GALAA GOLA HAMEE
GALAA GOLA HAMEE
  • 17
  • 8 414
Kutaa 5ffaa ~ Hiikoo Wangeelaa Q. Yohaannis ~ Yaa’ii Aleetiyaa
Fulb. 02/01/2017 B. A
Hiikoo Simaa (አንድምታ)
+ Jechi Waaqa bira ture
+ Jechi Waaqa ture
+ Kun hundi jalqabuma Waaqa bira ture … kan jedhuuf
#Aleetiyaa_Tube Subscribe, Share taasisuun maatii ta’aa! Galatoomaa!
มุมมอง: 103

วีดีโอ

Yoh.1:1 Hiikoo Kutaa 4ffaa
มุมมอง 15919 ชั่วโมงที่ผ่านมา
Yaa’ii Aleetiyaa : Ibsa Wangeela Q. Yohaannis Yaa’ii torbanii #Aleetiyaa_Tube #Subscribe taasisuun maatii ta’aa! Galatoomaa!
Yoh 1:1 Hiikoo Kutaa 3ffaa
มุมมอง 278วันที่ผ่านมา
“ Jalqaba JECHAtu ture.” Yoh.1:1 Maaltu jecha namootaa fi ergamootaa irraa adda taasisa? Jechi eenyudha? Jechi qaama qabu eenyu? Maaliif jecha jedhame? Bal’inaan argattu! #Subscribe taasisuun maatii ta’aa! Liinkiwwan armaan gadiin nu hordofaa! Sagalee Aleetiyaa Telegram t.me/ MG1_hW1sOI1lNjZk Sagalee Aleetiyaa WhatsApp whatsapp.com/channel/0029Va8cTnL2UPBAdmbnBx3O Aleetiyaa Tube youtube.com/@Dn...
Ibsa Wangeela Q. Yohaannis 1:1 Kutaa 2️⃣ffaa / የቅ ዮሐንስ ወንጌል ፩፤፩ ማብራርያ ፪ኛ ክፍል
มุมมอง 226วันที่ผ่านมา
ALEETIYAA TUBE #Susbcribe taasisuun maatii ta’aa! Ulfaadhaa!
Ibsa Wangeela Q. Yohaannis 1:1 Kutaa 1ffaa / የቅ ዮሐንስ ወንጌል ፩፤፩ ማብራርያ ክፍል ፩
มุมมอง 329วันที่ผ่านมา
Jalqaba Jechatu Ture. Jechi Waaqa ture. Jechichis waaqa ture. Kun jalqabuma waaqa bira ture. Yoh.1;1 Jalqaba maaliif jedhe? Jalqaba jechuun maal jechuudha? Otoo addunyaan hin uumamiin yeroon lakkaawameeraa? Bal’inaan Ibsamee argattu! Aleetiyaa Tube #Subscribe taasisuun maatii ta’aa!
Yaa’ii Aleetiyaa- Hiikoo Wangeela Q. Yohaannis
มุมมอง 460หลายเดือนก่อน
Yaa’ii Aleetiyaa torbee hunduma kamisa… Channel keenya Subscribe taasisuun maatii ta’aa!
Waa’ee Ifaa Ragaa Bahuuf Dhufe. Yoh.1:7
มุมมอง 1.5K2 หลายเดือนก่อน
Ayyaana Dhaloota Yohaannis Cuuphaa Gooftaa ilaalchisuun lallaba kutaa lallaba biyyoolessa Magaala Shaggar, Mana lubummaa kutaa magaala sadanii (Sabbataa, Galaan Guddaa fi Furii)tti, Mana Kiristaanaa Fakkeenya Yordaanoos Yohaannis Cuuphaa Roggeetti Bsa Damee Isheetuun laatame
Sagantaa Gorsa Abbootaa Marsaa 1ffaa- Yaa’ii Aleetiyaa - Mana Kiristaanaa Keenyaaf jedhu irratti …
มุมมอง 2682 หลายเดือนก่อน
Yaa’ii Aleetiyaa - Baadiyyaa Keenyaaf Mata duree jedhuun Mana Kiristaanaa Tulluu Araaraa Kidaanamihratii Guddisaatti kan qophaa’e sagantaa Gorsa Abbootii irratti kan dhiyaate Kutaa 1ffaa
Fayyisaa Addunyaa Mootii Moototaa- Barattoota Dilbataa Bu’uura Amantaa M/ K / T/ DH Mikaa’eelii G/Gu
มุมมอง 2712 หลายเดือนก่อน
Kabaja Ayyaana Moo’insaa Qulqulluu Mikaa’eel Waxabajjii
Lallaba Haaraa Ol Bahiinsaa! M/K/T/A Mikaa’ela Galaan Guddaatti
มุมมอง 3443 หลายเดือนก่อน
Ol bahiinsaa fi Kiristaanota Maab Kiristaanaa Keessatti… Chaanaalii keenya #subscribetomychannel taasisuun maatii ta’aa!
“ Gartuu Waaqayyoo warri taatan as bahaa” Bsa Yohaannis Adaraaa
มุมมอง 1663 หลายเดือนก่อน
Kabaja Ayyaana Waggaaa Qulqulleettii Kiristoos Samraa ilaalchisuun, M/K/T/Dh Qulqulluu Mikaa’ela Galaan Guddaatti Itti gaafatamaa kutaa lallaba wangeelaa kutaalee Magalaa Sadanii kan ta’an Bsa Yohaannis Adaraatiin laatame Aleetiyaa Tube #share_subscribe taasisuun maatii ta’aa!
Of eeggannoo bara xumuraa/ የመጨረሻ ዘመን ማስጠንቀቅያ Mat. 24:1-17 hiikoodhaan
มุมมอง 1.3K4 หลายเดือนก่อน
Lallaba Barumsawaa K/L/B/Arsii M/L/A Digaluu fi Xiijootti, Mana Kiristaanaa Tulluu Jannataa Lidataa Maariyaamii Magaalaa Saaguree irratti WDB Damee Saagureetiin qophaa’e irratti laatame! TH-cam keenya #Subscribe_like_share taasisuun maatii ta’aa!
11 May 2024 “ Hoolaan Waaqayyoo Kunooti.” Yoh.1:29
มุมมอง 1534 หลายเดือนก่อน
Dubbii Kiristoos M/K/O/T/I/K/L/B/Arsii, M/L/A/S ttti, Mana Kiristaanaa Tulluu Jaannataa Lidataa Maariyaamii Saagureetti barnoota Kenname @Damee Aleetiyaa
Haa Fannifamu (Fannifamuu qaba) May. 27:23, Yoh.5:13 [ ይሰቀል( ይሰቀል ይገበዋል) መቴ ፳፯፤፳፫፣ ዮሐ ፫፤፲፭።
มุมมอง 5504 หลายเดือนก่อน
Ayyaana Yaadannoo Fannoo Jimaataa Bara 2016 Biyya Lallaba Biyyoolessa magaala shaggar, kutaawwan bulchiinsa magalaa manneen lubummaa aanaa Furii, Galaan Guddaa fi Sabbataatti M/K Tulluu Biiftuu Lidataa Maariyaam Sabbataa #Share_subscribe taasisaa
ማግሰኞ ዘሰሙነ ሕማማት/Kibxata Torbee Dhukkubbii
มุมมอง 1454 หลายเดือนก่อน
ማግሰኞ ዘሰሙነ ሕማማት/Kibxata Torbee Dhukkubbii
“Qorichi Addunyaa Durba Irraa Dhalate.” Luq. 2:11 @Durbi_Deesse! @Gola_Harmee_Tube
มุมมอง 9168 หลายเดือนก่อน
“Qorichi Addunyaa Durba Irraa Dhalate.” Luq. 2:11 @Durbi_Deesse! @Gola_Harmee_Tube
Tajaajilawwan Kana Duraa muraasa
มุมมอง 1.3K9 หลายเดือนก่อน
Tajaajilawwan Kana Duraa muraasa

ความคิดเห็น

  • @misaratlataa5438
    @misaratlataa5438 8 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤

  • @WerkneshWer
    @WerkneshWer 9 ชั่วโมงที่ผ่านมา

    Amen. Amen. Bara. Dhufati. Keti nayadadhu. Gofta. Koo🤲🤲🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @KipoKipo-d2g
    @KipoKipo-d2g วันที่ผ่านมา

    Waqayoo sagalee jirenyaa sinaa dhagesisuu Baraa tajalilaa kessani sifii yaa dheresuu barsisaa kenyaa ebifama 💐🥰🥰🥰

  • @ababuhayilu1867
    @ababuhayilu1867 2 วันที่ผ่านมา

    Dhugumaa dhugaatii waqaayyo gooftaan sagalee jireenyaa siin haa dhaageesisuu bara taajajilaa keessan sin haa dheereesuu barsisaa nuf jiraadha Ebifama ❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🙏🙏🙏

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 2 วันที่ผ่านมา

    Dhugumaa dhugatii barsisaa keenyaa waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa isin haa dhageessisuu Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa ❤❤❤❤

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 2 วันที่ผ่านมา

    Amen Amen Amen 🙏🙏🙏❤️❤️❤️

  • @AamanM-sh6pk
    @AamanM-sh6pk 2 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤

  • @DebeloKejela
    @DebeloKejela 6 วันที่ผ่านมา

    kutaa tokkoo hanga sadiitti akkamiinan argachuu danda'a

  • @DebeloKejela
    @DebeloKejela 6 วันที่ผ่านมา

    Eebbifamaa barsiisaa keenyaa

  • @ababuhayilu1867
    @ababuhayilu1867 7 วันที่ผ่านมา

    Amen Ameen Ameen dhugumaatii waqaayyo gooftaan sagalee jireenya siin haa dhaageesisuu barsisaa keenyaa nuf jiraadha Ebifama Ebifamaa❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉👏👏👏❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @MosisaSamuel
    @MosisaSamuel 7 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoo isin haa eebbisuu

  • @ashebirshiferaw5263
    @ashebirshiferaw5263 7 วันที่ผ่านมา

    Ameen ameen ameein❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @TamsgenAmlake
    @TamsgenAmlake 7 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TamsgenAmlake
    @TamsgenAmlake 7 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Walattee
    @Walattee 8 วันที่ผ่านมา

    Waqaayyoo sagaalee jireenyaa isin haa dhagessisu bara tajaajila keessaani haa dhereessuu Ebbifamaa ❤❤❤

  • @kumibahrain8137
    @kumibahrain8137 8 วันที่ผ่านมา

    waqayyoo gooftaan isiin haa ebbisuu barsiisaa kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-jd9mu4ed3o
    @user-jd9mu4ed3o 8 วันที่ผ่านมา

    AMEEN ❤❤❤❤WAQAYOON GOFTAN SAGALE JIRENYA SINA DHAGESISUU

  • @asnakudajane5360
    @asnakudajane5360 8 วันที่ผ่านมา

    Ameen sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu bara tajajilaa keesan haa ebsuu

  • @firakeettube8672
    @firakeettube8672 8 วันที่ผ่านมา

    barsiisaa koo waaqayyo gooftan sagalee jireenya bara baraa isin haa dhageesisu bara tajaajila keessan nuuf haa dheeressu nuufis jechasaa lapheerratti nuuf haa hambisu nuuf jiraadhaa umrii dheeraa fayyaa waliin

  • @ChaltuGelan
    @ChaltuGelan 8 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoo sagalee jireenyaa Siin haa dhaggeesisuu b/s❤👏

  • @AbayneshAbaynesh-yw4zw
    @AbayneshAbaynesh-yw4zw 8 วันที่ผ่านมา

    Sagalee jirenyaa isinf haa dhagesisuu barsisa Kenya ❤❤❤✅✅✅

  • @Maskarmi51
    @Maskarmi51 9 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤ ebbiffamaa Dhugumatii obbollewwan 🎉🎉

  • @user-he5hk9yp5t
    @user-he5hk9yp5t 9 วันที่ผ่านมา

    🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @AbayneshAbaynesh-yw4zw
    @AbayneshAbaynesh-yw4zw 9 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤

  • @AbayneshAbaynesh-yw4zw
    @AbayneshAbaynesh-yw4zw 9 วันที่ผ่านมา

    Ebbifama barsisa Kenya ❤❤❤🥰🥰

  • @Masarat-hi7jd
    @Masarat-hi7jd 10 วันที่ผ่านมา

    Waqayyoo sagalee jireenyaa sii yaa dhagesisuu barsisaa keenyaa ebbifami ❤❤

  • @DammaaTube
    @DammaaTube 10 วันที่ผ่านมา

    Ebifamaa barsisaa kenyaa kuta 1fa na bira hin genyee garu malif😢

    • @Dn-mhr_Demalesh1
      @Dn-mhr_Demalesh1 9 วันที่ผ่านมา

      @@DammaaTube Kunoo asuma youtube irra ni jira!

    • @Dn-mhr_Demalesh1
      @Dn-mhr_Demalesh1 9 วันที่ผ่านมา

      th-cam.com/video/Y7ucMfoUSB4/w-d-xo.htmlsi=vF_HUmDrO1ir1U1n Kunooti

  • @GurmesaGetachew
    @GurmesaGetachew 10 วันที่ผ่านมา

    Baay'ee namatti tola

  • @kumibahrain8137
    @kumibahrain8137 10 วันที่ผ่านมา

    Dhuguma dhugatii waqayyoo gooftaan sagalee jirenyaa isiin haa dhagesuu barsisaa kenyaa ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa isin haa dhageessisuu baraa tajajilaa keessaan isiinif haa dheresuu Ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa isin haa dhageessisuu baraa tajajilaa keessaan isiinif haa dheresuu ❤❤❤❤

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa

  • @chaltuguluma534
    @chaltuguluma534 10 วันที่ผ่านมา

    Dhuguma dhugatii waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa isin haa dhageessisuu baraa tajajilaa keessaan isiinif haa dheresuu Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤

  • @AYYaantuu945
    @AYYaantuu945 10 วันที่ผ่านมา

    Eebbifama dhugumati🤲🤲 Waaqayyoo nuuf Yaa ibsu

  • @EsayasHailu-vb6tz
    @EsayasHailu-vb6tz 10 วันที่ผ่านมา

    Bsa keenya ❤sagalee jireenyaa isnif haa dhageessisu

  • @asnakudajane5360
    @asnakudajane5360 11 วันที่ผ่านมา

    Sagalee jireenyaa siin haa dhagesisuuu

  • @MosisaSamuel
    @MosisaSamuel 12 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoo isin haa eebbisu

  • @MeeadAlmashjari
    @MeeadAlmashjari 12 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoon sagalee jireenyaa saa dhageesisuu obbolleessaa keenyaa Ebbifamii waaqayyoon baraa tajajilumaa keeti sif haa dheresuu Ameen((3))🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @EsayasHailu-vb6tz
    @EsayasHailu-vb6tz 12 วันที่ผ่านมา

  • @user-wn1bq6xf5t
    @user-wn1bq6xf5t 12 วันที่ผ่านมา

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifaama waaqayyoo isiin haa ebbiisu🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Walattee
    @Walattee 12 วันที่ผ่านมา

    Waqaayyoo sagaalee jireenyaa isin haa dhagessisu Ebbifamaa ❤❤❤

  • @EteneshAlemu-po1rj
    @EteneshAlemu-po1rj 13 วันที่ผ่านมา

    Waaqayyoo sagalee jireenyaa sii yaa dhageesisuu dhufaati isaati isiin haa yadatuu ebifamaa barsiisaa keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @LemaTeru-lw6xy
    @LemaTeru-lw6xy 13 วันที่ผ่านมา

    Eebbifamaa brs nuuf jabadhaa

  • @kumibahrain8137
    @kumibahrain8137 13 วันที่ผ่านมา

    waqayyoo gooftaan sagalee jirenyaa isiin haa dhagesuu barsisaa kenyaa ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SenaworkuSenaworku
    @SenaworkuSenaworku 16 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ ammen ammen ammen ammen ammen ammen

  • @SenaworkuSenaworku
    @SenaworkuSenaworku 16 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤❤❤