ር ኃይለሚካኤል ታደሰ
มุมมอง 41410 หลายเดือนก่อน
"እኔስ የመረጥሁት ጾም ይህ አይደለምን?" Is. 58:6ዐቃቤ ሃይማኖት መ/ር ኃይለሚካኤል ታደሰ
"Soomniin Ani filadhu kanaa mitiyii?" Is. 58:6, Abboo Ambootti laatame, Bar.H/Mikaa'eel Taaddasaa
มุมมอง 1.9K10 หลายเดือนก่อน
"Soomniin Ani filadhu kanaa mitiyii?" Is. 58:6, Abboo Ambootti laatame, Bar.H/Mikaa'eel Taaddasaa
Tokko Maali? Bar. H/mikaa'eel Taaddasaa, M.K.Kakuu Araaraa Incinniitti lallaba laatame
มุมมอง 80810 หลายเดือนก่อน
Tokko Maali? Bar. H/mikaa'eel Taaddasaa, M.K.Kakuu Araaraa Incinniitti lallaba laatame
Bultoowwan Lamaan, Lallaba Maaramii Ejereetti gaafa 21/03/2016 kenname, Bar H/mikaa'eel Taaddasaa
มุมมอง 1.4K11 หลายเดือนก่อน
Bultoowwan Lamaan, Lallaba Maaramii Ejereetti gaafa 21/03/2016 kenname, Bar H/mikaa'eel Taaddasaa
ክብሩ ከመላዕክት ሁሉ ከፍ ያለ ነው:: መጋቤ ስብሃት ቀሲስ አቢይ
มุมมอง 27611 หลายเดือนก่อน
ክብሩ ከመላዕክት ሁሉ ከፍ ያለ ነው:: መጋቤ ስብሃት ቀሲስ አቢይ
Gorsa Eebbifamoo Abuna Gabri'eel, የብፁዕ አቡነ ገብርኤል ቃለ ምዕዳን
มุมมอง 99011 หลายเดือนก่อน
Gorsa Eebbifamoo Abuna Gabri'eel, የብፁዕ አቡነ ገብርኤል ቃለ ምዕዳን
Ameen Ameen Ameen
Barsissaa kenyaa chanalaa kee gutuu akkamitii argachuu danddenyaa
Ammin.ammin.yaa.sagale.waqayoo.
ATI 1000 jiraadhu
amen amen amen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeen Ameeen Ameeen🙏🙏🙏
Ammen Ammen Ammen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebifaama ❤❤❤❤
Ameen Ameen Ameen waqayyoo sagalee jireenyaa sif haa dhageessisuu motummaa waqaayyoo si haa dhalchissuu
Sagaalee jireenya si haa dhageessisuu b/s keenya🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
Ameen Amen Ameen ebbifamaa barsisaa
Amen Amen Amen waqayyoo gofatani sagalee jirenyaa kani dhumaa fi xumura in qabanee sinaa dhagesisuu
Ameen ameen❤❤❤❤
Ebbifamaa❤❤❤
Ameen Ameen Ameen❤❤❤
Waqayyo sagalee jirenyaa isin yaa dhagesisuu ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
❤❤❤❤
Ameen Ameen Ameen
Amen amen amen❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏
AmenAmen Amen waqyyoo goftaan sagalee jireenya siin haa dhagechisuu ebifamaa barsisaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amen amen amen 🙏 ❤❤❤❤
Ameen 🙏 Ameen ❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuf akm lubbuuu too gamdii barsisaa kenyaa nuuf ebifamaa❤❤❤❤❤
Amen ameeeeeen ameeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤Ameen
Ameen ameen ameen waqaayyoo sagaslee jireenyaa sin hat dhagechisuu ebifamaa barsisaa
Ameen(3) waqqayyoo umrii dheerra usin Yaa keenuu ❤❤❤❤
Ammeen Ammeen Ammeen
Ammeen Ammeen Ammeen 5:11
Ammeen Ammeen Ammeen
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤eleele eleele eleele eleele eleele 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Sagalee jireenyaa sin dhagesisu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤🥰🥰💎💎🌺🌺⭐️⭐️
❤❤❤
Barsiisaa kenyaa waqayyoo umaa kenyaa bakka isiin jirtanit nagaf jalala isiif yaa kennu galtomaa sagalee jirenyaa isiin yaa dhagechisuu
Amen Amen Amen 🙏 🙏🙏👏👏👏❤️❤️❤waaqayyoo sagaale bara baraa sii haa dhageechisu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ameen(3)♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏
Barsisaa kenyaa sagalee jirenyaa siin yaa dhagechisuu
Waqayoo sagalee jirenya isina dhagesisuu ❤❤❤❤❤❤
Amen amen amen ❤❤❤❤
Waaqayyoo sagale jirenya isin ya dhagesisuAmmmiiiin
❤❤😢🤲🤲👌
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
amen amen amen
waaqayyoo gooftaa motummaa isa nuu dhalchiisee mirgaa abbaa keenyaa nu beeksisee teessoo qulqulluumaatiin nu yaa ga'uu.akkasumaa sanyii eebbaati malee sanyii abaaree hin jiruu.waarrii sanyii abaarsaa nuu keessaa jiraa waarrii sanyii galmaa du'anitiyyuu yoo ka'an lafa iddaa biqila irraattii dhiisanii deemutuu baay'ataa.yaa ta'u malee waarrii akkasii gageessuu gaafa soonaa wabii olmaa ijaa ilma waaqayyootti(isa duraatii dhihaanuu gatii olmaa keenyaa keessaanii waaqayyoo akka nuuf deebisuu beektanii qophahuun nu irraa jiraata.kaanafuu waaqayyoo jaalalaa isa karaa nagaan nuuf laatee gochaafi feedhaa isaa eegnee akka deedebinuuf nu yaa tiksuu.waarraa kaaniiif immoo teessoo lafa bal'aafi dubbuu(ergaa)abbaa keenyaa waaqni abrahamii dubbaatee sanaa hojii irraa yaa olchiinuu.innis sagaalee isaa keessaatti eegaa yaa obbolowwaan too(ijoolleettoo ija firii,biqiltuu tokko yoo dhaabuu feettee gati hin ifa qarqaaraa fiixee argaateef iddootti hin dhiisinaa gara lafa isa qonnaatti geessaa akkumaa jeedhee sanaa nuttis olmaan kaleessaa kan nu irraatti faagatee miti kanaaf hojii irraa yaa olchiinuu lee.sagaaleefi barruu keenyaa waaqayyoo abbaan maatii hundaa itti nu yaa geesisuu.yeroo tokko tokko akkas ija qabaatanif gurraa immoo hin dhabaniifi harkas qabaataniifis hin dhabaanii garuu waaqayyoo nama tumsuu of irraa dhaabuun isaa kana huundaa dhabuudhaa moo mit?waaqayyoo sagaalee afuuraa biddeenaa ta'u (qulqulluu)nuuf keennee garuu nama danbii dhaabuuf,qabaatee gama mirgaa abbaafi bulchiinsaa motummaa isaa nuu dhaabuu nuu hin dhowwaatiin lee.kanaafuu barruu harkaa keessaan irratti waaqayyoo akkumaa muusee kawwaani wan isinii yaadateef ammas lafa bal'aa isiniif yaa taasisuu namni baay'ateefi miti ergamni waaqayyoofi bulchiinsii gama Abbotiimurtiiti dhufuu nuuf yaa dabaluu maqaa abbaa kan ilma kan afuuraa qulqulluu sadeen waaqayyoo tokkon lee.
waaqayyoo raajumaa sagaalee qulqulluumaafi ijaaramaa dhaabbii motummaa isaa kan ergamaa guutuu qabatee nu gidduutti yaa deedebisuu.akkasumas mul'ataa ishee kaleessaa waaqayyoo yoo muuseetti ajaajaa dabaarsuu maatii olmaa sanaan deedebi'ee motummaa kee dhaalee nu dhalchiisuu mallaattoo ija qabsuuraa fayyisaa keenyaa Addunyaati nu gargaarii.dabaalees seeraa uumaa,uumamaafi seerotaa gurnaa malee loo'uu irraattii(seerotaa liwwotaatiin kan dhugaa nuuf taasisii).jirmaa addaamfi hewwaan motummaa kee fiixaan nuu baasii.damee sanyii baay'ee akka feedhaafi gochaa keetti nu deedebisii.yoo baleessinees akka fedhaa keeti ergamaa itti sirraanuu nuuf heer fkn ergama angaafa nagaa qulqulluu mikaa'eeliittin akka motummaa keefi mirgaa abbumaa keenyaa akka ooluu nu taasisii lee.
waaqayyoo goofyaan isinaa gargaaruu motummaa isaa isina dhalchiisuu.akkasumas sanyii Eebbaa (nama sanyii maaqa miseensaa abbaa keenyaa Abraham waaqayyoo gooftaa ati nu taasisuu .maqaa abbaakan ilma kan sadeen waaqayyoo tokkoon lee.sanyii yudii irraattii waaqayyoo ati baleessaa keenyaa nuuf dhiisitii gara motuummaa ishee ijaaramaa motummaa samii galaatati(teessoo nugusaa motummaa ishee ammaa qabsuraa yesus kiriistoositii ol nu fudhadhuu.motummaanis kan keeti hoo.kunis baleessaafi toli waaqayyoo jiraatuyyuu nutti gatii Arsaa dadhaabbii isaa yoo hin deebifnee akkasumas motummaadhumtii ijaaramtee teessoo ishee fagoo dhiisaan deedebi'uun wanta hin danda'amneef ilmaa waaqayyoo ati nu dandeessisii lee yudaa 1:2fi ergaa qulqulluu (raajaa isaayyaas dubbatee sanaan ati waaqi ija mucaa xiqqoo abjuu abjuun hiikatuu jireenyaa foon lubbuumaa sugaa nuuf taasisii (akka gargaara daawwiitti isaati nu barsiisii).garuu ija motummaa ishee dhugaas gidduutti mul'sii ati waaqayyoo.
Garii dha garuuu machafaa Qulqulluu yeroo fayadamtuuu iddoo isaa yoo himte garii dha