- 10
- 75 387
Hawwisoo WBO
เข้าร่วมเมื่อ 28 ส.ค. 2024
Hawwisoon WBO falmaa gootichi fi irreen gaachana Ummata oromoo WBO'n dandeettii fi sagalee isaatiin humna guddaa qabsoo bilisummaa Oromoo dirree Oromiyaa irratti godhamaa jiru dhageessisuu, kunuunsuu fi qooduuf kan qophaa'edha. Sirboota kanaan seenaa kumaa kitilli itti wareegame kaasuun dhaloota dadammaqsuu, falmaa WBO gochaa jiru gurra hawaasaan ga’uu dha.
Fuula kana irratti Sirboota qofa osoo hin taane; seenaa qabsaawota Oromoo, dha’annaa onnee walabummaa, iyya bilisummaa, abdii egeree ifa ta’e qabatee kan siniif dhiyaatudha.
Waliin ta'uun hafuura qabsoo Oromoo muuziqaan jiraachisuuf hundi keenya qooda qabsoon nurraa barbaaddu haa ba'annu!.
Fuula kana irratti Sirboota qofa osoo hin taane; seenaa qabsaawota Oromoo, dha’annaa onnee walabummaa, iyya bilisummaa, abdii egeree ifa ta’e qabatee kan siniif dhiyaatudha.
Waliin ta'uun hafuura qabsoo Oromoo muuziqaan jiraachisuuf hundi keenya qooda qabsoon nurraa barbaaddu haa ba'annu!.
JAAL BOOREE ADDUNYAA: "BORU IJAARA!" (New Oromo Music: Oct. 13. 2024)
Sirba Haaraa Jaal Booree Addunyaa itti dhiyaadhaa.
มุมมอง: 8 580
วีดีโอ
Jaal Hundee Sabaa: "ITTI LEENJISI!"
มุมมอง 1.4Kหลายเดือนก่อน
Hordoftoota Hawwisoo WBO, Gumaatni WBO'n karaa artii godhu cimee itti fufee jira. Jaallan keenya waliin haa dhabbannu. Waan qabnuufi dandeenyuun WBO ha deeggarru!
"HARMAA FI HARKA"JAAL IRRAANGORREE DIINAA_ new Oromo music video 2024
มุมมอง 8Kหลายเดือนก่อน
Irree fi gaacchanni Uummata Oromoo WBO'n tokkummaa isaa cimsuun dirree qabsoo artiidhaan onnachiisaa jira.
"OROMIYAA IJAARRA!" : DABALAA KABBADDAA
มุมมอง 6K2 หลายเดือนก่อน
Ni Diigna Malee Hin Ijaarru Impaayera Afaan Qawween Itiyoophiyaan Nuuf Diina Kaleessas Har'as Borullee Itoophiyaan Nuuf Diina Takkaa Garaa Nuf Hin Laafne!
"SIN YAADATA SEENAAN" JAAL KENNAA SABAA
มุมมอง 16K2 หลายเดือนก่อน
Hawwisoon WBO Dhangaa Warraaqsaa Sinitti Dhangalasaa Jira. Wareegamtoota birmadummaa Oromiyaaf lubbuu isaanii tokkittii fi qulqulluu jijjiirraa hin qabne osoo hin qusatiin dabarsanii kennan Seenaan bara baraan ni Yaadata!
SEENEE LOLEE... JAAL IJAARAA SABAAF
มุมมอง 10K2 หลายเดือนก่อน
Dhangaa Artii Hawwisoo WBO itti dhiyaadhaa
"HUMNA MUL'ATAA" JAAL MO'IIBOON GUUTAMAA
มุมมอง 1.2K2 หลายเดือนก่อน
Jireenya Dhuunfaa Keenyaa Jiraachuu Yoom Dadhabne, Sabaaf Haa Tolu Jennee Jireenya Keessaa Baane!
"ARRAATA KOO": JAAL SINGITAN ARAGGAA
มุมมอง 4.8K2 หลายเดือนก่อน
Arraata Biyyoolessa Oromoyaa Miidiyaa Saba Bal'aa Abdii fi Milkii Qabeessa Abbaa Mullataa Tolaa!
''KA'AA LAFAA'', JAAL IRREESSOO BULAA FI JAAL CAALTUU DIINARRAA
มุมมอง 17K2 หลายเดือนก่อน
Harka Wal Qabadhu Ka'i Yaa Sabakoo Kaayyoo fi Akeekni Kee Yoos Galma Ga'a.
Ani Hin Dubbadhuu!: Sirba Jaal Qalbeessaa Garasabaa
มุมมอง 2.2K3 หลายเดือนก่อน
Sirba Qabsoo Oromoo jaallatamaa kana dheggeeffadhaa!
❤🧡💛💚💙💜❤💘💝💪💪
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉
Jabduuko jabaadhu
❤❤❤❤
Keyii yaa oromoo
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
💋♥️♥️💚💚♥️♥️💪
Jaajaabee koo
Jaal koo is jaladhaa nafi jiradhaa qaqaliwani qaqee bilsummaa
Darba nuf jradhaa jalan abdii saba oromoo ❤️💚❤️
❤❤❤
😮Jiradh Jira ijole tenii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
♥️💚♥️🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤💚💚❤️❤️
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Welcome 🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Bagaa milkoftee jabaa sabaa
Gammessaakooo
Nuuf jiraadhu.❤💚❤
❤❤❤
❤❤❤❤
wow💔
WBO gaachana Oromoo umurii dhara dhuu💖🎶👏💞💞💞💞
❤❤
Baga itti cabsite gootaa koo
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Lopez Michelle Anderson Michelle Johnson Linda
❤❤❤
Yooyyaa Baga nagayaan dhuftee qalii ko
Yooyyaa baga nagyan dhufutana
Wwwwwwww jaal boree Adunya baga milkoftee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
wow jaal booreeaddunyaa baga nagaan dhufte
Qeerroo mili'oonota itti leenjisna
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaan hin qorituu yeroof malee
Baga milkoofte nmkoo qaalii 🔴🟢🔴
Bagaa dhaltee dhirrakoo♥️💚♥️
🎉🎉
Baga mikoofte koodee🎉🎉🎉🎉
baga milkoofte🎉
Jaal B koo Babbaroodaa akka Leencaa Dirrissaa akka Taankii 💪
❤️💚❤️